Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 21

KAROO

RAA
MANA
BARUM
SAA

KIDAA
NAMIR
Seensa
AAT Barumsii biyyaa tokkoof bu’uuraa fi bakka bu’umsaa
kan hin qabnee ta’uu f gahee guddaa kan qabudha
SADAR Kanaafuu mani barumisa kidaanamiraat sad.1ffaa
ergamaa mul'ataa fi galamawwan naannoo fi fedhii
KAA hawaasaa giddugaleessa godhachuun raawwachaa turee
jira. Biyyaa teenyaa Itiyoophiyaa akka biyya
1FFAA tokkoottii toorii guddinaa filaatee keessatti barumsaan
alaattii dandiin itti milkaa’aan filaanoo biraa kan hin
qabnee ta’uu itti walgalamee jira . Maniiwwan akka
KAN biyyaatti irra gahuuf waliigalame akkasumas toora
xiyyeeffannaa galmawwan misooma fufiinsa qabuu
BARA 1

2010
keessatti eeraman ka'umsa godhatee akka qophaa'u ta'ee jira.Walumaagala, mul'ata
biyyi keenya hawaasa dinagdee lammii fooyessuuf qabdu dhugoomsuuf bu'uura
akka buusuutti manii hiixataa waan of-keessaa qabuuf kutannoo m/b fi
dhimamttoota maraa kan gaafatu ta'a.Waan kana ta’eef galmawwan, toora
xiyyeefannoo, tarsiimoo fi kallattii kaa’aman giddugaleessa godhachuun hundaa’ol
kutannoo fi gahumsaan humna raawwachisummaa dhimma kana galmaan gahu
horachuun, baajata haala barbaadamu ramaduun, hawaasa hirmaachisuun dhimma
xiyyeefannaan kennameefii dha.Kanaafis, raayyaa misooma barnootaa ijaaruu,
gurmeessuu, qindeessuu galmawwan kallattii kaa’ameen iftoomina uumuun rakkoo
raawwii, gurmaa’insa, ciicata, dandeettii fi ilaalchaan hudhaa ta’an furuuf sosochii
dhimmamtoota hunda waliin taasiisuun barbaachisaa dha.

PMQB akka biyyaattii raawwaatamuu Imaammaata bu’uraa godhachun mana


barumsa Kidaanamirat Barreefamni kun boqonnaawwan lama kan qabu yoo ta’u;
boqonnaan duraa xiinxala raawwii bara darbe gaggeefamee fi boqonnaan
lammaffaa karoora waggaa bara 2010 of keessatti qabata.

Boqonnaa I

1. Haala Waliigala ka’umsaa mana barumisaa


1.1. Sakatta'insa hojii mana barumisaa keenyaa.
1.1.1. Sakatta'insa Mana Hojii
Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa naannoo Oromiyaa GAONF bulchiinsa magaalaa
Sandaafaa bakkee gandaa 03 gooxii 6 keessaattii kan argamudha. m/b kidaanaamiraat
sad.1ffaa kan hundeeffamee hojjii eegalee bara 2010.M/Barumsaaa qulqullinaa barnootaa
eegsisuuf koree addaa addaa hundeessuun akkaasumaasii karooraa adda addaa bafachuun
qulqullina barnootaa eegsisuuf itti deema jira .

2
Daree barnootaa keessaattii bara 2010 hiri daree gara barataa 1:50 kan mijjeessuu.

Waligaala m/barumsaa yeroo ammaattii human nama qabu ilaalchisee barsisootaa shan (5) fi
barsiisota lama (2) deegartootaa qabate kan jirudha.

Barbaachisummaa karooricha

Akkumaa waligalaattii barumsi gara fuula duraattii gama hawaasumaa,dinaagdee fi siyaasa


jijjiraama dhufu bu’uurii barumsii murteesaa dha .ka’uma kan godhachun biyyii keenyaa
imaamman bocatee itti deema jirtuu fi karooraa Tiraanisifoormeeshiin KGT 2 keessaatti lammii
barataa horachuuf bu’uura kan ta’eedha

Lammii ga’umsa fi dandeettii gaha qabu yoo hin horatamnee guddinaa ariifachisaa fi saffisa
barbaadamuu irraa gahamu hin danda’amu .

