Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 10

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2

Qajeelcha FGD 3 fi 4-umurii FGD


Kayoon eegumsa daa’imanii FGD:Hawaasa keesati eegumasi
daa’imani akkamiti akka qindaa’u(Daa’imani xiqiqoon akkamit
eegaman) dubartooni maamila ta’an yeroo bakka hojii deeman itti
eegamuu danda’u hubachiisudhaf)

Seensa
Si fi qorannoo
 Haloo ani maqaan koo--------------------------jedhama.ani kanan hojedhu
garee tajaajila gorsa kennaa misooma ABDAN jedhamufan hojedha.Nuti
dhaabata UNICEF walin hordofii hojii deegarsa koorniyaa irrati xiyeefatu
hojeechaa jira.
 Kaayoon qorannoo kanatis kan xiyeefatu,deegarsi koorniyaa kuni rawwiin
isaa amam rawwataa jira kan jedhuu fi raawwin isaa kuni amam kaayoo
deegarsa kanatif gummaachaa jira kan jedhu kana qorachudhaf.
 Haati mana keesani hojii kana irrati hirmaachaa jiran waan ta’ef,isin gaafii fi
deebii FGD kanaf, fillatamitaanii jirtu.
Naamusa
 Muuxannoo qabdan nu qooduuf dubii dubatanif baayee isiniti hin
dhagahamin. Yeroo barbadaniti dubachuu dhisuu fi adeemsicha dhaabisisuf
mirga guutuu ni qabdu. Oddeefannoon isin nuf keennitan hundi iccitidhan
ni eegama.
 Gaafii fi deebiin(FGD)kun daqiiqaa 60 hanga 90 nut fudhata.
Waligaltee
 Hirmaachuudhaf ati hayamamaadha?yoo eeyeen kan jedhamu ta’e itti
fufi:

 Sagalee waraabachuu nan danda’aa laata?eeyeen warabchuu itti fufi.

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 1


Ragaa bu’uura
 Gaafii fi deebii eeggaluun dura,tokkon tokkon keesan irraa raga bbu’uura
ni barbadama.amma isin gaafachudhafan.

Koodii ID
2F + ganda calqabaa (W/A/F/S/Z)+ calqaba gaafataa+guyyaa+yeroo eegalame
Maqaa salaa umurii Aanaa/ganda Bara Haala Haala Haala
hirmaataa PSNP maatii qacarii barumsaa
keesati
galam’ee

1. PSNPin

1.1 waligalati PSNPin


Calqabudhaf, waa’ee PSNP hawwasa kana keessati rawwatamaa jiru kana nati
himuu dandeecha? Waa’ee kaayoo PSNp kana maal yaada? Mee naaf ibsaa.

1. Namooti akkamitu saganataa kana keesati hamatamuu qaba?eenyutu immoo


hamatamuu hinqabane?Haala fillannoo ilaalchisee maal yaadu?

 Maalif namootin kun kana keesati hamatamani?

 Maalif namootin kun kana keesati hin hamatamne??

 Ammami dhimm kun sirridha jetee itti amantaa?

 Namootin biro eenyuu kana keesati akka hamataman barbaachisa.

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 2


 Eenyuudha simatamuu kan hinqabaane?

2. Abbooti manaa isaanitin alati dubartoota fi carraa fillannoo kennun gaaridha


jetu? (Dubartii maatii Bulchitu) yookan immoo or dubartoota abban mana
isaani haadha mana Lama qabu?

3. Waa’ee ittii dhiyeenya galma kaayoo kanaa irraa ammam barata?


eenyudhaan?

2.PSNPii kessati hojii hawwasaa Koorniyaan hojeetamu.

2.1Hirmaannaa dubartootaa Hojii hawwasaa kessati.


Sosochii hojii hawwasaa PSNPii kessati muuxannoo qabdan yaa mar’anu mee
amma.

1. Garee keesani keesati fakeenyaf hojii hawwasa kana kessati dubartoota fi


dhirooni meeqatu hiramata?ibsaa mee.

2. Hojii Ummataa kana keesati dubartooni hirmaachudhaf maaltu isaani


rakkisa?

 Hojii mana hojeechuu/Ijoolee gudisuu?

 Abbaa Manaa isaanii?

 Wirtuu hojiti Ulfaatina hojii?

 Fageenya iddoo hojii?

 Hojii kana kessati hirmaachudhaaf soda balaa dubartoota irra gahuu


danda’u?

 Iddoo hojiit iIlaalchaa hojeetooni PSNP dubartootaf qaban?The PSNP staff


attitudes towards women clients

 Qoramaatoota ada-addaa?

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 3


3. FGD dubartoota FHH(Bubartoota maatii isaanii Oganan), PH ( dubartoota
abban mana isaani hadha mana lama qabu)yookan immoo MHH(abbaa mana
maatii Ogannu) bu’uura godhachuudhan gaafii armaan gadi gaafadhu.:

 Abbaa Manaa maatii Ogganuu gufuun isaani qunnamu jira??


kammidha?

