Professional Documents
Culture Documents
Or Soomana Ramadaanaa New
Or Soomana Ramadaanaa New
Or Soomana Ramadaanaa New
OROMOO
أورومو
صــوم رمضـــان
أحكامــه وفضائلـــه وآدابــــه
تأليف
الداعية جمال محمد أحمد
BAAFATA
1 Duree 9
2 Hiikkaa soomanaa 11
3 Maalummaa soomanaa 11
4 Guddina sadarkaa ramadaanaa 13
5 Sadarkaa soomana 17
6 Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame? 21
Ramadaana guyyaa tokkoofii lamaan dura bu’uun
7 22
dhowwaadha.
8 Yeroo soomanaa 23
9 Niyyaa soomanaa bulfachuu 24
10 Mee ramadaana maaliin simanna 25
11 Qajelfama nabii Ramadaana keessa 26
12 Waan nama soomanaa irraa barbaachisu 27
13 Waan nama soomanaa ibaadarratti gargaaru 28
14 Faydaafii hikmaa soomanaa 29
15 Ulaagaalee dirqamuu soomanaa 31
16 Ulaagaalee soomanni ittiin fayyaa tahu 32
17 Seera barbaachisaa soomanaarraa 33
18 Waan soomana balleysu 35
ومجيع الصور املستخدمة يف،وصمم من قبل مركز أصول ِّ ُأعد هذا الكتاب 19 hulaalee kheyrii 29 Ramadaana keessa 37
وإن مركز أصول يتيح لكل مسلم طباعة،التصميم يملك املركز حقوقها 20 Walaloo soomanaa 46
21 Seera I'itikaafaa (Teessoo masgiidaa) 49
وعدم التغيري، برشط االلتزام باإلشارة إىل املصدر،الكتاب ونرشه بأي وسيلة
22 Seera zakaa fixrii 51
. ويف حالة الطباعة يويص املركز بااللتزام بمعايريه يف جودة الطباعة،يف النص
23 Zakaan fixrii muslima hundarratti dirqama 51
+966 504 442 532 24 Hikmaa zakaa fixrii 52
+966 11 445 4900 25 Yeroo zakaa fixrii 53
+966 11 497 0126 26 Barnoota iidaa 54
P.O.BOX 29465 Riyadh 11457 27 Yeroo salaata iidaa 55
osoul@rabwah.com 28 Naamusa yeroo iida salaatuuf bahanii 55
www.osoulcenter.com 29 Akkaataa takbiiraan itti godhamuu 56
30 Akkaataa salaata iidaa 57
31 Iidarratti wal’eebbisuu 57
32 Xumura 59
SOOMANA RAMADAANA
DUREE 5
وصفدت، وغلقت أبواب النار، «إذا جاء رمضان فتحت أبواب اجلنة: حديث أبي هريرة namni iimaanaa fii abdii Rabbiitiin dhaabbate (salaate)
.) (متفق عليه.»الشياطني araarama argata.
8 9
kanarratti abii hureyraan nabiin akkana jedhan jedhe Namni iimaanaa fii abdii rabbiitiin leylatulqadri dhaabbate
“yeroo ramadaanni dhufe hulaaleen jannataa nibabbanamti, (salaate) araarama argata.
hulaaleen ibidda jahannam nicuccufamti, sheyxaanonni «من قام ليلة القدر إميانا واحتسابا غفر له ما: قال عن النبي حديث أبو هريرة
nihidhamti.’’ (Bukaarii fii muslimtu odeesse) .) (متفق عليه.» ومن صام رمضان إميانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه،تقدم من ذنبه
Isa keessa halkan murtii tu jira. Isiin ji’a kuma tokkorra .) (متفق عليه.» «من قام رمضان إميانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه: وقال
caalti, Rabbiin s.w. akkana jedhe, Abii hureyraan nabiirraa odeessee akkana jedhan jedhe “namni
(ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕﭖ ﭗ ﭘ ﭙ ﭚ ﭛﭜ ﭝ ﭞ ﭟ ﭠ ﭡ ﭢﭣ ﭤ ﭥ leylatalqadri imaanaa fii abdiin dhaabbate badiin isaa ta
]ﭦ ﭧ ﭨ ﭩ ﭪ ﭫ ﭬﭭ ﭮ ﭯ ﭰ ﭱ ﭲ) [القدر dabarte araarama isaaf godhamti, namni iimaanaa fii abdiin
“nuti isa (qur’aana) buufne halkan murtii keysatti. maaltu ramadaana soomane baiin isaa ta dabarte araarama isaaf
sibeeysise halkan murtii maal akka taate? halkan murtii ji’a godhamti, namni Ramadaana imaanaa fii abdiin dhaabbate
kumatokkorra caalti. malaaykaalee fii ruuhis (Jibriilis) isii (salaate) badiin isaa ta dabarte araarama isaaf godhamti.”
keessatti hayyama Rabbi isaaniitiin (gama dachii) gadi bu’an. (bukhaariif muslimtu odeesse)
isiin nagaya hanga fajriin bahutti (bari’utti).’’ (Suuraa qadrii) ، واجلمعة إلى اجلمعة، «الصلوات اخلمس: قال عن النبي وعن أبي هريرة
Nabiin keenya akkana jedhan .) (متفق عليه.» مكفرات ملا بينهن إذا اجتنبت الكبائر،ورمضان إلى رمضان
تفتح فيه أبواب، فرض الله عليكم صيامه، شهر مبارك، «أتاكم شهر رمضان: قال Abii hureyraan nabirraa odeessee akkana jedhan jedhe “salaanni
لله فيه ليلة خير من ألف، وتغل فيه مردة الشياطني، وتغلق أبواب اجلحيم،السماء shaman tuun hanga taaniitti, jum’aan hanga jum’aatti,
.) (رواه النسائي.» من حرم خيرها فقد حرم،شهر Ramadaanni hanga Ramadaanaatti hayxuudha (Balleessarraa
araarama namaaf taati) yoo badii gurguddorraa fagaatame.”
