Fuulbana, 2014 Baddannoo: Waajjira Dhimma Hojjataa Fi Hawaasummaa Godina Harargee Bahaatiif Harar

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 17

Fuulbana,2014

Baddannoo

Lakk _________
Guyyaa ________

Waajjira Dhimma Hojjataa Fi Hawaasummaa Godina Harargee Bahaatiif

Harar
Dhimmi:-Waa’ee gabaasa Ji’a Fuulbana isiniif erguu ilaala.

Akkuma olitti ibsamuuf yaalametti Waajjirri Dhimma

Hojjataa Fi Hawaasummaa Aanaa Baddannoo gabaasa hojiilee

Ji’a Fuulbana bara 2014 Adeemsa Waajjiraa sadeen hojjannee


fuula_____xalayaa gaggeessituu tanaan wal qabsiifnee isiniif
erguu keenya kabajaan isin beeksifna.

Nagayaa Wajjin!!!

G/G
Waajjira Bulchiinsa Aanaa Baddannootiif
Waajjira MWD Aanaa Baddannootiif
Waajjira Af-Yaa’ii Aanaa Baddannootiif

Guyyaa ________

Qaboo Yaa’ii Manaajimantii Waajjiraa

Iddoon:Waajjira Dhimma Hojjataa Fi Hawaasummaa

Sa’aatii:-_________Hanga_________tti
Ajandaan Marii

Waa’ee gabaasa Ji’a Fuulbana xiinxaluu ilaala.

Akkuma olitti ibsamuuf yaalametti Waajjirri Dhimma Hojjataa Fi Hawaasummaa

Aanaa Baddannoo gabaasa hojiilee Ji’a Fuulbanaa Bara 2014 Adeemsa


Waajjiraa Sadeen hojjannee Manaajimantii Waajjiraatiin mirkaneesinee isiniif
erguu keenya kabajaan isin beeksifna .

Hirmaattootni Manaajimantii Waajjiraa

1. Faayoo Abdallaa ----------Itti Gaafatamaa Waajjiraa

2. Obbo Ibraahim Mahaammad -----karooraa fi Sagantaa

3.Obbo Ibraahim Qaasim --- Dur/Gar/ Bab/Eegumsa/Hawaasummaa

4.Obbo Jamaal Abdallaa Hassan -- Ab/ Adeem/Qo/Qabeenya Humna Namaa

5.Obbo Mahaammad Ra’oof ---- Ab/ Adeem/ Qunnamtii Nageenya Industirii

Mallattoo Manaajimantii Waajjiraa.

1.__________2.________3.__________4._________5._________

Baafata Fuula

1.Seensa…………………………………………………………………………………….1
2.Ergama……………………………………………………………………………………1

3.Mul’ata……………………………………………………………………………………1

4.Duudhaalee…………………………………………………………………………….2

5.Galma……………………………………………………………………………………..2

6. Toora xiyyeeffannoo …………………………………………………………….3

7. Gabaasa Qunnamtii Nageenya Industirii mirkaneessuu ………………….4


8. Gabaasa hojii Adeemsa Misooma Nageenya Hawaasummaa………………………………..6
9.Gabaasa Hojiilee tola ooltummaa ji’a gannaa keessa hojjetaman…………………………….8

10. Gabaasa Hojii Qorannoo Qabeenya Humna Namaa…………......................9

11.Cimina,Hanqinaa fi Kallattii Fuulduraa ………………………………...................11

SEENSA

Akkaataa qajeelfama, tarsiimoo fi imaammata mootummaan keenya baaseen


waajjiri Dhimma hojjataa fi hawaasummaa Aanaa Baddannootis rakkoo bulchiinsa
gaarii hiikuuf akkaataa mootummaan keenya gadi dabarseen rakkoolee tajaajila
hawaasaa qunnamuu danda’an hiikuuf karoora waggaa bara 2013 baafate
keessaa kan Ji’a Fuulbana baafatee mirga hojjataa fi hojjachiisaan qaban
diriirsuun qunnamtii nageenya industirii mirkaneessuun tajaajila rakkoo
hawaasummaa keessatti qunnamuu danda’an hiikuu fi hojidhabeeyyii
xiqqeessuuf karoora baafatee hojii keessa galee jira. Haaluma kanaan karoora
hojii bara kana baafanne irraa karoora hojii Ji’a Fuulbana baafachuun hojiilee
nageenya industirii mirkaneessuun odeeffannoo gabaa humna namaa babal’isuun
hojidhabdummaan akka salphatu gochuun hawaasa hirkattummaa jalaa bahee of
danda’e uumuun barbaachisaa dha.