Kanaafuu kutaalee barnootaa hundaa keessaattii RMB ijaaruu fi dhimaamitaa barnootaa


hundaa waliin ta’uu sochii hawaasa dabaluun PMQB arnoota mirkanneessuudha akka
dandeenyuu gochuuf

 M/Barumsaa hawaata gochuu


 Haawasnii m/barumsicha abbumaan akka hoggaanaan fi itti dhagahamuu gochu
 Barsiisonni leenjii waliin waliin cimsuun muxannoo wal-irraa fudhachuu fi
waljijjiiruu
 Kakka’umsaa fi fedhii cimaa barattotaa keessaattii akka dagaaguu gochuu
 Wayitii barnoota akka hin mancaanee ,irraa deebii,fi harcaatii barataa lakkoofsii hirisuun
barataa kalaqaa fi waa humu danda’uu horachuu dha

Kaayyoo (Objectives)
 Lammii naamusaa gaarii qabu fi dandeettiin badhaadhee gahumsa qaban
biyyaa ofii jaalatan dhaaluu danda’an fi waa humuu danda’an horachu dha
 Naannoo mana barumsaa hawaataa fi mijaata gochuun qabxii barataa
fooyyeessuu.

Karoorichaa raawwachuuf tooftaalee rawwatamuu qabu


3
 Hojiilee mana barnootaa keessattii raawwaataman hirmaanaa haawasattiin kan
deegaramee ta’u qaba
 Mana barnootaa keessaa ijaarsaa jiraan(GMB) cimsuun fi gahee isaan akka bahan
gochuu
 Qaaama dhimaamtootaa barnootaa gaha ta’ee humuun isaan akka gahee isaan bahan
gochuu
 M/Barnootaa keenyaa keessaatti humnaa nama ,leeccaloo fi qarshii seeran itti
fayyadamu

1.2. Ergamaa fi Mul'ata

i. Ergama
 PMQB Sagantaa jahan hojii irraa oolchuu
 Mani barumisaa Kidaanaamirat sad.ffaa humna namaa fi leecalloo barbaachisaa ta’e
guutuun carraa barnootaa, walgitiinsi, qulqullinnii fi ga’umsii isaa mirkanaa’e babal’isuu
fi qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun aadaa, seenaa fi afaan Oromoo dagaagsuu
akkasumas dhaabbilee barnootaa keessatti aadaan dimookraasii fi bulchiisni gaariin akka
babal’atu godha.

ii. Mul'ata
Bara 2012 Lammii baratee amala gaarii fi ga’umsa qabu akkasumas duudhaalee dimookiraasii,
misoomaa fi bulchiinsa gaarii gonfatee, daandii haaromsaa jalqabame itti fufsiisuun biyya
keenya sadarkaa biyyoota galii giddu-galeessaa irraan ga’uu danda’u horatamee arguu.

iii. Sonawwan
Sagantaa misooma m/b keenyaa galmaan gahuuf, sonaawan armaan gadii gonfachuun irraa
eegama.
 Ittigaafatamummaa
 Kutannoo

4
 Hirmaachisummaa
 Ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa
 Qulqullina
 Fakkeenyummaa
 Iftoomina
 Haqummaa
 Olaantummaa seeraa kabajuu
 Saayinsii fi kalaqa jajjabeessu.

1.1.3. Ka'umsaa fi Kallatti Karoorichaa


i. Ka'umsa Karoorichaa

 Mul'ata akka biyyaa fi naannoo Oromiyaatti jiru


 Imaammata barnootaa fi leenjii biyya keenyaa
 Paakeejjii mirkaneeffannaa qulqullina barnootaa hojrra oolaa
 2. Xiinxala Haalawwanii
2.1. Hojiiwwan Ijoo
2.1.1. Humna Raawwachisummaa
i. Haala Hoggansaa

korewwaan sadarkaa sadarkaan jiru RMB qindeessuun PMQB gahuumsaan galmaan gahuuf
calqabbiin gaarii irra jira. Haa ta'u malee rakkoolee ilaalchaa,dandeetti fi dhiheessi m/b

5
walqabatuun iddoo hundatti haala walfakkaatuun sadarkaa barbaadamuun hikkachuu hin
dandeenye.

kutannoon hojjachuu irratti ammasi darbee darbee hanqinni ni mul’ata.