“isiniif dhufe jiini ramadaanaa, ji’a barakaa heddummaatu, (Bukhaariifii muslimtu gabaase)
kansoomana isaa Rabbiin dirqama isinirratti godhe, isa
keessa hulaan samii banamti,hulaan jahiim (ibidda azaabaa) umraan isa kessaa hajji nabiin wajji godhatetti qixxoyti.
nicufamti, isa keessatti shiftootiin sheyxaanaa nisakaallamti, Nabiin akkana jedhan
isa keessatti halkan baatii kuma caalu tokko Rbbiif taheeti .) (أخرجه مسلم.» حجة معي-أو قال- «عمرة في رمضان تعدل حجة: قال
jira, namni toltuu isii hongayee dhugumaan kasaare.’’ “umraan Ramadaana keessatti taate hajjii naan wajji
(Nasaaiyyiitu odeesse) taatetti qixxaatti.’’ (muslimtu odeesse)
nami iimaanaa fii abdii Rabbiitiin soomane araarama argata. Ibidda jahannamirraa namni bilisoomfamu ramadaana
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
keessa heddudha. Abii umaamaan nabirraa odeessee Akkana jiinii ramadaanarra hamaa munaafiqootatti waa hindhufne,
jedhan jedhe kun akki itti tahuu dandaye mu’iminni ibaadatti jabaataa
10
.) (رواه أحمد.» «لله عند كل فطر عتقاء: عن النبي،حديث أبي أمامة munaafiqni ibaadarraa laafa, tanaaf milkii mu’imintootaa 11
“yeroo soomana furan hunda warra Rabbiin ibidarraa hoongoo munaafiqootaati.’’ (Ahmad odeesse)
bilisoomsuutu jiraa” (Ahmad tu odessee)
وينادي...، ومردة اجلن، صفدت الشياطني، «إذا كان أول ليلة من شهر رمضان:وحديث
وذلك في كل، ولله عتقاء من النار، أقصر، ويا باغي الشر، أقبل، يا باغي اخلير:مناد
SADARKAA SOOMANA
.) وحسنه األلباني، (رواه الترمذي.»ليلة
Hadiisa biroottii “yogguu halkan duraa ramadaanarraa tahe galanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee
seene sheyxaanotii fii shiftootiin jinni nihidhamti, lallabaan galfama.
nilallaba yaa katoltuu barbaadu asdeebi’ii itti jabaadhu, yaa
soomanni haalaa amala hamaa hundarraa nama tiiksa.
ka hamtuu barbaadu ufqabi, Rabbiin warren ibiddarraa
bilisoomsu qaba, sun halkan hunda keessatti.’’ (Tirmiiziyyiitu Namni soomanaa yeroo soomana isaa furuu fii guyyaa fuula
odeesse) Rabbii isaa dhaqus soomana isaatiin nigammada.
Fooleen afaan nama soomanaa Rabbi biratti hafuura
muslima hundaaf kadhaa qeebalamtuutu jira guyyaa
miskiirra urgooyti.
Ramadaanaa hunda. Nabiin akkana jedhan
وإن لكل- يعني في رمضان- «إن لله تبارك وتعالى عتقاء في كل يوم وليلة قال كل عمل ابن آدم له إال الصوم: «قال الله عز وجل: قال عن النبي عن أبي هريرة
.) صحيح لغيره: وقال األلباني، (رواه البزار.»مسلم في كل يوم وليلة دعوة مستجابة
، وال يصخب، فال يرفث، فإذا كان يوم صوم أحدكم، والصيام جنة، وأنا أجزي به،فإنه لي
خللوف فم الصائم، والذي نفس محمد بيده، إني صائم: فليقل،فإن سابه أحد أو قاتله
“Halkaniif guyyaa ramadaanaa keessa rabbiin warra
وإذا، إذا أفطر فرح بفطره: للصائم فرحتان يفرحهما.أطيب عند الله من ريح املسك
ibidda azaabaarraa bilisoomsu qaba. ammas muslima
.) (متفق عليه.»لقي ربه فرح بصومه
hundaaf kadhaa qeebalamtuu taateetu jira halkaniif guyyaa
ramadaanaa keessatti.’’ (Bazzaartu odeesse) Rgaan waan dabarsine kanaa, Abii hureeyraan Nabiin keenya
akkana jedhan jedhe “Rabbiin oltahee qulqullaayee akkana
inni boojuu (Badhaasa) mu’iminaati nabiin akki jedhan jedhe-hundi dalagaa ilmaan aadam isumaafi soomana malee
وال أتى على املنافقني، «ما أتى على املسلمني شهر خير لهم من رمضان: قال النبي inni naafi, anumaatu galata galcha isarratti, soomanni
وما يعد فيه، وذلك ملا يعد املؤمنون فيه من القوة للعبادة،شهر شر لهم من رمضان wantaadha, yeroo guyyaan soomana tokkoo keessanii tahe
، (رواه أحمد.» ونقمة للفاجر، وهو غنم للمؤمن،املنافقون من غفالت الناس وعوراتهم akka hinbaalaganne, akka hinwacne, yoo namni tokko isa
.)وصححه أحمد شاكر arrabse yookaan isaan lole ani soomanaadha haajedhuunii,
“jiini ramadaanarra isaaniif caalu mu’imintootatti hindhufne, Isaa (Rabbii) lubbuun Muhammad harka isaa keessa jirtuun
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
kakadhee ciinca afaan nama soomanuuttu Rabbi biratti Nabiin akkana jedhan “Soomanaa fii qur’aanni guyyaa
hafuura miskiirra urgaawa, nama soomaneef gamachuu qiyaamaa saahiba isaaniitiif ni magantaawan. Soomanni akki
12 lama tan inni isii gammaduutu isaaf jira, yogguu fure furuu jedhu yaa Rabbi nama kana naatu nyaataafii fedhii lubbuu isaa 13
isaatiif gammada, yogguu fuula Rabbii isaa dhaqe soomana bahachuu isa dhoowwee na maganteessi isa keessatti. Qur’aannis
isaatiin gammada.’’ (Bukarii fii muslimtu odeesse) akki jedhu: yaa Rabbi nama kana naatu halkan keessa hirriiba
إلى سبعمائة، «كل عمل ابن آدم يضاعف؛ احلسنة بعشر أمثالها: قال رسول الله isa dhoowwe waan taheef namaganteessi isa keessatti, isaan
يدع شهوته وطعامه من، وأنا أجزي به، إال الصوم فإنه لي: قال الله تعالى،ضعف lachuu nimaganteeffaman jedhe.” (Ahmaddu odeesse)
.) (رواه مسلم.»أجلي
Soomanni ibidda namarraa ittisa.
