Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

SEENSA:

ilma ishee Nabi Muusaa nagayaan


guddiseef, akkasumas mariyam [hadha nabi Iisaa(Iyyasuus)akkasuma
Quraana (suuraa maryem) maqaa
Isiitin Rabbi baase warreen diinirratti (Amantirratti) qabsoo guddoo
gaggeysuudhaan quranni seenaa
isaanii faaruun dubbatu irraayi.

Islaamni dubartii ilaalchisee


seerota ifa galoo tayan hedduu nuuf
ifa godhee jira. Seenaa islaamaa
keysatti dubartoonni iddoo guddaa
qaban. Ummata duraanii keysattis
yoo tahe dubartoota seenaan amantiin Islaamaa isaanin haasawu hedduutu jiran. Akka fakkeenyatti, Aasiya
haadha manaa firoownaa,

huseen warra seenaa guddoo qabur- maan gadii kana filadhee barnoota
raayi. Isinis warra seenaa diin gal- isaa akka armaan gadii kanatti isiniif
meeysisu irraa Rabbi isin haa godhu. dhiheessa.
Amantiin keenya Islaamni jaalatamaan mirga ilma namaa ni kabaja, akkasuma mirga dubartootaatis
seera biyya kamiiyyuu caalaa kabajee jira. Kanaafuu, waayee isaan
laalchisu keysatti barnoota gayaa
lafa kaayee jira

1-Seera Qulqullinaa (Xahaaraa)


Waayee dhiigaa
Dhiigni uumaan dubartitti dhufu
sadihitti qoodama, Isaanis:

Akka ummata keenyaattis yoo


tahe Haadha muimintootaa [warra
Nabii kenyaa] hangaftittii Aayyoo
khadiija tan lubbuu isiitii fii qabeenya isiitis Ergamaaf gumachitee diin
kana wajji gad dhaabde. Akkasuma
warra Nabii Aayyoo Aaishaa tan hadiisoowwan kumoota hedduu ummata barsiisuun beekamtu, intala Nabii
keenyaa Faaximah haadha hasaniifii

tan towhida (tokkichummaa Rabbii)


irratti lubbuu isii wareegama kafalte, ammas haadha Nabi Muusaa
tan Nabi Muusaa yeroo deyse
aduwwii(alagaa) ilmaan biyya sanii fixxu jalaa baasuuf Rabbiin sanduuqa kaayii bahratti darbi jedheen
,tole jettee darbite, eragasii Rabbiin

Heydii (daraaraa baatii),


Obboleettiwwan too hundaa tan
bartee itti hojjattee akkasuma irraa
faaydamtu Rabbi isin haa godhu,
Akkuma uumaan namaa dhiiraa fii
dubartii wal-dhabdutti, amantiin
keenya haala yeroo hundaa keysatti
dubartootaafis seera gayaa kaayee
jira. Kanaaf mata-duree Jaha ar-

Istihaadah (dhiiga dhukkubaa)


fii.
Nifaas (dhiiga dayuumsaa, ulfaati). Isaan sadeenuu Amantii Islaamummaa keessatti seera mataa
isaanii dandaye qaban,
Heeydin irra jarjaraan isaa umrii
waggaa 9tti eegala. hedduu wag-

gaa14-15 jalqaba. Yeroon dhaabbatiinsa (citiinsa) umrii waggaa 45-60


ti. Yeroon inni(heydiin) isirra turu,
saaatii 24 akkasumas guyyaa 6-8,15
ni gaya.

yoo kan rakkoo fayyaa isitti hin finne


tahuu qaba. Intalti heydiin isirraa
dhaabbachuu jiini adiin itti dhufuudhaan yookaan qaamni isii goggoguun beeyti. Dhiiyni guyyaalee duraan
Dhiiyni guyyaa 15 ol yoo ture hey- itti baramee dursee ykn booda aanee
dii osoo hin taane istihaadaa dha. dhufu, waan guyyaa 15 san hin dabDhiiyni intala ulfa qabdu itti dhufu riniin heydiitti laalama.
gosti hundinuu kan dhukkubaati.
Intalti dhiiyni dhukkubaa itti jiru salaatuun isirratti waajiba (dirqama).
Garuu tokko tokkoo salaataa irratti
wuduua (dhiqannaa salaata duraa)
godhachuu isii barbaachisa.
Dubartiin wantoonni yeroo heydiitii fi nifaasii gochuu dhowwaman
kana akka Salaata sagaduu, Soomanaa , Xawaafa , Quraana dubbisuu,
kitaaba quranaa tuquu, masgiida
keysa taauu, walqunnamtii saalaa
Dubartiin takka hajjii fi umraa godhuu, nikaaha hiikuu faaa dha,
yookaan soomana guuttachuuf jet- yeroo istihaadaa garuu hin dhoowtee qoricha yeroof heydii irraa dhaa- wamu.
bu fudhachuu ni dandeessi, sunis

