Calaqqee Seenaa

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 32

CALAQQEESEENAA

1.GADAA
Abbaaji
idhaa,Abbaanagaa
Araar
aaf,mil
ki
i gaar
ii
Abbaakennaaj aal
alaa
Abbaadhugaa, Abbaahaqaa
Beekaaf
,qarooadduny aa

Halagaf,
firanj
ett
u;
Hundaafqixadhaabbatt
a
Fagoodhakeedhufteenkee

Oromoodhaseenaankee;
Oromiy
aamanni ke
Si
rnaqoqqooddiiaangoo
Hundumasaatumsi tee
Namakant a'
eqof aa
Namummasaafhi rphit
ee
Si
rnaDimookir
aasi i

MuudanaafiRoobal
ee
Tokkoof
ilamamiti

Dhakaaf ilafami ti
Namasmi tiwaaqni kee
Uumaat tikanamant u
Uumamakankabaj ju
Odaankeemal lattoodha
Coqorsaf ,
jii
dhaanbaat a
Halagaf,fi
ranjet t
u
Hundumaaqi xal aalta.
AkkaataaBul chiinsakee
I
rraaf,j
alaanqooqqooddee
Saalaafumur iimal ee
Hundumaafaangooqoodde
Ayyoodhaafhaadhasi nqee;
AbboofimmooAbbaaGadaa
I
samar seesi eegu
Qeerroodhaaf ,Foolleelaat
a
Saalaaf,umur i
i malee

AbbaaMuudaa, AbbaaGadaa
Caff
eefiAbbaaBokkuu
AnaadhufuGadaako
Anaadhuf
uAbbaaDuul aa
Anaadhuf
uFoolleeko
Qeerr
ooqeer
rit
ti
inmar aa
Oromoongal
tuumi ti

Achi i
dhufnikeedheer aa
Fagoodhai cci
iti
inkee
Sirnabit
taa,garbummaa
Miticunqursaasi r
nikee
Riqaace'umsakeeny aa
Kangar boomf at
aaf ,kol
oni
i
Dhugaadhugaadubbanna

KitaabaSeenaakeeny aa
Galmeekeeny ajaar
raadheer
aa
MaddaaBul chi
insagaari
i
Xurreef
,daandiimil
koomaa
Bagumanuufj ir
aatt
e

ArgamaDi mookiraasi
i
Bu'
uuraheeraafseeraa
Maddami rganamummaa
Ragaaargamakeeny aa
DhugaabaatiiOr
omoot aa

Haqanamaansar bitu
Miidhamaafdant aaeegda
El
aaf ,elaameenbul uun
Jaarsummaanaadaakeet i
Meeshaawar aanaamal ee
Jalaalaandi inamoot a
Jaarraadheer aadur aanuu
Wabi ikeeny asi r
nikee
Handhuur akeeny aat i
Sii
nmaqaannuufmogga' e
Daandi iatinuufsoqxeen
Dhaloonni qubeeasga' e
Kalandar amat aakee
Adduny aafgumaachi t
ee
Koloniifsirnabi t
taa
Qe'eedhaanuufdheessi te
Oromoof ,sabaOr omoo
Adduny aat tibeeksift
e

Nuboonsi
ta,Gadaako
Bagay
yuukeenyataat
e!

2.Meebakkakami
i
nji
rt
aa?
Nadhi
ii
lmaGammadaa
Gootaijabarbadaa
Qeerransookoosii
njedhee
Maqaasi dhahuul
aata?
Arbaaf,yeedalamaraa

Leencaki y yadhaat i
Siyaaj aj
j
aabeeki yyaa
Sifaarsuufj echadhabeen
Afaanbaneesi ifiyya
Jabaataaqomooof ii
Abbaat ujabeef f
at a
Nadhiikooy aadeedhabeen
Garaankoonagubat a.
Seenaakeey oondubbi su
Qeerransar r
axi i
qoof ta
Suraakeey ooni laalu
Hundacaal aami idhagda
Araadanaqabsi i
ftee
Shii
shaaf, Tamboor racaalaa
Gootakooqof aaj echuuf;

Meebakkakami i
nj i
rta?
Siifjechanagaanki yyaa
Otuual l
aatti
ita'
ee
Baal leef ikoochoohor ee
Gaar aaf,tabbaqar i'
ee
Haal aat ii
tt
iji
rtu
Hundagur r
aannaga' e.
I
jakeedi i
maasana
Bar bar reekanf akkaat u
Bookamoodammal aata
Meemaal ikanunat tu?
Har eedakeemi dhagaa
Maddi i
f,l
apheekeer eebu
Hal aal att
isiargu
Dinni keekanwar eer u
Jalleewwankeemar t
inuu
Manahi dhaat urani
Kanbi yyaambaat ures
Biyy attideebi'
anii
I
li
lleefgammaachuudhaan
Wal ittidacha'anii
Kur uphi saataphaat u
Finfinneetwal guur anii
Nadhi ikookeessaadhabnaan
Gar aankoonagubat e
Meer reeNadhi i
nkee?j echaa

Achi
ibut
eekeendhabe
Mi
ll
aBakartaat
ehoo
Ji
rtamooduut elaata?
Sagaleekeendhageenye
Nadhiikojechaaji
rr
a

Wal l
aggaa,Limmuu, Ji
mmaa
Siargachuufandhimma
Faannii
keeeessalaata
Eessatti
sibarbaaduu?
Ergansiyaadeedhabee
Kafanaofir
raagatee
Ulaagaahundaaguut ee

Qe' eeKumsaaMor odaa


Naqamt ekeessaba' ee
Gimbi if,Ay ir
adeemee
Mandi i
not uunanhaf i
in
Giddakeessaol kut ee
Qe'eeAbi sheeGar baa
Hor roottiachi idar baa
Ginciikeessaj aawwar ee
Amboo, Gudar i
inbahee
Hool otakeessakut ee
Meet t
aaWal qixxeesdhaqee
Wal ii
soonot uunhaf iin
Sadeensooddoot tiimal ee
Gaar aCar car i
ikeessa
BosonaBaal eedeemee
Gaar aAbbaaSeenaaf aa
Akkamat aat tiinjiree
Goot ot akaani inmal ee
Nadhi ikoohi nar gi ne
Ergat imanaabaat ee
Balbal aakooncuf anne
Maal tusi tdhuf eel aat a?
Wal it
tisoonmuf anne.
Araadakeenqabameen
Sagal anhamuummadha
kuruphi saanaafkoot u
Ij
umaakendaawwaadha!
Namar r
aaaddaba' een
Qof aat aa'eer aat a'a
Lafaaf ,haaf amar aat ti
Waa' eekankeenhaasa' a
Heloomanaanj edhi ikaa
Sagal eekeendhaga' a
Dhukkubadugdaanqabu
Eelaakankeet inaada
Lowaadhumanaafkoot u
Ij
akankeet ii
nar ga!
Goor ooBal aay ii kiyyaa
I
lmaZal aqaaQi l
xuu
Eessat t
i sibarbaaduu?
Wal l
okeessasoonj i
rtu
Qe'eenAbbi i
chuuki yyaa
Goor oonTaddasaaBi rr
uu
Way yooNadhi ikoojechaa
Afaanbanani iiyyu
Goor oonAbeebeeTuf aa
Wiirt
uunMaccaaf iTulamaa
I
rbuuat i keessakeesseef
Nadhi ij
edheequuqama
Darraafi,Kuyyuut t
idarbee
Fi
cheekeessagul ufee
Salaaleekeessaj ooree

Heloojedhi
inaafdhaami
Nadhi
ikoeessageesse?

