Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 11

Faaruu/ Weedduu/yeroo Dalagaa kan Dubartoota Iluu Abbaa Boor

1.kan yeroo mana ijaarsaa


AkkaaadaaOromooIluuttigaafamanniijaaramudubartoonniollaahaa
dhadaboosanaabuddeenaa fi
bookageessaniidhaqu.Qoodageessansanadaboojaraaerganyaachisani
iobaasaniiboodadubartoonniwalittiqabamaniigammachuuisaaniidal
agaanibsatu.Weedduunisaanittifayyadamaniskanarmaangadiiti.
MaaddoleeMaaddolee
Maaddiin warranaa waa tolee
Sangaanwarranaawaaqotee
Dhaltiin warranaa wal -horee
Hamaa warranaa waaq dhoree
Manallee baga ijaarrattee
Qooda koo maaf irraanfattee
Farsoo keeShaayiikanaahalkan moo guyyaadaaktee
Namachaayiikanaahalkan moo guyyaawaamtee
Ishooyaadhangaadhugeensirbuukajeelee(2)
jedhaniiweeddisaadalagu.
2.kan yerooShanandeessuuweeddisaadalagamu
UmbaaYaaMaaramilmoodhayee
Yennattiideessuunduutu
awwaalligibbiikeessaa
Jamaatusalfiingeessaa..ilmoodhayee
Yennattiidhabduunduutu
Awwaalliiddiikeessaa
Dhirsiyyuu giddiigeessaa…ilmoodhayee
Kanqabuqarmiibuutii
Kandhabeqalbiifuutii……ilmoodhaye
Barruubexxelleegootee
Daabeecercerreegootee
Dhabduuqelqelleegootee..ilmoodhayee
Anaailmuyaailmoo
Waanilmoonnamaataatu
Haatiofiinamaahingootuu ……ilmoodhayee
YaaMaaramYaaMaarituu
Duubakeenyahinqaarituu……..ilmoodhayee
YaaMaarambaddaalashee
Goriiilaalgarmaamakee………ilmoodhayee
YaaMaaramqabeecaaccuu
Waa’eekeeka’eeijaajjuu……..ilmoodhayee
GiiftiinMaaramiinbeektuu
Bookaseemarteehinkeessuu…..ilmoodhayee
Madabiingabaalafaa
Maaramiitugubbaarafaa…..ilmoodhayee
Yaawandaroofoolataakoo
Fooliinmarqaanattiurgaayee
Fooliinshittoonattiurgaayee
Fooliinkoddoonattiurgaayee
Fooliinilmoonattiurgaayee
Booyyeenmaalwaaqiigootee
Kanlakkuusagaldhalte
Dhabduunmaalwaaqiingootee
Kanmaqaadhalatteenhaftee
Harkamaaratteeraftee……….ilmoodhayee

UtuunMaaroota’ee
Maaramhaadhakoota’ee
Dhabduudhaalakkuunkennaa
Ururuundhaggeeffadhaa
Ilmooabbaatuguddifataa………….ilmoodhayee
YaaMaaramyaabareedduu
Waanhammaqubaageessu
Barruukoorranaankeessuu…..ilmoodhayee
Wayyaankooswayyaakeetii
Miiccatteehinhaftuufmalee
Mucaankoosmucaakeeti
Ittiin sin waamanmalee
Karrakeehindhaaltumalee….ilmoodhayee
Yaabuqqeedallaaduubaa
Bagumacuuraadhaltee
Yaagusseesurraantuullaa
Bagumaduulaagaltee….ilmoodhayee
Duullikeedhoksaasanaa
Gallikeegonfaakanaa……ilmoodhayee