Galanni nama soomanuu lakkoofsaan malletti hedduu tahee
كما، (رواه أحمد بسند حسن.» وحصن حصني من النار، «الصيام جنة: قال رسول الله
galfamaaf. Nabiin akkana jedhan “Dalagaan ilmaan aadam
.)قال املنذري
hundinuu dacha godhamtiif. Toltuun takkaa faakkaattuu isii
kudhanirraa hanga dhibba torbaatti (heddummeyfamtiif). Nabiin akkana jedha “soomanni wantaadha (gaachana),
Rabbiin s.w. akkana jedha “soomana malee inni naafi jogola jajjabeeffamaadha ibidarraa (nama ittisa).” (Ahmad
anumaatu isarratti galata galcha, anumaa jecha fedhii odeesse)
isaatii fii nyaata isaa dhiisee soomane waan taheef jecha” Soomanni hula toltuu guddoodha.
(muslimtu odeesse)
، «الصوم جنة: قال. بلى يا رسول الله: قال،» «أال أدلك على أبواب اخلير: ملعاذ قال
Nama soomanuuf hulaa jannatarraa taateetu jira, tan isaan .) (رواه الترمذي.» كما يطفئ املاء النار،والصدقة تطفئ اخلطيئة
malee namni biro hinseenu. Nabiin mu’aaziin akkana jedhe “mee hulaalee toltuutti
يدخل منه الصائمون يوم، الريان: «إن في اجلنة بابا يقال له: قال رسول الله siqajeelchuu?” eeyyeen naqajeelchaa yaa ergamaa Rabbii
.) (متفق عليه.» فلم يدخل منه أحد, فإذا دخلوا أغلق، ال يدخل منه أحد غيرهم،القيامة jennaan ‘’Soomanni wantaadha, sadaqaan akka bishaan
Nabiin “Jannata keessa hula takka tan rayyaan ibidda dhaamsutti dilii dhaamsiti.” jedheen. (Tirmiziitu odesse)
jedhamtuutu jira, guyyaa qiyaamaa warra soomanaatu
Soomanni hiriyaa hinqabu ibaadaa keessaa.
seena, isaan malee nam tokkolleenuu hinseenu,yogguu isaan
seenan nicufamti, tokkolleenuu hinseenu.” (Bukharii fi muslim) .) وصححه األلباني، (رواه ابن حبان.» «عليك بالصوم؛ فإنه ال مثل له: ألبي أمامة قال النبي
Soomanaa fii qur’aannii guyyaa qiyaamaa ni araarsan Nabiin abbaa umaamaatiin akkana jedhan “soomanatti
saahiba isaaniitiif. jabaadhu inni fakkii hinqabu.” (ibnu hibbaantu odeessee albaaniin
sahiiha godhe)
أي: يقول الصيام، «الصيام والقرآن يشفعان للعبد يوم القيامة: قال رسول الله
، منعته النوم بالليل، أي رب: ويقول القرآن، فشفعني فيه، منعته الطعام والشهوة،رب Hanguma namni soomana heddummeesse Rabbiin ibidda
.) وصححه األلباني، (رواه أحمد.» فيشفعان: قال.فشفعني فيه azaabaarraa isa fageessa.
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
«ما من عبد يصوم يوم ًا في سبيل الله إال باعد الله بذلك اليوم: قال رسول الله
.) (متفق عليه.»وجهه عن النار سبعني خريف ًا
14 Nabiin akkana jedhan “gabricharraa guyyaa tokko YEROO SOOMANAA 15
(ﭑ ﭒ ﭓ ﭔ ﭕ ﭖ ﭗﭘ ﭙ ﭚ ﭛ ﭜ ﭝ ﭞﭟ ﭠ ﭡ ﭢ
ﭣ ﭤ ﭥ ﭦ ﭧ ﭨ ﭩﭪ ﭫ ﭬ ﭭ ﭮ ﭯ ﭰ
SOOMANNI RAMADAANAA YOOM FARDII
GODHAME? ﭱﭲ ﭳ ﭴ ﭵ ﭶ ﭷ ﭸ ﭹ ﭺ ﭻ ﭼ ﭽ ﭾﭿ ﮀ ﮁ ﮂ ﮃ
ﮄﮅ ﮆ ﮇ ﮈ ﮉ ﮊ ﮋﮌ ﮍ ﮎ ﮏ ﮐ ﮑﮒ ﮓ ﮔ
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeysaa hijraati fardii godhame,
]187 :ﮕ ﮖ ﮗ ﮘ ﮙ) [البقرة
Nabiin ramadaana sagal soomane.
yeroon qaalii tahuu isii beekanii itti fayyadamuu. Akka namni yeroo bal’oo argatee ibaadaa fi zikrii Rabbii
guddina kabajaa baatii tanaa beekanii eeggachuu. heddummeessu namaaf mijjeessa.