ERGAMA

Akka Aanaa keenyaatti jechuunis Magaalaa fi Baadiyyaa keessatti nageenya


industirii mirkaneessuun odeeffannoo gabaa humna namaa babal’isuun rakkoolee
jireenya hawaasummaa hiikuudha.Hojidhabeeyyii magaalaa fi baadiyyaa jiran
ragaa bu’uuraa galmeessuun waldaan gurmaa’anii jireenya isaanii akka
fooyyeffatan haala mijjessuu.Rakkoolee hawaasa qunnamuu danda’an qorachuun
furmaanni akka itti kennamu qaama adda addaa waliin mari’achuun aadaa wal-
gargaarsaa babal’isuu dha.

Mul’ata ( vision )Waajjira Dhi/Hoj/ fi Haw/Aanaa Baddanoo .


Bara dhuma 2014 seerri dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa industiriiwwan
Aanaa keessa jiran keessatti kabajamee, tajaajila ragaa fi odeeffannoo
Carraa hojii babal’atee fi rakkoolee fi farreen jireenya hawaasummaa
hir’isuun keessaa baasuu.

~ 1~
kaayyoo Duudhaalee(Value) Waajjira Dhimma Hojjetaa fi
Hawaasummaa

Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhaminsa qabuu fi safaramuu danda’uun


galmaan ga’uu keessatti Caasaaleen ijoon Waajjira Dhimma Hojjetaa fi
Hawaasummaa Aanaa sadarkaan jiran duudhaalee fi amantaa Cimaa
qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon Waajjira Dhimma
Hojjataa fi Hawaasummaa Aanaa Araddaalee qotee bulaa 40 fi magaalaa 2
keessatti calaqqisuu qabu kanatti aanee dhihaatera.
Isaanis :-
Itti gaafatamummaa
Iftoomina
Tajaajila Gahumsa qabu kennuu
Qophaa,ina jijjiiramaa
Beekumsaa fi Amantaan hogganuu.
Hirmaachisummaa
Aadaa Qusannoo fi bu’aa qabeessummaa

GALMA
Sochii dhimma hojjataa fi hawaasummaa aanaa keenya keessatti
muuxannoowwan gaggaarii ta’e qaama misooma nageenyaa fi nageenya industirii
mirkaneessuu fi qorannoo nageenya humna namaa eegalame akka babal’atu
gochuun farreen nageenya hawaasummaa xiqqeessuudha.Hojiiwwaan
muuxannoo gaggaarii ta’uu danda’an qorachuu fi qindeessuun jijjiiramaa fi
misooma hawaasummaa keessatti uumuu danda’an tajaajila ummataatiif bu’a
qabeessummaan ummataa akka mirkanaa’u gochuudha.Qunnamtii hojjataa fi
hojjachiisaa irratti labsii lakk. 377/96 irratti leenjii fi hubannoo kennuun mirgaa fi
dirqama isaanii baruun marii gar-lamee qofaan akka hiikkatan hubannoo
kennuudha.

~ 2~
Toora xiyyeeffannoo

Toora xiyyeeffannoo 1ffaa


Ga’umsa walitti dhufeenya hojjataa fi hojjachiisaa:-

Bu’aa haala hojii mijjaa’aa ta’ee fi walitti dhufeenya hojjataa fi hojjachiisaa


jiddutti cimee nageenyi industirii akka uumamu gochuudha.

Toora xiyyeeffannoo 2ffaa

Deeggarsa nageenya hawaasummaa:-

Bu’aa qaamoolee hawaasaa rakkoolee fi farreen jireenya hawaasummaatiif


saaxilaman rakkoon isaanii furamee deebi’anii dhaabbachuun oomishaa fi
oomishtummaa keessatti akka galan gochuudha.

Toora xiyyeeffannoo 3ffaa

Ga’umsa odeeffannoo humna namaa:-

Bu’aa humna namaa hojii irratti bobba’ee itti fayyadamtootaaf odeeffannoon


gabaa akka babal’atu taasisuu.