Yoo osoo aduun hin seenin heydi

fii nifaasirraa qulqulloyte salaata


Zuhrii fi Asrii san salaatuu qabdi.
Yoo osoo hin fajarin (hin bariin) qulqulloyte Maghriibaa fii Ishaaii halkan sanii salaatuu qabdi.

hiikkachuu qabdi, dhiqannaa janaabaatiif (wal-qunnamtii saalaa)


ammoo hin hiikkattu.
Intalti istihaadaan itti jiru ni
soomantis akkasuma ni salaattis
garuu salaata hundaaf wuduua godhachuu qabdi.

Yoo ulfi guyyaa 80 duratti irraa


bahe dhiigni sun dhiiga istihaadatti
laalama, Yoo guyyaa 90 booda tahe
Yeroo heydii fii nifaasirraa qul- nifasii taha. 80 fii 90 jiddutti amqulloyte Soomana malee salaataw- moo yoo wanni garaa bahe sun
wan dabreef qadaa hin kafaltu ykn karoora(boca) namaa qabaate dhiirra deebitee salaatun isirraa hin ee- igni sun nifaasii dha. Yoo karoora
namaa hin qabaatin istihaadaa itti
gamu.
murteyfama.
Yoo yeeroon salaataa isii qulqul2- Seera Uffataa (hijaabaa)
luu itti geyses boodan salaata jettee
osoo teysuu heydiin yookaan nifaasiHagooggiin (hijaabni) uffachuun
in itti dhufte salaata san qadaa hin dirqama, hijaaba guutuu jeechuun /
kafaltu.
jalaabiibaafii niqaaba fuulaa/ jechuDubartiin yeroo heydiifii nifaasir- udha. namni uffate sawaaba gudraa qulqullooytee dhiqattu rifeensa daa argata, kan dhiise ammoo qix-

aaxa guddaatu isa eeggata.-uffanni


hijaabaa ulaagaalee asiigadii kana
guutachuu qaba.

yaa, uffata, jaalalaa, kabajaa fii kkf


sirritti guutuun dirqama.

Nyaara ijaa tan haaddatuu fii tan


haaduuf. Tan irgoo tumattuu fii ta
tumtuuf. Tan ilkee kaarruu tolfattuu
A- kan qaama isii hunda hagoogu fii tan tolchituuf. Kkf irraa fagaachuu
tahuu. B-bala qaamatti hin maxx- barbaachisa.
anne tahuu qaba. C- Furdaa keysaan
Sababoonni Uffatni hijaabaa itti
qaamni hinmulanne tahuu. D-Kan dhiifamuu dandayu, Iimaanni laafuu,
uffata dubartii kaafiraa hin fak- ammas nafsiyaa ykn fedhii lubkaanne tahuu. E-Kan uffata dhiiraa buu ofii jala deemuni, akkasumas
hin fakkaanne tahuu. F-Kan shittoo faashinii jedhanii warra kaafiraa jala
hin dibamin tahuu. G-Kan suuraa deemun yoo tayu, kana hundarraa
lubbu-qabeeyyii qabu tahuu dhabuu fagaatanii sharaa ykn sunnaa karaa
yoo dandahame bifa takka tahuu.
nabiyyichi nuu fidan baratanii horDubaartiin muslimaa mana isii dofuun salphina duniyaa fi Aakhiraa
keysatti tottolfattee miidhaguu jalallee nagaya nu baasa.
fi faaya adda-adda morma harka
gurraafii quba isiitti uffachuu ni
dandeessi. Shittoo,hinnaa, kuulii, fii
kkf godhattee bareeduu qabdi.

3- Seera Bultii ijaaruu


(Haadha manaa) tahuu.
Dubrtiin heerumtee bultii jaarte
takka haqa jaarsaa tan akka isa jaalachuu, kabajuu, ajaja isaa godhuu,
yeroo inni isitti haajamee yaame
tole jettee dhaquu fii kkf... guutuun
dirqama.

