Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 16

1.1).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa .

( Guutanii Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbe
fi ulaagaalee dandeettiiwwan barbaachisoo akkaataa qorannoo mala qabxiin hojii madaluu fi
sadarkeessuutiin guuttanii dorgomuudhaan waan mo’attaniif, Guraandhala guyyaa 01/2011 irraa
eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa
Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ramadamuun
keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------


Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (a ) irratti ibsaman hordofuudhaan
Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii
-------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa
----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu
kaka’umsa hojii ol-annaa, qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
1.2).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa . ( Guutanii Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbe
fi ulaagaalee dandeettiiwwan barbaachisoo akkaataa qorannoo mala qabxiin hojii madaluu fi
sadarkeessuutiin guuttanii dorgomuudhaan waan mo’attaniif, Guraandhala guyyaa 01/2011 irraa
eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa
Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ramadamuun
keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------


Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (b) irratti ibsaman hordofuudhaan
Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii
-------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa
----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu
kaka’umsa hojii ol-annaa, qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
1.3).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa . ( Guutanii Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbe
fi ulaagaalee dandeettiiwwan barbaachisoo akkaataa qorannoo mala qabxiin hojii madaluu fi
sadarkeessuutiin guuttanii dorgomuudhaan waan mo’attaniif, Guraandhala guyyaa 01/2011 irraa
eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa
Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ramadamuun
keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------


Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 5 keewwata xiqqaa 3(c), irratti ibsaman hordofuudhaan
Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii
-------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa
----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu
kaka’umsa hojii ol-annaa, qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
1.4).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa . ( Guutanii Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbe
fi ulaagaalee dandeettiiwwan barbaachisoo akkaataa qorannoo mala qabxiin hojii madaluu fi
sadarkeessuutiin guuttanii dorgomuudhaan waan mo’attaniif, Guraandhala guyyaa 01/2011 irraa
eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa
Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ramadamuun
keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------


Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwta xiqqaa 8 (b) fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (a )
irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma
isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------
(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan
ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa, qulqullinaa fi amanamummaan akka
raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
2.1).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa (Eeggataa ta’ee ramadamee)
a) amma eeggatummaa kan xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan, ------- guyyaa-------/2011/2012 irraa geegalee yeroo eeggatummaa keessan


waan xumuurtaniif “Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii Mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------
Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 6 fi keewwata 6 keewwata xiqqaa 19 fi
keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (a) irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011
irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------)
irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------)
argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa
fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------

---------
2.2).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa (Eeggataa ta’ee ramadamee)
a) amma eeggatummaa kan xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan, ------- guyyaa-------/2011/2012 irraa geegalee yeroo eeggatummaa keessan


waan xumuurtaniif “Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii Mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------
Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen
akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 6 fi keewwata 6 keewwata xiqqaa 19 fi
keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (b) irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011
irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------)
irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------)
argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa
fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna. Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
2.3).Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa (Eeggataa ta’ee ramadamee)
a) amma eeggatummaa kan xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan, Haaluma kanaan, ------- guyyaa-------/2011/2012 irraa geegalee yeroo


eeggatummaa keessan waan xumuurtaniif “Qajeelfama Raawwii Ce’umsa Iskeelii Mindaa
Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa
Oromiyaa irraa darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 6 fi keewwata 6
keewwata xiqqaa 19 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (c) irratti ibsaman hordofuudhaan
Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii
-------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa
----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu
kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna

. Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
3.1). Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa Eeggataa ta’ee ramadamee
b) amma illee eeggatummaa kan hin xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan hanga yeroo eeggatummaa keessan xumuurtanitti, “Qajeelfama Raawwii


Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma
Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa
6, 19, 29 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (a) irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa
guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------
(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa -----
(----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa
hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
3.2). Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa Eeggataa ta’ee ramadamee
b) amma illee eeggatummaa kan hin xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan hanga yeroo eeggatummaa keessan xumuurtanitti, “Qajeelfama Raawwii


Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma
Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa
6, 19, 29 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (b) irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa
guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------
(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa -----
(----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa
hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
3.3). Xalayaa Kaffaltii Ce’umsa Iskeelii Mindaa Eeggataa ta’ee ramadamee
b) amma illee eeggatummaa kan hin xumuure)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(1) irratti ibsameen ,Guraandhala guyyaa 01/2011
irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Eeggataa ji’a----- taatanii ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan hanga yeroo eeggatummaa keessan xumuurtanitti, “Qajeelfama Raawwii


Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma
Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa
6, 19, 29 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (c) irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa
guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------
(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa ji’aa -----
(----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa
hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
4.1.Xalayaa Kaffalttii Ce’umsa Iskeelii Mindaa
(Shallaggiin Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Haala Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(2) irratti ibsameen ,Isin Guraandhala guyyaa
01/2011 irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Shallaggiin ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin


Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa
qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 10 fi 30 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (a)
irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma
isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------
(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan
ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka
raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
4.2.Xalayaa Kaffalttii Ce’umsa Iskeelii Mindaa
(Shallaggiin Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Haala Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(2) irratti ibsameen ,Isin Guraandhala guyyaa
01/2011 irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Shallaggiin ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin


Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa
qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 10 fi 30 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (b)
irratti ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma
isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------
(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan
ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka
raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
4.3.Xalayaa Kaffalttii Ce’umsa Iskeelii Mindaa
(Shallaggiin Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Haala Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin
darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 8(2) irratti ibsameen ,Isin Guraandhala guyyaa
01/2011 irraa eegalee Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk.
Eenyummaa Gita Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti
Shallaggiin ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan,“Qajeelfama Raawwii Iskeelii mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin


Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa irraa darbeen akkaataa
qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 10 fi 30 fi keewwata 5 keewwata xiqqaa 3 (c) irratti
ibsaman hordofuudhaan Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif
kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------)
ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin
irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni
beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
5..Xalayaa Kaffalttii Ce’umsa Iskeelii Mindaa (sadarkaa barnootaa “level” dhaan xumuranii
ragaa “MGO” osoo hin qabaatiin sadarkaa barnootaa Digirii dhiyeeffataniin Kan ramadameef)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa irratti
gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Haala Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii Mootummaa
Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbeen akkaataa keewwata
17 keewwata xiqqaa 1 irratti ibsame irratti hundaa’ee hojjetaan sadarkaa barnootaa mana barnootaa
teekinikaa fi ogummaa irraa Level-I hanga Level-Vtiin leenji’ee ragaa mirkaneessaa ga’umsa Ogummaa
(MGO) malee,yeroo tokkoof akka ramadamu waan eeyyameef, Isinis sadarkaa barnootaa mana barnootaa
teekinikaa fi ogummaa irraa Level--------tiin xumuurtanii ragaa “MGO” osoo hin qabaatiin sadarkaa
barnootaa Digirii jalqabaa dhiyeeffataniin Guraandhala guyyaa 01/2011 irraa eegalee Waamama Gita
Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa Gita Hojii-------------
Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ------- ramadamuun keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan, isin Sadarkaa barnootaa digirii jalqabaa keessanitti fayyadamuudhaaf hanga ragaa
mirkaneessaa ga’umsa Ogummaa (MGO) dhiyeeffattanitti “akkaataa Qajeelfama Raawwii Iskeelii
mindaa Lakk.---/2012 guyyaa------Lakk. -----tiin Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa
Oromiyaa irraa darbeen akkaataa qajeelfamicha keewwata 6 keewwata xiqqaa 24 fi keewwata 5
keewwata xiqqaa 3 qubee a ykn b ykn c irratti ibsaman hordofuudhaan (qubee a,b,c keessaa tokko
qofa kan ilaallatu adda ba’ee taa’uu qaba) Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa
amma isiniif kaffalamaa jiru qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------
(----------------) ida’amee mindaa ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa,
tajaajila isin irraa eeggamu kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni
beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
6).Xalayaa Kaffalttii Ce’umsa Iskeelii Mindaa (kanneen guutanii ykn eeggataa ta’anii ykn
shallaggiin osoo hin taane bololi’aa akka hin taaneef minduma qabaniin ramadamaniif
kennamu)

Obbo/ Aadde --------------------------------------------------------------------tiif


-------------
Qorannoo gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa manneen hojii mootummaa naannoo oromiyaa
irratti gaggeeffame bu’uura gochuun “Qajeelfama Haala Ramaddii Hojjettootaa Manneen Hojii
Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa 12/4/2011 Lakk. BPSMQN/4-2A/894/01/35 tiin darbe
keessatti ibsameen guuttanii ykn eeggataa taatanii ykn shallaggiin ramadamuu waan hin
dandeenyeef ramaddiin ala ( bololi’aa) akka hin taaneef qofa Xalayaa BPSMQNO irraa guyyaa
------Lakk……… barreeffame irratti hundaa’uudhaan, ---------- guyyaa 01/2011 irraa eegalee
Waamama Gita Hojii---------------------Koodii Gita Hojii------------- Lakk. Eenyummaa Gita
Hojii------------- Sadarkaa---------------- tiin galamaa’ee kan beekkamu irratti ramadamuun
keessan ni beekkama.

Haaluma kanaan, mindaa yeroo ammaa argachaa jirtan gara iskeelii haaraatti fiduun dirqama
waan ta’eef, mindaa amma argachaa jirtan irraa gara gulantaa ol aanaa itti aanutti (argamutti)
fooyya’ee Adoolessaa guyyaa 01/2011 irraa eegalee mindaa ji’aa amma isiniif kaffalamaa jiru
qarshii -------------------(-------------------) irratti qarshiin---------(----------------) ida’amee mindaa
ji’aa ----- (----------------------------) argachaa akka hojjettan ibsaa, tajaajila isin irraa eeggamu
kaka’umsa hojii ol-annaa,qulqullinaa fi amanamummaan akka raawwattan ni beeksifna.

Nagaa Wajjin

G/G
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiif
Biiroo Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Oromiyaatiif
Finfinnee
Daayirektoreetii HQN fi Ijaarsa Dandeettii Biiroo Keenyaa tiif
--------
Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------
Waajjira Maallaqaa fii Walta’insa Dinagdee Godina/Aanaa/Magaalaa ---------iif
---------

You might also like