Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

KAROORA WAGGAA B/NOOTA FIIZIKSII KUTAA 7FFAA

M/B;- DIRREE HAYYUU BAAYINA WAYITII WAGGAA______


B/SAA; HUNDAA’OL TASFAAYEE BAAYINA WAYITII TORBANII______ BARA
2014
SE JI’ T GUYYA QABIYYEE KAAYYOO GOOREE MDB MBB MADAALLII YAADA
E A O A Xumura barnoota kanaa irratti barattoonni:-
M R
B
E
1 Boqonnaa 1. Fiiziksii Fi Safara  Hiikkaa Fiiziksii nii beku _______ Ibsa g/afaanii
1.1. Hiikkaa Fiiziksii
2 1.2. Waaltinaa Fi Safara  Waaltinaa fi safara ni beeku Ulee Agaree Hojii garee
meetiraa,s
1

a’atii
3 1.3. Dheerina,Hanga Fi Yeroo Safaruu  Dheerina ,hangaa fi yeroo safaruu ni Madaala Agaree Gaaffii qomaa
beeku hangaa
4 Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 1  Gilgaala boqonnichaa ni beeku Hojjechiisuun Gaffii afaanii
1 Boqonnaa 2: Sochii  Hiikkaa sochii ni beeku Waraqaa Ibsa hojjechiisuun
2.1. Hiikkaa Sochii
2 2.2. Sochii Daandii Sirrii  Sochii daandii sirrii ni beeku Boronqii Ibsa g/afaanii
2

3 2.3. Ariitii Walfakkaataa Fi Guula Wal  Waa’ee ariitii walfakkaataa fi guula Dhagaa Agaree Hojii garee
Fakkaataa walfakkaataa ni beeku
4 Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 2  Gilgaala boqonnichaa ni beeku Gaaffii qomaa
1 Boqonnaa 3; Humnaa Fi Seerota Sochii Niwuton Teessuma Hojjechiisuun Gaffii afaanii
3.1. Humna  Waa’ee humnaa ni beeku
1FFAA

2 3.2. Seerota Sochii Niwuton  Seerota sochii niwutoon ni baru Ibsa hojjechiisuun
3

3 3.3. Humna Rigataa  Waa’ee human rigataa ni baru Dhagaa Agaree g/afaanii
4 Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 3  Gilgaala boqonnichaa ni beeku Agaree Hojii garee

1 Boqonnaa 4: Dalagaa,Annisaa Fi Aangoo  Waa’ee dalagaa ni baru Boronqii Hojjechiisuun Gaaffii qomaa
4.1. Dalagaa
2 4.2. Annisaa  Waa’ee annisaa ni beeku Ibsa Gaffii afaanii
4

3 4.3. Jijjiiramaa Fi Gitaa’ummaa Annisaa  Amaloota annisaa ni hubatu Boronqii Ibsa hojjechiisuun
4 4.4. Aangoo  Waa’ee aangoo ni baru Agaree g/afaanii
Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 4  Gilgaala boqonnichaa ni beeku Agaree Hojii garee

1 Boqonnaa 5: Maashinoota Sasalphoo  Hiikkaa maashinootaa ni beeku Ibsa G/qomaa


5.1. Hiikkaa Maashinootaa
2 5.2. Faayidaa Makaanikaalaa,Reeshiyoo Ariitii Fi MA,VR fi ἧ maashinootaa ni hubatu Agaree Hojii garee
Ga’umsa Maashinootaa
3 Keessa deebii seemisteera 1ffaa
5

4 Yeroo roosteraa 

MAQAAA B/SAA Hundaa’ol Tasfaayee Qaama madaale


Mallattoo_____________ Mallattoo_____________
KAROORA WAGGAA B/NOOTA FIIZIKSII KUTAA 7FFAA
M/B;- DIRREE HAYYUU BAAYINA WAYITII WAGGAA______
B/SAA; HUNDAA’OL TASFAAYEE BAAYINA WAYITII TORBANII______ BARA
2014
QABIYYEE KAAYYOO GOOREE MDB MBB MADAALLII YAADA

GUYYAA
TORBE
Xumura barnoota kanaa irratti barattoonni:-
SEM

JI’A

1 5.3.Akaakuuwwan Maashinoota Sasalphoo  Akaakuu maashinootaa ni baru Qottoo,hark Agaree Gaaffii qomaa
Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 5  Gilgaala boqonnichaa ni beeku a Hojjechiisuun Gaffii afaanii

