Faru

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Faaruu Loonii

Arriyyoo Arriyyoo Arroo boonaa kiyyaa


Halkan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Kaciccisa harragessaa lafa oolee awwaareessa
Halkaan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Loonii abbaantikfatu bonaa ganna hidhidhatu
Halkan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Kaciccisaa ulee bahe sigi ciicoo unaa gahe
Halkaan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Anaa haa nyaatu cirriin dhooggaate bahe birrii
Halkaan roobaa dhale akka booka dhahe
Anaa haa lolanii loon malee tolanii
Halkaan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Gadabii margii jigee abbaa kee kee mali dhibee
Halkaan roobaa dhalee akka bookaa dhahe
Gadabii galti suutuumaa darrobaa mucha dhuujuma
Arru boona kiyyaa bitimaa tarkaanafate dorrobee bargaanfate
Halkaan roobaa dhale akka boonaa dhahee
Arruu boonaa kiyyaa loon malee firri hin jiru

Maqaa Garee L.W.E

1. Habibaa Nanneessa 022/15


2. Zamzam Kadiir 047/15
3. Makida Buquxoo 049/15

You might also like