3.Onneenkoodur uugowwaa
Onneenkoodur uugowwaa
Daandi ifagooi malti
Kani sheey aadudhi istee
Kanhi ny aadneefdhi phat t
i
Otuunsi i
fjedheeboo’ uu
Sii
fot uunqul laabuusuu
Otuunsi i
fjedheekaadhuu
Sii
fjedheeot uunmar aadhuu
Kiyyaakooosoonaanj eettuu
Osoonamar arfattuu
Balbalaanot uuneeguu
Boroodhaanennaabaat u
Sil
asj aalall
inqabu
Shoongoof i manamur ti
i
I
sati nami itemmoo
Rabbi i
ndagat eenar giin
Duruunaafamal li
kee
Bubbeer r
anat ti ul
faata
Gingilchaanbi shaanf idi
Jetteetunaaj ajja
Bakkal oowwanhi nool l
ee
Koboot anaaff unaani
Jechaanaj i
jjifata
Otuunr oobi indhoqqaa' uu
Yoor oobemmooawwaar a
Gajjall
aanbi shaandhugu
Kangar arr
aaboor a'a
Onneenkoosi i
fbi l
laacha
Atimmoot aat eei j
oollee
Fi
igaat aphachaat urre
I
yyaa,kokol
faacooknee
Akkat
i Re'
eetaat
e

Dagadheey y uunt i
lmaamne;
Gowummaankooi sakana
Rif
feensi keemi idhagaa
Dugdar radanbal i'a
I
jakeekeessaai l
alaa
Sif
aanancol oli'
a
Mudhi inkeeqabaanguut u
Midhanmoobi shaanl aata
Meemaal i kansor rattu?
Gunt utakeedhaabbat ee
Qaramut aaf akkaat tu
Anumadhooseej i
gse
Waaqaafl af tihaadubat u!
I
lkaankeeshaashi isana
Ennaaat isesseeqxu
Sil
aasat ihor iimalee
Homaaj aal alanbeekt u
Rabbi nabbaanj aalalaa
Uumaanabbaanhi yyeessaa
I
sat okkool kaasee
I
sabi raagadbuusu
I
sat okkoboossi isee
Kaani i
nkankof alchiisu
Miidhamt uuonneeki yyaa
Kanj aalalakeenboossu
Koloneef famaat aatee
Kansi rnakeehor doftu
I
sat imi i
tesanaaf
Har’assi biraanhaf tu
Umamt iabbaanhi yyeessaa
Furmaat ai sheefhaal aatu

4.UlfaCi ni
insuuHammaat t
e
Ulfacinii
nsuuhammaat te
Miixannaaul fadur aa
Kanf i
rrisii
fhinbeekne
Mar i
'i
mmaankeesi guba
Akkasheet tiakkami t
i
Akkattihaguuggat ani
Barasheet ibarami ti
Barawaadubbat ani
Dubbat aandudubat tu
Calli
sanr aatuta'
u
Xiqqoomasheehi madhee
Bakkeegar aakooga’ uu?
Nandhi phadhel ammi ikoo
Lammi i
kooqomooki yy aa
Kanaaf anaf aanbanee
Gur rakeessani ttiiyya
Itt
i adeemnaanduumessa
Dhaphudi deesur sur e
Bar bareeshi nsor ranne
Yaadagar aanagube
Managubat aaj iruuf
Eeleej edheewat waat a!
Akami inanf urdadha?
Yaadasoof eenany aata
Har meekooboo' aaj irt
u
Biftuukoo, soor eet tii
koo
Akami inaansoor radha
Maal nanj edhami rriko?
Kanaaf angabaabbadhee
Hunduugadi nal aal a
Namni yaadni gugube
Ciraagubat er raaar a!
Obseeobseendadhabe
Dideenat ti hammaat e
Foonki y y
aci reef ixee
Laf eeki yyanany aat e
Diddeedaangaadabar r
aan
Bishaanuui bi ddahuba
Yoomal aani ttidhoof te
Ibi
ddat ubi shaanguba
Yoohumnaafj abaanl aga
Kangudeel chadi ri
irsu
Yool ammi ifqeer roonqaba
Jabduuhangaj et tegeessu!
Baddaakeessamar maar aa
Qor rajabaandhaanamee
Gammooj j
ii keessaj oor aa
Qor eedhaanwar aanamee
Birmannaamaaf andhabe?
Hunduugadi nal aal e;
Yaandeessi inni mi l
anaa;
Kanbar ootahundaacaal e
Godooki yyadudduuf t
uu
Dideenaj alaadhaane.
Qe'eenwar r aGoot ichaa
Hint a'uuqe’ eeboo’ i
chaa
Hal agaanhagay oomi it
ti
Nut tikol f
eei l
ilcha?
Diinni sobeedhaadat a
Yoomuhagaj edhungahu
Oromoondur ut okko
Shani s, shant amant a'
u
Baandaf i
war ri gal tuu
Ofiiny aadadhama' u
Waa'eekeeny
at t
i hi
nbeekna
Hagajenneshingeeny a
Hundumaagar aagubnee
Lammi i
mmoogar aageenya.
Dubbii
nbaayyatteefi
ll
ee
Harr
eetti
nmaxa' anii
Kanmaqaanuf aalani
s

"Nuunmi t
i f
ardakeenya
Hinbeekubar eechani
i
I
sagaarreenAduwaa
GaafaMaqal eesanii

JedheetureHaaceenuu

Gaaf ananihuuqqadhu
Dideedideesoofamu
Heci!maalkunijechaa
Qubamaanat t
iqabu?
Namni yaadaanulfaa'
e
Yoomuuci ni
insuundhaabu.

