Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 48

Qabsaa’ota Oromoo sirna Woyyaaneen

ukkaamfaman
Maqaa hooggantoota fi qabsaa’ota keenya sirna kanaan ukkaamfamanii dhabamsiifamanii 200
kunooti. Maqaa kana yeroo adda addaatti walitti qabeen kuusaa ture. Amma koreen dhimma
hooggantoota keenya kanaa qoratee eessa akka jiran adda baasu hundeeffamuu waanan
dhaga’eef hubannoo yoo qabaatame gaariidha jedheen yaada. Via (Lammii Beenyaa) –
Waxabajjii 3, 2018

1. Nadhi Gammada (Since 1994)


2. Dabasa Guyo (Since 2015)
Dabbasaa Guyyoo Saffaroo maanguddoo dhalataan naannaa Booranaa, Taltallee yoo
ta’an Yaa’abal’otti guddatanii Dirree Liiban jjiraachudhaan waggaa dheeraf Gadaa
Oromoo qorataa turan, nama gara ganna 80 ta’ani. Waggaa 35 duraa dhiibbaa
mootummaa Darguutin gara keenyaa galan. Gaafa Fulbaana 27 bara 2015 Naarobii,
Kenya bakka jiraatuu dhabaman.

3. Yosef Bati (Since 1992)


4. Bekele Dawano Geologist in profession, he studied in Dutch University. He was arrested
on 25th October 1992. He was disappeared from Agarfa Prison in 1993, according to
International Committee of Red Cross who documented about his detentions. He was last
seen on 14th September, 1993 at Agarfa being escoted away from prison center by
heavily armed men.
5. Mustefa Idiris: He was an employee of the Ethiopian Telecommunications Agency in
Addis Ababa, and a former long-term prisoner of conscience under the former
government (Dergue regime), “disappeared” on his way home from work in Addis Ababa
on 31 May 1994 and last seen at 17 hrs. of this date (Since 1994)
6. Mitiku Wadajo: Mitiku Wadajo, the worker of Oda Share Co. He was last seen on 31
May 1994
Mitikkuu Wadaajoo Ammumaa, bara 1994 humna tikaan butamee achi buuteen isaa
dhabame. Hanga ammaatti jiraa fi du’een isaa hin beekmu.

7. Kasahun Habte: Kasahun Habte arrested in Finfinee in 1992) Kasahun Habte who was
reported to have disappeared was seen in “Maikelawi” prison in April 1996. Since then
his where about is not known. The probable place of him will be like other prisoners of
conscience could be in ITANG prison in Beni Shangul regional state of Gambela, in
Tigray region or any other” bermudas
8. Hunduma Kaba: Hunduma Kaba was a senior member of the OLF and was a member of
the Election Committee of the OLF in 1992. Hunduma Kaba disappeared since October
2, 1993.
9. Habtamu Tadesse
10. Saddiq Umar Godina Qellem Wallaggaa aanaa Beegii magaalaa Kobor keessaa bara 1993
butamee Finfinnee geeffame. Ergasii achi buuteen isaa hin beekamne.
11. Temesgen Adaba: He had been living in Finfinnee from 1994. In July 1995, Jirenya and
Temesgen were abducted by government security men when walking near “Urael
Church” in Finfinnee. According to eyewitnesses, they were first taken to a place called
“horse house” behind the 1st Police Station, near to Menelik II hospital. After a month
there, they were taken for a few days to the criminal investigation centre. Since then, they
have been untraceable

Tamasgeen Adabaa Garbii jedhama. Bakki dhalootaa Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa
Giddaa Ayyaanaa Ganda Sapheera Meexxii yemmuu ta’u, Adoolessa 1995 magaalaa
Finfinneetti humna tikaa wayyaaneen butamee eessa buuteen isaa dhabame. Haga
ammaatti eessa akka jiru hin beekamu.

12. Dereje Deme (Since 1995)


Darajee Damee bara 1994 magalaa Finfinnee keessaa warana goolsitoota wayyaneetiin
butamee fudhatame. Amma ammatti eessa akka jiru hin beekamu.

13. Artist Jiregna Ayana: Jireenyaa Ayana and Temesgen Adaba disappeared from Addis
Ababa in August 1995. Jireenyaa was a well-known singer and member of the Gada
Theatre and Music Club. He had recordings published and had performed on radio
Injiinar Bantii Guddataa Hirphaa. Bara 1958 Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Sibuu Siree
ganda Jaarsoo Dallasaatti dhalate. Barnoota isaa Yunivarsiitii Havaanaatti kan xumure
yoo ta’u Amajjii 1998 magaalaa Finfinnee keessaa ukkaamfame.

14. Girma Milkiyas Daddo (Since 1994)


15. Kasahun Tarfa Muleta (Since 1993)
16. Yohannis Ektera
17. Ararso Bedhasa (Since 1999) abducted on Dec 28 from Finfinne. He is from S/W/Shoa
Sadan Sodo district. He an author of the famous book SEENAA HIDDA DHALOOTA
OROMOO SOODDOO
18. Tamiru Ajama (Since 1999) abducted on Dec 28 from Finfinne
19. Benti Gudato (Since 1992). Benti was born Sibu Sire, Wallaga & Graduated from
University of Havana, Cuba.

Injiinar Bantii Guddataa Hirphaa. Bara 1958 Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Sibuu Siree
ganda Jaarsoo Dallasaatti dhalate. Barnoota isaa Yunivarsiitii Havaanaatti kan xumure
yoo ta’u Amajjii 1998 magaalaa Finfinnee keessaa ukkaamfame.

20. Idossa Belay Mummicha ( Since 2000)


Daldalaa beekamaa Iddoosaa Balaay Muummecha Godina Horroo Guduruu Wallaggaa
aanaa Horroo ganda Didibbeetti dhalata yoo Daldalaa beekamaafi saboonaa ijoollee
Oromoo Oromiyaa irraa Finfinneetti baqataan gargaaruun kan beekamuu Markatooti
iddoo buufataa midhanii qabu turan. Bara 1992 bakka hojii isaaniitti ukkaamfamanii achi
buuteen isaanii dhabamee hafe.