ii. Haala Barsiisaa

Barsiisoonni M/Barumsaa bara kan eegaluu irraa kan ka’ee istaandardii kan hin gune ta’uu isaa
Barsiisonni PMQB hojii irraa olchuun muuxannoowwan gaggarii babal’suun qulqullina barnoota
mirkaneessu keessatti shoora ol’aana akka taphatan ni beekama. Gama kanaan bara darbee
keessa hojii ilaalcha jijiiruu fi hubannoo uumuu hojeetamaa tureen fooya’insi dhufaa waan jiruuf
barsiisoonni qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee isaan irraa eegamu bahuu calqabaniiru.
Haata’uu malee, rakkoolee hudhaalee sadeen hojiirra oolmaa PMQBtiif gufuu ta’an keessaa
guutummaatti hin baane waan ta;eef darbee darbee harcaatiin nimul’ata.

iii. Haala Barataa

Barattoonnii M/B kidaanamiraat sad.1ffaa bara kan xiqqeenyaa yaa qabataniyuu


maleeBarattoonni bu’aa PMQB irra argamu hunda caala fayyadamtoota akka ta’an ni beekama.
Dhimma kana hubachuu fi garee misoomaa fi tokko shaneen qidaa’anii karoora baafachuun
qabxii ofii fooyyeeffachuu, naamusa barataa hordoofuu fi sirreessuu, mana barnootaa hawwataa
gochuu keessatti hirmaannaan taasifamaa jiru kan nama jajjabeessuudha.

iv. Haala Hawaasaa

Hawaasni Bulichinsaa Magalaa Sandaafaa Bakkee Gandaa 03 Gooxii 1,2 fi3 keessaa jiran
fedhii fi kakka’uumsaa isaan qaban M/B naannoo isaanittii akka banamuuf PMQB galmaan
gahuudhaaf hubannoo bal’aa qabaatee abbummaadhaan hojjiirra oolchuun irraa
eegama.raawwaachaasii jiru

6
2.2. Qaacceessa Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2009
2.2.1. Carraa Barnootaa Walgitinsa Qabu Babal'isuu (Access and Equity)
2.2.1.2. Hirmannaa Barattootaa
M/B /Sadarkaa 1ffaa(1-4))

Kutaa
Karooraa bara 2010
Dhi Dub Ida.

1 23 27 50
A/Amarraa

1ffaa 8 12 20
A/Oromoo

2 24 26 50
3 22 28 50
4 27 23 50
1-4 104 116 220

T/L Sadarkaa kutaaleen saala Sadarkaa Baay’inna


barumsaa
Kutaa 1 Dhi /Du Diploomii 1
Kutaa 2 Dhi /Du Diploomii 1
Kutaa3 Dhi /Du Diploomii 1
Kutaa4 Dhi /Du Diploomii 1
1-4 Dhi /Du Diploomii 4
D/B/M/B Dhi /Du Diploomii 1
Qulqulleessituu Dhi /Du Kutaa 8/10 1
Waardiyaa tokkoo Dhi /Du Kutaa 8fiolii 1
Ida’ama 7

7
2.2.3.Qulqullinaa Barnootaa Mirkaneessuu (Quality)
2.2.3.1. Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullina Barnootaa

Mana barumsaa kidaanaamiraat sad.1ffaa ijaarsii hojjeettootaa fi


barsiisoota akka armaan gadii kana ta’aa

IJAARSAA

DURAA BUTUU
8
Barsiisaa kutaa 1ffaa

Barsiisaa kutaa 2ffaa

Barsiisaa kutaa 3ffaa

Barsiisaa kutaa 4ffaa

Qulqulleessituu

Waardiyaa fi

Fakkii .1 Caasaa humnaa nama

Boqonnaa II:

Karoora Barnootaa Bara 2010 A.L.I


1. Haala Waliigalaa
1.1. Kaayyoo Waliigalaa
Guddina biyyi teenya galmeessiuun biyyoota galii giddugaleessa qabanatti makamuuf karoorfate
milkeessuf m/b kidaanamiraat sad.1ffaa iddoo ol'aanaa qaba.. m/b kunbarnoota walgitiinsaa fi
qulqullinni isaa mirkanaa’e babal’isuudhaan lammii guddina biyyaa keessatti shoora isaa
taphachuuf gahumsaa fi ofitti amantaa gonfate horachuun dhimma murteessaadha.