20 21
ummata gaggaarii dur kan ibaadaa irratti jajjaboo turan Qalbii laaffisee akka milkiif qophooytu godha.
seenaa isaanii barachuu fii jala deemuu. Qara (oowwa) fedhii lubbuuti namarraa laaffisa.
Lubbuu ufii qorachuu. Qochumaa garaa namaati qulqulleessa,qaama nama bareecha.
Towbaa irra deddeebi’anii haarawoomsuu. Muslima sagantaan jiraachuufi yeroo karoorfatanii kabajuu
barsiisa.
Mul’isa guddaa gamtoominaafii tokkummaa ummata
FAAYDAA FI HIKMAA SOOMANAA muslimaa mul’isuudha,hundee diin isaanii jabeysanii
qabachuu isaanii kan ibsu.
Jaalala Rabbii barbaachaaf waan lubbuun feetu dhiisuu.akka Qabaataa fi dhabaan waliinwajji akka beelawanii dheebotan
kanaan galata isaa argatanii, jannata isaa badhaafaman. godha, kun ammo akka waliif rifatanii walgargaaranii tola
Lubbuu ufii qabuu fii toohachuu nama barsiisa, murannoo, walitti oolan godha.
ciminaa fi obsarratti nama leenjisa.
Sodaa Rabbiiti nama barsiisa akkuma aayata suuraa baqaraa
tan dabarsine sanirraa hubatamutti. ULAAGAALEE DIRQAMUMMAA
Haalaaf amala nama tolcha. SOOMANAA
فإن سابه أحد أو، وال يرفث, فال يفسق, «وإذا كان يوم صوم أحدكم: قال النبي
.) (متفق عليه.» إني صائم: فليقل،قاتله soomanni dirqama taha hunda nama muslimaa,qalbiin
fayyaa,kanufbaree,kan soomana danda’uu,taa’aa biyyaa
Nabiin akkana jedhe. “yeroo guyyaan soomana tokkoo
kan karaa deemaa hintahin, waan soomana dhoowurraa
keessani tahe akka jecha jallinaa,kan baalagummaa hin
qulqulluu kantahe hundarratti dirqama.
haasoyne,namni tokko yoo isa arrabsee yookaan isaan lole
haajedhuu anisoomanaadha.’’ (bukhaarii fi muslimtu baase) kaafirri soomanuun isaaf hintahu, soomanus irraa
hinqeebalamu,
Nama barsiisa guddina qananii Rabbiin namaaf kennee
nyaata, dhugaatii fi jaartii isaa keysatti. joollee xiqqoo soomanni irratti dirqamaa miti,garuu yoo
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
dadhabaan akka dhukkuba irraa hinfayyineen qabamee faa, Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu
nifura,guyyarraa beelawaa tokko nyaachisa. mirkaneyfatan.
.) (متفق عليه.» «ال يزال الناس بخير ما عجلوا الفطر: قال رسول الله
Dhukkubsataan fayyuun isaa kajeelamu yoo dadhabe
nifura,eega fayyee ammo qadaa kafala. Nabiin akkana jedhan “namni toltumarra jira waan
soomana furaa jarjarseen.” (bukhaarii fi muslim)
Dubartiin ilmoo hoosftuufi tan garaa qabdu yoo soomanni
itti ulfaate yookaa ilmoo isiirratti miidhaa fidaa sodaatte Ruxaba (Asheeta timiraa) irratti furuu yoo dhabame
timira irratti, yoo hinjiraatin bishaanitti.
nifurti,booda garuu qadaa kafalti.
فإن لم تكن، فإن لم تكن رطبات فتميرات، يفطر قبل أن يصلي على رطبات (كان
Namni nama halaakamuu deemu -kan bishaan nyaatee fi
.) وصححه األلباني، (الترمذي.) حسا حسوات من ماء،متيرات
kan ibiddi gube- dhaqqabee baasuuf deemu yoo furuun isa
“Nabiin osoo magriiba hinsalaanne dura asheeta
barbaachise nifura,booda qadaa kafala.
timiraatti fura yoo hinjiraatin timiratti yoo hinjiraatin
Namni karaa deemu yoo fedhe nisoomana yoo fedhe nifura, bishaan hammaarrata.’’ (Tirmiziitu odesse)
booda qadaa kafala. Rabbi kadhachuu Yeroo furan.
Dubartii dhiiyni baatii fi dhiiyni ulmaa itti jiru nifurti, .) (ابن ماجة.» «إن للصائم عند فطره دعوة ما ترد: قال رسول الله
soomanuun isiif hintahu,booda nikafalti.
Hadiisatti “Nama soomanaatiif yeroo soomana furu kadhaa
hindeeffamneetu jira.” (ibnumaajah odeesse)
Hiraabbachuu booda aansuudhaan wajji.
ULAAGAALEE SOOMANNI ITTI FAYYAA .» «تسحروا؛ فإن في السحور بركة: قال رسول الله
TAHU Hadiisatti “hiraabbadhaa nyaanni hiraabaa barakaa qabaa.”