21. Namarsan Dadhi ( Since 1997)


22. Takkaanliy Dagoo: He Born in Nuunnuu Qumbaa, East Wallaga. Graduated from Addis
Abba University in 1988 from Political Since and International Relation worked for the
Ethiopian Government before abducted kidnapped by the Ethiopian Secret Service
personnel. Abducted from Finfinnee (Addis Ababa) on 14th of January 1996.
23. Takele Oljirra: Takale Oljira, born in 1967 in Dagam village, E.Wollega, graduated from
the Department of Political since & International Relation of Addis Ababa University in
1989 and was working in the Visa and Immigration Department in the capital. While he
and a friend were walking in the area near “Teklehaymanot” in November 1992, he was
abducted by government intelligence men. A journalist detained in 1994 believes he saw
Takale in the Kasa Inchis secret detention centre in Addis Ababa Efforts to locate him
before and after this possible sighting has failed.
24. Mulgeta Bedassa (Since 1996/97)
25. Workina Uwissa ( Since 1996/97)
26. Zerihun Kinati Dheressa: He is 37 years old contract worker, of Woreda 10, Kebele 03,
Finfinnee, was abducted by armed plain-clothed men and uniformed police in front of a
small bar in Woreda 10, Kebele 02, on 17.10.97, about 6.15 pm. His where about are
unknown since he was driven off in a car with a private number plate (
27. Amanti (Shafe) Abdissa Jigi ( Since 1996)

Amantii Abdiisaa Jigii jedhama. Bara 1970 Lixa Oromiyaa aanaa Mana Sibuu ganda
Rigaa Sacciitti dalate. Hagayya 20 bara 2000tti Naairoobii deemuuf erga xayyyra seenee
booda humna eegumsa dirree buufata xayyaaraa Booleetiin gadi buufamee ukkaamsame.
Erga sanaa kaasee hamma yoonaatti achi buuteen isaa hin beekamu.
Amantiin barnootaan jabaa fi hayyuudha. Digrii lammaffaadhaan (Masters Degree) biyya
Ingliziitii eebbifame. Saba isaa tajaajiluuf jecha jireenya sadoo lagatee yeroo hamaa
keessa sodaa tokko malee biyyatti deebi’e.
Barbaacha Amantii irraatti jarmayoota fi mootummoota hedduutu hirmaate. Jarmayaan
Dr Trevor Truman (Oromia Support Group), International Red Cross, Amnesty
International, Mootummaa Inglizii, barattoota University East Anglia, akkasumas
namootaa fi dhaabota hedduutu barbaade, barbaadaa jirus. Hamma Amantii fi kanneen
haala adda addaatiin ukkaamsaman haalli isaanii beekamutti, hamma dhugaan mul’atutti
barbaansii fi qabsoon keenya hin dhaabbattu.
28. Magarsa Dhufa Horo ( Since 1995) G/W/Dhihaa aanaa Mana Sibuu ganda Baddeessaa
Baaroo
29. Huseen Ayyaloo ( Since 1992) From Bale, Gindhir locality. He was a father of two.
30. Tola Ararso ( Since 1995)
31. Marga Tarfa Akasa (Since 1995)
32. Hinkosa Gurmessa Dhugasa (Since 1992 a farmer and father of three whose family
disorganized)
Hinkoosaa Gurmeessaa Dhugaasaa. Abbaa Ijoollee shaniiti. Dhiira tokkoo fi Shamarran
afur qaba. Eddoon dhaloota isaa G/H/Guduruu Wallaggaa, Aanaa Horroo, Ganda
Didibbee Kistaanaati. Bara 1992 ukkaamfamee achi buuteen isaa dhabame. Maatiin isaa
ni diigame, ijoolleen isaa dararama hamaa dabarsan. Eessa buuteen isaa hanga har’aatti
hin beekamu. Nama dhukkubsa!

33. Daraje Kasaye Abdi (Firaol) Born in Gindeberet. He was Electrical Engineering 3rd year
student when abducted in Arjo in 1993
34. Geremew Bichu, a physics teacher in Arjo, (disappeared since 1995)
35. Dereje Kenea, Billa, West Wallaga (Since 1992)
Barsiisaa Darajjee Qana’aa Wallaggaa Lixaa aanaa Boojjii Birmajjii magaalaa Biilaa
irraa bara 1993 qabamee achi buuteen isaa dhabame. Hanga ammaatti eessa akka jiru hin
beekamu.

36. Laggase Biqilaa Daadhii ( Since 1993) He is a reknown teacher.


37. Assabaa Shaaroo Lamuu ( Since 1993, from Horro Guduru, Ganda Dinbee)
38. Habtaamuu Galataa (The famous Dukkanaan Duubaa actor, abducted in August 1992 in
Mercato)
39. Beekumaa Toliinaa ( The famous Dukkanaan Duubaa actor, abducted in August 1992 in
Mercato)
40. Dagaagaa (Yetimgeta) Bayissa ( OLF head in Nekemte, abducted in 1992). He Born in
Najjo, western Wollegaa, abducted in 1993 while travelling by bus between Siree and
Nekemte. He was last seen in an underground cell at Bakko.
41. Hussein Shayitu (Since 1993)
42. Sheek Imaam ( Harar, a father of three, since 1998)
43. Solomon Tolosaa (Since 1992)
“suuraan asii gaditti argitan kun Jaal Solomoon Tolasaa jedhama . Kan dhalate Godina
W/Lixaa Aanaa Qilxuu Kaarratti .bara 1984 ona Begii keessatti waraanaa bilisummaa
Oromoo lolee osoo lolchiisuu humna tika wayyaneen qabamee eessa buuten isaa
dhabame.kanaaf goota bade barbaaduun goota biroo horachuu waan ta’eef share gootanii
barbaacha akka nu gargartan isinin jennaa .Galatoomaa”

44. Abdulkarim Shorsha ( Since 1994)


45. Hajii Jemal ( Since 1994)
46. Reverend Qannoo Sadii ( Abducted from Benishangul Gumuz, Asossa town in 1997)
47. Getu Kaba Shawala (A father of two females, kidnapped from Ambo/ Senkele in 1998 &
his whereabouts is unknown). His wife was killed in military camp.
48. Riqicha Hinsene Wami ( Kidnapped from Ginchi in 1992 a political prisoner during the
Derg Regime, his whereabouts is uknown)
49. Dereje Kenea Waltaji ( A teacher from Billa, Bojjii Birmajii Abducted on 12th February
1992)
50. Lamessa Boru ( Arrested 6 years in Hailessilassie, 10 years in Dergue and disappeared in
Woyane since 1993)
Jaal Lammeessaa Boruu Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Waamaa Bonayyaa magaalaa
Billootti dhalatan. Hooggana Shanee Gumii ABO kan turan yoo ta’u bara Hayilasillaasee
waggaa 6 hidhaman, bara Dargii waggaa 10, bara sirna kanaa ammoo achi buuteen
isaanii dhabame. Seenaa qabsoo keenyaa gaafa qorannuu fi dararama hooggantoonni
keenya argan gaafa yaadannu qabsoon wareegamaan eegalamte, wareegamaan as gahuu
hubanna. Gootota kanneen iyyaafachuun yoo wareegamanis kabajaan awwaallachuu
danda’uu qabna.