9
1.2. Kallattii Karooraa
.
 Humna nama sadarkaa ol’aanaa fi gidddu galeessatti leenji’ee guddina dinagdee biyyattiif
gumaachuu danada’u horachuuf haala istaandaardii biyyoota galii giddu galeessaa qabaniin
barnoota waliigalaa (General education) qulqullinnisaa eegame (Kutaa.1-4) lammii
hundaan gahuu.
 Hojiiwwan barnootaa hunda ilaalchaawwan faallaa kaayyoo keenyaa ta’an: kiraa
sasabudmmaa, dhiphummaa, ofittummaa fi kkf sakatta’uudhaan karaa dhabamsiisuu
dandeenyuun deemuu. .

Raawwii karoora barnootaa keessatti barataan fi maatiin barattootaa fayyadamoo akka


ta’an keessattuu ,shamarran xiyyeeffannoo adda haala itti argachuu danda’aniin hojjechuu.

 Qajeelfamoota kabajuu fi kabachiisuun dirqama qaama hundaa akka ta’etti 1.3.Toora


Xiyyeefannaa Barnootaa

1.3. Kaayyoo Gooree


1. lammii umriin isaa barnoota sadarkichaaf gahe hundaan ga’uu fi qulqulinaa fi ga’umsa
keessoo isaa eegsisuu,
2. Barnoota kutaa1-4 qulqulinni isaa mirkanaa’e lammii hundaan ga’uu,.,
3. Garaagarummaa hirmaannaa barnootaa gama korniyaa, iddoowwanii fi daa’imman fedhii
addaa qabaniin jiru dhiphisuun waligitiinsa carraa barnootaa mirkaneessuu,.
2. Hojiwwan Ijoo fi Gurguddoo Bara 2010tti Hojjeetaman
2.1. Hojiiwwan Ijoo
2.1.1. RMB damee sadan (mootummaa, ummata fi dhaaba) ijaaruu fi cimsuun ergama
isaanii akka ba’an gochuufi Abbootii qabeenyaa waliin hojjeechuu .
2.1.2. TMGB_PMQB sadarkaa fooyya’een raawwachuu.

2.1.2.Humna raawwachiisummaa m/b Cimsuu.


Gochaalee Raawwataman (Activities):

 Dura bu’aa fi qaama mana barumsaa gaggeesuu cimaa rammaduu


 Qabxii mana hojeechisuu qopheessuun gadi buusuu.
 Qaamolee waltajjii gaggeessaniif orenteeshinii kennuu.
 Karoora ka'umsaa irratti hundaa'uun korewwaan sadarkaa sadarkaan jiran karoora mataa
isaanii akka qopheeffatan taasisuu,

Tooftaa Raawwii:

10
 Adda dureewwwan gurmaa'ina isaanii keessatti gahee adda durummaa isaanii
akka raawwatan gochuun.
 Karoora hanga nama dhuunfaatti baasuun gamaagamaa fi madaallii
gaggeessuun sadarkeessuun.
Bu'aa Eeggamu:
 Rakkooleen ilaalchaa, Dandeettii fi Dhiyeessii, barsiisota, barattootaa fi maatii biratti
mul’atan adda ba’ee beekamee,karoora bara 2010 keessatti akka galteetti fayyadamuuf
gargaare.

3. Hojiilee Gurguddoo Bara Hojii 2010 A.L.I


3.1. Carraa Barnootaa Walgitinsaa fi Gahumsa qabu Babal’isuu (Toora
Xiyyeefannaa)
3.1.1. Carraa Barnootaa Babal'isuu

3.1.1.1. Galmawwan Gurguddoo


Carraa barnootaa walgittiinsa qabu lammii hundaan ga’uun wallaalummaa fi doofummaa
biyya keenya keessaa balleessuuf kaayyoo qabame dhugoomsiif bara 2010 keessatti
maniiwwan bira gahamuuf karoorfaman:
 Gahumsa barattootaa sirna barnootaa fi itti fayyadama qabeenyaa qusataa, bu’a
qabeessa fi saffisaa ta’e giddugaleessa godhate fooyyeessuu
 Qisaasa’ina barnootaa fi barattootaa mana barnootaatiin ala ta’an hambisuu