~ 3~
Gabaasa Qunnamtii Nageenya Industirii mirkaneessuu Ji’a Fuulbana bara 2014
Gosa hojii hojjatamanii

2013Ka’umsa

2014WaggaaKaroora
Ji’a Gabaasa hanga Ji’a Fuulbana

Safartuu
Gabaasa
Fuulbana
Karoora Raawwii % Karoora hanga Raawwii %
ji’a ji’a ji’a kanaatti hanga ji’a
kanaa kanaa kanaatti

1 Fedhii hubannoo adda baasuu Indu 66 84 7 6 21 15


2 Fedhii leenjii addaa baasuu Indu 55 60 5 4 15 11
3 Haala hojii seerootaa fi imaammattoota Ind 77 96 8 7 24 18
dhimma hojjataa fi hojjachiisaa irratti Nama 655 840 70 60 210 179
hubannoo kennuu Dhi 440 576 48 40 144 125
Dub 215 264 22 20 66 54
4 Haala hojii seerotaa fi imaammattoota Ind 35 48 4 3 12 8
dhimma hojjataa fi hojjachiisaa irratti leenjii Nama 78 96 8 6 24 21
kennuu Dhi 53 66 5 4 15 15
Dub 25 30 3 2 9 6
5 Ittisaa fi too’annoo HIV/AIDS hojii irratti Ind 15 20 2 2 6 5
hojjachisaa fi hojjataaf hubannoo kennuu Nama 80 96 8 7 24 20
Dhi 60 68 5 5 15 14
Dub 20 28 3 2 9 6
6 Tajaajila deeggarsa seera Ind 14 18 2 2 6 6
dhi/ho/hojjachiisaa maammiltootaaf gorsa Nama 74 84 7 6 21 21
ogummaa kennuu 5 15
Dhi 51 56 4 14
Dub 23 28 2 2 6 7
7 Ragaa industirii sassaabuu Jaarm 145 156 13 12 39 37
aa
8 Too’annaa bu’uura haala hojii sadarkaa Ind 33 44 4 3 12 8
duraa
9 Too’annaa bu’uura haala hojii hordoffii Ind 25 40 3 2 9 5
10 Too’annaa fayyummaa fi nagummaa Ind 33 44 4 3 12 8
ogummaa sadarkaa duraa
11 Too’annaa fayyummaa fi nagummaa Ind 25 40 3 2 9 5
ogummaa hordoffii
12 Sahumna daa’immanii too’achuu Lakk 22 28 3 2 9 6

13 Guyyaa Ayyaana FNO Addunyaa Kabajuu 1 1 - - - -

~ 4~
14 Koree FNO industirii keessatti hundeessuu Ind 2 3 - - 1 1
fi kan hundaa’e jajjabeessuu
15 Koree HIV/AIDS haaraa hundeessuu fi kan Ind 2 3 - - 1 1
hundaa’e jajjabeessuu
16 Wal diddaa hojjataa fi hojjachiisaa jiddutti Lakk 11 10 1 3 3
uumamu waltaasisuu
17 Fooramii hojjettoota hojjechiisaa fi Lakk 1 2 - -
mootummaan sadarkaa godina hundaa’e
akka aanaatti akka galu hordofu
hundeeffamuu
18 Balaa industirii galmeessuu fi qorachuu Ind - 2 - -
19 Jaarmiyaalee bakka hojii fi haala hojii Ind 65 84 7 6 21 17
keessatti kabajame adda baasuu
20 Waldaa hojjataa fi hojjachiisaa haaraya Lakk 3 4 - - -
galmeessuu
21 Waliigaltee gamtaa (WGG)galmeessuu Jar 1 2 - - -
-
22 Waldaa dhaabamee hubannoo kennuu Lakk 3 4 - - -

23 Marii gar-lamee jaarmiyaalee keessatti Jar 3 4 - - -


diriirsuu
24 Marii gar-sadee jaarmiyaalee keessatti Lakk 3 4 - - -
diriirsuu
25 Waliigaltee hojjataa fi hojjachiisaa Ind 24 36 3 4 9 8
mallatteessisuu Nama 84 96 8 9 24 20
Dhi 64 72 6 7 18 14
Dub 20 24 2 2 6 6

~ 5~
Gabaasa hojii Adeemsa Misooma Nageenya Hawaasummaa Ji’a Fuulbana bara 2014
Gosa hojii hojjatamanii Karoora