51. Berhanu Ejigu: Son of Meto Aleka Ejigu Yihun and W/o Belaynesh Kassa; he was
arrested at Meskel Square in Addis Abeba on June 14, 1994 at the age of 47, EPRDF
continues to deny any knowledge of his arrest. He would turn 71 this year.
52. Alemayeh Dhuguma Gammadaa (Since 1994)
53. Yalew … (Lixa Shawaa Shoboka, Since 1994)
54. Baqqushee … (Lixa Shawaa Shoboka, Since 1994)
55. Fikire Kumsa (Since 1994)
56. Boja … (Jimagannati, Since 1994)
57. Bekele Abbebe (Since 1994)

Baqqalaa Abbabaa erga magaalaa Amboo keessaa butamee achi buuteen isaa dhabamee
waggaa 22 ta’eera. Maatiin isaa mana hidhaa biyyattii hunda waliin gahanii ijibbaatan.
Baqqalaan ni ajjeefame moo lubbuun jira?

58. Shambel Bekele Madessa (Since 1994)


59. Biche (Ginge) … (Since 1994)
60. Mulat Tamiru Ajjema (Since 1994)
61. Dhaba Namee (Sodo, Since 1994)
62. Tujjo Guta Ejeta ( Born in Jaldu, Ganda Fallo Osole and raised in Burayyu. Abducted on
23th July, 2002 with his Twin brother
63. Dirribsa (Tsegaye) Guta Ejeta (Tujjo’s twin brother, abducted from Burayu on 23th July,
2002)
64. Solomon Tolossa (Since 1993)
65. Rattaa Moosisaa Dhuguma ( Since 1992)

Masfin Moosisaa Dhugumaa fi Rattaa Moosisaa Dhugumaa obbolewwan lamaan maatiin


sirna kanaan dhabuuf dirqamedha. Rattaa Moosisaa Dhugumaa magaalaa Gimbiitti
dhalatee kan guddate yoo ta’u erga bara 1992 humna tikaan butamee achi buuteen isaa
hin beekamu. Obboleessi isaa Masfiin Moosisaa Dhugumaa ammoo hidhaan umrii
guutuu itti murtaa’ee osoo jiru mana hidhaa Qaallittii keessatti ajjeefame. Hanga
ammaatti achi buuteen Rattaa hin argamne akkasumas namoonni Masfin Moosisaa
ajjeesan seeratti hin dhihaanne.

66. Ayyub Awsii Bama (Since 1993)


67. Yohaannis Magarsa Abdii (Since 1993) Born in Mandi. Abducted from Dambi Dollo in
1993
Yohaannis Magarsaa Abdii dhiha Oromiyaa Mandiitti kan dhalate 19 saddettamoota
qabsoo Bilisummaa oromoo dirree dhihaatti makamuudhaan ogummaa fayyaatiin lubbuu
hedduu du’a irraa baraaruu irra darbee ogeessota fayyaa kumaataman laakkawaman
barsiisuudhaan qabsichaaf gumaata olaanaa taasise.Yohaanni waraana Bilisummaa
Oromoo biratti jaalala guddaa kan qabuuf waan ofii qabu irraa jaallan qabsoo isaatiif
hiree waliin gammaduu dhaan akka beekamu dubbatu jaallan qabsoo isa beekan hundi.
Yohaaniis bara 1993 humna tika mootummaa tiin butamee hanga har’aa achi buuteef as
buuteen isaa hin beekamu.
68. Dachasa Bayana Iticha: He was born in 1966 in Karsa village, E.Wollega. At the time of
his first arrest in 1992, he was a pensioned ex-Lieutenant living with his parents. He was
taken to Didessa camp, released in March 1993 and rearrested on his return to his
parents’ house in the capital. Thereafter, he spent a further 3 months in Didessa and his
pension was stopped. He developed tuberculosis in Didessa and had just finished
treatment in Finfinnee. When he was abducted by government security men around
“Mesalemiya” , near to the City Hotel, in September 1995. He has driven away after his
hands had been tied behind him with plastic rope. According to friends and cooperative
policemen, he was taken to the criminal investigation centre and tortured repeatedly. He
was taken from there to a secret underground prison at Menelik II Palace. Since then,
persistent attempts to discover his whereabouts have failed.
69. Sisay Tarfa ( from Baakkoo, abducted in Burayyuu in 1993)
70. Mulaatuu Qana’aa Barkeessaa (Since 1998)
71. Bekele Abebe Jirata, government worker, abducted in 1995 from Ambo
72. Alsaddiin Sheek Jamaal, (since 1994. Hararghe, Daro Labu District, Aradda Galma Jaju,
ganda Sheik Adam Lencho)
73. Naazif Shaafii, (From Jimma Zone, Sigimo District, ganda Yaaddessoo Boru, Since
2006)
74. Harun Ahmad Damisee ( From West Wallaga, Qondala District , ganda Guddattuu sin
1995)
75. Ahmad Tuntuni Jilo ( from Arsi, Chole District, abducted from Adama in 1995)
76. Teferi Geleta ( Since 1992)
77. Doobbaa (Cherinat) Birasa (Since 1992)
78. Jamal Usso from Hararghe, Kombolcha District (Since 1993)
79. Takele Chilfa from Horro Guduru (Since 1993)
80. Belay Wolde from Horro Guduru (Since 1994)
81. Sheik Mohammed Duri Baaso From Hararghe (Since 1994)
82. Kebede Tariku Engida from Arsi, Jaju District, he was a graduate from AAU and
abducted 1997
83. Hakkim Hassan from Hararghe, Gara Mulata (since 1995)
84. Ewnetu Kaba from Finfinne (Since 1992)
85. Ephrem Kaba from Finfinne (Since 2003)
86. Qalanji Tadesse from Najjo (Since 1992)
87. Husen Uki from Arsi, Qore, (Since 1991)
88. Kooluu Abbaa Booraa (Kabbada)?
89. Ketema Siyoum Deti, Originally from West shoa, Ada’a Barga District, (Since 2003)
90. Barento Boru (Hussein Ahmed Ali) from Hararghe, Chiro District (Since 1995)
91. Basha Hussein, female traditional dancer, Gadaa Band, since 1999. Baashaan kan
dhalatte Godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamannee ganda Maraarooti.
Dubree Baashaa Huseen Baandii Bilisummaa keessatti wallee aadaatiin beekamti.
Dhalattee kan guddatte Godina Arsii aanaa Shaashamannee ganda Mararoo yoo taatu
bara 1999 magaalaa Finfinnee keessatti ukkaamfamtee achi buuteen ishee dhabamee
hafe.