5.I
jaLaaf ummaakoof
Daa'i
mummaakaaf nee
Kanwal i
i
nguddanne
Dhiphuuf,eelaahedduu
Walii
nkanmuuxxanne
Dhakaafbi y
yeedaaknee
Kanwal i
i
nguddannee
Bu'
uurarraakaaf nee
Walii
nkanbar anne
Sekoondiifal
t okko

Talii
leekootiati
Kangar aanqul qul
luu
Jaalalaanaddaat t
i
Waagar aasinjir
u
Kulull
eekooj edhu
Boonaakoonaanj ett
a
Maat i
iffir
ahundaar r
a
Olkaasteenal aalt
a
Gatiij
abeet t
ii
koo
Jechasi if
andhaba
Albuuddanj ajj
aaboo

Kamt usi madaala?


Fooli
inkeeurgaa'
a
Habaaboo’racaalaa
I
jj
ikeekanguugee
Caaleenatargama
Guntunnii
kesilaa
Mutaacaalaaqara
Nyaarr
iij
akeeti
i
Bi
ssii
rr
aheddummaat a
Teesumnihidhi
ikeet
ii

Kanahundaay aadaa
Akkaahuummoonaada
Sil
aaqof aaki y yaan
Ofitt
anhasaasa
Eeny uut i dhi ir
at a'
ee
Addai rraanabaasa
Manat ti ol seeneen
Ofitt
i odeessaa
I
sheendhuunf aaki yya
Jechaanofgoy yoomsa.
Akkansi j
aal l
adhu
Hubat t eeot uuj irt
uu
Bil
bilaonneekoo
Sir
riit
ti ot uubeekt uu
Maal ii
far ii
f attee
Sekoondi ilakkoof ta?
Gurraakeendhaga' uuf
Maafaf aannaeegda
Anisegaagaabbee
Hundumaaxi inxal ee
Afaani i ofbaasuuf
Qophi itti otuunj i
ruu
I
jalaaf ummaakoof
Ofdur aasi dhabe
Ofirr
aadabar see
Halagaafsi kennee
Ati
seegaaanaan
Afaanot uueegduu
Dubar tuummaakeet i
if
Ofitt
i qaanof t
ee
Namabi raaft a'uuf
Dir
qamaf udhat te
I
mi mmaanhar caasaa
Kiyyaot uuhaxoof tu
Narraaaddabaat ee
Kanhal agaat aat e
Milkaa' iijiraadhu
Daandi insi thaat olu
Mat aaofci ruur ra
Waangochaal leenqabu
Anisegaahi nqabu
Fi
ranagaaf atu
Miiroonni koomar aa
Anat timuf at u
I
jalaaf ummaakeef
Jechaanakomat
uu!

6.Gar aadhi if
amaahi nqabu
Badi i hoj jedhenqabu
Yakkaafgochadaddabaa
Namni waanhi yy oomeedhaaf
Jaal alleekansaadhabaa?
Ani segaananf edha
Jaal alleeki yyaboonsuu
Kennaagat iijaj
jabbaa
Sukkar eekoofdhi y eessuu
Ani ssi laanany aada
Akkasheennafgammaddu
Hiy yummaaki y
y at akkaa
Dagat teenant i
lmaamt u
Gogaadhaot oonj edhiin
Akaay iilleesoor annee
Bishaanbi rcii
qqoonguunneen
Addaanqoonneedhi qannee
Hundumal leedagannee
Jaal alat ti amannee
Maat irraaaddabaanee
Godooxi qqoot tigal lee
Hiy yummaaki y
y aat i
Leey yoofqaani itti i
laalt
ee
Otuunkar raansi eeguu
Bor ooncabsi teebaat e
Onneekoogowwaasanaaf
Olmaasi inool l
eool te!
Kal eessanat uf fat t
ee
Bal bal acuf teebaat e
Akkami i
nasdeebi t
ee
Gar aadhi i
famaay aadde
Namni silaacar raasaaf
Waani saaft a'undhabu
Siifani dagadhey yuu
Gar aadhi i
famaahi nqabu
Uumaakoofhaagal atu
Rabbi abbaadadhaabaf
Namni hi ndu' ii
nmal ee
Waangi taasamaafdhaba
Dhi ifamakeenbar baadu
Waa' eekankeet ii
ny aadu
Akkat ti nay aadat tu
Mat umal l
eenbar baadu
Bo'ichakoodagadhee
Gammaachuut tice' eera
Isheesi rrii
tt inabeekt u
Gitakooar gadheer a
Isheeaf aankoobeekt u
Hori
ifimeetii
ta'
us
Malii
nuunanmadaal le
Dhabakooguy yaahar’
af
Waadaanaafqabdunhaal l
e
Qofumaanki yyahafe
Gi
takooar gadheer
a
Onneekooat imii
te
I
sheettikennaadheera.

7.Baadi y aaki yy a
Bakkeedhal oot aki yyaa
Qe'eehundaanbadhaat e
Kancar raasaaar gat e
Otooj iruuj annat e
Moor aankeehundaanguut uu
Waansi thi r'
atunj iru
Maal laqaaf ,war qeet a'us
Homt inuusi nj ij
jiiru
Golakeef ,bakkeekeet u
Waanhundumaanguut udha
Qaromi naadduny aaf
Lafeendugdaasi '
idha
Naat ooqabeet tii dachee
Magar iisaanf aay amt e
Uumamaadduny aamar aaf
Wabi i j
ireeny aat aatee
Uumamakeei laal aa
Yaadakeenanbohaar a
Laggeewwankeeqaqaal ii
Tabbar raangady aa'ani
Gaar reewwankeedheedheer oo
Sami i gahuufy aal ani
Sulullankeemi idhagoo
Hadiidaf akkaat ani
Bosonakeeheddummaat ee
Goof ar eer ray abbat u
Bineensonni keesi l
aa
Urji
icaal aabaay ’
at u
Haroowwankeemi idhagaa
Dirr
eekubbaaf akkaat u
Qurxuummi i
wwankeef iigaa
Kaachooi tt
i t
aphat u
Anaafbaadi yaaki y yaa
War qeefmeet iinnangi t u
Baadi yaadi r
reeseenaa
Argamaqar oomi naa
Dinagdeeaduny aadhaaf
Utubaafdhaabaansi dha
Hangabaadi yaaki yy aa
Eeny uy y uunaafhi ngahu
Baadi yaaki yy ay aadaa
Sagal y
aadaandal daala
Araadabi raanqabu
Baadi yaaki yy aanal a
Gusseekeeny ahaaddachaa
Qarreesassar annee
Qomeekeeny auf fachaa
Kitt
aakeeny aanf aay amnee
Dammakeeny acaf aqnee
Afaanguunneecuf achaa
Aannaankeeny aaokol een
Olkaasneehabbuuqqachaa
Aadaakeeny abar achaa
Duudhaakeeny ahubannee
Otuueessay y uuhi ndeemi i
n
Baadi yaat t
iguddanne
Gannal agewwankankee
Guut aniidanbal i'
u
Gaar aafidacheekeer ra
Wal kutawal ari'
u
Birr
aahabaabookeet u
Fool i
igaar iibobbaasaa
Bareedaafur gaasaat u
Dhar raakeenamabaasa
Fi
nca' aaleedhedheer oo
Tabbar raangady aa'anii
Baadi yaadeemanmal ee
Eessat ti
lleenar gani
Simbi rr
oomi mmi i
dhagoo
Uumamni kani nmadaal le
Baadi yaaki yy aanaddat ti
Eessadeemeenmi l'
anne
Dacheenkeenamadhi isi
i
Uumaadeebi seecor a
Miidhaani i
fbi shaanhaf ee
Qil
leensi saanaafsoor a
Dirr
eesaabal 'aasana
Dhibbaaf , shant amni nguunne
Faradoogul ufsiisaa
I
sai ttiguddanne
Mukeewwansaadheedheer oo
Baal aaf,dameebaay ’
atu
I
mal aanuf feej edhee
Gadi sasaatboqot u
Namar raaaddaba' een
Waa' eesaat inher r
ega
Yaadannoowal ii
nqabnu
Anaaf ibaadi yyaabeeka
Qarreewwansaaqaqaal ii
Mudhi i
nSonsaf akkaat u
Bir
raabar i
iyaa'anii
Buqqisabuqqi fatu
Dargaaggoonsosol ool
oon
Leemmanaf akkaatani
Masqalattiyaa'ani
i
Hiyyool
eet aphatani
Halagaaf,diinadhiisi
i
Fi
rayyuuinafsiisu
Hammam y oonf agaadheyyuu
Eessay oonjiraadheyyuu

