Mana Murtii Aanaa Qimbibiitif Shanoo

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Guyyaa 30/5/2009

Mana Murtii Aanaa Qimbibiitif

Shanoo

Iyyattuun: Addee Balaayinash Xilaahun Takluu

Waamamaan: Obbo Nigus Kabbadaa Abbabaa

Ana iyyattuu fi waamamaa jidduu dhimma waliigaltee fuudhaa fi heerumaa


diiguu mormii jiru ilaalchisee bu’ura S/S/H/H/ lakk 204 fi 205tin qabeenyi
gamtaa akka kabajamu iyyata kakuun mirkanaa’ee dhiyaatedha

Iyyanni gaa’elli naaf yaajiguu dhiyaate hanga murtii argatutti harka


waamamaatti iddoo fi manni jireenyaa isa harkatti argamu fi qabeenyi sochoo’u
baay’inni isaa horiin sadi (3) kan ta’an horiin gaafaa harka isaatti kan
argaman. Horiin kunis:

1 Sa’a bifti guraacha burree ta’e jabbii isaa waliin tilmaamni 30,000(kuma
soddoma)

2. Raada bifti ishii gurraatti burree taate tilmaamni 8000(kuma saddeet) kana
baasu harka waamamaatti kan argaman waan ta’eef qulqullaayee hanga
murtii argatutti qabeenyi akka hin gurguramne,akka hin jijjiiramne bu’ura
S/S/H/H/ lakk.154tin kabajamee akka turu murtiin akka itti naaf kennamu
kabajaan gaafadha. Kunis dhugumaan kan dhiyaate ta’uu isaa bu’ura
S/S/H/H/ lakk.92tin mirkaneesse dhiyeesse jira.

You might also like