92. Fufa Dhuguma, poet since 1997


93. Darartu Bona, female vocalist, Bale since 1997
94. Abdulhakim (Shefis) singer, Chafe Gada Band, Bale since 1997
95. Adem Wake singer, since 1997
96. Alamuu Soorii (Since 1995)
97. Baqqalaa Addeessaa (1997)
98. Kaasuu Simee (1996)
99. Girmaa Dabalaa (1996)
100. Alamaayyoo Dhugumaa (1996)
101. Shamsaddiin Ahmad (Giddii) (Since 1995) From East Hararghe, Haramaya
District, Halele Locality.
102. Alemu Sori Kitata, from Ambo, was arrested in Maekelawi in 1996 and
disappeared since then.
103. Alula Rorro Saddeta, from Horo Guduru, abducted in Finfine in 1997
104. Malkamu Gudina Dinqa, He was studying in Haramaya University, abducted in
1992.
105. Naashiquu Abbaanashaa Huseen, born in Dodola, abducted in Finfinne in 2000

Abbaa Nashaa Husein, bara 2000 magalaa Finfinnee keessaa


warana wayyanetiin qabamee, amma ammatti bakki ga’e hin beekkamu.

106. Waqgari Mamo


107. Nagasa Ambassa
108. Tarrafaa Galataa
109. Edoo Midhakso, from Arsi Xiyo District. Abducted in 1991
110. Dachasa Bayana Iticha, From East Wallaga, Gida Ayana District. Abducted by
security forces in Finfinne in 1996
111. Asmara Uche
112. Kumala Imana Lammessa, from Ambo. Abducted in 1996
113. Sergeant Girmaye, from Ambo. Abducted in 1996
114. Waquma, from Ambo. Abducted in 1996
115. Tafarraa Beenyaa, From Horro Guduru, Jimmaa Gannat
116. Dajane Beenyaa, From Horro Guduru, Jimmaa Gannat
117. Asfawu Shimellis, From Horro Guduru, Jimma Gannat
118. Umar Galgalo, Bale Dinsho, Ayidda locality. Abducted in 1997 from his home.
119. Shamsaddin Ahmad, since 1997
120. Imiru Gudina, From Nekemte, abducted in 1993
121. Sheik Abadir, from Hararghe, since 1992
122. Bultum Waday Gaade, From Fantallee, since 1994/5
123. Yusuf Mamo Dilbaro from Bale, Dinsho since 1994
124. Nagasa Ararsa, West Arsi, Adaba since 1994
125. Hasan Haro, Bale Dinsho since 1994
126. Mohammed Aliyyi, From Dirre Dhawa since 1994
127. Sheik Imam from Dirre Dawa since 1994
128. Jamal Yusuf Ali, from West Hararghe, since 1994
129. Hunduma Kabaa Osana from Wallaga Najo since 1992
130. Magarsaa Galata from Wallaga, Najo since 1992
131. Dassalegn Nagaasa from Walaga, Najo since 1992
132. Shafi Kedir from Jimma Sigimo since 1994
133. Mizbah Shamsaddin from Jimma Saxxama since 1994
134. Phaulos Basha, a member of parliament in 1992. He was from Wallaga, Lalo
Qile, since 1992
135. Mokonnon Banti (Danu) From Gindabarat, abducted from Finfinne in 1994
136. Ejjeta Hailu Tufa, born in Matakal. He was refugee in Kenya Nairobi. Abducted
in Nairobi in 2003
137. Tamiru Bula, West Wallaga, Ganji, since 1994
138. Ahmad Aliikoo, from Dambi Dollo, abducted in 1993
139. Darara Tuji Galmo (Husen Mohammed) Born in Dhumuga, OLF commander.
Abducted in 1997
140. Aliyan Ahmed Mohammed, from Galamso in 1995
141. Bedhaso Buta Bulbula, since 1994
142. Mohammed Hassan Ibrahim, From Hararghe Haramaya since 1994
143. Kalil Bishiqa, From Jimma Gatara since 1993
144. Adaba Moroda from Qelem Walaga, Dale Wabara Deta Chabal locality since
1994
145. Mohammed Abdi, from Haramaya Halele Locality. Abducted in 1994
146. Mohammad Alaa, from Hararghe Xullo arada Rakkata Fura, since 1992
147. Baqqalaa Dheeressa, from Gindabarat since 1993
148. Hirpha Midhaksa Dhinsa from Gudar. Forced to leave the town by the then
security agent whose name is Abba Giddi Ajjama in 1992. His whereabouts is unknown
till now.
Hirphaa Miidhaksaa Dhiinsaa jedhama. Bara 1992 magaalaa Gudar irraa qabamee achi
buuteen isaa dhabamee hafe. Yeroo sana tika wayyaanee maqaan isaa Abbaa Giddii
Ajjamaa jedhuun akka butametu himama. Erga sanaa maatiin ilma isaanii akka
iyaafatanitti yoona gahan. Ni ajjeestan moo jira?
149. Booboo (Gammadaa) Ittafaa, Mandii
150. Girmee Ittafaa, Mandii

Akkuman iyyaafannoo koo jabeesseen namoonni haaraan as bahaa jiru. Isaan kun
obbolaa lameen Booboo Ittafaa fi Girmee Ittafaa jedhamanidha. Bara 1991 magaalaa
Mandiirraa butamanii haga ammaatti achi buuteen isaanii hin beekamu. Ilmaan Oromoo
waa’een isaanii hibboo ta’e qorachuu, galmeessuu fi akka argaman dhiibbaa gochuu
qabna. Yoo xiqqaate seenaa isaanii barreessinee dhalootaaf ol kaa’uu qabna. Har’a warri
ilmaan keenya ukkaamsan nagaan sooroma bahaa jiru. Namnuu isaan gaafataa hin jiru.
Oromoo dhaddacha itti yakkamtoota kana himatus hin arganne. Eenyutti haa himannu?

