eCHIS Manual

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 24

Mosaajii eCHIS HEF Fooyaa’aa 1ffaa

Maanuwaalii Ittifayyadamtootaa
Sirna Odeeffannoo Fayyaa Hawaasaa Elektirooniikii
Hojjattoota Ekisteenshinii Fayyaatiif

Guraandhala 2011
Mosaajii eCHIS HEF Foyaa’aa 1ffaa

Maanuwaalii Ittifayyadamtootaa Sirna Odeeffannoo Fayyaa Hawaasaa


Elektirooniikii Hojjattoota Ekisteenshinii Fayyaatiif

Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

Fooyaa’aa Jalqabaa (Version 1)

Guraandhala Bara 2011


Baafata
Seensa...............................................................................................................................3

Waa’ee moosajii eCHIS HEF............................................................................................4

Haalaa ittiifayadama taabileetii..........................................................................................5

Mosaajii eegalsiisuu...........................................................................................................7

Mosaajii banuu...................................................................................................................0

Fuula seensaa (home page)..............................................................................................0

Mijeesaa/Qindeessii Jalqabaa...........................................................................................1

Qabiyyee moosajii eCHIS HEF.........................................................................................1

Adeemsa hojiirra olmaa qabiyyee Mosaajii eCHIS HEF (Haala Ragaa Funaanuu fi
Kuusuu)..............................................................................................................................1

1. Abbaa/ haadha warraa haaraa galmeessuu...........................................................1

2. Bulchaa/Dursaa maatii galmeessuu........................................................................2

4. Odeeffannoo Abbaa Warraa seirressuu..................................................................3

5. Abbaa warraa haquu...............................................................................................4

5.6 ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa gaafii gafatamte debisuudhan
xumuri.............................................................................................................................4

6. Odeeffannoo eddoo jireenya jijjirrachuu abbaa warra haaromsuu.........................4


SEENSA
Waa’ee moosajii eCHIS HEF

- Sirna qabiinsa ragaa seektara fayyaa ammayyeessuu


- Qulqulliina tajaajila kenniinsa wal’aansaa/kunuunsa fayyaa
mirkaneessuu
- Sagantaa eksteenshinii fayyaa deeggaruu
- Hojiilee hojjattoota eksteenshinii fayyaatiin hojeetaman
deeggaruuf/salphisuuf
- Sirna hordoffii fi gamaagamma hojii cimsuun bu’aa
qabeessummaa dabaluuf
HAALAA ITTIIFAYADAMA TAABILEETII

Hulaa charjii

Tableetii cuufufii
banuu/Off
Sagalee
dabaluufii

Argii (screen)
darbeerratti deebi’uu

Argii fuulduraatti
deebii’uu
Mosaajiiwan banaman
hunda illaluu

Taabileetiiratti eddo filannoo keetii tuquu/cuqaasuu


HIIKAA MALLATTOO/SAJOO RAGAA ADDA ADDAA
Mosaajii Eegalsiisuu
Mosaajii eegalsiisuuf argii
(screen) taabileetitira
dhaquudhaan mosaajii eCHIS
barbaadanii banuu yookinimmoo
mallattoo mosaajii waliigalaa
taableeticha irratti argamu banuudhaan
mosaajii eCHIS akka eegalu taasisuun
nidanda’ama.

Akeekkachiisa
Yoo leenjii hoogansa mosaajii
irratti fudhatte malee qabiyyee
‘gara manajara appi deemi’ jedhu
seenuudhaan tuttuquun mosaajiin eCHIS
taabileetii kee irra akka haqamuuf carraa
sisaaxiluudha.

Mosaajii Banuu
 Maqaa fayyadamaa (username)
Maqaa fayyadamaa eddo jedhu tuquudhaan kiiboordiin/gabateen cuqoo akka siif
dhufu taasisi. Itti aansuudhaan maqaa fayyadamaa qaamni hoogansa mosaajii
eCHIS siif keenne barreessi.
 Jecha-icciitii (password)
Jecha-icciitii eddo jedhu tuquudhaan kiiboordiin/gabateen cuqoo akka
siif dhufu taasisi. Itti aansuudhaan Jecha-icciitii barreessi
 Seeni (logging in)
Seeni eddo jedhu tuquudhaan kara fuula seensaa Mosaajii eCHIS
HEF Fooyaa’aa 1ffaa (eCHIS HEW App.V1) jedhutti darbi.
Fuula Seensaa (Home Page)
Fuula seensaa irra tuqaalee sadeen xiyyoo kara mirgaatiin jiran yoo tuqxu fuulli
gabaabduun tarreeffama armaan gaditti ibsaman
qabdu gadi afamti.