Namni soomanu islaama tahuu, qalbiin fayyaa qabaachuu, Badirraa qaamaafii arraba ufii qabuu.
joollummarraa bahee waa addaan baafachuu, dhiiga baatiitii fi فإن، وال يجهل، فال يرفث، فإذا كان يوم صوم أحدكم، «الصيام جنة: قال رسول الله
kan ulmaa irraa qulqullaawuu, soomana niyyaa godhuu dha. .) (متفق عليه.» إني صائم: فليقل،سابه أحد أو قاتله
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
Nabiin akkana jedhan “soomanni wantaadha yogguu guyyaan dhugaoomsaa abdachaa badiin isaa tadabarte araarama
soomana tokkoo keessanii tahe akka hinbaalaganne, akka godhamtiif.’’ (bukhaarii fi muslim)
24 25
hindogoggorre, yoo namni tokko isa arrabse yookaa isaan lole
ani soomanan qaba haajedhuunii.” (Bukhaariif muslimtu baase)
فليس لله حاجة في أن يدع، «من لم يدع قول الزور والعمل به واجلهل: وقوله
.) (رواه البخاري.»طعامه وشرابه
WANTOOTA SOOMANA BALLEYSU
Ammas hadiisatti wanni dhufe “namni jecha dharaa ffaa-Namni Guyyaa Soomanaa Qunnamtii saalaa godhuun
haasawuu, itti hojjachuu fii dogoggora hindhiisin nyaataaf soomana balleesse.
dhugaatii isaa dhiisuu isaa keessatti Rabbiin dhimma • guyyaa isaa kanhafee soomana itti fufuu qabaa,
hinqabu.” (Bukhaariitu odeesse) • guyyaa kana qadaa kafaluu qaba,
Nama soomanu fursiisuu. • adaba kaffaaraa guddotu isarraa barbaachisaa. -isiinis
gabra tokko bilisoomsuudha. yoo hin argatin ji’a lama
فله مثل أجرهن غير أنه ال ينقص من أجر، «من فطر صائما: قال رسول الله
walitti dhaabee soomanuudha. yoo hindandayin miskiina
.) وصححه، (الترمذي.»الصائم شيء
jahaatama nyaachisuudha.
Hadiisatti “namni nama soomanaa fursiise isaafis fakkaatuma • Towbaan Rabbi araarfachuu kadhaa heddummeessuu
galata isaaniittu isaaf taha. Kunis osoo galata isaaniirraa barbaachisa.
waa takkallee hin irrisnetti taha.” (Tirmiziitu galmeesse)
ffaa-Nyaachuu fii dhuguu beekaadhaa kan irraanfiin
Arjoomuufii sadaqaa. hintahin, soomanni isaa nibada,guyyaa san hanga hafe
كان: وزاد أحمد.) (متفق عليه. في رمضان أجود باخلير من الريح املرسلة كان النبي soomanaan turuun dirqamaa,qadaa guyyaa fure sanii kafaluu
.ال يسأل عن شيء إال أعطاه qaba,gabbuu,sheenawuufii towbachuu isa barbaachisa.
heddummeessuu “Nabiin ramadaana keessa qilleensa ffaa Bishaan hormaataa dhangalaasuu, osoo dammaqaa
bubbisturra toltutti arjooma.” (Bukhaariif muslimtu odeesse) jiruu.Kan hirriibaan hintahin.Qaama saalaa harkaan uf
Qaraatii qur’aanaatii fii walbarsiisuu heddummeessuu. tuttuquun,jaarsaaf jaartiin walqaqqabuun, waldhungachuufi
Nabiin ramadaana keessa kana heddummeessaa turan waan walhammachuun tahuu Bishaan hormaataa dhangalaasuu.
taheef. Kunis Adabuma akka nama beekaa nyaataa fi dhugaatiin fureettu
Salaata halkanii salaatuu. isarra jira.
.) (متفق عليه.» غفر له ما تقدم من ذنبه، «من قام رمضان إميان ًا واحتساب ًا: قال رسول الله ffaa- Limmoo nyaataa godhachuu,tan isiin nyaataafi dhugaatirraa
Hadisatti “Namni Ramadaana dhaabbate (salaate) duroomuu danda’an.
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
ffaa- Limmoo dhiigaa godhachuu,dhiga nama biro karaa limmootiin baatii ramadaanaa kan qur’aanni isa keessa buufame, qajeelchaa
ufitti naquu. namaa kan tahe, ibbsaa qajeelloofii haqaa kantahee, namni
26 isinirraa ji’icha biyya jiru haasoomanu,…” Hulaaleen kheyrii sun 27
ffaa- Dhiiyni baatiitii fi kan ulmaa dubartitti dhufuu.
kanneen asiigadii kana.
.) وصححه األلباني، (رواه أبو داود والنسائي.» «أفطر احلاجم واحملجوم: قال رسول الله
Rabbiif qulqulleessuu. waan dalagan hundaa.
ffaa-dhiiga ufirraa baasuu. koobaan,hidda muruun,limmoon
nama dhukkubsate gargaaruuf ufirraa waraabuun fi kkf.soomana (ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤﮥ ﮦ ﮧ
nifura.Nabiin akki jedhe “kankoobee fi kan koobbates ]5 :ﮨ) [البينة
soomana furan.’’ (abudawudii fi nasa’I odeesse, albaaniin sahiiha jedheen) Rabbiin s.w. akkana jedha “isaan waa hin ajajamne Rabbiif
ومن استقاء، فليس عليه قضاء، وهو صائم، «من ذرعه القيء: قال رسول الله ibaadaa qulqulleessanii rabbi gabbarutti malee, qajeelloo
.) وصححه األلباني، (رواه أهل السنن.»فليقض qabatutti malee, salaata dhaabuu fii zakaa kennutti malee,
Hubachiisa-Ammoo dhiiyni ufumaan namarraa yaau kan akka kuni amantii diriiraadha.” (bayyinaa 5)
funuunaa fi ilkee buqqaasanii diiydee soomana hinfuru.koobas towbaa Rabbiif qulqulleessuu.
mitii ittis hinfakkaatu. .» «من تاب قبل أن تطلع الشمس من مغربها تاب الله عليه: قال رسول الله
(رواه
ومن استقاء، فليس عليه قضاء، وهو صائم، «من ذرعه القيء: قال رسول الله .) (رواه الترمذي.» «إن الله يقبل توبة العبد ما لم يغرغر،)مسلم
.) وصححه األلباني، (رواه أهل السنن.»فليقض hadiisatti “namni osoo aduun dhiha isiitiin oldeebitee
Beekaa ufhaqqisiisuu hadiisatti “Namni soomanaa yoo hinbaane towbate Rabbiin irraa qeebala.” (muslimtu odeesse)
haqqisaan dirqiin isatti dhufte homaa isarratti hinjiran,
Hadiisa birootti “Rabbiin towbaa gabrichaa ni qeebala waan hin
ammo namni ufhaqqisiise qadaa haakafaluu.” (warreen sunanaattu
shakaraatiniin.” (tirmiziyyiitu odeesse)
odeesse albaaniin sahiiha jedheen)
dhuga’oomsaa abdachaa Ramadaana soomanuu.
