Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Guca 2.

Hordoffii Walitti Hidhamiinsa Buufata Fayyaa fi Keellaa Fayyaa

Baayina keellaa fayyaa Buufata fayyaa jalatti: A/Hidhamee ______ B/Hinhidhamiin _____

Lak Istandardoota guutamuu Ragaalee Mirkaneeffannaa Jira[1] Yaada


Qaban Hin
jiru[0]
1 Buufatni fayyaa hojimaataa fi  Qajeelfama hojii irra oolmaa walitti
gurmaa’insa walitti hidhamiin sa hidhiinsa B/Fayyaa fi K/Fayyaa ilaaluu
buufata fayyaa fi keellaa fayyaa  Karoora walitti hidhamiinsaa waliinii yoo
ni diriirsa, Ogeessa walitti jiraate ilaaluu
hidhamiinsa qindeessu fi hordofu  Ragaa Ogeessa xalayaadhaan caqasamee
ni ramada. ramadame ilaaluu
2 Dubartootni gandoota Buufata  Sanada walitti hidhaminsa gandaa ilaaluun
Fayyaa sana jala jiran haadha warraa gandicha keessa jiran waliin
guutummaa guutuutti garee wal bira qabuun ilaaluu
misoomaa fi tokko-shanee dhaan  Gabaasa raawwii RDMD ilaaluu /gabaasa
gurmaa’anii hojiitti akka galan ni gandarraa gara aanaatti ergame/
taasisa.
3 Karoora hojii Buufata Fayyaa fi  Karoora hojii fi baajataa bakka tokkotti
keellawwan fayyaa isa jala jiran qophaa’ee HEF waliin walii mallatteessan
waliin iddoo tokkotti ilaaluu
qopheessuudhaan qooda  Karoora dhaabbilee fayya bu’uuraa
fudhattoota fi ummata beeksisuu irratti qaboo yaa’ii mallattoo
tajaajilamaa waliin marii ni hirmaattotan mirkana’ee jiraachuu
gaggeessa.
4 Tokko tokkoon oggeeyyii fayyaa  Sanadaan kan ta’ee fi guyyaa kan qabu
Buufata fayyaa sagantaa idleen akkasumas yeroo yerootti hara’aa kan
torbanitti al tokko cheeklistii deemuun sagantaa bultii halkanii walitti kan
fayyadamuun keellaa fayyaatiif hin buune ta’uu qaba
hordooffii fi deegarsa ni taasisu.  “Check list” guuutaman karoora gocha waliin
 Duub-deebii kennaman kan keellaa fayyaa
hundaa qabate ta’uu qaba
5 Buufatni Fayya gabaasa raawwii  Haftee gabaasa torbee, ji’aa, kurmaanaa, ji’a
hojii keellaa fayyaa isa jala 6, ji’a 9 fi kan waggaa mirkaneessuu
jiranii kan torbanii, ji’aa,  Uunka gabaasni guutuun yeroodhaan galuu
kurmaanaa, ji’a jahaa, ji’a sagalii isaa ittiin hordofan ilaaluu(Report
fi waggaa sassaabee qindeessuun
duubi-deebii ni kenna. completeness and timeliness checking form)
 Duub-deebii gabaasni guutuu yeroo isaa
eeggate dhiyaachuu isaatiif kenname ilaaluu
6 Ji’a ji’aan bakka HEF hundi  Qaboo yaa’ii waltajjii gamaaggama ji’aa
argamanitti hojii walii gala ni ilaaluu
gamaaggama, muuxxannowwan  Muuxannoowwan adda ba’anii qindaa’uun
gaggaarii argaman adda baasuun babal’atan ilaaluu
qindeessuun ni babal’isa.

7 Hudhaalee dhiyyeessii, ilaalchaa  Sanada tarreeffama hudhaalee


fi dandeetti Sagantaa Ekisteshinii  Sanada hojiilee ijaarsa dandeettii
fayyaa irratti mul’atanadda  “Check list” hordoffii fi deeggarsaa
baasuun hojii ijaarsa dandeetti fi  Ragaa duub-deebii hordoffii fi deeggersaa
deeggarsa kan biroo ni kenna. ilaaluu

8 Buufanni fayyichaa  Hordoffii fi deeggersa dhiyeessii fi itti


keellaawwan fayyaa isa jala fayyadama galteewwanii.
jiraniif qorichootaa fi galteeww- o Cheekilistiiwwan
an barbaachisoo ta’an ni guuta, o Duub-deebii fi
hojiirra oolmaa isaas ni hordofa. o Gabaasa ilaaluu

You might also like