151. Abdi Dawed Galmo, from Haramaya, abducted in 1993


152. Eliyas Guddata Rikitu, from OLF Western Oromia leader, abducted in 1993
153. Sirneessaa Galataa Sambatoo, since 1993
Sirneessaa Galataa Sambatoo jedhama. Qabsaa’aa Oromoo ture. Oromiyaa Dhihaa Aanaa
Noolee Kaabbaatti dhalatee guddate. Bara 1984 A.L.I. akkuma baheetti as buuteen isaa
dhabamee.
Oromoonni keessaa fi ala jirtan nuuf iyyaafadhaa! jedhum maatiin isaa.

154. Kamaal Tuntunii Jilaa from Arsi Chole


155. Jalaam H Faqoo, Godina Arsii aanaa Jajuu ganda Dannabaa taken out from Hurso
prison in 1994
156. Margaa Tarfaa , Horro Guduru, Jitilo Najo locality. He was a teacher, abducted in
1994

““Akkuma hundi keenyi beeknu #Sabboontonni #Oromoo hedduun bara 1991 irraa
jalqabee yeroo adda addaatti mootummaa wayyaaneetiin ukkaamfamanii kan maatii fi
firri jiraachuu fi boqochuu isaanii hin beekne hedduu dha. Isaan keessaa tokko barsiisaa
kabajamaa fi quuqama sabaa qabu; kan haqaaf dhaabbatu barsiisaa #MargaaTarfaa
Godina Horroo Guduraa Wallaggaa mana barumsaa Gitiloo irraa isaan keessa tokko. Mee
haa iyyaaffannu!!
Margaa Tarfaa qabsaa`ota Oromoo kanneen akka #Milkeessaa Gadaa fi #Araarsaa
Assabaa warra bara kudha sagal sagaltamoota keessa Wallaggaa naannoo Horrootti
wareegaman waliin kan ture dha. Margaa Tarfaa haalli yeroo sanaa ulfaataa waan tureef
gara Ameerikaatti balali`uuf haalli hundi xumuramee qophii irra osoo jiruuti halkan sana
magaalaa Finfinneetti human tikaa wayyaaneen kan butame. Egaa yoo lubbuun jiraate
ykn yoo du`ee tahes karaa Social media kana akka iyyaafatamu waan dandeessaniin nu
gargaaraa adaraa !!!””

157. Shaambal Tulluu Lammaa. Bara 1993 magaalaa Amboorraa butamee achi
buuteen isaa dhamabe.
Shaambal Tulluu Lammaa. Magaalaa Amboorraa bara 1993 butamee achi buuteen isaa
dhabame. Namoota har’a maqaan isaanii na qaqqabe keessaa tokkodha. Hireen goototaa
fi hooggantoota keenyaa kun beekamuu qaba. Ni ajjeefaman moo lubbuun jiru?

158. Shifaa Qana’aa Born in Nunu Qumba, Walga Locality. Arrested in Dhidhessa,
and disappeared since 1993
159. Darajjee Damee Sakiluu, Dhalootaan Jalduu yoo ta’u bara 1994 basaastota
Wayyaaneen magaalaa Fifinnee keessaa butamee achi buuteen isaa hin beekamu.
160. Sheek Abadir
161. Wadaajoo Gaasoo Waaqayyoo namni kun goota beekamaa yeroo jalqabaatiif
buttaa innaangoo kan qopheessee fi yeroo ce’umsaa harargee ture yeroo ce’umsaa keessa
kan dhabamee fi yeroo ammaa kanas eessa buuteen isaa wallaalame.
162. Mohammad Umar, OLF commander, since 1993
163. Qaasim Musxafaa : Qaasim Musxafaa jedhama. Godina Iluu Abbaa Booraa
Aanaa Algeetii bara 1986 A.L.H sababa sabboonummaa isaatiif weyyaaneen qabamee
achi buuteen isaa hinbeekamne
164. Baqaalaa Getaachoo Tafarraa jedhama. Mucaan kun G/W/Bahaa Aanaa Kiraamuu
Ganda Qoqoffe Garee Carfootti dhalatee kan guddate yommu ta’uu bara 1980 keessa
humnaa mootummaa kanaan achii buuteen isaa dhabame.
165. Amaad Daawid Ali, Since 1993
166. BADIRUU UMAR Maatii harka qalleessa keessatti dhiha wallaaggaa aanaa begii
magaalaa koboritti dhalate Obboloota isaa 7 akka abbaattii jooree jawwaree rakkoo
maatii hunda mataatti baatee guddisaa ture abbaansaas qaama hin beekamneen bakka
hojii idilee isaatti ajjeefamee argame, Sabboonaaf ilmaa ture nama jabaa ture baroota
2000 keessa wbo naannoo dhihaa jiraaniis gargaarsa meessaaf rasaasaa naannoo
danbidolloottii osoo deddeebisuu halli kun waan irratti barameef haxxee itti hidhame
jalaa miliquuf maatiisaa harka qalleessa sana facaasee bara 2002 biyya dhiisee godaane
baruma kana keessa hordoffii diinaa jala seenuun naannoo hararitti akka ukkaamfametu
dubbatama hanga harratti Homaa achi buteensaa miilla bakar waareeti
167. Mitiku Wadajo Amuma
168. Alfiyaa Yusuf Ahmad ykn Hangaatuu jedhamti. Godina Harargee Bahaa
magaalaa Haramayaatti dhalattee guddatte. Barreessituu Jaal Nadhii Gammadaa yoo taatu
isa waliin qabamtee achi buuteen ishee dhabame.
Alfiyaa Yusuuf Amhad ykn Hangaatuu jedhamti. Barreessituu Jaal Nadhii Gammadaa
yoo taatu Godina Harargee Bahaa magaalaa Haramayaatti dhalattee guddatte. Erga gaafa
Jaal Nadhii Gammadaa waliin qabamtee kaasee achi buuteen ishee hin beekamu. Gootni
kun ni ajjeefamtee moo lubbuun jirti?