Lakk

2013Ka’umsa
Saratuu
Gabaasa J i’a Gabaasa hanga Ji’a Fuulbana
waggaa
2014 Fuulbana
Karoora Rawwii % Karoora Rawwii hanga %
ji’a ji’a hanga ji’a
kanaa kanaa ji’a kanaatti
kanaatti
1 Hawaasa deeggarsa hawaasaa (social saftnet) Dhi 889 889 889 889 889 889
calaluu Dub 1104 1104 1104
1104 1104 1104
w/g 1993 1993 1993 1993 1993 1993

2 Hawaasa tajaajila gorsa hawaasaa gorsa Nama 29 35 3 3 6 6


hawaasummaatiif xiin-sammuu argatanii Dhi 25 18 2 3 4 5
maatiitti akka makaman deeggarsa gochuu Dub 4 17 1 _ 2 1

3 Daa’imman harka qalleeyyii daa’imman hirkoo Nama 811 300 250 149 500 172
gargaarsa hin qabne deegarsa meeshaa Dhi 426 105 122
200 167 334
barnootaa akka argatan haala mijjeessuu
Dub 385 100 83 44 166 50
4 Kunuunsa buufata keessatti manguddoo fi Nama 243 625 52 46 104 94
hubamtoota dhibee juuzaamiif gochuu Dhi 166 28 56
313 26 52
Dub 77 312 26 18 52 38
5 Manguddoo hirkoo hin qabne akka wabii Nama 32 400 33 24 66 47
jirenyaa argatan gochuu Dhi 19 19 38
200 16 32
Dub 13 200 17 5 34 9
6 Daa’imman haadhaa fi abbaa hin qabne gargaarsi Nama 109 100 8 9 16 17
akka godhamuuf haala mijjeessuu Dhi 77 6 11
70 5 10
Dub 32 30 3 3 6 6
7 Qaama miidhamtoota Harka qalleeyyii gargaarsa Nama 176 200 17 18 34 32
akka argatan haala mijjeessuu
Dhi 96 150 13 12 26 21
Dub 80 50 4 6 8 11
8 Harka qalleeyyii walabaan tajaajila wal’aansaa Nama 202 563 46 39 92 91
akka argatan haala mijjeessuu Dhi 118 28 66
281 23 46
Dub 84 282 23 11 46 25
9 Harka qalleeyyii gargaarsa argatan Nama 1408 2000 166 189 332 288
Dhi 802 1500 125 149 250 197
Dub 25 500 41 40 82 91

~ 6~
10 Qaama miidhamtootaaf hirkoon qaamaa akka Nama 19 70 6 3 12 3
haarayoomtu haala mijjeessuu Dhi 11 50 4 8
2 2
Dub 8 20 2 1 4 1
11 Qaama miidhamtoonni hirkoo qaamaa akka Nama - 20 2 2 4 2
argatan haala mijjeessuu Dhi - 10 1 2
- 2
Dub - 10 1 - 2 -
12 Qaama hawaasaaf leenjii hubannoo kennuu Nama 3000 4000 333 328 666 478
Dhi 2064 2000 167 280 334 380
Dub 936 2000 166 48 332 98
13 Waldaa manguddootaa haraya ijaaruu Wal 1 15 1 - 2 -
Nama 187 2500 208 - 416 -
Dhi 143 1500 125 - 250 -
Dub 44 1000 83 - 166 -
14 Waldaa qaama miidhamtootaa haraya ijaaruu Wal 2 15 1 1 2 1
Nama 231 1750 146 12 292 12
Dhi 143 1600 133 8 266 8
Dub 88 150 13 4 26 4
15 Gumii wal –gargaarsaa(ccc) haraya kan ijru Gumii 5 25 2 4 4 4
Nama 253 1250 104 78 208 198
Dhi 154 1000 83 55 166 155
dub 99 250 21 23 42 43
16 Afooshaa haraya qaama seerummaa kennuu Afoosha 24 35 3 3 6 5
Nama 2796 3500 292 292 584 442
Dhi 1800 3000 250 250 500 350
Dub 996 500 42 42 84 92
17 Afooshaa qaama seerummaa haaromfatan Afooshaa 24 35 3 3 6 4
Nama 2390 3600 300 300 600 445

Dhi 1318 3000 250 250 500 350


Dub 1076 600 50 50 100 95
18 Afooshaa hojiilee misoomaa hojjette Afooshaa 12 20 2 1 4 2
Nama 1609 3700 308 108 618 306
Dhi 974 2900 242 89 484 191
dha 635 800 67 19 134 115