Anaailmuyaailmoo
Isheedhumtiilmooqabduu
Urgaayeexaamiiqabdi
Baatteeashamiiqabdii
Dadhabdeetaa’iiqabdii……..ilmoodhayee
Anaadhabuyaadhabduu
DhabduuMarrumaankoolaa
Urgaayeexaamiihinqabduu
Baatteeashamiihinqabduu
Dadhabdeekaayiihinqabduu…..ilmoodhayee
Akkajedhuabbaanwarraa
Daboonkooborijedhaa
Daadoonkootorbeejedhaa
Hinooluashanfarjedhaa…ilmoodhayee
Anaailmuyaailmoo
Daboonkoooolejedhaa
Daadoonkoodarbejedhaa…ilmoodhayee
Waanilmoonnamaagootu
Dhabduuttihinodeessinaa
Kalooseehinbobeessinaa……ilmoodhayee
Yennattiideessuunduutu
Dhagaraafidaajedhugudeelchamurraajedhu
Bidiruuhurraajedhu
Haadhailmaatudu’ejedhuu….ilmoodhayee
Yennattiidhabduunduutu
Qarabaafidaajedhu
GudeedaMurraajedhuu…..ilmoodhayee.
Lilmoondirribalootee
Ilmoonbirbirnagootee…………
Yaamaaramsiilleesiillee
Ajjeesaanbaqqoohinjiillee
Deessuunciniinfuuhinjiillee…………………….
Yaamaaramyaamaarituu
Giiftiiarbagaadituu
Yaamaaramanaamaruu
Kangundoottiammaaranuu
Eeduunaanawwaaltuukoo
Eebadnaanbarbaadduukoo
Waanilmoonnamaagootuu
Daabeeshershereegootee
Kittaabexxelleegootee
Kadhatteenamaafiddii
Haasofteenamaafixxii
AyyeeYaamaaramAyyee
AteeteenkanMaaramiyeeYaamaaramayyee
Jedhiinaanmararamii…………………………………………..
UtuunMaaramiinta’ee……………………………………………..
Maaramiigiiftiita’e………………………..
Dhabduudhaafilmoonkennaa………………..
Utuunbalasiita’ee…………………………..
Balasiibaqqoota’ee……………………..
Ajjeesaafmirgankennaa…………………..
Yaamaaramhaadhacaaccuu…………………….
Uggumsiifka’eeijaajjuu……………………………
YaamaaramUbboogaanii……………………….
Situ kennailmoogaarii…………………………

3.KangaafaAteeteebaafannaa
Ateetiyyoowaggaatugahee………………………………….
Ateeteenaayyooborii………………………………….. waggaatugahee
Wandaroodaakaanhar’aa………………………………
Ateeteeyaadunbuqqee……………………………………
Budduksiinaafkennimee…………………………..
Kunilleecalleemitii…………………………
Calleediranismitii………………..
Atilleewalleemitii…………
Walleejajanusmitii………….
Yaahiddiidheedabonaayee
Aannanqabeettielmanuu
Yaagiddiiseerasodaa
Kanwalmaleebulanuu……………..
HarkiftuuMaraaSheekii
Bakareengadiduuleeraa
Achittuumalaanbeekii
Sagaleennaduudeeraa……………………
Kaleessaguyyaabaanee
Dalagneegunjaahinbaanee
Dalagnaanrasaarambaa
Yoodiddankaahingallaa
Dalagduuraroobuusaa
Kandhuguufarsoobuusaa
Kangalukaraabuusaa
Akkajedhegooftaankoo
Dalagahinoolinjedhee
Dhaqxeeachihinoolinjedhee
Gooftaankoosdhugaaqabaa
Karrasaatucufaattioolee
Jabbiisaatuhidhaattioolee
Sambateengarbuuhiitii
Mar’ataansaafaagalaa
Wambadeettiaduundhiitii
Malataansaafaagalaa
Anooqamaleeneegaa
Hoomaankunjaldeessumaa
Anoodabareeneegaa
Omaakuncalleessumaa
Awwaarakaraaburee
Dorrobaantabbahinba’uu
Anqaatankaraabu’ee
Sossobbaannandanda’uu
Kukkuteentimboodhaabaa
Jabbiidheedahingorsanuu
Lawwasheeakkailmooraadaa
Ilmoobeelaittiobsanuu
Utumaqonneeqonnee
Shunkurtaamaleehinqonnuu
Utumatolleetollee
Gurguddaamaleehintolluu
Gurguddaayaahaadhakoo
Xixinnaayaaobbolootakoo
Yaabuddeenaboqqolloo
Yaaadiiakkasabbataa
Namni olla keessanjiru
Utuuhinnyaatingabbataa
MaaramDhugaamootee
Dhiigamucaagootee
Maaramjedheehinbeekuu
Jedheedhabeehinbeekuu
Giiftii cirri booqaa
Kun Sindinquyoonaa
HaadhaMandiiHoraa
Giiftiidhiirakumaa
Ateeteenkaleessaa
Harrooqorxiingalchaa
GimbiinGimbisadhaa
Gimbiinniurgaa’aa
Maaramhaadhakootii
Kanaafuunamootii
Yooseexanaalagaa
Yooayyaanaabagaa

You might also like