3.1.2. Walgitinsa Barnootaa (Educational Equity)


Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Shamarran maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'anii fi kanneen sababa adda addaatiin
maatiin isaan irra hinjirreef deeggarsa maallaqaa fi meeshaalee gochuu
 Seerri barnootaa mirkanaa'ee hojirra akka oolu gochuu fi hubannoo qabsiisuu
 Barattootni dubaraa mana barumisaa keessatti akkaataa ittiin hirmaatan diriirsuu fi
jajjabeessuu
 m/b tasgabbaa'aa fi kan nama hin yaaddeessinee taasiisuu

11
3.1.3.Gahumsa Keessoo Barnootaa Fooyyeessuu (Internal Efficiency)
. Hojiiwwan Hojeettaman:

Sagantaa tuutoriyaalii iddoo fi sadarkaa hundatti diriirsuu


 Sirna hoggansaa fi bulchiinsa m/b fooyyeessuuf gargaaru diriirsuu

3.2. Sagantaalee Paakeejjii Mirkaneeffannaa Qulqullinaa


Barnootaa
Barnoota qulqullinaa fi gahumsa qabu lammii hunda biraan gahuuf PMQB sagantaalee jahan
hammate qophaa’ee hojiirra ooluu jalqabee karoorri bara 2010 haala armaan gaditiin dhihaateera

3.2.1. Sagantaa Hoggansaa fi Gurmaa'ina Barnootaa

 Deeggarsaa fi hordoffii walittifufinsa qabu cimisuu. Hammattoo sadarkaa guddina


fooyya’insa qabxii fi naamusa barattootaa; akkasumas ittigaafatamummaa waliin
walsimsiisuun hojirra oolchuu
3.2.2. Sagantaa Misooma Barsiisotaa

Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Barsiisoota sadarkaa barumsaa eeguun qaacaruu
 Dabalii mindaa firii barataa giddugaleefate irratti hundaa’ee gaggeessuu
 Filannoo fi foo'annoo barsiisotaa fedhii guddaa qabanii fi dubartoota kan hirmaachise
gochuun fooyyeessuu fi cimsuu

3.2.3. Sagantaa Fooyya’insa Mana Barnootaa (SFMB)

3.2.3.1. Baruu- Barsiisuu

 Qabxii barattootaa fooyyeessuu


 Barattootni kutaa barnoota hunda keessatti gosa barnoota saayinsii, herregaa fi afaanotaa
qormaata fi madaallii sadarkaa biyyoolessaatti kennaman 50 % fi isaa ol galmeesiisiisuu

12
3.2.3.2. Haala Mijaataa Mana barumisaa Uumuu

 Mana meeshaa 1
 Daree barnootaa dabalataa 4 fi daree barnootaa haaluu dibuu
 Deeskii barattootaa 100
 Istaaffii barsiisota 1,
 Handhuura gabbisa barnootaa 1,
 Kutaa meeshaa 1

Tooftaa raawwii:

• Kanfaaltii barattootaa irraa barbaadamuu dabaluun


• Baajataa dhunfaa rammaduuf
• Koree GMB fi BBLG mana barumsaa waliin ta’uun kanfaaltii barattootaa irraa funaanuu
walittii qabun hojjeechuu

3.2.3.3.Hirmaannaa Hawaasaa
:
 Galii maatii barattoota irraa yeroon funanuu

3.2.3.4.Hoggansa fi Gurmaa'ina Mana barumisaa


 Qaamoota m/b hooggaanan hundaa waliin marii cimsuun deemuu

3.2.4. Sagantaa Fooyya'insa Sirna Barnootaa

Hojiiwwan Hojjeetaman:
 Naamusni qormaataa akka eegamu koree hundessuu fi haalduree qophii taasiisuu
 Madaallii walittifufaa fi qorumsa kennaman sirna hordoffii diriirsuun mirkanaa'ee
akka kennamu gochuu
 Haala kunuunsaa fi ittifayyadama kitaaba barattootaa, qabeenya mana barumisa
hordofuu fi deeggarsa kennuu
 Gaaffilee shaakalii gosaa barnootaabahe sadarkaa isaa eeggatee qopheessuu
barattootaa shakalchiisuu

13
 Qaacceessa qabxii barattootaa jijjirama amalaa fi gahumsa barattootaa waliin kan
simatu ta'uu xiinxaluu

3.2.5. Sagantaa Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii

Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Barattootni hundi daree isaanii keessatti dambii ittiin bulmaataa akka qopheeffatan
jajjabeessuu,hojiirra akka oolchan taasisuu

