G1 AO L4 - Note PDF

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Lesson Four

Barannoo 18
Fakkiilee fi maqaa isaanii
Hiikaa Jechootaa
1. Tapha qillee = tapha yeroo ayyaana Gannaa taphatamu
2. Vgeessa Fayyaa = Doktara ykn kan dhukkubsataa walaa’nu
3. Qonnaan bulaa = qotee bulaa ykn oomishee bulaa
4. Konkolaachisa = nama konkolaataa oofu
5. Mana barumsaa = bakka beekumsa itti argannu dha.
Barannoo 19
Himoota dubbisuu fi irra deebi uun si’a tokko barreessuu (kitaaba keessan fuula 74)
 Techoota Gabatee keessatti kennaman keessaa filachuun Himoota itti aananii jiranu
guutuu taasisuu
Barnoota rafe cimaa
Uffata madda bite

1. Dhaabaan barataa __________dha


2. Mootiin siree irraa _______________
3. Ganameen ___________miiccatte
4. Bariisoon Hoolaa Booqaa _______________
5. Mannibarnootaa _____________ beekumsaati
6. Kuulaniin daree _________________ qulqulleessite

You might also like