Adeemsa Ittiin Madaalliin Gaggeeffamu

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

07/08/07

Adeemsa ittiin madaalliin gaggeeffamu

1. Godina waliin mari’achuu, iddoowwan ilaalaman waliin filachuu


+Gareen tokko
 anaalee 4
 buufataalee fayyaa 4x1=4
 kellaawwan fayyaa 4x1 =4
 gandoota =4
 ganda tokko keessaa yoo xiqqate garee misoomaa 1 ilaaluu
 garee misoomaa tokko keessaa yoo xiqqate 1-5 tokko ilaaluu
 manneen maatii 5 ganda tokko keessaa ilaaluu
2. ogeeyyiin godinaa hordoffii gaggeeffamu keessatti akka qooda fudhatan taasisuu
3. gareen hordoffii kana gaggeessu kallattii ittiin hojiin hojjetamuu qabu qabsiisaa fi hojimaata
diriirsaa, hanqinaalee mul’ataniif kallattii furmaataa kennaa deema.
4. Duub deebii barbaachisaa ta’e sadarkaa godinaatti koree manaajimantii waajjira fayyaa godinaa,
koree qindeessituu fi komaand poostii godinaatiif xumura irratti ni kennama
5. Gabaasa hojii dirree kanaa qindeessuutiin BEFOf dhiyeessuu qabu
6. Gabaasni kun duub deebii godinaaf kennamuu fi ‘Power point’ kan dabalatu ta’a.
7. Gabaasni godina tokkoo bakka tokkotti qindaa’ee kan dhiyaatu ta’a.

You might also like