 Dubartoota maatii isaani Ogannan gama abbaa manaa isaanitin


gufuun isaani qunnamuu jira?kammidha?

2.2 Foya’insa hojii dubartootaa.

PSNPin dubartoota qofaaf akka salphaati Hojii hawwasa kana irratti akka
hirmaatan haala mijaheedha.
1. Leenjii PSNP irratti hirmaatee beektuu?/waligahii dhimma koorniyaa idileesuu
irratti kennamu/carralleen kun dubartooni akkataa salphaa ta’en hojii
hawwasa kana irratti akka hirmaatan haala mijahedha.
2. Leenjii eenyutu kennee?Leenjich guyyaa amamii fudhate turee? Eenyutu
hirmatee? Dubartidha moo dhira?
3. Waa’ee Deegarsaa koorniyaa kana irraa maal baratee?
Mee waa’ee hirmannaa hojii hawwasaa kana keesati dubartooni gahee qabdu
ilaalchisee yaa mar’anu mee.
1. Sa’aati hojii hirsuu

2. Ulfina hojii salphisuu

3. Tajaajila eegumsaa daa’imanii

4. Karaa gabaaba wirtuu iddoo hojii irraa

5. Dubartoota ulfa ta’ani I fi kan harma hoosisan

6. Tajaajila hawwasatin waliqabatee


a) Fayaa fi nyaata madalawwan waliqabatee

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 4


b) Waliqunnamitii jijjirama amala.

Akkataa armaan gadiitin gaafiwwan deegarsaani waliqabatanii jiran gaafadhu.

 Kun dhuguma qabatamaadha?dhuguma akkamit qabatamaa ta’e?

 Akkamit dubartoota gargaaruu danda’a?ibsaa mee?:

 Akka hojii hawwasaa kana irratti akka hirmaatan akkamit gargaaruu


danda’a.

 Rakkoolewan armaan oliti dursaa irratti caqafaman kuni akkamiti


furamuu danda’anii?

 FGD1 tokkoffaa qofa (FHH/PH) dubartooni amam dhira hadha manaa lama
qabu walin jiraachuun isaan fayada?amam dubartoota deegara haali kun?
 FGD2 lammaffaa qofa (MHH) Dhira mana oggannuu irraa dubartooni amam
fayadamu?akkamit fayaduu danda’a?
 Guddunfaa .Rakkolewan jiran maalidha?deegarsaa godhamuu keesati
maaltuu foyaa’uu qaba?

4. Dhiibaa hirmaanan dubartootaa hojii hawwasa PSNP irratti qabu.

1. Hojii eegumsaa:Hojii hawwasaa keessati hirmaachuu irraa kan ka’ee ittii


gafatamumaa maatii qabdan irrattii dhiibaan inni isiniti fide maalidha?

 Ulfini hojii keesanii amam midhamaa?

 Abbaa manaa keessanis ta’e ijooleen keesan amam isin deegaruu?

2. Gaa’ela:Hojii hawwasaa kana keesati hirmaachuu keetif walit dhuufeenya


abbaa mana kee walin qabdu midhaa maal fid?

 Soda yookan maarii gudaan isin jiduuti maal kan ta’edha?

 Wali dhufeenyaa keesan akkamit foyeesitu?

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 5


3. Ijoolee: Hojii hawwasaa kana keessati hirmaachuu keesanif ijooleen keesaniti
maaltu dhaga’ama?

 Soda yookan maarii gudaan isin jiduuti maal kan ta’edha?

 Kun akkamit ijoolee gargaaraa?

 Gaafatama: Hojii hawwasaa kana keessati hirmaachuu keesanif maaltu


isiniti dhagahama?

 Rakkoolen gudaa hojii hawwasa kun isin irratti Ummee maalidha

4. Gaafatamaa (FHH/PH/MHH): Dubartoota abbaa manaa malee maatii bulchan


sagantaan PSNPin kun jiruu fi jireenya isaani foyeesee jira?
5. Hawwasaa:Hawwaasin biro hirmaanaa dubartootaa kana akkamit ilaalan?

 Waa’ee keessani maal jedhanii?

 Tokkon tokkon keessani akkammit isin ilaalani?

4. deegarsaa koorniyaa biro

4.1 adeemsa murtee keennuu keessati hirmanaa dubartootaa.

 Hirmaanaa dubartootaa akkaa too’atat.


4. dubartooni hojii hawwasaa kanan ni too’atuu?Xiqoo ishii mee maal beektuu?

5. Eenyudha garee kana keesaa akka too’atat hojii hawwasati kan sosocha’u?

6. Dubartoon biraa hojii hawwasaa kana keesati too’atoota ta’ani hojeechuu


faayedaa qaba jetuu? Maalif yookan maalif mit?

 Hirmaanaa dubartootaa qabeenyaa fillachuu keesati.