169. Ibiraahim Usmaan, obboleessa Jaal Nadhii Gammadaa. Innis achi buuteen isaa
dhabamee jira
170. Dhaabaa Amantee Guutee jedhamu baakkootti barsiisaa kan turee fi bara 1993
Boorana keessatti kan harka diinaa bu’e hanga yoonaa bakki buuteen isaa hin beekamne
171. Mulgeetaa Baqqalaa Hirphaa, Wallaggaa Bahaa aanaa Eebantuu ganda Qeelloo.
Bara 1992 magaalaa Finfinnee keessatti humna tikaan butamee achi buuteen isaa
dhabame.

Mulgeetaa Baqqalaa Hirphaa, Wallaggaa Bahaa aanaa Eebantuu ganda Qeelloo. Bara
1992 magaalaa Finfinnee keessatti humna tikaan butamee achi buuteen isaa dhabame.

172. Gammachuu Buttaa Bariisoo, Barataa Ji’oolojii yoo ta’u dhalootaan Arsii Lixaa
aanaa Kofalee ti. Bara 1992 irraa eegalee Baalee irraa qabamee achi buuteen isaa
dhabame.
173. Rashiid Qaasim Ismoo, Godina Arsii aanaa Suudee ganda Abukooy tti dhalate.
Bara 1996 Harargee magaalaa Baddeessaa keessaa butame.
174. Akiliiluu Ayyalaa Saaqqataa jedhama. Boojjii Birmajjii magaalaa Biilaa yoo ta’u
Caamsaa 17, 1994 ganama magaalaa Finfinnee keessaa butame.

Maqaan isaa Akililu Ayyalaa Saaqqataa jedhama. Bakki dhaloottaasaa Boojjii Dirmajjii
Biilaa Barataa kan ture yoo ta’u Caamsa 17, 1994 ganama Magaala Finfinnee keessaa
butamee achi buuteen isaa dhabame.

175. Habtaamuu Barumaa Wiirtuu. Dhalootaan Godina Lixa Wallaggaa aanaa Jaarsoo
ganda Garjoo yoo ta’u, Ministeera Dhimmoota Federaalaatti Gorsaa Dhimma walitti
bu’iinsa Amantii fi Amantootaa Ministeerichaa ta’uun utuu hojjetaa jiruu gaafa
14/11/2005 humnoota tikaan qabamee achi buuteen isaa dhabame. Manni jireenyaa isaa
Kutaa Bulchiinsa Finfinnee naannoo Kolfee Qaraaniyoo bakka addaa Karra Qoree
Timirtibeet Balaay jedhamuun beekamudha.
176. Jamaal Abdulqaadir Ganamoo hiriyaa Nadhii Gammadaa yoo ta’u bara 1994
booda achi buuteen isaa dhabame.
177. Habtaamuu Wayyeessaa Daagaa, Godina Wallagaa Lixaa aanaa Najjoo ganda
Qonnaan Bulaa Gennasaatti dhalatan. Bara 1994 humna tikaan ukkaamfamanii achi
buuteen isaanii hin beekamu.
178. Galmoo (Abdulqaadir Adam) Harargee magaalaa Hirnaa irraa, bara 1997 butamee
achi buuteen isaa dhabame. Haga ammaatti eessa akka jiru hin beekamu.
179. Abdataa Adam, obboleessa isaa Galmoo Adam waliin bara 1997 kan butame yoo
ta’u haga ammaatti eessa buuteen isaa hin beekamu.
180. Obbo Olaanii Bayyanaa Guutamaa, jiraataa magaalaa Dambi Doolloo yoo ta’u
bara 1995 Waajjira Barnootaa magaalaa Dambi Doolloo keessaa humna tikaan butamee
achi buuteen isaa dhabame.
181. Darajjee Damee bara 1994 magaalaa Finfinnee keessa butamee achi buuteen isaa
dhabame.
182. Badhaadhaa Sarbeessaa bara 1994 magaalaa Amboo keessaa qabamee achi
buuteen isaa dhabame. Hanga ammaatti eessa akka jiru hin beekamu.

Badhaadha Sarbeessaa bara 1992 nannoo Ambootti qabame. waggoota 26 gutuu eessatti
akka hidhame hin beekamu