~ 7~
5
4
3
2
1
lakk

ee

Uffata...)
Gosa hojii

Mana Ijaaruu

Oyiruuqotuu/
Mana suphuu

Hawaasummaa
omishasassaabuu

TajaajilaXinsammuu fi
aaddaataasisuu (nyaata,
Gosahojiihojiihojjataamt

Deggersameeshaaleeadd
Karoora
50 15 20hek 17 76 kar

30 12 15 8 30 raw

hundeessuudhaan busi 1600 bufatani jiran


Kar

15 40 600 187 162 dhi

10 30 300 28 62 dub
25 70 900 215 210 Ida’ama

8 30 350 145 150 dhi


Raw

2 15 200 38 10 dub
Humna nama hirmaatee

10 45 550 183 160 ida

-
-

2500 185000 47500 40250 kar Tilmh/namamalla

~ 8~
-
-

qaan
1000 89500 38250 36250 raw

-
-
-
-
-
-

kar Mallaqaacallaa
-
-
-
-
-
-

raw
Uunkaa kenna tajaajila lamummaa kan fooyya’ee

-
-
-
-

200 100 kar meeshaa


-
-
-
-

100 80 raw
-
-
-

4500 60,000 30,000 kar


aaTll.meeshamallaq
-
-
-

3600 30,000 24,000 raw


-
-
-
-

10000 5000 kar


mallaqaaOggummaa
-
-
-
-

5000 4000 raw


-
-

2500 4500 117500 75250 kar w/g shallaggii


-
-

1000 3600 73250 64250 raw


8
kar

35 10 12 4 dhi Bayyinaafayyada
5

15 5 6 1 dub amtoota
`

3
1

50 15 18 5 ida
7

18 8 10 2 dhi
rawi

12 4 5 1 dub
3
11

1 Dhabbata save the children waliin tahudhaan gumi Walgargaarsa hawaasa kan Miseensaa dhi 30 dub 50 wg 80 qabu

30 12 15 ida
2 Deeggaarsa harka qalleenyii fi qaama midhamtoota kolleejjii BLTO Baddannoo kessatti gaggeefame

Gummii biodiversity fi qaaman midhamtotaattin taasifamee

1.qaama midhamtoota dhi 2 fi harka qalleeyyii dhi1 fi du 1

Deeggarsii godhame uffata haalkanii lakko.4 fi saamuna kaartoona 1

Hamma qarshii kuma sadiifi dhibba lama(3200)

3. Harka qaleeyii dhira 2 fi dubarttii 1 kafalttii kamiyuu iraa bilisa taahanii leenjii akka fudhatan tasiifameera. Kun maalaqaan qarshii
1200

Waligalaan 4400

3Magaalaa furdaatti

Qamaa midhamaa tokkoof hirmaanna ummatatiin Qr 2000 fi ruzaa baatanifi jiran kana malees meeshaan liistiroo akka dalagu
meeshaan bitamefi jira

Gabaasa Hojii Qorannoo Qabeenya Humna Namaa Ji’a Fuulbana Bara 2014

Karoora waggaa 2014


Safartuu

2013Ka’umsa
Gabaasa Hanga
T.L Gosa Hojii hojjatamuu qabuu
Gabaasa Ji’a
Fuulbana Ji’a Fuulbana
Karoora Raawwii Karoora Raawwii
Ji’a Kanaa Ji’a Kanaa Hanga Hanga Ji’a
Ji’a Kanaatti Kanaatti

