Professional Documents
Culture Documents
Unka Gamaaggama Bittaa Ijaarsaa 4
Unka Gamaaggama Bittaa Ijaarsaa 4
C
fi Dargaggootaa
(Participating women and 10
youth)
Miseensonni % 50 fi isaa Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu
r
5
ol-dubartoota yoo ta’e ilaaluun kan mirkanaa’u ta'a.
Miseensota %30-%49
l 3
dubartoota kan qabu .
Miseensota % 29 gadi 2
dubartoota kanqa ban
Miseensonni % 80 fi isaa Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu
2 5
ol-dargaggoo yoo ta'e ilaaluun kan mirkanaa’u ta'a.
Miseensota % 50-
3
%79dargaggoota kan qabu
Miseensota % 49 gadi 2
dargoggoota kan qabu
Karoora liojn qophceffaciiuu
D (Planning to execute the 45
assignment)
Karoora hojicha itti Karoora Caccabee qophaa'e chaappaa fi
1 dorgome haala Caccabeen 25 mallattoo Interpraayizichaan kan
(work-break mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
down schedule)
qopheeffatanii kan
dhiyeeffatan yoo ta’e.
Karoora humna namaa (yeroo Karoora humna namaa Interpraayizichaan
2 ykn 10 qophaa'ee Mallattoo fi Chaappaan kan
dhaabbiidhaan)qopheeffatanii mirkanaa’e ilaaluun ta’a.
kan dhiyeeffatan yoo
Karoora ta’e
Meeshaalee
(Machinaries) hojiichaaf
barbaachisan tarreesanii Karoora meeshaalee hojiif barbaachisan
3 qabaaachuu' fi mala 10 Interpraayizichaan qophaa'ee Mallattoo fi
meeshaalee kanneen itti Chaappaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a..
argatan qopheeffatanii yoo
dhiyeeffatan
4 Ragaa kan hin qabne yoo 0
ta’e
Ida'aama
Walii-galaa 100
Hubachiisa.
7. Interpiraayiziin Qaamaan miidhamtoota of-keessaa qabu ammoo qabxiilee walii-galaa
Interpiraayizii qaama miidhamaa kan bin qabnee fi Interpiraayizii qaama miidhamaa qabu
argatan wal-qixa ykn garaagarummaan jiru qabxii 1 hanga 3 yoo ta’e dursi Interpiraayizii qaama
miidhamaa qabuuf ni kennama.
8. Interpiraayiziin carraa hojii hin argatin qabxii walii-galaa %100 keessaa % 70 fi isaa ol yoo
fide kan darbu yoo ta’uu, Interpiraayizoonni qabxii wal-qixa fidan yoo jiraatan ammo
carraadhaan kan adda bahan ta’ee, kanaa ala kan ta’e Qajeelfama Raawwii Bittaa Mootummaa
Naannoo Oromiyaa Lakk, 02(2004) kan raawwatamu ta’a.