Download as odt, pdf, or txt
Download as odt, pdf, or txt
You are on page 1of 11

KAROORA A DALDALA

MAQAA DHAABBATICHA: OLMAA DAA`IMMANI ABDII


BOORII

ABBAA QABEENYA DHAABBATICHA:


Aggaaroo, muddee 2013

Baafata

Qabiyye
Fuula
1.Seensa...................................................................................................................................................... 3
1.2.Kayyoo .............................................................................................................................................. 3
1.3.Waliigalaa Waa`ee Dhabbaaticha...................................................................................................... 3
1.3.1.Da`iimman irraa wanta eegamu.................................................................................................. 3
1.3.2.Hojjatoonni irraa wanta eegaamu.............................................................................................. 4
1.3.3.Maatii irraa wanta eegaamu....................................................................................................... 4
1.3.4.Haala Gamaaggama ................................................................................................................... 4
2.Haala Keessaa fi Alaa................................................................................................................................ 5
3.Naannoo piroojektichaa........................................................................................................................... 5
3.1.Ijaarsa kutaale.................................................................................................................................... 6
4.Burqaa faayinaansii dhabbatichaa............................................................................................................ 6
5.Bulchiinsa.................................................................................................................................................. 6
6.Waliigala fayiinansi .................................................................................................................................. 7
6.1.Baasii hojii ademsiftuu....................................................................................................................... 7
6.2.Kaappitala ka'uumsa.......................................................................................................................... 7
6.3.Madda fayinaansi............................................................................................................................... 8
6.4.Ibsa bu'aa fi kisaara waggaa............................................................................................................... 8
6.5.Karoora maallaqa dhangalaa'a(cash flow plan)............................................................................... 10
1. Seensa
Akka adduniyaatti baroota darban heddu dandeetti ijoolee guddisuufi fulduratti hoggantoota
biyyaa qopheesuu irratti daa'imman Mana barnootatti ergamaniiru. Akka muxannoo biyyaa
keenyatti ijooleen warreen soreessa gara Mana baruumsa amantaattiyeggu deeman, irraa
hedduun ijoolee qonnan bulaa gara qonnatti erguun qonna keessatti akka guddatan ta'eera. Hata'u
male akka bara ammayyatti akka dandeetti nama dhuumfatti qaama midhamtootni, saala, sanyii,
haala hawaasumma fi dinaagde fi addadumma birootti tilmaama keessaa galchuun barumsii akka
idileetti mirga dhala nama ta'e beekamtin kennamerafii. Akka lakkofsa Awurooppatti bara 1948
akka mirga dhala nama adduniyaatti fi akka waliigalte mirga ijoolee dhabbata idil adduniyaatti fi
booda serri dhabbata adduniyaa UNCRC bara 1989 erga mirkaana'easi tokko tokkon daa'immani
akka mirga dhala namatti baruumsi mirga ta'eera. Guuyya kana jalqabe ijoolee barsiisun akka
mirga dhala namafi akka toofta investimantiitti fudhatameera. Kanaafu nutis kana hubachuun
baruumsa idileen duraa daa'imman akka argatan rakkoo naannoo keenya hubaachuun olmaa
daa'immani Abdii borii kana Aanaa Goomma magaala Coceetti banuuf karoora daldala kana
qopheessinerra.

1.1. Galma

Daa'imman barsiisu, kunuunsu fi fayyumma jara eegun karoora baroota dhufan kurnaan kessaatti
doofumma parsanta 20 hir'iisu fi dinaagde dhuunfa keenya olguddisuudha.

1.2. Kayyoo
Olmaa daa`immanii ykn Ijoolee eeguu, gargaaruu fi barsiisuu; barumsaan,qaamanis fi
hawaasumman guutummaan guutuutti dandeettijaara olkaasu ta`eerakkoo dinagdeeakka
naannootti maatii daa`immani iirratti mul`aatu hiikudha.
1.3. Waliigalaa Waa`ee Dhabbaaticha
1.3.1. Da`iimman irraa wanta eegamu
 Tokko kan biroo eeguu

 Walkabajuu fi qaluuxee ta`uu

 Addaddumman maalis haata`u`kan biroo kan simatu ta`u

 Gocha jaraatif ittigaafatamuu

 Waan dandaa`an gochuu

 Ijjaannoo mata ofii qabaachuu

 Baruumsa keessaatti hirmaanna ho`aa qabaachuu

1.3.2. Hojjatoonni irraa wanta eegaamu


 Tilmaama ol`aanoo qabaachuu

 Ittigaafatamuuma hamiile baraattota jajjabessuu

 Naannoo nageenya qabu horachuu

 Addadummaa nama dhuunfaf beekamtii kennu fi kabajuu

 Jijjirama hordoofuu fi dugdeebii kennu

 Baruu fi barsiisuu keessatti qabiyyee hundaan gahaa ta`uu

1.3.3. Maatii irraa wanta eegaamu


 Barsiisoota ijoolee isaani waliin walitti dhufeenya gaarii qabachuu

 Bariisoota fi mana baruumsa waliin yaada ifaa fi kabaja qabu waljijjiruu

 Ijoolee isaani mana baruumsatti yeroo hundaa erguu.


