G2 Mat AO L1 - Note PDF

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

Barnoota Herregaa Kutaa 2ffaa

Qoyyaboota Bu’uura Herregaa Afran Lakkoofsota Hundaa hanga 100 jiran


irratti

BARANNOO 1 : Ida’uu

Ida’uu jechuun walitti dabalu jechuudha.

Lakkoofsota hundaa lama haftee malee yommuu idaanu gara mirgaa irraa
eegaluudhaan mana tokkee, mana kudhanii,mana dhibbaa jiran tartiiban idaana.

Fakkeenya1:Lakkoofsota kanneen Qoyyabaa.

a.23+36 c.32+45

b.43+52 d.55+13 e.64+25

furmaata: a. 23 3+6=9 Dursa tokkeewwan,itti aansun

+36 kurnoota ida’i.

=59

b. 43 3+2=5 c. 32 2+5=7

+ 52 4+5=9 + 45 3+4=7

=95 =77

d. 55 5+3=8 e. 64 4+5=9

+13 5+1=6 +25 6+2=8

=68 =89
Hub:Tokkeewwan yommuu idaanu 10 ykn 10 ol yoo ta’e mana tokkee
ida’amichaa barreessun mana kudhanii, mana itti aanu waliin idaana.

Fkn : a.26 jalqaba tokkeewwan ida’i.


+7 6+7=13 (3barreessinee kudhanii tokko qabna).
=33 Itti aansun kurnoota gubbaatti 1 barreessun kurnoota ida’i.
1+2=3

b.38 c.82 d.66 e.29

+28 +18 +28 + 48

=----- =------ =------ =------

Furmaata :b.38 jalqaba tokkeewwan ida’i.

+28 8+8=16

=66

Itti aansun kurnoota ida’i.

1+3+2=6

You might also like