3.2.6. Sagantaa Babal'ina Teeknoolojii Qunnamitii Odeeffannoo Barnootaa (ICT)

 Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa tajaajila koomputaraan akka argatan


taasiisuu
 Mana barumisaa kidaanamiraat sad.1ffaa barnoota raadiyoo akka argatan deeggarsa
gochuu

Hojiiwwan Hojjeetaman:

 Tamsa'ina sagantaa barnoota raadiyoo barsiisotaa fi barattoota beeksiisuun yeroo isaa


eeggatee akka hojjiirra oolu gochuu
 Gumii minimidiyaa m/b cimsuun gumiiwwan garagaraa ,barsiisotnii fi barattootni
barumsa akka dabarsan taasiisuu
 Barsiisotni fi hojjeettotni bulchiinsaa hundinuu hubannoo fi dandeettii bu’uura
koomputaraa horachuun ittif fayyadamtoota akka ta’an gochuu .
 Barnootni raadiyoo tamsaasa guutuu akka kennu deeggaruu fi hordofuu TV fi DVD
fayyadamu

3.5.1.2. Hojiiwwan Hordoffii, Madaallii fi Duub-Deebii


Hojiiwwan Hojjataman:

1. Raawwii karoora hojii m/b kurmaana kurmaanaan madaaluun duub-deebii kennuu.


2. Qophii fi hojii irra oolmaa karoora barnootaa irratti m/b barnootaa daawwachuun gamaaggamuu,
deeggaruu fi duub-deebii kennuu.

14
Tarsimoo Raawwii:

 Cheekliistii hordoffii qopheessuun hojiin haala karoorfameen raawwachuu isaa hordofuun

3.5.1.4. Qophii, Hordoffii fi Duub-Deebii Baajataa:


Kaayyoo:
 Raawwii baajataa xiinxaluun baajeta hojii barumsaaf barbaachisu haala walgitiinsa
qabuun karoorsuun milkaa’ina hojii barumsaaf haala mijeessuu.
Galma:
 Raawwii baajataa xiinxalamee itti fayyadama baajetaa irratti hanqinaa fi cimina adda
ba’ee hojii barnootaa fuula duraaf galtee ta’e raawwii milkeessu.
• Gumii shamaaranii m/b keessaattii hundeessuun deggarsaafi hordooffii gochu

15
Karoorawaggaa
T.L

Safartuu
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaamara

1ffaa 2ffaa ana ana awwatu

3ffaa 4ffaa
A H F O S M A G B E C w

Haaldureewwaan dursaa raawwaataman


1 Kaalandaarii barnootaa fudhaachuu raabsuu lakk 1 1
2 Sagantaa barnoota kan waggaa qopheessuu Si’a 1 1
3 Barattootaa bulleeyyii fi barattootaa haaraa Si’aa 1 1
galmee eegaluu
4 Raammaaddii daree barnootaa gaggeessuu Si’aa 1 1
5 Barattootaa haaraa m/barumsaa galaan mars 1 1
qajeelfamaa fi danbii m/b waliin mari’aachuu

Sagantaa Raawwii karoora Mana barumsa Akkadammii KIDAANAMIRAAT SADARKAA


1FFAA bara 2010

16
T.L

Safartuu

Karoorawaggaa
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaamara

1ffaa 2ffaa ana ana awwatu

3ffaa 4ffaa
A H F O S M A G B E C w

2 M/B keessaattii barnootaa qulqulliinaa


qabu kennamuu issaa mirkaneeffachuu
2.1 Barattootnii m/b hundii gosaa barumsaa Ji’aan 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
hundaan qabxii 50% olii akka fidaniif deegarsaa fi
hordoof cimsu

2.2 Barattoonnii akkaa wayittii barnootaa hin guyya


mancaafnee balfaanaa fi haftee hordoofuu
2.3 Barsiisoonnii qabxii barattootaa foyyeessuuf torbe 40 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4
karooraa waggaa fi guyyaa bafataan ittii
fayyadamuu isaa hordoofoo en
2.4 Waldorgommii barattootaa keessaattii cimsuuf mars 2 1 1
gaaffii fi deebii gaggeessuu