(رواه.» «من صام رمضان إميانًا واحتسا ًبا غفر له ما تقدم من ذنبه: قال رسول الله
.)أمد والترمذي
HULAA TOLTUU (KHEYRII) 29 Nabiin akkana jedhan “namni dhuga’oomsaa abdachaa
TAN RAMADAANAA KEESSAA Ramadaana soomane badii isaarraa wanni dabre isaaf
araaramame.” (ahmadiifi tirmiziitu odeesse)
Kun barnoota ji’a ramadaanaa kabajamaa kana laalchisee qopheessine.
Hulaalee keyriirratti nama qajeelcha. Ragaa (daliila) isaatis ni’ibsa. Amanaa abdachaa Ramadaana dhaabbachuu (salaatuu):
Akkuma beekamu jiini Ramadaanaa ji’a kabajamaadha.ji’a araaramaafii (رواه.» «من قام رمضان إميانًا واحتسا ًبا غفر له ما تقدم من ذنبه: قال رسول الله
Rahmataati, kanarraa Rabbiin s.w. akki jedhe “(soomanuu qabdan) .)البخاري ومسلم
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
hadiisatti “Namni dhuga’oomsaa abdachaa Ramdaana hadiisatti “Namni nama soomane fursiise isaafis sawaabuma
dhaabbate (salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf akka nama inni fursiisee santu taha,akkasumaan wajji
28 araaramama.” (Bukhaariif muslimtu odeesse) galata nama soomaneerraa waa takka hin ir’ifamu” 29
(tirmiiziyyitu odeesse)
iimaanaafii abdiin leylatul qadri dhaabbachuu.
(رواه.» «من قام ليلة القدر إميانًا واحتسا ًبا غفر له ما تقدم من ذنبه: قال رسول الله qur’aana qara’uu.
.)البخاري ومسلم .) (رواه مسلم.»شفيعا ألصحابه
ً «اقرءوا القرآن فإنه يأتي يوم القيامة: قال رسول الله
“Namni dhuga’oomsaa abdachaa halkan murtii dhaabbate Nabiin akki jedhe “qur’aana qara’aa inni guyyaa qiyaamaa
(salaate) badii isaarraa wanni dabre isaaf araaramama.” warren isaatiif araarsaa taheeti dhufaa” (muslimtu odeesse)
(Bukhaariif muslimtu odeesse)
Qur’aana barachuufii barsiisuu.
kurnan boodaa keessatti ibaadarratti jajjabaachuu. .) (رواه البخاري.» «خيركم من تعلم القرآن وعلمه: قال رسول الله
(رواه .» وشد مئزره، وأيقظ أهله، إذا دخل العشر أحيا الليل «كان رسول الله Hdiisatti “irra caalaan keessan nam qur’aana baratee
.)البخاري ومسلم
barsiise” (bukhaariitu odeesse)
Hadiisa keessatti “Nabiin yeroo kurnan boodaa seene
Faaruu rabbi (zikrii) godhuu.
halkan nijiraachisa, maatii isaa nidammaysa, marxoo isaa
nijabeysa.” (Bukhaariif muslimtu baase) وأرفعها في، وأزكاها عند مليككم، «أال أنبئكم بخير أعمالكم: قال رسول الله
وخير لكم من أن تلقوا عدوكم فتضربوا، وخير لكم من إنفاق الذهب والفضة،درجاتكم
umraa godhuu. .) (رواه الترمذي.» «ذكر الله تعالى: قال. بلي: ويضربوا أعناقكم؟» قالوا،أعناقهم
.) (رواه البخاري ومسلم.» أو حجة معي، «العمرة في رمضان تعدل حجة: قال رسول الله
Nabiin akki jedhe “si isiniinhimuu hrra caalaa hojii
Hadiisatti “umraan ramadaana keessaa hajjitti qixxooyti, keessanii, irra qulqulluu isii gooytaa keessan biratti, tan irra
yookan hajji nawajji taatetti qixxooyti” (bukhaariifi muslimtu baase) sadarkaa keessan ol isin fuutu, meetaa fi ziqaya sadaqachurra
teessoo masgiidaa (i’itikaafa). tan isinii caaltu, tan adawwii keessanitti duultanii morrma
.) حسن صحيح: (رواه الترمذي وقال.» يعتكف في العشر األواخر من رمضان «كان رسول الله isaanii dhooytanii isaanis morma keessan dhawuu isiniicaaltu
mee isinii himuu? ‘Ee nuu himaa jedhaniin.’ Rabbi faarsuu
“nabiin kurnan ramadaanaa kan boodaa keessatti
(zikrii Rabbiiti)” jedhaniin. (Tirmiziyyitu odeesse)
masgiida taa’aa ture” (tirmiziyyii odeesse)
nama soomanaa fursiisuu-. Rabbiin araarama kadhachuu (istigfaara).
