Professional Documents
Culture Documents
4 5796205816474241689 PDF
4 5796205816474241689 PDF
firiiku’eensii _KHz gara garaatiinii fi saatalaayitii firiiku’eensii 12,521 Mhz –OBN irraa kallattiin sa’aa 14tiif tamsa’u
tamsaasa
Barnootaa Barnootaa
Kutaa
kutaa
kutaa
kutaa
kutaa
Barnootaa Barnootaa Barnootaa
Baru
hubachiisa : Afaan Ingiliizii kutaa 1- 6 guyyoota afur tamsa’a; barannoo guyyaa guyyaan tamsa’u kun
adda addaa/haaraa/ waan ta’eef hundaa dhaggeeffachuun barachuudha.
Tamsaasni barnoota raadiyoo seemisteera 2 ffaa kun duubatti deebi’ee irra deebiidhaan kan
tamsa’u waan ta’eef barattootni mana isaanitti akka dhaggeeffatanii irraa qayyabatan.
Tamsaasni barnoota raadiyoo seemisteera 2 ffaa kun Bitooteessa 28/2012 eegalee hanga qorumsa
seemisteera 2ffaa kennamutti kan qilleensa irra oolu ta’a.
Guyyaa Ayyaanaa Tamsaasni Barnoota Raadiyoo hin Jiru.