8.Akkami innanhubat t
u?
Magaal l
eesi inj echuudhaaf
Magaal l
eenkumat a'u
Dii
mt uki yy asi inj echuuf
Dii
mt uut uhammakeenga’ u
Kennaaj aal alaaft a'u
Maal umasi ifqopheessu?
Homt uuhammakeengeessu
Rif
eensakeef acaasaa
Daandi ikeeny ay oodeemt u
Onneenkoot arsa' uudhaaf
Akkaal l
aadduuhool lata
Akkant abbat tifiiget ti
Hafuur anadhor kat a
Miil
li kiyyahi dhamee
Akkaqocaat i
rat a
Akkandhugeemachaa' ett
i
Oli
i gadi nadar bat a
Ij
ji
keenami l
'
achaa
Maafnal aal uudagat te?
Imimmankoonhar caasa
Suur akankeet i
i ilaal aa
Gubaanj aal alakeet i
i
Lapheet ti ol naaar a.
Otuundhugeesor adhuu
Yaadakeef anhuqqadhe
Hundumaar raqal 'adhee
Bii
laagar buuf akkaadhe
Qaamonni koomar tinuu
Siar gaannahol lat u
Akkaaduuni ttiho' etti
Dafqaof i
r radar bat u
Maal iifdhi phi naki y ya
Fulaakoor raanhubat tu?
Naafhaagaddugar aankee
Keessi kooi sagubat u
Koloneef fat aat a' ee
Jaalal l
iikeedhuunf at ee
Onneekooj aalalakeet u
Bonaa, gannadar ara
Yaadni i
keegut ummaakoo
Qaamakoonaweer ar a
Hal kanhi rribakeessa
Sagal gaggal agal aa
Imimmaankoonhar caasa
Suur akankeei laal a
Keeny anmanaki yyaa
Baaxi isaadabal at ee
Hal kanhi rribakeessaa
Sit a'eenatmul '
at e
Yaadni gar aanar aasa
Haf uur anadhor kat ee
Lapheekoonat ar saasa
Bor aat i
it
ti gadj edheen
Waa' eekeet inhasaasa
Kopheekooot uunbaasi i
n
Kof oobaasuuf andhi mma
Firaashi i
tti hasaaseen
Waa' eekankeet iinhi ma
Waa' eekeet ii
naddat ti
Homaahaasa' aanqabu
Firashi i
f,hansol aankoo
Hunduuqubanatqabu
Atoof ucungeemi ti
Kanhundumaat uffattu
Mi i
r aani i siifqabu
Akkami innanhubat tu?
Ij
akankeedoo' achuuf
Moor aakeessani i
nmar sa
Otuudhi phuukoobeekt uu
Cuqqal amt eemaat eessa?
Sibar baachanj aawwar a
Kopheenkoonadhumat ee
Fuul lii
kooci l
eecaal aa
Jiraat tinagubat e
Onneenkoomi idhamakeen
Dhi igadi imaadar bat a
Nanmi l'
annemooat i
Yoonmaal ta'ehubat ta?
Akkanmar aat aat a'eet t
i
Nat ti seeqachaadabar t
a
Siddi seeki y yaat i
Il
il
lirrami idhagda
Abaaboof ,shi ttoobar aa
Caal aanat tiur goof ta
Dur at toodur eessaaf fuu
Mi i
r adhi phachuuqabda
Boj i
'amuukoobar teemoo
Har ’amaafnadar aarta?
9.OROMI YAA
Dacheebal'oomi i
dhagduu
I
rraafjal
aanbadhaatee
Uumamahundaaqabda
Enyuunuundor gomamt u
Gibeensikeessaamadda
Dhidheessaafi
Shabaleen
Humnaachi rr
aamaddut u

Dhagaankeedhadhaabaasee
Dacheenkeeaannankenna
Dirr
eeSheekHuseendeemnnee
Uumamakeedaawwanna
Gaarreewwanhedduuqabda
Maqaadhaheenxumur u
Tull
uudi imt uufCi lall
oon
Gaarrilakkoof sanqabne
Dacheekeer ratti argamu
Maalkeet uor maangadi
Meemaal t
usi thi r'
ata
Gooni Haay i
leeFi daa
Dacheekeer ratdhal ata
Fi
raafar joomuunhaf ee
Halagaay yuunguddi f
ta
Uumamaankanbadhat ee
Eenyumat usi gita!
Shamar rankeeqaqaal ii
Kanmudhi i
nqabaanguunne
Dargaggoowwankeemi r
ree
Kandi inaafgar aanhi r
re
Amant aaof i
i qabda
Uumaakeenwal iigalta
Horaaf itulluudeemt ee
Galatai saafgal chi ta
Qaroomi nay oot a'es
AtoohundeeKushi i
ti
Kalandar riadduny aa
Argami nsaakankeet i.
Maaltusi ttixiqqaat a
Uumamamar aaqabda
Bosonni keemi i
dhaga
Bineensot aankanguut e
Moor aakeebal '
aasana
Bineeldonni dhuunf ate
Harawwankeegur guddaa
Qurxummi inkanbadhaadhe
Ji
ituuGannaaf i Bonaa
Bagumakankoot aate
Mirganamaansar bit
u
Dhugaakeetii
ni beekta
I
jool
leekeewal dhabdeef
Odaajalatt
iwal geessa
I
jool
leehedduuqabda
I
lmaanMaaccaaf, Tuul
amaa
Shawaa, Wall
aggaaf ,Li
mmuun

Baalee,Wall
oofiBeegii
Matakkal
ii
ndaballee
Bakal
charr
ani caall
a
Guddif
achaanhammannee
I
ttimakoonotuunhaf i
i
n

Har meef aaraqabeettii


Hundumaafgar aalaaftu
Halagaaffiranjett
u
Hundaawal qi
xalaaltu
Mallat
oonkeeodaadha
Seerakeegadaant umte
Si
rnadi mookiraasii
Adduny aafgumachi t
e
Naboonsi tabiyyakoo
Bagumakankoot aat
e!