صائما كان له مثل أجره غير أنه ال ينقص من أجر الصائم
ً «من فطر: قال رسول الله ً «من لزم االستغفار جعل الله له من كل هم: قال رسول الله
ومن كل ضيق،فرجا
.) حسن صحيح: (رواه الترمذي وقال.»شيئًا .) (رواه أبو داود والنسائي.» ورزقه من حيث ال يحتسب،مخرجا
ً
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
Salaata jum’aa irratti tiiyfatu. hadiisatti “kama tahee haa tahuu gabrichi Rabbii kan
، ورمضان إلى رمضان، واجلمعة إلى اجلمعة، «الصلوات اخلمس: قال رسول الله muslimaa tokko kan guyyarraa rabbiif raka’aa kudhanii lama
.) (رواه مسلم.»مكفرات ما بينهم إذا اجتنبت الكبائر
salaatu sunnaawanirraa kan fardii hintahin Rabbiin jannata
keessatti mana isaa jaaru malee hin hafu.” (Muslimtu odeesse)
Hadiisatti “salaanni shanan, jum’aan hanga jum’aatti,
ramadaanni hanga ramadaanaatti, hayxuu waan isaan jiddutti Furiinsa jarjarsuu.
taheeti yoo gurguddoon irraa fagaatamte” (muslimtu odeesse) .) (رواه البخاري.» «ال يزال الناس بخير ما عجلوا الفطر: قال رسول الله
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
Hadiisatti “namni hanga furiinsa soomanaa jarjarsiisu Hadiisatti “hiraabbadhaa nyaata hiraabaa (ohboroo) nyaadhaa
toltuma keessatti jira” (bukaariitu odeesse) nyaanni hiraabaa barakaa qabaa.” (bukhaariif muslimtu baase)
32 33
Yoo mijaaye timirarratti furuu. Zakaa Baafachuu -
ومن لم يجد التمر فليفطر على، «من وجد التمر فليفطر عليه: قال رسول الله (ﮘ ﮙ ﮚ ﮛ ﮜ ﮝ ﮞ ﮟ ﮠ ﮡ ﮢ ﮣ ﮤﮥ ﮦ ﮧ
.) (رواه أحمد وأبو داود والترمذي.» فإن املاء طهور،املاء
]5 :ﮨ) [البينة
Qur’aanatti “isaan waa hin ajajamne Rabbi gabbarutti malee
Hadiisatti “Namni timira argatee isatti haa furuu, namni amantii isaaf qulqulleessoo haalatahaniin qaqqajeeloo,
timira hin argatin bishaanirratti haa furuu, bishaan salaata dhaabuttii fii zakaa baasutti (ajajaman) kun amantii
qulqulleessaadha waan taheef.” (Ahmadiifi abuudaawuud odeesse) sirraawaadha.” (Suuraa bayyinaa 5)
Du’aa’ii yeroo furanii qara’uu, zakaa fixrii baasuu-
(رواه.» وثبت األجر إن شاء الله تعالى، وابتلت العروق، «ذهب الظمأ: قال رسول الله . وطعمة للمساكني، زكاة الفطر طهـرة للصائم من اللغو والرفث «فرض رسول الله
.)أبو داود والدارقطني واحلاكم ومن أداها بعد الصالة فهي صدقة من،من أداها قبل الصالة فهي زكاة مقبولة
Isiniis tana “zahaba zzama’u, wabtallatil uruuqu, wasabatal .) (رواه أبو داود.»الصدقات
ajru inshaa’Allaah.” (Abuu daawudii fi daaraquxniitu baase) Hadiisatti “Rasuulli Rabbi zakaa fixrii murteesse akka
yeroo soomana furan Rabbi kadhachu. badiifii dogoggorarraa nama soomanaa qulqulleessituuf,
dhihana hiyyeeyyii akka taatuuf, namni salaata (iidaa) dura
.) (رواه ابن ماجه.» «إن للصائم عند فطره دعوة ال ترد: قال رسول الله
baase zakaa qeebalamtuudha, namni salaata booda baase
Hadiisatti “nama soomanuuf yeroo soomana isaa furu ammo isiin sadaquma sadaqarraa taate isaaf taati.” (Abuu
kadhaa hindeeffamneetu isaaf jira.” (ibnumaajahtu odeesse) daawuud odeesse)
Kadhaa rabbi akka walii galaatti bayyisuu. Karaa Rabbii keessatti kennachuu-
(رواه .» وأنا معه إذا دعاني، أنا عند ظن عبدي بي: «إن الله يقول: قال رسول الله ]110 :(ﯘ ﯙ ﯚ ﯛ ﯜ ﯝ ﯞ ﯟﯠ ﯡ ﯢ ﯣ ﯤ ﯥ) [البقرة
.)البخاري ومسلم
Rabbiin s.w. akkana jedha “waan tolturraa lubbuu teysaniif
Hadiisatti “Rabbiin akkana jedha, ani abdii gabrichi kiyyaa dursattan Rabbi biratti ni argattan, Rabbiin waan isin
narraa qabu birattin isaaf taha, yeroo inni nakadhate isa dalaydan ni arga.” (Suuraa baqaraa 110)
birattin taha (isaafin qeebala)” (bukhaariif muslimtu odeesse)
.) (رواه الترمذي.»«الصدقة تطفئ اخلطيئة كما يطفئ املاء النار
Hiraabbachuu. hadiisatti “akka bishaan ibidda dhaamsutti sadaqaan
.) (رواه البخاري ومسلم.» فإن في السحور بركة، «تسحروا: قال رسول الله maaseta dhaamsiti” (tirmiziyyiitu odeesse)
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
gabra tahuu, dhiira tahuu dubartii tahuu, guddaa tahuu dabre keessatti ibsametti “nabiin osoo ummanni salaata
xiqqaa tahuu, suguda (kooboo) takka timirarraa yookaan iidaatti hinbaane akka kennamtu ajaje.” Jedhe.
38 garburraa nama tokkorraa kafalama jedhe.” 39
Tanaaf irra caalaan yeroo isii kana.
