Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

Eebbifamaa/mtuu…..

………………………………………………………n
guyyaa jalqaba Mooraa seene/te irraa kaase/ste hanga guyyaa eebba
isaati/isheetii bu’aa bahii hedduu danda’e/se, akkasumas guyyaa gaddaa fi
gammachuu hundaatti argamuun tokkummaa barattoota Shaambuu moora
yuunversiitii mattuu keessatti argaman waliin, nuffii fi dadhabbi tokko malee
guyyaa hunduma gahe itti keenname sirnaan bahuunifi akkasumas jaalalaa
guddaan hirmaannaa taasisuun isaa/ishee beekamadha.haar’a gaaruu, guyyaa
eebba isaa/ishee sababeefachuun tokkummaan kun baga gammade eebba gaarii
siif haa tahuu jechuun akkasumale hojii, daandii fi deemsi jireenya kee inni itti
anus akka sif milkaa’uu haawwii keenya isa guddaadha jechuun guyyaa har’aa
waraqaa galatteffanna fi akkasumaas yaadannoo siif tatu kana tokkummaadhaan
siif kennineera!!!!!!
Maqaa D/T/K/B Shaambuu……………………………………………………..

Tokkummaa barattoota Shaambuu mooraa MEU irraa


30/07/2022 GC
BY Tolu.A

You might also like