10.MaafDagat teMaat ii
kee?
Maafdagat t eemaat i
ikee
Maat i
ikeei sheeganamaa
Hiyyoomneequul laabuusnus
Mii
dhagi nni keenuma.
Akkami innudagat te
Maal i
ifnui rraanf atte?
Waadaai sawal ii
nqabnu
Moof aanmar teedar batt
e?
Abbaankeehumni dhumee
Mogol eenqal '
atteet ti
Sangaaduubagugguuf aa
Dugdi nagoobaxa' ee
Sibarsii
fachuufj edheen
I
jooll
uumaanr aata'e
Kofooki yyadachaasee
Hagaj il
badar but ti
Harkikoobi taafmi rgaa
Haganaqunca' utti
Ji
reeny akeet i
ifjedheen
Rif
eensal amaar ge
Harri
inguut ummaaqaamaa

Ganamasubi
i
njedhu
Si
nbi
radur
anka'
a
Gubataanf uulakiy
yaa
Ji
reeny akoofragaadha
Mogoleennaqal '
att
e
Akkami i
ll
alukkuutt
i
Bonaa, Gannaandhama' a
Akkasumaafdar butt
i
Mii
ll
aakoofkopheeny oomuu
Dagateewal ii
nbeeku
I
saati sharaafqodaa

Har meenkeesi i
tiifjedheen
Rakkinahedduuar ge
I
biddar ragugguuf aa
I
jj
ikoonasuul a'e
Uffatanamaami icuuf
Harkiikoonaqunca' e
Mangaagaankooi nni mi r
gaaf
Kanbi taawal rukut ee
Rakkoonguut ummaaj i
ruu
Golakoonadhuunf ate.
Abbaankeesi i
tii
fjedhee
Gammachuukansaadhabee
Namaj alagugguuf aa
Dugdi saagobaaxa' e
I
lmookooegaaci mnee
Ofiikeeny aaofmi i
nee
Ulaagaahundaasi ifguunnee
Sinimmoosi barsi i
fne
Atii
segaaj abaat tee
Barnoot asxumur attee
Ogummaanunsi badhaaf neen
Dookt er,taateewaamamt e
Anaaf iAbbaakeet ii
Maat i
wwankeedagat t
e
Otuuqubeenl akkaa' iin
Digiri
isi barsii
fne
Otuuqul l
aandhoof katii
n
Surreesi tt
i uff
isnee
Otuuf ardaanhi ndeemi in
Xiyyaaraansi deemsi f
ne
Ofiigadi ofbuuf nee
Addanaansi geessi fne
Otuuwaasi nhi r
'atiin
Boonsi fneesi bar siifne
Atiseegaadagat tee
Waadaagal tejajj
abaa
Guddat teenamat aanaan
Jettemaat ii
nkookanaa!
Atiegaabashannanaaf
Geejji
baf i
ladhuut ii
Soodareettimar maar i
Shamar r
eeqabadhuut ii
AtiBarger
iif,
Piizaa
Jechaany aataf i
lat
ta
Maatii
nkeesi l
aahar ’as
Gubataamasor ranna
Guyyaadu' aalakkaa'aa

Nadhagahi il
mako
I
lmakooi saganamaa
Yarannesgaar omnesi
Maat i
iwwankeeunuma
Adduny aankunbur reedha
Adii
s,gur aachami t
i
Bi
famat aasaanqabu
Oli
s,gadi sadeema
Bi
shaangabaat eerraati
Yaa'amat aasaanqabu
Tari
inuuf uudar beet u
Nuttidheessuufni dhufta
Tari
iitti
i
nnudar bee
Qeensaof ir
raaci r
ta
Hidhiiofxuuxaahaf taa!

11.Dubar t
ummaakoo!
Meeat ieeny ul aat a
Eeny uuwal i
indhal atte
Eeny umar raadhal at
te?
Dubar t
iita'uuki yyaa
Namaagadi ttimaal aalt
e?
Dubar t
iita’uuki yyaat t
i
Hedduudhani ttiboonaa
Haadhasi inqeehaadhagol aa
Haadhanagaahaadhat olaa
Nagaafar aar amal ee
Gonkumaanf edhul ola.
Haadhat a’eensi dahee
Ciini
nsuuhamaadanda’ ee
Haadhoot a’ eensi boonse
Ofiinamaagadt a’ee
Jaartiit
a’eensi cimse
Ofiikiy
yaanr aata’ee
Sii
fjechadhi i
gni kiyyaa
Kichummaandhangal a’e
Dugdi kiyyaadudduuf ee
Boquuol qapheenadeemu
Gudeddaaj abaanhaf ee
Namaagadi tnul aalu
Yoof edhannudhaanani i
Qabani i nuki tt
aanu.
Mirgaguut uunanqaba
Namat a'eenuumame
Akami tt
i kor niyaankoo
Sii
gadi ttii
laal ame?
Naafdubar tummaanki yy aa
Waannat tihi r'
isunj iru
Hojjechuunandanda' a
Biyyakankooj ij
jii
ruu
AkkaSawaafl ooni itti
Manat tinui ttisu
Ofi
i gubbaat aa' anii
Gajjall
aanut eessi su
Akkai lmoor e'eet t
i
Qabani i nudal dal u
Namummaankeeny i haf ee
Sawwani i
nnumadaal u.
Falaasamakaasani i
Ofi
inof i
todeessu
Seenaakeeny abuusani i
Maqakeeny axur eessu
Eeny utuj edhel aat a?
Dhiirr
i biyyai jaar ee
Shamar rimmooakkadi igdu
Aarsaabi yy aafkaf falle
Adowaanhaadubbat u
Shoor aAf r
ikaafhoj jenneef
Mahi buubaaf ,KuwameeNi kur
uumaa
Adduny aafbu’ aabuuf neef
QabnaseenaaBi li
llee
Goot olii
nkuni mar aa
Dubbar tootami ti
iree?
Mirgi keeny adhi i
tamaa
Namummaannusar bamee
Shamar reet a'uunkeeny a
Gadi t
ti t
ilmaamame
Boquukeeny aol qabnee
I
jaguunneehi ni l
aal l
u
Golaat iigadi baanee
Achi deemneendal dal l
u
Baraaf ijaar raahedduu
Hacuucamuudandeeny ee
Mirgi keeny adhi i
tamaa
Miidhamaahar ’ageeny e.
Wal qixxuummaaj edhani i
Gurrat t
i nul allabu
Har’asdubbi inkoor ni yaa

Keeyyanni
soddomi
ishan
Nuuf
ishaakabaj
amu
KeeyyanniSoddomii
afur
Si
rri
i
ttihaail
aalamu!