2 Boqonnaa 6: Teempireecharaa Fi Hoo’a  Hiikkaa Tempireecharaa ni hubatu Ibsa hojjechiisuun


6.1. Hiikkaa Tempireecharaa
3 6.2. Teempireechara Safaruu  TEMP. safaruu ni baru Ibsa g/afaanii
6

6.3. Jijjiirama Gulantaalee Termoomeetiraa  Gulantaalee T/iraa ni hubatu Agaree Hojii garee

4 6.4. Taateewwan Hoo’a  Taateewwan Ho’aa ni hubatu Dhagaa Agaree Gaaffii qomaa
6.5. Maddoota Hoo’aa  Maddoota ho’aa ni beeku Hojjechiisuun Gaffii afaanii

1 6.6. Taateewwan Hoo’isuu  Taatee ho’isuu ni baru Kibiriita Ibsa hojjechiisuun


2 Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 6  Gilgaala boqonnichaa ni beeku Ibsa g/afaanii
7

3 Boqonnaa 7: Sagalee  Hiikkaa sagalee ni beeku Agaree Hojii garee


7.1. Hiikkaa Sagalee
4 7.2.Uumamaa Fi Daddarbuu Sagalee  Uumamaa fi Daddarbuu sagalee ni baru Fo’aa Agaree Gaaffii qomaa

1 7.3.. Saffisa Sagalee Yaa’aa Adda Addaa Keessatti  Saffisa sagalee ni hubatu Hojjechiisuun Gaffii afaanii
7.4.Balaqqeessa’uu Sagalee  Balaqqeessa’uu sagalee ni hubatu
2FFAA

2 7.5. Faayiidaa Gohaa Sagalee  Faayidaa goha sagalee ni beeku Ibsa hojjechiisuun
Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 7
8

3 Boqonnaa 8: Elektiriiksiitii Fi Maagineetizimii  Waa’ee maagineetii ni hubatu Ulee Ibsa g/afaanii


Damee-1: Magineetizimii  Waa’ee human maagineetii Agaree Hojii garee
8.1. Maagneetota maagineetotaa ni hubatu
8.2.Maappii Sararaawaa Humna Magneetawaa
4 8.3. Faayidaa Maagineetotaa  Faayidaa maagineetii ni beeku mismaara Agaree Gaaffii qomaa
1 Damee-2: Elektiriiksiitii  Waa’ee eelektiriikii ni hubatu Hojjechiisuun Gaffii afaanii
8.4. Elektiriikii Dhhabbataa

2 8.5. Maloota Qaamolee Chaarjessuu  Akkaataa itti qaamoleen chaarja’an ni Ibsa hojjechiisuun
beeku
9

3 8.6. Seera Elektiriikii Dhaabbataa  Seerota eelektirikii ni hubatu Dhagaa Ibsa g/afaanii
baatirii
4 8.7.Kaarentii Elektirikii Fi Caalmaa Kuufamaa  Waa’ee kaarentii (I) FI Caalmaa Agaree Hojii garee
Kuufamaa(V) ni baru
1 8.8. Daandii Elektiriikii  Waa’ee daandii Elektiriikii ni hubatu Shiboo Agaree Gaaffii qomaa
2 Cuunfaa Boqonnaa Fi Gilgaala 8  Gilgaala boqonnichaa ni beeku -------------- Hojjechiisuun Gaffii afaanii
10

3 Keessa deebii seemisteera 2ffaa -------------- -------------


4 Yeroo qormaataaf roosteraa -------------------- -------------- g/afaanii
-
MAQAAA B/SAA Hundaa’ol Tasfaayee Qaama madaaleMallattoo_____________
Mallattoo_____________
MAQAAA B/SAA Hundaa’ol Tasfaayee Qaama madaale
Mallattoo_____________ Mallattoo_____________
KAROORA WAGGAA B/NOOTA FIIZIKSII KUTAA 7FFAA
M/B;- DIRREE HAYYUU BAAYINA WAYITII WAGGAA______
B/SAA; HUNDAA’OL TASFAAYEE BAAYINA WAYITII TORBANII______ BARA
2014

MAQAAA B/SAA Hundaa’ol Tasfaayee Qaama madaale


Mallattoo_____________ Mallattoo_____________

You might also like