2.5 Qorumsaa waligaa fi qorumsaa kurmaanaa mars 4 1 1 1 1


kennamuu isaa hordoofuu

17
T.L

Safartuu

Karoorawaggaa
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurma Kurma Qaamara

1ffaa 2ffaa ana ana awwatu

3ffaa 4ffaa
A H F O S M A G B E C w

2.6 Sadarkaa hundaa irraattii karoorichii Si’aa 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2


bahu isaa fi hojii irraa ooluu isaa
hordoofuu
2.7 Baruu fi barsiisuu milkeessuun barattoonnii mars 20 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
saayinsii fi herreegaa irraattii akka cinaan hordofu

2.8 Adeemsaa baruu fi barsiisuu barsiisotaa Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


hordofuufi gamaggamuu
2.9 Barattootaa shamaraanii jajjabeessuu fi deegarsaa Si’a 5 1 1 1 1 1
gochuun hordoofii gochu.
2.10 Barsiisoonii hojii mana ,hojii daree fi hojee Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
gareekennu isaan hordooffuu fi deegaruu

3 Gahumsaa keessoo barnootaa Mirkaanneessuu

3.1 Harcaattii barattootaa fi irraa deebii xiqaachu mars 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


hordofu

3.2 Barsiisoonnii fi maatii rakkoo mana barumsaa Si’a 10 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


irraattii mari’achuun ji’a ji’an furaa deemuu

18
T.L

Safartuu

Karoorawag
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaa Kurmaa Qaamara
1ffaa 2ffaa na 3ffaa na 4ffaa awwatu

gaa
A H F O S M A G B E C w

4 Qabeenyaa fayyadaa fihojii irraa oolchuu

4.1 Kitaaba barattootaa harkaa barataa akka mars 1 1


gahu gochuu

4.2 Mancaatii kitaaba barataa irraa gahu mars 4 1 1 1 1


sakkata’uu
5 Hirmaanaa Hawaasa olii guddisuu

5.1 Maatii barattotaa fi hawaasa biro waliin marii mars 4 1 1 1 1


gaggeessuu

6 Uwwisaa ragalee fi waliin gahinsaa guddisuu

6.1 Qabxii barataa fooyyeessuuf M.W.Fufaa Si’a 4 1 1 1 1


kennuu

6.2 Ragaa fakkii fi footodhaan deegaramuu guyya


qindeessuu

19
T.L

Safartuu

Karoorawaggaa
Hojiiwwanhojjetaman Kurmaana Kurmaana Kurmaan Kurmaan Qaamara
1ffaa 2ffaa a 3ffaa a 4ffaa awwatu

A H F O S M A G B E C w

7 Tajjajilaa saffisaa fi Ariifachiisa kennu

7.1 Kurmaana kurmaana yaada fudhachaa furaa Si’a 4 1 1 1 1


deemu

20
BOQONNAA IV. XUMURA
4.1. Rakkoolee mudachuu dandaániif yaada furmaataa/kallattii kaaáman.
Rakkoolee mudachuu dandaán (Sodaa)
 Hanqinaa Barsiisaa Istaandaardii guutee dhabamuu
 Hanqinaa daree barnootaa haala istaandardiittin
 Hanqina Bajaata
 Beekamtii WBBMSBakkee yeroon kennu dhabuun barattoota yeroon galmeessuu
dhabuu hirmaanaa barataa gadii bu’aa ta’uu
Yaada furmaataa/kallattii kaaáman.
 Kanfaaltii barattotaa ji’aa ji’aan yeroo eegan irraa funaanuu
 Rakkoo Barsiisootaa furuuf beeksiisaa iddoo adda addaa baasuun qacaruu
 Haftee barattoota xiqqeessuuf RMB cimsuun maatii barattoota waliin wilitti
dhufeenyaan hojjechu.
 Maatii barattootaa fi koree mana barumsaa waliin dhiyyeenyaattii argamuun
mari’achuun rakkoo furaa deemuu
4.2. Hordoffii fi madaalli (Monitoring and Evaluation)
Hojiiwwan bara 2010 hojjeetamuuf karoorfaman haallii raawwii isaanii kan madaallamu

Sirni hordoffii fi madaallii waliitti hidhaminsaa sadii(3) qaba .

1. Gabaasa
2. madaallii qaamaan argamuun raawwatamu fi
3. Supparvizyinii supp.CRC fiWBBMSB gaggeeffamuun

21

You might also like