12.Kandu' eefnaboochi sa
Kaleessaguy yaasana
Fi
rahedduunqabat ur
e
Aanteefifi
rahaal al
aa
I
yyafannaani saanii
Gabaawaccur racaala
Har’agaruuakkasmi t
i
Guy y
ichisji
jj
ii
ramee
Kankal eessaanaaff i
ras
Faall
aat a'
eear game
Otuuijaannal aaluu

Rakkoobi shaaninqabu
Mii
dhaani i
snansoor radha
Kankal eessaanaaff iraa
Hundaay aadaanj ir
aadha
Garaakoogowwaasant u
Gudeel chanabaachi sa
Ofi
ikoonofdagadheen
Maat i
ikoofnay aachisa
Kanj i
rurraaaddaba' een
Kandu' eefnaboochi sa
Carraakeet tigammadi
Uumaagal ateeffadhu
Aadaagal at agalchuu
Har’aqabi i baradhu
Nidhugdani sooratt
a
Kansi dhi phisunj i
ru

Feetusuufi
i uff
atta
Dhadhaafaannansoor att
ee
Dammaanaf aandhi qatt
a
Maatii
qabdaafkokol f
aa
Bashannanaajiraatt
a
Kopheensitti
nhi r
'at
u
Uff
annigosamar aa
Ammay yumanmar t
inuu
Hunduusirr
atar gama
Manaabaat eeyoogal tu
Si
mmannaaaddaaqabda
Hangafaafquxisuutu

Yoodhabdesdammaaf i
dhadhaa
Aannani
ifnyaatagaar
ii
Haadhaafiabbaaqabda
Dagatt
eenbeektuaari
i
Raafuukeey yuuy oot a'e
Akaay ii
fi ny aat agogaa
Gammachuudhaansoor at
ta
Maat ii
keewal ii
ndhugaa.
AtooHaadhaqabdaaf uu
Akkaf eet ej ir
aat ta
Ofii
ndhadhaany aat teet u
Coor aakeefgogaal aat t
a
Ani moor aaki yy attan
Jabboot akoosakaal a
I
rbaanni ki yy ahaf ee
I
rraa-haf aakeenf unaana
Egaasi ini r raanf adhee
Carraakomadhul aat a
Anashi reeki yyaat u
I
lmoobof aanagodhe
Abbaankoobi yy aafj edhee
Gagaadammaaofgodhe
Harmeenkoonaguddi suuf
Faanaar iitiikaast u
I
sheenof ii beel of t
ee
Cafaqxeeanaafl aat tu
Hirri
bakeessaakaat ee
Haraat ir
r aanaafl aaltu
Naguddi ifachuufj echa
Bonaaf , Gannadhamaat u
Umur i
igabaabbat tee
Rooba, Bonaat aat eet ti
I
lmoosheeqof aatdhi istee
Miil
laf ageef f
at eet ti
Ofiii
ddoodhugaadhaqxee
Dacheet tinal aat teet ti.
Kanqabusi j
al aal aa
Kandhabeeshundaaf aana
Arrabumal all
aaf aa
Guy yaanal akkoof sisa
Otuundhugeesoor adhuu
Mat i
ikoofnay aachi sa
Kanj ir
uunaddaba' een

Yoondhabeesmaal abbaashee
Argadhesnaansoor adha
Ji
reenyaki y
yaadhiiseen
Maatii
wwankooy aadadha
Otuunny aadhuuhuqqadheen
Qubany aachaanjir
aadha
I
sakaleessaasana
Seenaadar benyaadadha
Abbaankoogubbaat a'ee
Anisji
lbasaagidduu
Harmeenkoodi nqakeessaa
Kolfaawal i
i
nt aphanna
Ayyaanni waggaagahu
Yoof i
rriwalyaadat u
Keessiikoof,mii
r oonnikoo
Maat i
ikoonagaaf atu
I
sakal eessaasana
Seenaadar bey aadat u
Nandhamaasi ingar aakoo
Garaakoogar aaseenaa
Abbaankeesi tticimee
Faanasaasi dhookseer a
Harmeenkeesi t
ti ci
mt ee
Balbalasheecuf atte
Nanr aasii
nnandhamaasi i
n

13.HARMEE
Harmeehar mi aannanii
Barr
uunl achuumi idhaani
Cooraakol uucceej ett
a
Masisteenamawaamt a
I
bidarradhaabat t
ee
Dhaleekoofjetteey aadda.
Yogguuof ii
finjettu
Anaafjetteedhi phatta
Rakkinakoor akkattee

Otuunaani nny aachisii


n
Ofi
iafaaniinkawwat u
Otuunaani nraf fi
sii
n
Ofi
sheegadi nr aft
u
Harkaaf,
,dugdat t
ibaattee
Qoomat tinaqabat ta
Ofi
ikeenofdagat t
ee
Dhaleekooj etteey aadda.
Maal katabeexumur u
I
maanaanar r
aaqabda
Miil
li
keeqor eendhumee
Bi
neensaafof kenni t
ee
Otuunaafj etteey aadduu
Ofi
inofgadoochi t
ee
Otuuof i
i
nboqot i
in

Yaadeey ommuuny aadadhu


Seenaakeebarasanaa
Anaanguddiisuufj
ettee
Yoom argatt
eqabbana?
Mataakeeluuccaasana
Cir
teenatti
luqqist
ee
I
jj
ikeekuuli
isuni
I
biddaansi suuloftee
Beelaaf idheebuuhameeny aan
Gurri
keel leesiduudde
Kandur i
ill
eeduridha
Humni keegaanii cabsa
Har’
amaal i
ifr
akkat ta?
Naafj etteemaafmi i
dhamta?
Mii
ll
ikeesi qal'
attee
Duugdi keegadi jetteett
i
Hiny aadi i
n,hi
ny aadda'ii
n
Ki
chuunkemi xii
nsuni

Gal atoomi yoonj edhe


Kunusi ttixiqqaat a
Jechamaal i
insi jaj
uu
Yoom gar aannaboqot a?
Otuuhar buunhi nj i
rr
ee
Sinbir
roofqi lxuunj ir
a
Otuuhar meenkoonj irree
Anaaf oodu' amal ee
Fi
llaannoomaal iiji
ra
Galatoomi har meekoo
Qal’i
tti
iakkacal i
i
Bareedduuakkaanbaar ri
i
Kaanqar shiidhaanduur oma
War qeefmaal laqagaar i
i
Atiiobsaanduur omt ee
Naafl aattebi ddeengaar i
i
I
nnumt iobsasi i
flaat e
Haaul faat uUumaani i
Waanbi raasi if
inhawwu
Umur iisii
fhaakeennu
Kaasuuguut eedachaani .