1.3.4. Haala Gamaaggama
Adeemsi qorannoo keenya ragaa irratti kan hundaa`e, ittifuufa, walsimataa fi akkasumaas
sadarkaa bu`aa barattoota irratti hundoofne murtii kenna adeemna. Barattoota hundaa hanga
dandaa`amen dandeetti jaraa olkaasuun ragaa guutuu qabachaa, walsimsiisa fi gamaaggama
adeemu. Ni barsiifnas ni gamaaggamnas.

Akkatumma adeemsa qorannoo keenya bara baraan:-

 Ragaa mana baruumsa tarreessuu

 Ragaa murtii barsiisota kan mana barumsaa keenya kan seemisteera 1ffaa fi 2ffaa
gamaaggamu

 Qophii simaanna jalqabaa barattoota gamagamaa adeemu

 Ragaa barnootaan alaa keessaa deebiin gamaaggamaa fi gara fuduraatti akka murtootti
fudhachuu

 Gamaaggama karoora daldala fi hojjata qorachuu

 Hojii qulfii barnoota irratti rawwii fi karoora gamaaggamu

 Waggaa waggaan argannoo haara ripoortii waggaa iraatti maxxansuu

 Gamaaggama Oditii keenya muxaannoo hojii gaarii mana baruumsa fi ragaa gutuu hordooffi
fi to`aanno irratti hundaa`edha.

Qorannoo maamiltoota

Maamiltootni ykn maatii daa'immani haala jireenya dinaagde naannoo gaalii gadi Aanaa irraa
hanga ol'aana qoranne gaatii giddu galeessa ta'e daa'ima tokko irraa qarshii 200 gaatii ji'aatti
kanfalan qoranne murteessinerra. Akkasumaas daa'imman 140(dhibbaf afurtama fudhatee
barsiisuf kunuunsuuf karoorfateera.
2. Haala Keessaa fi Alaa
Namootni Magaalaa Coocee fi gandootni naannoo ishee ijoolee isaani olmaa daa`immani
dhihoo fi sirrii ta`e hin qabanu. Halli kun rakkoo ummata fedhii barnoota irratti qaban
olmaa da`immani hammayyawaa ta`an ijaaruun furmaata ta`ee argameera. Kanaafuu
dorgomaa olmaa daa`immani dhuunfa kan hin jirre ta`u fi kunis carraa gaarii alaa ta`uusaati.

3. Naannoo piroojektichaa
Olmaan daa`immani kun kan ijaaramu Naannoo Oroomiyaa godina Jimmaa Aaana
Gommaa Magaala Cocee bakka addaa jedhamuutti. Bakkiichi kan argamu daandii gubbaa
irraa meetira ........ kan argamudha.

3.1. Ijaarsa kutaale


Olmaan daa'immanicha Kutaale barnoota sadi(3), biroo 1(tokko), kutaa nyaata
daa'immani1(tokko) fi kutaa mana fincaani 3(sadii) kan qabu.

1. Kutaa A ykn KG-1 kareemetira 16(16m2) kan qabudha.

2. Kutaa B ykn KG-2 kareemetira 16(16m2) kan qabudha.

3. Kutaa ykn KG-3 kareemetira 9(9m2) kan qabudha.

4. Kutaa nyaata daa'immanikareemetira 9(9m2) kan qabudha.

5. Kutaa mana fincaani daa'immani istandaardii Isa eeggate kutaa 3(sadii) qabu kan of
keessaaqabudha.

Walumaagalatti manni baruumsicha lafa bal'iinakareemetira 800(dhibba saddet) irratti kan


ijaaramu ta'u. Halli iddoo hojichaa nama dhuunfa irraa kireeffachun akka ta'e.
4. Burqaa faayinaansii dhabbatichaa
Piroojektichi burqaa faayinaansi kennaa addaa hin qabu. Abbaa qabeenya mana
baruumsicha fi maatii barattoota deggarsa argannun irraa qarshii argamuun kan hojjatamu
ta`un beekamadha.

5. Bulchiinsa
Akkuma beekamu rakkoo walxaaxa diinagdee adduniyaa fi biyyaa keenya qoraa jirurakkoo
hoji dhabdumma humna nama baratee fi hin baranneti. Nutis kana hubachuun Olmaan
daa'immani Abdi Borii kun carraa hojii namoota 5(Shani)'f uumuf karoorfachuu keenya
karoora daldala kana keessatti ibsameera. Halli bulchiinsa Humni nama keenya gabaate
armaan gaditin bsameera.

Lakk Ittigaafatamuma fi gosa baruumsa Saala Baay'ina nama Mindaa ji'aa Y a a d a


1 D i p l o o m a Dub 1 2 0 0 0
2 Kutaa 12(kudha lama) kan xumure D h i 1 1 5 0 0
3 Kunuunsitu daa'immani Dub 1 1 5 0 0
4 Qulqullessitu Dub 1 5 0 0
5 Kutaa 12(kudha lama) kan xumurte Dub 1 1 0 0 0

Hojjatootni keenya hunduu karoora qulqullina barnoota mootumman baasee jiru irraa
dhaabbachun fedhiidaa'immani fi maatii daa'immani guutuun hojimaata dhabbatichati.