183. Abbaa Nashaa Huseen, bara 2000 Magaalaa Finfinnee keessaa qabamee achi
buuteen isaa dhabamee jira.
184. Jamaal Huseen, bara 1979 irraa miseensa ABO kan ture yoo ta’u bara 1994
Maa’ikelaawwiitti hidhame. Isa booda dhabame.
185. Hiddasaa Dabalaa, 1994 qabamee achi buuteen isaa dhabame.
186. Kadir Junaddiin. Dhalootaan Godina Baaleeti. Miseensummaa ABOn shakkanii
erga ukkaamsaanii waggaa 20 fixeera.
187. Maqaan isaa Ahmed sheikh Umar Ali ja’ama. Nannoo Gaara Mullataa magala
Gobeelletti dhalatee. Jireenyaaf magaala Dirre Dhawaa ganda Lagaharre kara ganda
Guggubaa ja’amutti qubacha ture. Abba ilmaan afurii dhira 3 fii dubra takkati. Muazzina
(nama azaanu) kan duraa kan Masjida Bilal Dirre Dhawati. Bara 1994 keessa Halakan
walakkaa mana isaa, Ilmaan isaa keesa fudhamee hanga ammaatti bakka kana jiraa hin
beekkamu
188. Jaal Huseen Abubaakar Ganamoo(Muldhataa Dirree) Hogganoota waraanaa ABO
baha Oromiyaa keessa tokko kan tahe fi bara 1995 A.L.A..Lola Baale nannoo Gindhiiritti
godhame booda kan dhabame
189. J/ Addeessa Gadaa maqaan dhaloota Amiin Abdoo k/J / ABO fi Barreessa
dhaabaa tahee bara 2000 keessa filame. Sanaan booda dirqamniiitii laatamee Finfinnee
dhufee bara 2001 harka diinaatti kufe. J/Addeessan kan dhalate G/Baalee Aanaa Dalloo
Mannaa Abbaa isaa Abdoo Tukkoo fi Haadha isaa Makkaa Usmaan yoo ta’u barnoota
seenaan bara 1991 eebbifame.
190. J/Muzayyan Hasan Abba Duulaa jedhama kan dhalate godina Wallagaa Farmakiis
(Kober,Begii) dha. 1996 Gimbii irraa osoo Finfinnee deemaa jiru mootummaa
Wayyaaneetiin ukkaamsame
191. Roobaa Maammada Harargee magaalaa Haramayaa keessaa bara 1994 humnoota
tikaan butamee achi buuteen isaa dhabame. Hanga ammaatti eessa akka jiru hin beekamu.
Yeroo sanatti umriin isaa ganna 18 ture
192. Firdiisaa Bayyanaa Hordofaa Go/Ho/Guduruu magaalaa Jaardagaa keessaa bara
1992 tti humnoota tikaan butame. Hanga ammaatti eessa akka jiru hin beekamu.
193. Saafawoo Tufaa jedhama. Dhaloonni isaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Arsii
Nageellee ganda Godee Duurooti. Bara 1992 Qabsaa’ota keenya dhabaman keessaa innis
tokko
194. Jaal Tujii Raggaasa hoggaana waraanaa ABO ture chaartaraa keeysa dhabamsisan
keessaa isa tokko. Erga bara 1992 ukkaamfamee eessa akka buufame hin beekamu.
195. BEFEKADU DISASSAA: Col. Befekadu was born in Iluu Abbaa Bor. When the
Derg regime was over thrown as a person who has never been involved in any anti-
human activity, there was not any pretext for the TPLF Gestapo to apprehend him.
However, he was collected from his home in Finfinnee H. 10 K. 02/275 on 21.04.1992.
Since then Col.Befekadu has never been seen.
196. Eferem (Xibabu) Kaba: He Born in Najjo, West Wollega. He was detained in
Finfinnee after visiting a friend of his in November 2000. His acquaintance and he had
been detained for ten days in March 2000. According to his friend, now seeking asylum
in England, his disappearance was reported on abducted from Finfinnee 17 November
2000 by Seife Nebelbal newspaper and subsequent enquiries by family and by ICRC
have failed to reveal his whereabouts (OSG press release nr. 39)
197. Daniel (Ida’a) Akkuma: was a senior member of the OLF and was unarmed
civilian cadre when he was arrested in Finfinnee (Addis Ababa) in 1992. Since then the
whereabouts of him is unknown
198. Hasan Abiraahim, Harargee Bahaa aanaa Dadar magaalaa Soqeetti dhalate. Bara
1991 humna tikaan ukkaamfame.
199. Jaal Bareentoo Boruu (Husseen Ahmad Alii) Abbaa isaa obbo Ahmad Alii Boruu
tii fi haadha isaa Aadde Mardiyaa Yuusuf Dibloorraa Goodina Harargee Lixaa Aanaa
Ciroo Ganda baqqalootti dhalate. Akkuma Baruumsa isaa xumureen sirna mootummaa
dargii keessatti yeroo gabaabaa keessatti Araddaarraa hanga Goodinaatti hooggansa adda
addaarra tureera. Haaluma kanaan naannoo bara 1972 ALI tti Bulchaa Aanaa ciroo
(የጭሮ ወረዳ ገበሬ ማህበር ሊቀመንበር) ta’uudhaan akkasumas naannoo bara 1975 ALI itti
Aanaa Bulchaa Goodina (kutaa biyyaa) Harargee (የሀረርጌ ክፍለ ሀገር ምክትል ሊቀመንበር)
ta’uudhaa hoojjachaa osoo jiruu bara 1976 ALI keessa qabamee dhaaba ABO wajjiin
Hariiroo qabda jedhamee waggaa 3(sadii) oliif mana hidhaa Hararitti erga hidhamee
booda naannoo 1979 ALI hidhaadhaa bahee yeroo muraasa erga turee booda qaama
guutuudhaan qabsoo ABO tti dabalame. Haaluma kanaan jalqabarratti Bulchaa konyaa
Malkaa balloo ta’uudhaan magaalaa Harawaacaa turee yeroo muraasa booda immoo gara
magaalaa Dadar ol dhufuudhaan miseensa koree giddu galeessa ABO akkasumas itti
Aanaa fi barreessaa Jaal Nadhii Gammadaa ta’uudhaan hoojjachaa tureera. Haa ta’uu
malee bara 1995 irraa eegalee achi buuteen isaa hin beekkamne. Akkuma waahillan
isaatti Mana hidha keessa akka jiru odeeffannoo hedduutu jira. Kanaaf yoo mana hidhaa
wayyaanee jiraates isaa fi Hidhamtoonni siyaasaa hafan hundi akka nuuf hiikaman jechaa
yoo iddoo biraa jiraates namni odeeffanoo qabdan nuu gargaaraa isiniin jenna maatiin
isaa

JAAL BAREENTOO BORUU Itti Aanaa fi Barreessaan JAAL NADHII GAMMADAA


Eessa jira?

200. Jaal Qananii, Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti dhalatte. Miseensa WBO kan turte yoo
taatu bara 1992 qabamtee achi buuteen ishee dhabame.
Jamal Hussein, whose imprisonment reported was in Maikelawi Interrogation Centre, has been
disappeared from there and last heard of in 1994. Jemal Hussein was an unarmed civilian and the
member of the OLF since 1979