14.Ci
l
eef
iCabbi
i

Samiifdacheerradhufe
Ci
leensilaamukat a'
ee
Dacheebal'oor
raamar ge
Cabbii
nisdhagaata'ee

Waaninjir
rekaasani i
Oldhaabanii
odeessu
Yoofedhanjiraafaana
Du'
aanissiqixxeesu
Seenaaofi
inol kaasaa
Kankeemmooni xur
eessu
I
nnikaanil
l
eehaf ee
Cil
eecabbii
nf akkeessu!
Kanuumamaanaddaa
Hiddawalir
raanqabne
Kokori
inbobbaanre'
ee
Bunatt
ifakkeef
fame
SeeraaUumaacabsanii
Waaninjir
reodeessu
Odaasjir
maangubanii

Dheer aahundumaanol i
i
Kangaaddi sni boqonnaa
Kandameeheddummaat u
Kanbaal onni saamar aa
Akkami ttiodaagubee
Daar aadaakuunt il
maama?
Otoondaaki inbukeessa
Bukoosdhoqqeenf akkeessu
Waani nj irreodeessaa
Lugnagoot af akkeessu
Hambaal eenseenaahaf ee
Eer uunj i
rret arreessu
Ulfanj irreenci niinsuu
Humnadhumeenmi ixannaa
Waani inj ir
reenoddeessu
Dhugaafdu' eenar gama
Icciitii
fdhoksaaj edhee
Waananl ammi i
fkakadhe
Gadi baheenaf ar su
Ofkut t
uui l
maSaadoo
Adami i
rraandhal adhe.
Waani nkeeny ef udhachuuf
Hiixachuunf al
ami ti
Waanj irumanhaasa' e
Dhugaadhadhar ami t i
Dhugaadhokseenj i
raadhu
Ani sany iiHaaceet i
Bishaandaandi i cufani i
Dhagaacabseefhadheessu
Dhukkaamamt eer aaf amnaan
AnnaannuBaar reent eessu
Oft a'ani iji
raachuun
Of-beekuuf, sabboonummaan
Hal agaanaddabahuun
Ergi ta'eedhi phummaa
Du'eet anbadamal ee
Meeoft a'eenar gama
AkkaEebbi saaAdduny aa
Biyy aaf anwar eegama
AkkaUsmaay ooMusaa
AkkaDadhi iGal aanf aa
AkkaHaacaal uuki yyaa
Dhugaafdu' eenar gama
Abjuuy aadaanul faa'
ee
Galaanay aaddoodaaka
Akkadhugaani nci nne
Reefuhubat eear ga
Ganaaaf uftuundhumee
Dhugaanqe' eet tinumar ga
Rabbi umurii naafkenni
Birmmadummaabi yyakoo
I
jumakoonaanar ga
Sidaagot aadhabbat teef
Urgooftuuf,shittoondi ba
Biyyaakoobi li
soomt e
ArgeenHaaceekofhi ma
Biyyakoobilisoomt e

15.Du' anakomachi i
sa
Uumaat iUumamadabsee
Qofaanahaasof sii
sa
Kanaankomadhuudhabee
Du'anakomachi i
sa!
Qofaat a'
eenhaasa' a
Ofit
tangugguguma
Mur t
eendu'atiikuni
Shiraqabdidhuguma.
Sikomadheey aadu'aa
Garaakootsi t
aajjabbe
Qaqal i

iij
ooll
eeOr omoo
Goot ot
aofdur aandhabe
Taaddasaar r
andabar ee
Gabay yoofi
Gar asuu
Caalchii
saashinf udhaat
te
Kichuu,hundumaafquxusuu

El
eemoof
,BakarWaar
ee;

Shirax axuj i
raare!
WaaqooGuut uundabalee
Balaayiif
i Gabay yoo
Olii
qaaDi ngil walii
n
I
ndaal eefi Xi
lahuu
Eebbisaakoosnandhabe
Namasabaafxi i
qa’u
Abdiisaanot uunhaf i
i
n
Hangaf ni hundakeeny aa
Gootot ahedduudhabne
Maafcal lisnee, maafteeny
a?
Alamuut asaandhabe
Daraaraai lmaKaf ani
i
Tigi
stifaasnandhaee
Geexeei ntal aTaf ari
i
Dhiir
aafShamar r
eenj enne
Gootot ahedduudhabne
Maqaadhaheenxumur u
KumadhaKumaat ama
Waanqabadhuwal aaleen
Waandubbadhudhabeet an
Garaankoonar aafama
Haay i
ileeFi daandhabe
Abbaadhal oot aqubee
Du'aOr omookanat u
Mar '
i
mmaankoonagube
Barataahedduudhabne
Maqaadhaheenxumur u
DuniikichuuOr omoo
Maal i
ifgaraanaangubu?
Anaany aatusoor aakoo
Lafeedugdaakocabee
Jabaai rraanseesne
BadhooDi lgaasaandhabe
Kaleessanat utuqu
Madaakoonahooksi su
Badhookooaj jeesanii
Guraar aashi nf annisu
Ofi
indangaadar banii

Si komadheey aaDachee
YaadacheeOr omi y aa
Goot otamar aadhabneef
Ragaanqabnuusi '
idha
YaadacheeOr omi y aa
Dacheehundaanbadhaat uu
Isheey art
uuguddi st ee
Jabaakansheedhuudhaat u
YaadacheeOr omi y aa
Dacheehundumaanguut t
e
Isheeor maguddi st ee
Lammi i
wwankani sheedhugde
Yoodhugaabeekt at aate
Afaankeehaadubbat u
Laf eengoototakeeny aa
Obsasi haadhor kat u
Si komadheey aabi yyee
Yaabi yyeebiyyaAmboo
Maammookonabooj i
te
Jaagamaaf iCaalchisaa
Gar aakotiobsadhabe

