Professional Documents
Culture Documents
KReadiness Family Guidelines OROMO
KReadiness Family Guidelines OROMO
KReadiness Family Guidelines OROMO
Warri barattootaa barsiisaa daa'immanii kan dursaa ta'uu isaaniitif ga'ee guddaa qabu. Daa'imman karaa adda
addaatii fi saffissa garaagaraatin ni baratu. Ogummaa adda addaatiin mana barumsaa dhufu. Qajeelfamni kun
ogummaa tokko tokko daa'imman sadarkaa oolmaa daa'immaniitiif qophaa'uuf barbaachisan naannolee guddinaa
Dursa Olmaa Daa'immani -3 ja'a irratti ni ibsa. Kan armaan gaditti caqasaman mucaa kessan mana barumsaaf qophii taasisuuf haala wajjin
Waliigala Aanichaa hojjachuu dandeessan kan yaada isinii kennuudha.
Mucaan koo
Irratti
kana
hojjachaa
Waliigaltee namaan wajjinii/ Wanta itti dhagayamu jirra.
hojjachuu ni
danda'a.
1 Mucaan koo qajeelcha sadarkaa 2 sirritti ni hordofa, kan sadarkaa 3 hordofuu calqabee jira.
Mucaan koo want yeroo yeroon gochuu qabu ni yaadata, ni hordofa. (fk. Irbaata, qaama dhiqachuu, ilkaan qulqulleessu,
2 kitaaba yeroo galgalaa dubbisuu,bakka siree deemuu).
3 Mucaan koo kan itti dhagayamu ni ibsa. (fk: Gammaduu, Gadduu, dinqisiifamuu).
9 Mucaan koo hiruu, dabaree isaa eeggachuufi warra kaan gargaaruu ni danda'a.
13 Mucaan koo hiriyoota isaa umurii walqixaa wajjin yeroo hunda xaphachuuf carraa qaba.
Mucaan koo
Irratti
kana
hojjachaa
Guddina Qaamaa jirra.
hojjachuu ni
danda'a.
1 Mucaan koo fiiguu fi utaaluu ni danda'a.
7 Mucaan koo kan akka ziippi fi qabduu ykn qulfii ufataa banuu ni danda'a.
Mucaan koo
Irratti kana
2 Mucaan koo waantoolii beekamoo ta'an maqaa isaanii jecha isaatiin ni ibsa.
6 Mucaan koo waa'ee waantoolii kanaan dura ta'anii tokko tokkoon hodeessuu ni danda'a.
7 Mucaan koo dhimma tokko irrattii nama biroo wajjiin dabareedhaan hodeessuu ni danda'a.
Oromo
Mucaan koo
Irratti
kana
Guddina Sammuu hojjachaa jirra
hojjachuu ni
4 Mucaan koo meeshaalee haalluu, bifa ykn guddina isaaniitii fi kkf. addaan baasuu ni danda'a.
5 Mucaan koo bakka tokko taa'uu, dhimma tokkoof xiyyeeffannoo kennuu fi hojii tokko irratti turuu ni danda'a.
Mucaan koo
Irratti
kana
Barruulee hojjachaa jirra
hojjachuu ni
2 Mucaan koo jechoota sagalee tokkoon calqaban ni beeka. (fakeenyaaf: big, brown, bear).
3 Mucaan koo kutaalee jechootaa dhaga'uu ni danda'a. (fakkenyaaf: hap-py, Kutaa 2 ykn. birsaga 2).
4 Mucaan koo qubee guguddaa 10-20 ta'anuu fi qubee xixiqqaa 10-20 ta'an addaan baasee ni beeka.
5 Mucaan koo sagalee qubee 10-20 ta'an haala gaariidhaan jechuu ni danda'a.
6 Mucaan koo kutqaalee kitaabaa addaan baasee ni beeka: cuqqaala, mataduree, fuula, jechoota, kkf.
7 Mucaan koo nama guddaa wajjin kitaaba ni dubbisa, guyyaa guyyaan seenaa nidhaggeeffata, irra deebi'ee ni hima.
9 Mucaan koo maqaa isaa ni barreessa akkasumas qubee isaa addaan baasee ni beeka.
2 Mucaan koo sagalee isaa olkaasuun tartiibaan hanga 20 tti lakkaa'uu ni danda'a.
3 Mucaan koo jechoota kan akka baa'yee, xiqqaa fi walqixa jedhan hubachuu jalqabee jira.
5 Mucaan koo lakoobsa 1-10 meeshalota lakaawaman wajjin waliin qunnamsiisuu ni danada'a.
6 Mucaan koo bifoota beekamoo garaa gar addaan baasee ni beeka. (fak: giingo, golarfee, bukke sadi, kkf.)
7 Mucaan koo bifoowwan salphaa ta'an waliin qindeessuufi addaan baasuu ni danda'a.
8 Mucaan koo meeshaalee taphaa ittin safaraniin xhaphachuu ni danda'a (fak: Siinii, maankaa, sarartuu, kkf).
9 Mucaan koo guddina, fakki fi ulfina wanta adda addaa ibsuuf jechoota ni fayyadama(fak: guddaa, giingoo, ulfaataa).
10 Mucaan koo waantoolii adda addaa tartiibaan ka'uu ni danda'a (fak: 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa).
Mucaan koo
Irratti
kana
Odeeffannoo Dhuunffaa hojjachaa jirra
hojjachuu ni
1 Mucaan koo maqaa isaa duraa kan dhumaa fi kan warra isaa ni beeka.
3 Mucaan koo maqaa kutaa qaamaa 10 ni beeka (mataa, gateetti, jilba, quba , kkf.).
Oromo