Appii updeetii godhi (update App): Unkaalee haaraa


hojatamanii gadi lakkifaman argachuufi
fooyaa’aa/verzyinii itti aanutti olguddatte qabaachuuf.

Unkaalee maqfaman (saved forms): Unkaalee


xumuramani olkaawamaan, kan galaniifi hingalle
kophaa kophaatti foowuun ilaalluuf sigargaara.

Afaan jijjiri (change language): Afaan filanneen


mosaajiichatti fayyadamuuf.

Waa’ee eCHIS (About eCHIS): ‘eCHIS Android’ kun


fooyaa’aa/verzyinii meeqa akka ta’eefii yoom akka
ijarrame baruuf.

Olaanaa (Advanced): Dhimmoota itti fayyadamuuf


ogummaafiI leenjii mosaajii addatti barbaadan. Eddoo
kanatti fayyadamuuf gargarsa ogeessa gaaffadhu.
Mijeesaa (setting): Hojimaata mosaajiichaa barbaachisaa ta’an akkaataa barbaannuun
qindeeffachuuf. Eddoo kanatti fayyadamuuf gargarsa ogeessa gaaffadhu.

Jalqabi (Start): eCHIS fayadamuutti seenuuf eddo tuqnu.

Sarvara/ kaadimaan walsimachisi (Sync with


server): Tajajila intarneetii ‘data connection’
banuudhaan yoo argatte booda ragaa hojachaa
turte gara sarvara/ kadiimaati akka galu erguufii
ragaa sarvara/kaadimaa irraa fudhachuuf
sigargaara.

Yoo xiqqaate guyyaatti si'a lama; yoo taabileetii


kee bantee hojii eegaltuufi xumurtee eCHIS
keessaa ba'uuf qophooftu sarvara/ kaadimaan
walsimachisi.

Yoo tajaajilamaan olergite jiraate,


buufanni fayyaa ergaawwan argatee
duub-deebii lachuuf haalli akka mijatu
battalumatti sarvara/ kaadimaan
walsimachisi.

eCHIS keessaa ba’i (log out of eCHIS): Yeroo


mosaajii eCHIS ittifayadamuu xumurtee
keessaa ba’uu barbaaddu bakka tuqxee
baatuuni.

Mijeesaa/Qindeessii Jalqabaa

Mallattoon/sajoon kun mosaajii kana keessatti


yeroo jalqabaafi dhumaattiif kan mula’tu yoo

eCHIS keessaa ba’uun (log out of eCHIS) fayedaalee armaan gadi qaba;
 Namni biraa ragaa tajaajilamtoota akka hingalmeessine fi hinjijjiirre tiksuufii
 Anniisa/Baatrii qusachu
ta’u maqaa Ganda keetii, baay'ina zoonii, koodii isaanii, maqaa zoonii tokko tokkoon,
lakkoofsa bilbilaa ambulaansii galmeessuuf sigargaara.

Ragaaleen bu'uura kuni kan gutuman qindeessaa SPEF waliin ta’uudhaan hoo ta'u,
yeroo tokko erga si'a tokko qalbeeffachuudhaan guutamee xumurame booda wanti
sirraa’uu yoo jiraate kan sirreeffamuu mosaajii eCHIS Qindeessaa SEF tiin
fayyadamuudhaani.

Qabiyyee Mosaajii eCHIS HEF


Yeroo duraatiif mijeesaa/qindeessii jalqabaa guutamee xumurame booda
fuulli itti aanee dhufu, fuula qabiyyee gurguddaa Mosaajii eCHIS HEF yoo
ta’u, kana booda fuulli kuni fuula seensaa (home page) itti Aanee dhufu yoo ta'u,
fooyaa'aa/verzyinii amma kana keessaatti kuusaa ragaa gurguddoo shan qfkeessaa
qaba. Isaaniis:

Kuusaa ragaa:

 Tajaajilamtoota
 Abbaa/haadha warraa
 Hooggansa tokko-shanee
 Hooggansa garee misoomaa
 Gabaasa