Ragaa odeeffannoo humna nama hojii irra jiran adda baasuun qinadeessuu Nama 2812 9556 796 730 1388 1230
Dhi 1820 6250 521 480 1263 380
1 Dub 250 400
1820 3306 275 825
1.1 Waajjira mootummaa S/Sarvisiin bulan Nama 946 6000 500 490 1500 880
Dhi 949 4000 333 340 999 621
Dub 997 2000 166 150 498 259
1.2 Jaarmayaalee misoomaa keessaa Nama 104 52 40 39 20 35
Dhi 182 40 30 28 15 40
Dub 125 12 10 11 10 13
1.3 Jaarmayaalee dhuunfaa keessaa Nama 805 630 52 84 156 224
Dhi 611 500 41 63 123 158
Dub 202 130 11 21 33 66
1.4 Jaarmayaalee gargaarsaa (NGO) Nama 24 36 3 15 26 43
Dhi 20 24 2 12 20 30
Dub 4 12 1 3 6 13
1.5 Jaarmayaalee IMX magaalaa keessaa Nama 275 320 27 91 78 154
Dhi 183 200 17 59 48 93
Dub 99 120 10 32 30 61
1.6 Jaarmayaalee IMX baadiyyaa keessaa Nama 358 420 35 76 105 155
Dhi 299 300 25 52 75 107
Dub 81 120 10 25 30 48
2 Ragaa fi odeeffannoo humna namaahojii hin qabne adda baasuun Nama 528 560 46 62 138 178
qindeessuu Dhi 420 300 25 42 75 120
Dub 198 260 21 20 63 58
3 Aadaa hojii (work calture)fi carraa hojii irratti hubannoo kennuu Nama 639 750 61 73 183 215
Dhi 462 500 41 55 123 162
Dub 167 250 20 18 60 53
4 Buleettiin ragaa fi odeeffannoo humna nama tokkoo qopheessuu Fayla
-
5 Hojii dhabeeyyii carraa hojii argame keessatti akka bobba’an deeggaruun Nama 181 200 17 26 51 58
hojii keessa akka bobba’an taasisuu Dhi 127 150 12 16 36 36
Dub 49 50 5 10 15 22
~ 9~

6 Hojii dhabeeyyii hojii dhaabbataa akka argatan taasisuu Nama 395 36 30 75 86


Dhi 275 25 20 33 56
Dub 120 11 10 300 30
7 Hoji dhabeeyyii carraa hojii yaroo akka argatan taasisuu Nama 912 100 70 198 170
Dhi 681 66 50 102 120
Dub 277 34 20 50
8 Ragaa fi iddoo hojii duwwaa jaarmayaalee adda addaa keessa jiran adda baasuu Iddoo

Nama
Dhi
Dub

9 Ragaa fi odeeffannoo dhaabbiilee leenjii fi ogummaa fi teeknikaa qindeessuu Nama 486 44 84 132 168
Dhi 379 25 63 75 110
Dub 401 19 21 57 58
Koree ittisaa fi too’annoo GSA namoota naannessu hundeessuu fi cimsuu Nama 313 41 75 123 115
10
Dhi 88 22 54 66 76
Dub 480 19 21 57 39
11 Qaama raawwachistuu koree qindeessituu fi hojjattootaaf GSA irratti hubannoo Nama 480 50 62 150 482
kennuu
Dhi 320 34 42 90 256
Dub 197 16 20 60 226
12 Gochaa seeraan alaa namoota biyyabiraatti daddabarsu ittisuufi toohachuun Nama 4570 433 600 1299 1366
hubannoo kennuu
Dhi 2686 266 390 798 790
Dub 1893 167 210 501 486
13 Gochoota seeraan ala nama naanneessan too’achuu ittisuu ilaalchisee kGSA Nama 270 25 41 75 93
hundaa’an hordoffii fi deeggarsa kennuu
Dhi 191 16 31 48 63
Dub 95 9 10 27 30
14 Gochoota seeraan ala nama naanneessan too’achuu fi ittisuu irratti caasaa Dhi 249 32 42 96 88
mootummaatiif leenjii
Dub 108 14 10 42 44
w/g 358 46 52 138 132
15 Rakkoo godaansa seraan alaa irratti hawaasa mataa isaatiin marii gaggessu Dhi 978 83 98 249 182
Dub 559 49 62 147 112
w/g 1582 1 160 396 294
32
16 Kardii hujii dhabeeyyiif kennuu Dhi 635 54 621 162 621
Dub 223 25 275 755 275
w/g 858 79 896 237 896
~10~
Cimina
 Akka Waajjiraatti Adeemsi sadeen qabnu raayyaan gurmaa’inii hojjachaa jiraachuu

 Hojiilee guyyaa guyyaan hojjataman qaama dhimmi ilaaluuf kennuu

 Dhaabbilee fi waajjiraalee adda addaa wajjiin qindoominaan hojjachuu

 Rakkoo bulchiinsa gaarii jiran addaan baasuun furmaata hatattamaa kennaa jiraachuu

Hanqina
 Hoji dhabaa akka galmeessineen kaardii fudhachuu dhabuu

 Hojjattoota tokko tokko biratti eeggattummaan jiraachuu

 Mariin idilee ciccitaa ta’uu

Kallattii Fuulduraa
 Hanqinoota mul’atan hunda galtee godhachuudhaan hojitti galuu

 Hanqinoota hojjattoota biratti mul’atan hojmaataan deemuun sirreessuu

~11~

You might also like