Garuu asirratti waanni dhoowwame ni jira. Sankeysaa warreen


abaarame kanneeni. Tan rifeensa isii
kan biroo itt guduunfitee dheereyfattuu fii tan dheereysituuf.

Nama du iyyanii booyaa faarsuun badii guddoodha.irraa fagaachuutu barbaachisa. Akkasuma yeroo
4- Seera Hiikkaa (xalaaqa)
namni du booyaa uf abaaruu, uffata
Rakkoo mulattuu malee akkanu- (mormoo) dhoosuun, rifeensa mataa
matti hiikkaa gaafachuun hintahu haaddachuun akka kuffaaraatti amkunis diliidha.
mas gurraacha uffachuun hundinuu
Dubaartiin hiikamtee osoo 2ffaa dhowwaadha abaarsa rabbiitti nama
hin heerumne iddaa lakkaawwachuu geeysa.
(kophaa turuu) n dirqama.
Dubartiin jaarsi irraa du-iddaan
isii/yeroon osoo hin heerumne turtu/
baatii 4 fii guyyaa 10 taha. Ta ulfa garaa qabdu yoo taate garuu hanguma
deysutti, dheerattuu gabaabbattuu,
Dubartiin abbaan manaa irraa du
yeroo iddaa kana keysatti ihdaada
kunis gosa dubartiitiin waldhaba.
gadduu/azaa baachuu, gufufu/ isii
Tan heydiin itti dhuftu yoo taate barbaachisa. Kana jechuun tottolfahanga yeeroo sadi itti deddeebitutti. chuu waan akka uffata babbareedaa
Tan joollummaaf yookaan guddi- uffachuu, shittoo,hinnaa,kuulii fii
naaf heydiin itti hin dhufne yoo taate kkf irraa fagaachuu dha.
baatii sadih,-tan ulfa garaa qabdu
Yeroo gaddaa kana manuma jirtu
yoo taate hanga deysutti, iddaa lak- san keeysa taau qabdi, manarraa
kaawwachuu.
bahuun dhowwaadha.
5-Seera Gaddaa
Jaarsa isii malee du nama bi(Azaa baachuu gufufaa)
roorratti guyyaa 3 caalaa gadduun
dhoowwaadhaa.
Seerota Adda Addaa.

Akkasuma gurbaan fuudhuu haqa


haadha mana isaa guutuu qaba, sunis mahrii, masruufa, mana jireen-

Dubartiin takka fira isii kan dhiiraatiin wajji malee karaa adda deemuun dhowwaadha.

Dubartiin takka nama dhiiraa


ka alagaa [ajnabiyyii] wajji kophaa
(khalwaa) bahuun taaun, haasawuun dhowwaadha.

rachuuf iddoo guddaa kennuu)fi


itti dalaguu akkasumas nama biroo
(kan wallaale) barsiisuf yeroo kamuu
yaalii godhuu qabdi.
Haqarra osoo jirtu rakkoo karaa
adda addaatin itti dhufurratti obsa
qabaachuu fi Rabbirratti herreegachuutu isirraa eegama.

Iddoo teessuma badaa fi hamni


Dhiiraa-dubartiin (Ikhxilaaxa) ala- jiru kan wanti Rabbi hin jaalanni itti
gaa gurguddoon walitti makamanii gaggeeffamu biraa fagaachuu qabdi
walkeysa tattaaun bakka takkattilGorsa fudhachuu, dogongora
lee hin hayyamamu.
beekun irraa deebiuu, namaaf tola
Dubartiin takka yeroo kamuu rab- ooluu, fi akkasumas qananii Rabbi
biin addatti baastee gabbaruu fi Na- kenneef tiksuun jaalala Rabbii barbiyyicha S.A.W jala deemun hordo- baaduu qabdi.
fuu qabdi.

Google

) (

Barnoota (Heera) Dubartii


Muslimaa Gabaabinaan

Beekumsa Islaamummaa barbaaduu (keessattuu Quraana ba


SA 21 8000 0251 6080 1007 5881

SA13 8000 0251 6080 1017 7778

SA13 1500 0999 1142 5508 0005

SA98 4000 0000 0099 0724 3310


( )

kan hiike: Daaiyaa/ Abdulmenan Menza


Irra deebii: Daaiyaa Abduljaliil Sheikh Ali Al Arusi
/ :
/

www.theda3wa.com

You might also like