Ayyalaa Diimaa 11542

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Lakk ____________

Guyyaa __________

Mana Murtii Aanaa Magaalaa Shaashamanneetiif

Shaashamannee

Dhimmi:- Deebii Xalayaa Lakko. 11542 Gaafa Guyyaa 21/10/2013 Deebisuu Ilaala.

Akkuma mata duree gubbatti ibsamuuf yaalametti wal-falmii gidduu himataa


Dhaabbata Vizyin Fandii fi Himatamaa Ob. Kasiib Burqaa jidduu jiru mana
jireenyaa kaaremeetirii 500 m2, Ganda Diida Boqqee keessatti argamu Lakk.
Kaartaa 16996, Lakk. Galmee 80787, Daangessitoonni isaa Bahaan Daandii,
Dhihaan Dhuunfaa (Ob. Kasiib Burqaa), Kaabaan Daandii, Kibbaan Shumburaa
Alamuutiin daangeffamu kan maqaa himatamaa Ob. Kasiib Burqaatiin jiru akka
tilmaamamu nu ajajuun keessan ni yaadatama.

Haa ta’uu malee kabajamaa Mana Murtii asiin dura xalayaa lakko. 24/80787/013
gaafa guyyaa 10/10/2013 tilmaamnee isinii erguu keenya ni yaadatama. Ammas
ajaja Mana Murtii kabajuudhaaf jecha irra deebinee tilmaama isaa Qar. 707,094.33
(Kuma Dhibba Torbaaf Kuma Torbaafi sagaltamii sadiifi saantima 33/100)
ta’uu isaa tilmaama isaa irra deebinee akkaataa gabatee armaan gadiitiin kan isiniif
ergine ta’uu kabajaadhaan isin beeksifna.

Nagaa Wajjiin!

Ayyalaa Diimaa

You might also like