وأمر بها أن تؤدى قبل خروج.... : زكاة الفطر «فرض رسول الله:ولفظ البخاري
.»الناس إلى الصالة Garuu ammas guyyaa iidaa duratti guyyaa tokko yookaa lama
dursanii yoo kenna numa taha. Kanas abdallaa ibnu umar
Jecha bukhaarii keessatti “nabiin zakaa fixrii dirqama sahaabonni guyyaa lama yookaa tokko iida dursanii fixrii
godhe …jedhee hadiisa oofee achi keessatti.. osoo namni gara kennan jedhe.
salaata iidaa hinbaane duratti akka kennamtu ajaje.” jedhe.
Akkasuma zakaa fixrii salaata iidaa boodatti dabarsuun hintahu.
، من اللغو: زكاة الفطر طهر ًة للصائم فرض رسول الله: قال حلديث ابن عباس
ومن أداها بعد، فمن أداها قبل الصالة فهي صدقة مقبولة، وطعمة للمساكني،والرفث
HIKMAAN (FAAYDAAN) ISIIN DIRQAMA .»الصالة فهي صدقة من الصدقات
GODHAMTEEF Kanarrattis ibnu abbaas akki jedhe Nabii zakkaa fixrii
kafaluu dirqama godhe akka nama soomane qulqulleessituuf,
nama soomane dogoggoraa fii badii irraa qulqulleessiti, akka hiyyeessaaf gargaarsa taatuuf, namni salaata iidaa dura
ir’ina isaati guutti, bakka jallate diriirsiti. kafale kennaa qeebalamtuudha, ammo namni salaata booda
gargaarsa namoota hiyyeeyyiiti taati, guyyaa iidaa kenne sadaquma sadaqaa irraa taate isaaf taati. (sadarkaa zakaa
fixrii sanirraa gadi buuti).
kabajamaa kana keessatti kadhaadhaaf hula namaarra deemurraa
isaan duroomsiti. akkuma ummanni kuun gammachuun iida
godhanitti hiyyeessinis quufee beela bahee ummataan wajji
gammachuu iidaa akka hirmaatu gargaarti. BARNOOTA SEERA IIDAA
Kabajaa ayyana iidaa.
Akkuma beekamutti ummata islaamaa biratti iida lamaatu jira.
YEROO ZAKAA FIXRII
Isaanis iida fixrii (soomsn furaa) fii iidul adhaa (iida arafaa) ti.
أي.« «وأمر بها أن تؤدى قبل خروج الناس إلى الصالة: عن النبي عن ابن عمر Isaan kuni lameen waggaa waggaan deddeebi’u.
.» «وكانوا يعطون قبل الفطر بيوم أو يومني: وفي رواية عن ابن عمر.صالة العيد Salaanni iidaa waggaa 1ffaa hijraati seeramte eegalamte.
Yeroon isiin baafamtu akkuma hadiisa abdallaa ibnu umar kan : فقال، املدينة ولهم عيدان يلعبون فيهما قدم رسول الله:أبو داود عن أنس قال روى
SOOMANA RAMADAANA SOOMANA RAMADAANA
«إن الله: فقال رسول الله. كنا نلعب فيهما في اجلاهلية: قالوا،»«ما هذان اليومان؟ • Qaama dhiqachuu, uffata bareeda uffachuu, namni dhiiraa
.»ويوم الفطر ،يوم األضحى :خيرا منهماً قد أبدلكم بهما qoftiin shittoo godhachuu, (dubartiin yeroo manarraa gadi
40
Abuu dawuud anasirraa odeesse-nabiin madiinatti gale (dhufe) baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha). 41
warra madiinaa kan guyyaa lama kan iidaa ayyaaneffatanii • Guyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne waa nyaachuu,
taphatan qaban “guyyaan kabajdan kun lameen maali?” guyyaa iida adhaa ammo hanga salaatarraa deebi’anii nyaatarraa
jedhee gaafannaan, zamana wallaalummaa kabajuu turree. turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa isaarraa nyaachuu.
Jedhaniin, nabiin akki jedheen. Kana lameen ufirraa dhiisaa • Ganamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo dandayame miilaan
ayyaana isaan kana caalu lama rabbiin bakka isinii buusee jira deemanii dhaquu.
guyyaa adhaatiifi guyyaa fixrii. jedheen.
• Karaa tokkoon salaata dhaqanii karaa birootiin galuu.
• Namni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu
nidandaya. Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee olkaasee
YEROO SALAATA IIDAA takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha jechaatu odeeffamee jira waan taheef.
Yeroon salaata iidaa yogguu aduun baatee hanga ulee takka
olfuudhamte (eega aduun baatee daqiiqaa 15) irraa kaasee hanga
yeroo zuhrii jalatti dhihaatutti dhaabbatti.
.» «يسن تقدمي األضحى ليتسع وقت التضحية وتأخير الفطر:قال ابن قدامة AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU
Ibnu qudaamaan akki jedhe “salaata iida adhaa ganamaan
dursuu barbaachisa, akka yeroon udhiyyaa namaaf bal’attu. Kan ولله احلمد، والله أكبر الله أكبر، ال إله إال الله، الله أكبر، الله أكبر،الله أكبر
fixrii ammo tursiisuutu gaariidha.”
Allaahu akbar, Allaahu akbar, Allaahu akbar, Laailaaha
Barbaachisaan salaata iidaa dirree bal’ootti bahanii salaatuudha. illallaahu, wallaahu akbar, Allaahu akbar, walillaahil
hamdu.
XUMURARRATTI
Karaa ergamaa Rabbii hordofuun dirqama keenya hunda.
Waahunda keessatti seera Rabbii kabajnee hordofuu nu
barbaachisa.
IslamHouseOr IslamHouseOR/ islamhouse.com/or/
IslamHouseOr/