Adeemsa hojiirra olmaa qabiyyee Mosaajii eCHIS HEF


(Haala Ragaa Funaanuu fi Kuusuu)

1. Abbaa/ haadha warraa haaraa galmeessuu

Abbaa warraa/haadha warraa jechuun maatii miseensa


tokkoofi sanii olii qabu kan Sagantaa Paakeejii
Ekisteenshinii Fayyaa (SPEF) hawaasa keessatti maatii
jiddugaleessa goatee maatii adda duree uumuu irratti
xiyyeeffatee hojiirra oolu irratti hundaa’ee galmaa’u ta'uu
hubadhu.
1.1 Abbaa warraa haaraa galmeessuuf, qabiyyee mosaajii shanan mallattoo/sajoo
kuusaa raga Abbaa warraa agarsiisu tuqi/cuqaasi

1.2 kan jedhu tuqi.


Abbaa warraa yoo galmeessitu nama bulchaa/dursaa maatii ta’e jalqaba galmeessuun
dursaa maatii moggaasuuf miseensoota maatii hafan galmeessuuf haala siif salphisa.

Tajaajilamaa abbaan warraa isaa galmee maatii/abbaa warraa irra hinjirre ykn
hingalmeessine kuusaa ragaa tajaajilamaa banuun karaa kuusaa ragaa tajaajilamtoota
hundaatiin seenuudhaan ykn karaa kuusaa ragaa tajajila tajaajilamaa ilaalatuun
seenuudhaan galmeessuun nidanda’ama.

1.3 Itti ansuun bakka abbaa warraa jedhu jalatti


zoonii abbaa warraa galmeessaa jirtu filadhuutii
ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa
hanga xumuraatti guuti.
Yeroo bakka abbaa warraa galmeessuudhaaf ragaa zoonii bantufii bakki ragaa itti guutaa jirtu
mana ta’e kallattii itti argamtu (location) galmeessuu barbaaddu yaanni fuulduraatti ilaalatu kun
sababa kallattiin taabileetii keetii cufameef jecha nimulaa’ta.

‘Location’ kan jedhu jala eddoo Off jedhu On dagaleetti harkisuudhaan jijjiri.
2. Bulchaa/Dursaa maatii galmeessuu

2.1 Mallattoo/sajoo kuusaa raga


abbaa/haadha warraa tuquudhaan
seeni,
2.2 Abbaa warraa dursaan maatii
hinmoggaafamne filadhuutii tuqi,
2.3 Itti fufi kan jedhu tuqi,

2.4 Kuusaa raga miseensoota Abbaa warraa jedhu


tuqi,
2.5 kan jedhu tuqi

Gaafii
‘ dursaa abbaa warraa galmeessaa
jirtaa?’ Jedhu armaan gaditti mula’tu
eyee jedhii filadhu

2.6 kan jedhu tuqi

2.7 Ragaa itti aanee dhufu tokko


tokkoon dubisaa hanga xumuraatti
guuti.
3. Miseensa Maatii Galmeessuu
3.1 Mallattoo/sajoo kuusaa raga abbaa/haadha
warraa tuquudhaan seeni,
3.2 Abbaa warraa dursaan
maatii moggaafameefii filadhuutii
tuqi,
Abbaan/haadha warraa dursaan
maatii moggaafameef kan
mallattoo/sajoo dursaan maatii
hinmoggaafamne jedhu hinqabne hunduma.
3.3 Kuusaa raga miseensoota Abbaa warraa jedhu
tuqi,
3.4 kan jedhu tuqi

3.5 kan jedhu


tuqi

3.5 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa


hanga xumuraatti guuti

4 Odeeffannoo Abbaa Warraa Sirreessuu

4.1 Abbaa warraa ragaan isaa akka


sirraa’uuf barbaaddu mallattoo/sajoo
kuusaa raga abbaa/haadha warraa tuquudhaan
seeni,

4.5 Abbaa warraa ragaa isaa


sirreessuufii barbaaddu filadhu tuqi
4.6 Itti fufi kan jedhu tuqi,
4.7 mallattoo/sajoo kuusaa raga odeeffannoo abbaa
warraa sirreessuu tuquudhaan seeni,
4.8 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa kan
sirreessuu barbaachisu sirreessi xumuri.