6. Waliigala fayiinansi
6.1. Baasii hojii ademsiftuu
Lakk Gosa baasii Safartuu Baay'ina Gaatii tokko Gaatii
hundaa
Qarshii San Qarshii
1 B aas ii mees h a
Deeskii ykn tessuma Lakk 2 4 1000 0 0 24000
Gabatee gurracha Lakk 3 9 5 0 0 0 2850
Minjaala nyaata Lakk 1 1500 0 0 1500
Firaashii cisiicha Lakk 1 5 2 0 0 0 5 2 0
Teessoo hirkoo Lakk 2 8 0 0 0 0 1600
P h o o p h o Lakk 3 5 0 0 0 1 5 0
K u b b a a Lakk 1 1 0 0 0 0 1 0 0
Minjaala biiroo Lakk 1 1000 0 0 1000
Waliigala 31720
2 Baasii hojjata
Barsiisa kutaa 12 xumure nama 2 1500 0 0 3 00 0
Barsiisa diplooma nama 1 2000 0 0 2 00 0
Kunuunsiitudaa'immani nama 1 1500 0 0 1 50 0
Qulqullessitu nama 1 5 0 0 0 0 5 0 0
Waliigala 7 00 0
3 Baasii meesha dheedhi
C h o o k i i Kartoona 1 2 0 0 0 0 2 0 0
Q a l a m a Kartoona 1 5 0 0 0 0 5 0 0
W a r a q a a Kartoona 1 9 5 0 0 0 9 5 0
Waliigala 1650
Idaa'ama waliigala 40370

6.2. Kaappitala ka'uumsa

Lakk G o s a b a a s i i Gaa
tiih
und
aa
Qarshii
1 Baasii meesha dhabbata 31,720
2 Baasii humna hojjata 7 0 0 0
3 Baasii meeshaa dheedhii 1 6 5 0
4 K i r a a m a n a 20,000
5 Uffanna hojjatoota 1 5 0 0
6 B a a s i i b i l b i l a 1 0 0
8 Baasii bishaani 1 0 0
9 B a a s i i i b s a a 1 0 0
Idaa'ama Waliigalaa 62,170

6.3. Madda fayinaansi


Lakk M a d d a Gaatiiw
aliigalaa
Qarshii
1 Dhuunfa 62,170
2 Liqii baankii _
3 Gargaarsa _
4 Kan biroo _
Idaa'ama waliigala 62,170

6.4. Ibsa bu'aa fi kisaara waggaa


Lakk Dimshaasha gaalii fi baasii Ba
ay'
ina
qar
shi
i

Qarshii

1 Gaalii barattota irraa argamu 336,000

Waliigala Baasii kallatti i 85,650

2 Baasii kallattii humna 84,000

3 Baasii kallatti meesha 1 6 5 0

Gaalii qulqulluu hin ta'iin 250,350

Waliigala Baasii kallatti hin taane 25,186

4 Baasii humna hojjata kallatti hin taane _

5 Baasii dulluma hir'iina meeshaa dhabbaata(5%) 1 5 8 6


6 B a a s i i b i l b i l a 1 2 0 0

7 B a as ii b is ha an i 1 2 0 0

8 Baasii kiraa mana 20,000

9 B a a s i i i b s a a 1 2 0 0

Gaalii dhala duraa 225,164

Dhala liqii(7% ) _

Gaalii gibira duraa 225,164

Gibira kaffalamu(10% ) 22,516

Gaalii qulqulluu argam u 202,647

Baay`ina
ji`a kan
waggaa

1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa 5ffaa 6ffaa 7ffaa 8ffaa

Qarshii _ -11,152 9416 29984 50,552 71120 91,688 112,2


harka
irra jiru
Gaalii 28000 28000 28000 28000 28000 28000 28000 28,00
barattot
a irra
G a a l i _ _ _ _ _ _ _ _
i
b i r o o
Gaalii 28000 16848 37,416 57,984 78,552 99,120 119,688 140,2
waliig
alaa
Baasii 7000 7000 7000 7000 7000 7000 7000 7000
humna
kallatti
Baas ii 4 3 2 4 3 2 4 3 2 4 3 2 4 3 2 4 3 2 4 3 2 432
kallat ti
ala a
Baasii 31720 - - _ _ _ _ _
meesha
dhabbataa
Baasii _ _ - _ _ _ _ _
kafaltii
liqii
B a a s _ _ _ _ _ _ _ _
i i
b i r a a
Baasii 39,152 7432 7432 7432 7432 7432 7432 7432
waliiga
laa
Dhuma ji'a -11,152 9416 29984 50,552 71,120 91,688 112,256 132,8
irratti
qarshi hafu

6.5. Karoora maallaqa dhangalaa'a(cash flow plan)

You might also like