Download as txt, pdf, or txt
Download as txt, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Hafuura Qulqulluu (15/11/2012)date

Hafuura qulqulluu fi hojii isaa


Kun kannaan dubbisee fi kanaan dhaga'e irraa akkasumas wan dhugaa ta'ee natti
argame irraa baruulee Qophaa'eedha.
📖Hafuurri Qulqulluun maalidha?
maalummaa hafuura qulqulluu irra yaadonni sirrii fi dogoggoraa yeroo hikaa itti
kennaman ni arginaa,ni dhageenyaas. Fkn- hafuurrii qulqulluun humna x
-hafuurri qulqulluun waaqa isa xiqqaadha x fi k.k.fadha
Garuu hafuurri qulqulluun hunma otuu hin taane madda humnaati, Waaqayyoodhas.
(Waaqayyo hafuura ;warri isaaf sagadaniis hafuura fi dhugaadhan isaaf haa sagaduun
ni ta'af;jedha, sagaleen waaqayyoo
Yoh 4:24;ke,De 4:11-16;mat 10:20;Ba'u 31:3;35:31;Lak 11:29;2Qor 3:17;1Qor 15:45
walumaa galattii kutaawwan armaan olii kun hafuurri qulqulluun waaqayyoon akka ta'e
kan nuuf mirkaneessaniidha. Hafuurri Qulqulluun waaqayyodha erga ta'ee yaada isaa
isa gaarii uummama kanm irratti iyyuu ni rawwata.kanaafuu inni qixa waaqayyooti
malee isa xiqqaa miti.
Waaqayyoon hafuurri qulqulluun bifa kan hin qabnee fi kan fakkaata kan hin
jedhamnee waan hunda hojjechuus kan danda'uu ta'uu isaa kutaa olii keessatti
xuqameera. Ke De 4:11-16irratti
Kanaafuu hafurri qulqulluun dhala namaa keessan hojii isaa ni hojjeta. Waaqayyoo
hafuurri qulqulluun bifaan kana kan hin jedhamne kun maliitti fakkeeffama?
WANTOOTA HAFUURRI QULQULLUUN ITTI FAKKEEFFAMU.
@-Guggeetti fakkeeffama. Mat 3:18
@-Dibatatti fakkeeffama. Far 45:7
@-Bishan qulqulluutti fak. Yoh 7:37-39
@-Qilleensatti fakkeffama. Yoh 3:8
@-Ibiddatti fakkeeffama. Mat 3:11
@-Duumesatti fakefama. Ba'uu 13:21-22
Egaa hafuurri qulqulluun macaafa qulqulluu kaassatti wantoota kana fakkaatanitti
fakkeeffama. Hafuurri qulqulluun bifaaf qaama qaqqabatamu haa dhabuuyuu malee
1=ni dhaga'a
2=ni arga
3=ni dubbata
4=ni hojjetaas jechuudha.
Kunis eenyumaa guutuu mataa isaan akka qabu nutti argisiisa. Mat 28:19;Yoh 14:17
Kana jechuunis
A, Miira qaba. Isa 63:10;Ibr 10:29;Efe 4:30; Rom 15:30
B, Beekumsa qaba.1Qor2:10-12;Nay 9:20
C, Fedha qaba.1Qor 12:11
isaan kun qaama guutuu qabaatee waa hojjechuu akka danda'u waan nutti argisiisan
keessa isa tokkodha.
Hojiiwwan kanas gargaarsa qaama biraatiin utuu hin taane dandeetti isaan hojjeta.
HOJIIWWAN HAFUURA QULQULLUU.

You might also like