“Beeksisa Caalchisaa jedhama. Dhalataa Xiqur Incinnii (Dirree incinnii) ti. As buuteen isaa hin
beekkamu. Obboleessa isaa Eebbisaa Caalchisaa Wayyaaneen bara 1992 ajjeeste. Osoo harmeen
keenya yoom dhufa jettee karaa eegduu gaddi biraallee dabalame. Gammachiis Caalchisaa fi
Waaqumaa Caalchisaa rasaasaan ammas rukutamuun mullate. Waaqumaa akka lukki isaa citu
yoo murtaa’u harmeen keenya battalatti of ajjeesan. Gammachiis yeroof biyya ambaatti baqatee
jira. Beeksisaan eessa jiraa?”
“Barsiisaa MAAMMOO NAMARRAA jedhama. Godina wallagga lixaa aanaa Gimbii magaalaa
Gambeelaatti dhalate. ABO dha jechuun wayyaanen utuu balaaleffattuu. Bara 1984 rasaasa
afuriin(4) rukutamee. Yerooti gara yeroottis mana hidhaa lafa jalaatti fi dukkaanaatti gidirfamaa
kan ture. Sana irraas lubbun hafee qabsoo ummata oromoo hara’aaf karaa kan ta’e. Sana birattis
oggummaa barsiisummaan uummata isa tajaajilaa kan ture, bara 1988 loltuu wayyaaneen
butamee eessa buuteen isaa hin beekamu.”
“Obbo Olaanii Beyyenee Guutamaa jedhama. Jiraataa Magaalaa Dambi Dolloo ture. Bara 1987
osoo Waajjiraa Barnootaa Magaalaa Dambi Dolloo keessaa hojjetaa jiruu dhimma siyaasaf
qabamee eessa buuteen isaa dhabameera. Hanga yoonaa #maatii fi #firoottan isaa barbaadaa
jirra. Obbo Olaanii kan agartaan biyya keessas ta’ee biyya alaa kan jirtaan oromoon hundi
akkasumaas mana hidhaa Wayyaanee keessatti kan argitan yoo jiraatan (warri mana hidhaa
baataan) as jiraa nama kanaa maaloo nu beeksisaa. #ljjoollee isaani lammaan irraa!”
“#Iyyaafannoo #Obbo Habtaamuu Barunaa Wiirtuu bakka dhaloota isaa naannoo Oroomiyaa
G/W/Lixaa Aanaa Jaarsoo Ganda B/Garjoo yeroo ta’an bakki hojii isaanii Miniistera Dhimmoota
Fedeeralaatti Gorsaa Olaanaa Dhimma Walitti Bu’iinsa Amantaa fi Amantootaa Ministeerichaa
ta’uun nama hojjechaa ture yeroo ta’u gaafa 14/11/2005 ganama keessaa sa’aa 2:30 tti humna
wayyaanotaan butamee hanga ammaatti eessa buuteen isaa dhabamee jira, mana jireenya isaanii
magaalaa finfinnee kutaa kolfee qaraniyoo naannoo addaa kaarraa qoree timirti beet baalayi
jedhamee beekamuuti butame hanga ammaatti bakka inni jiru wallaalamee kan jiru waan ta’eef,
1) Mana hojii hojjeechaa jiruu deggersi qaama nama kana barbaaduuf taasifame ga’aa kan hin
tanee fi miindaa nama kanaa dhabanii kan jiran ta’uu 2) Nama kana barbaadanii yakka qaba yoo
ta’e seerratti dhiyeessuuf,akkasumas ni du’e yoo ta’e maatii akka aadaati boossisuuf qaamooleen
mootummaa #Lammaa dabalatee akka lammi tokkootti itti gaafatamummaa isarraa eegamu
hanga ammaatti hin ba’in jira. bu’uuruma kanaan yeroo ammaa kana maatii (haat warra isaa
Adde Busunash Dinquu fi ilmaan dhiiraa isaanii lamaan) rakkoof saaxilamanii jiru.
…….#Injifannoon_ Keenya,”
Jaal Soreessaa Tolaa Rundaasaa miseensa shanee Gumii ABO fi dhalataa Godina Wallagga
Bahaa Aanaa Boneyaa Boshee kan ture, bara 1990 loltuu wayyaaneetiin butamee, erga yeroo
sanaatii bakka inni jiru hin baramne.
Moosisaa Jandoo Ayyaanaa jedhamu Dhalataa Godina Showaa Lixaa aanaa Geedoo ganda
Jaarsoo Dirree Gadaatti kan dhalatan yoo ta’u, bara 1984 mana barumsaa magaalaa Ambootti
osoo barachaa jiranii butamanii bakka bu’aan isaanii hanga ammaatti waan hin baramneef maatii
fi firoonni isaanii waan argachuu hin dandeenyeef lammiin lammidhaaf deeggarsa godhee suura
kanaan akka nuuf barbaaddan kabajaan isin gaafanna.

Akiliiluu Gannatii Lamuu Caamsaa 17, 1994 mana jireenyaa isaa kan Kaazanchisitti argamu
keessaa obboleessa isaa Jireenyaa Gannatii fi nama biro Mitikkuu Wadaajoo Akkumaa jedhamu
waliin ukkaamfame. Hanga har’aatti achi buuteen isaa hin beekamu.
Jireenyaa Gannatii Jaafaroo Caamsaa 17, 1994 ganama ukkaamfame. Dargaggeessi kun ergasii
achi buuteen isaa hin beekamne. Maatiin isaa hanga ammaatti iyyaafatu. Obsa nama dhorka!
#EessaJira? “Shambal Gadissaa Ulfaata Dilboo jedhama bakki dhalootasa Wallaga Bahaa Anaa
Gobbuu Sayyoo (Annoo) dha, bakki jireenya Naqamtee ture, maatiinsaaf ijooleensaa amma
Naqamtee jiraatu miseensa ABO waan tureef dhookatee dhufa ture maatiisa bira
security(dahninatii) ollaatti ramadamee eega ture dhufaatisa erga bara 1990 kaasee garuu manatti
hin deebine, qabamee ma’akalawii seene oduun jedhu dhagahamee ture, bara 1987/8 Finfinnetti
rukutamee odeeffanno fudhatee du’aa jedhaanii Hospitala Xuqur Ambasatti aalsiisanii ergasii
gargarsa doktaroota Oromoodhaan miliqee ba’ee ture hanga bara 1990 ttis maatii bira hin dhufa
ture.”
#EessaJira? “Alamayyoo Baqqalaa Gammadaa jedhama. Godina wallagga Bahaa Magaalaa
naqamtetti Ganda 02 Jaatoo bakka jedhamutti dhalatee. Bara 1984 Adda Bilisummaa Oromootti
makamee naannaa Gullallee akka ture jaalleewwansaan odeeffamaa ture. Ergi bara 1984 tii achi
buuteen isaa dhabamee waan jiruuf nuuf iyyaafadhaa. Maatiiwwansaa Magaalaa Naqamteerraa.”

Iyyaafaannoo: Maqan isaa Aliiyi Mussa Ahamad ja’ama G/H/baha


Aanaa dadar magaala qobboo A.L.A 1987 ttii waarana waayyaneettiin kan buttame iddoo hujii
isatii duukana(shaaqaxa)isa keessaa kan fuudhan aliyyiin nama QBO ttiif dabbalee tahe
gumaachaa guddaa gumaachaa ture aliyyiin nama riiqicha fi gaaddisaa QBO tahe malaaqa
sassaabun WBO jajjabeesa ture fi hawaasa kakaasa wallittii jaara yeroo A.L.A 1987 ttii isaa
ukkamsanii fudhanii guyyaa 5 booda qabeenyaa duukana isa makiina jala dhaabannii saaman
egaa gaafas dhabamsiisani hanga arrattii achii buute isaa dhabnee nuf iyyaafadhaa. hora bula
deebana!

You might also like