1. Akka dubartootatit hojii piroojeekitii akkamii keesati hirmaachuu barbaadan?


maaloo mee nuuf ibsaa?

 Fillaannoo dubartoota FHH ta’an garaagarumaan isaan PH yookan MHH


qaban maalidha?

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 6


 Fillannoon dubartootaa garaagaruuman dhiran qaban maalidha?

2. Gosa hojii Ummataa hojeetamu kan murteesuu eenyudha?

 Hirmaanaa dubartoota koreewan ada addaa keessati.

1. Koreewan fi humina hojii ijaaramee hojii hawwasaa kana deegaruu beektuu?


eeyeen yoo ta’e ittii fufi gaafii kee,yoo mit jedhme ibsi fakeenya kommii
dhageefatuu gandaa,koree hojii misoomaa gandaa,KKF.

2. Dubartooni koree kana keesati miseensaa?

3. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u ni barbadaa?maalif


barbadaa?

4. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u hin barbaduu?
maalif hin barbadine?

5. Dubartooni koree kana keessati miseensaa ta’uun ni fayada yookan gaariidha


jetu? Maalif?

4.3. Adeemsa dhiyeefanaa kommii


Sagantaa hojii Ummataa kana keessati sirna dhiyeefanaa kommii maamltoota
PSNP keessati qabani fi hirmaanan isaanii maal akka fakkatu irrattii mar’achuu
barbana.

1. Koree kommii gandaa beektuu?

2. Dubartooni waa’ee sagantaa PSNP ilaalchisee kommii qaban dhiyeefachuu


irratti waanti gaarin itti ni dhaga”ama?

3. Kommiin waa’ee maali turee?

4.Qinda’ama kafalitii koorinyaa


Mee hojii hawwasaa hojeetanif kafalitii isinif kennamu ilaalchisee yaa mar’anu.

1. Abbumaadhan kafaliti eenyutu fuudhaa?Who typically collects the


payment?

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 7


2. Kaardii maamilaa yookan heereega mana baankii ni fayadamtu? Yoo ta’e
miidhanii fi fayeedaan isaa maalidha?

Gaafii fi deebii koo xuumuradhe jira.iftominan na walin mar’achuu keesanif


baayeen isin galateefadha.ossoon maarii kana hin xumure waanti gama
kessanin ittii dabaltan ni jira?

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 8


Anneeksii: Hojii Hawwasaa keesati deegarsa koorniyaa ilaalchise ibsa
gababaa.

Deegarsa koorniyaa Explanation

Deegarsa koorniyaa hojii hawwasaa keessati(3)


Gosa Hojii Umataa fi qabeenyaa - Pirojekitii xiqiqoo ulfina hojii
hawwasaaType of PW and dubartootaa salphisan rawwachuu
community assets fi nyaata madaalwwaa Umataa
( 5 jalati kan qoratame. Bu’aa bablisuu.
korniyaa)
Exannaa fi hirmaanaa dubartooni - Hojii Hawwasaa keessati
hojii hawwasaa keesati qaban. hirmaanan dubartoota
madaalawwaa akka ta’u.
- Koorniyaa akka Exannaa
dabalataati fayadamuu.
Improved Yeroo hojii hirisuu - Dubartoon sa’aati hojii dhirii
work hojeetu keessaa harka
conditions shantama(50%) akka hojetan.
for women - Gara hojii deemufis ta’e deebi’anii
galuf yeroo sireesuu.
Ulfina hojii salphisuu - Dubartooni hojii salphaa akka
hojeetan.
Tajaajila daa’imanii - Iddoo eegumsa daa’imanii
mijeesuu.T
Wirtuu iddoo hojii - Karaa deemamu Wirtuu iddoo hojiit
irraa karaa gabaabaa dhiyoo fi gabaabaa ta’u isaa

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 9


mirkaneesuu.
Dubartoota Ulifaa fi - Baatii 12f dubartooni harma
kan harma hosisitu hosisanii fi ulifa ta’an hojii irraa
bilisa akka ta’an taasisuu.
Tajaajila hawwasaa - Yeroo ulifaa fi erga da’aniin booda
walin waliqabsisuu tajaajila cheeki up kennuufii.
- Fayyaa fi nyaata - Hubannoo fi waliqunnamiti
maddalawwaa jijirama amala kennuu.
- Waliqunnamit fi
jijirama amala

Deegrasa koorniyaa biros (4.)

Hirmannaa murtee kennuu - Fillannoo qabeenyaa keessati akka


dubartootaa hirmatan.
- Dubartooni Oggansa keessati
qooda akka fudhatan taasisuu.
- Hojii kisoomaa irrattii dubartooni
akka jajabaatan taasisuuu.
Qinda’ama kafalitii dubartootaa - To enable women and men to
equally access wages
Haala kommiin ittii furamu - Bu’aa qabeensa kommii
dhiyeefannaa fi fayeedaa isaa.

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2 – FGD3&4 10

You might also like