5 Abbaa Warraa Haquu


5.5 Abbaa/haadha warraa haquuf durfamee
miseensoota maatii abbaa warrichaa tokko
tokkoon haquu barbaachisa,
Miseensoota maatii akka itti haqxu baruuf
ammo miseensa maatii haquu kan jedhu ilaali.
5.6 mallattoo/sajoo kuusaa raga abbaa/haadha
warraa tuquudhaan seeni,
5.7 Miseensoota maatii yoo haqxe booda deebi’ii
Abbaa warraa haquu barbaadu, karaa kuusaa
ragaa abbaa warraatiin seeni filadhu
tuqi.
5.8 Mallattoo/sajoo kuusaa raga abbaa/haadha
warraa haquu jedhu tuqi,
5.9 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa gaafii
gaafatamtu deebisuudhaan xumuri.

6 Dursaa abbaa warraa jijiruu


6.1 Kuusaa ragaa abbaa warraatiin
seeni,
6.2 Abbaa warraa dursaan isaa akka jijiramuuf
barbaaddu filadhu tuqi,
6.3 Itti fufi kan jedhu tuqi,

6.4 Mallattoo/sajoo kuusaa raga bulchaa maatii


jijiruu jedhu tuquudhaan seeni,
6.5 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa
gutuudhaan xumuri.

7 Odeeffannoo Eddoon Jireenyaa Abbaa Warraa Jijiramuu


7.1
Kuusaa ragaa abbaa warraatiin seeni,
7.2 Abbaa warraa eddoon jireenyaa jijiramuuf
barbaadii filadhu tuqi,
7.3 Itti fufi kan jedhu tuqi,

7.4 Mallattoo/sajoo kuusaa raga bakka argama


abbaa warraa jijiiruu jedhu tuquudhaan seeni
7.5 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa
gutuudhaan xumuri.

Jijiiramni eddoo jireenyaa ganduma


tokko keessaa zoonii tokko kara zoonii
biro yookiin gandaan ala ta’u nimala,
kanaafuu haala jijiiramaa irratti
hundaa’uudhaan ragaa guuti.

8 Odeeffannoo Haala Ciicoolee Fayyaa Abbaa Warraa


8.1 Kuusaa

ragaa abbaa warraatiin seeni,


8.2 Abbaa warraa odeeffannoo haala ciicoolee
fayyaa galmeessuufii barbaaddu filadhu tuqi,
8.3 Itti fufi kan jedhu tuqi,
8.4 Mallattoo/sajoo kuusaa raga qabeenya abbaa warraa jedhu tuquudhaan seeni,

Ciicoolee fayyaa abbaa


warraa jechuun ciicoolee
9 Hojiirra Olmaa SEF fi Eebba maatiinMaatii Adda Duree
tokko akka
dhukuba ittisuuf
9.1 Kuusaa ragaa abbaa warraatiin seeni, fayyaa
dagaagsuuf qabaachuufi
9.2 A b b a a w a r r a
itti fayyadamuuf qabu.
barbaaddu filadhu tuqi,
9.3 Itti fufi kan jedhu tuqi,

9.4 Mallattoo/sajoo kuusaa raga hojiirra olmaa SEF


fi eebba maatii adda duree galmeessuufii
barbaaddu filadhu tuqi, jedhu tuquudhaan
seeni,
9.5 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon dubisaa
gutuudhaan xumuri.
Unkaan kuni hojiirra olmaa sagantaalee irratti
xiyyeeffachuudhaan kan maatii
filatame kana ilaalatufi hojiirra olchan, kan isaan hinilaallanne adda
basaasa kan gaafatu waan ta’eef sirriti qalbifachuun ragaa qulqulayee
gutuun barbachisaadha.
10 Hoogansa tokko-shanee
10.1 Kuusaa ragaa Hoogansa tokko-shanee
seeni,

10.2
Kan jedhu filadhu,

Ragaa Hoogansa tokko-shanee,


haalduree guutamuu qaban lamatu jira

 Namoonni miseensa ta'uu


danda'an dursanii miseensa maatii isaanii
ta’anii galmaa’uu qabani
 Garrreen misoomaa isaanii durseetoo
kuusaa ragaa tokko shanee keessati
galmaa’uu qaba
10.3 Ragaa itti aanee dhufu tokko tokkoon
dubisaa gutuudhaan xumuri.

You might also like