Jabaail
maKafanii
Dar
aaraakoonf
udhatt
ee
Waanj echaawal l
aaleetan
Garaankoonagubat e
Kanmi lanaammooadda
Raajat aat eemul '
att
e
I
lmaHundeessaaBoonsaa
Haaceenar raaf udhatte!
Duruudur iduuni keenya
Hinjirukanmi il
anaa
I
yyinusf all
i dhi
be
Maal jennur eejarana?
Gaaf aGur aaraaLat aa
JechadhabneeCal l
isne
Maal i
ifnuqaneessi ta
Maal si mi ineFinf i
nne?
Ajj
echaasukkanneessaa
KanJagamaaBadhaanee
Osoogar aattibaannuu
Ulf
oof neegumaat aanee
Har'asooaddat aat e

Dacheenut iit
tii
nboonu
Qaal iiwwankeeny any aate.
Maal dubbadhuj arana
Maal idubbi i
nakkanaa
Imimmaannahi r’atee
Dhi i
gabuuseenhar qana
Maal idubbi i
nf uggi soon
Dubbi indaandi ir
randeemne
Ij
aUmmat akeeny aa
Kichuuofbi raadhabne
Maal dubbadhul ammi i
koo
Maal dubbadhuy aaj amaa
Namni dhugaadubbat eef
Lammi isaakeessaacabaa?
Namni dhugaadubbaat eef
Firasaakeessaacabaa?
Bar i
ttiinbar ami ti
Bar agaaddi dduunqabne
Bar af uggisoonar ge
Eker aaNaf xany aat u
Moor aakeessatnumar ge
Guy y i
t t
ii
nguy y
aami t
i
Guy y aaEker aat aat e
Suur aagoot otaOr omoot i
Naf ulduradhaabbat e
Hiribakeessaaka' een
Ofittanl alall
abe
Kichuukooi l
maHundeessaa
Haaceenofdur aadhabe
Manakot tiolseeneen
Baaxi
isaat
tanodeesse
Gadheesaalf
iihi
nbeeknet
i

Anaany aatuy aagur baa


Anaany aat uHaaceekoo
Kichuut ti simur ani
Otuudhar rakeenquuf i
in
Nudur aasi f uudhani
Atoot okkoof, lamaaf oo
Kichuunt urreHaaceeko
Tasasi r raanbahani i
Gur muunsi ttiduul anii
Otuugaar it
tinj edhi in
Nudur aasi f uudhani
Tokkol amaot uunj edhi i
n
Rasaasasi tr oobsani i
Otuumanat ti hinseeni in
Faanasi gabaabsani
Egaamaal jet telaat a
Dhaamsamaal i
i nuukeesse?
Cinachakeei sami r
gaa
Suut aennaal afaangeese
Haaceekomaal dhageesse
Eeny uufwaadaagal t
eet ta
TokkeekeehaadhaWabi i
tt
i
Nagaakeedhammat teettaa?
Giifi
iti
kekeessummaakee
Otuubaat teendhungat ii
n
Wabi ikeeosoonguddi sii
n
Otuuj ir
t uusMi lkiinkee
Baat eemaafachi i
nhaf te?
Maal iil
aat aakki kee
JajjabeekoHaaceekoo
Haaceekoqi xxeekumaa
Amanuudhaandadhabe
Hinduut emoodhuguma?
Naf xany aansammuuf urr
ii
Afaansi ttihaqat tee
Otuuxi qqooy y uunt urii
n
Nudur aasi f udhat te
Atoodhar alleenmakt u
Dhugaadhumadubbat te
Waanumadhugaabeekt uuf
Gur miidi inaanj ibbamt ee
Anaany aat usoor aakoo
Ol adeemaakondhabee
Maal qapheemaal gadhi i
su
Lafeedugdaakocabe
Haaceekomaal si mi i
ne
Maal ii
fwaadaankeecabe
Dubbi chidhugaadhumaa
Amanuudhandadhabee
.
Haceekoo, bar eedduukoo
Gabaabduu, bay eetti
ikoo
I
joolleenAmbookeet i
i
Durat t
oohaadhookeet i
i
I
joolleenJi mmaakeet ii
Hundumt uuhaadhokeet ii
I
joll
eenWal laggaat i
i
Boranaaf iGuj i
inmar aa
Arsi
ifi Harargeeni ll
ee
Hundumt uuhadhookeet i
Akami i
nnudhoki si
tee
Qofaakeebaat eat i
?
Darar amanahi dhaa
Dhii
ttaafr eebbi i dandeesse
Yartuufy oom j ilbeef f
atte
Hundabaat t
eeasgeese
Durat t
oogal aanni y
yuu
Darbaay oom si dhor kate;

Loolaatusifudhate
Anaany aat
uqal'aakoo
Arabaqaratani
i
Waasagal odeessanii
Harkaafgil
aabiit
urre

Haaceesi rri
insi beeka
Dagatteewaadaanny aat
tu
Nanbeekagar aakeet i
i
Garaankeenuufki chuudha
Kanaddaannuf ageesse
Hundaakeeny aafmi chuudha.
Haaceekoofy aaJagamaa
Ati
ll
eey aaCaal chisaa
I
jooll
eenAmbookoot ii
Duratt
oof aanat okko
Daandiitokkoonnuoof a
Gargarnuf acaasani
Akkumai lmaanbof aa
Duratt
oor oorroodi i
naaf
DaganneeGur ranlaannee
Akkaxaaxeebi si
ngaa

Haaceekoj aj
j
abeeko
Jajj
abeeil
maHundeessaa
Gibeeguuteehir
’annaan
Bonnigahuuntil
maame
Ji
rra!Ji
rr
a!walii
njechaa
Addaanbahuunj i
raree
Maal t
aateqal
'ookiy
yaa
Jajj
abeeakkasibi
il
aa
Olqabdeehonnatt
eeti

Maal dubbadheemaal dhii


su
Jechakamt unaafj ira
Haaceekoy aadeedhabeen
Mat aakooof irraaci r
a
Mogol eennaqal 'attee
Garaankoonagubat e
Yaar tuugaddi dduunqabneet
Haaceenar r
aaf udhat e.
Haaceekoo. ..Ot uucar iinsi eguu
Nuufj etteeboor uudhugdee
Umur ii
keei jool lummaa
Manahi dhaat ti fixxe
Galaagubat aany aachaa
Nuufgal aagudunf i
tee
Garaakeenudhoksi tee
Maafnuudhi i
fteedheessi te?
Maal taat eeHaacaal uukoo
Maal tusi tdhuf eel aata
Maal iifdaandi itnudhi istee
Baat eeachi rraanhaf ta
Durat toobi yy aqabnaaf
Oromi yaaj i
raanna
Durat toonamaqabnaaf
Haaceej enneedhaadanna
Akkam haat aanuuegaa
Eeny uui laalleej iraannuu?
Barsiisaaqabsookeeny aa
Qubeenushakal shi i
se
Of-beekuufSabboonummaa
Hundumaanubar sii
se
Roor risaar oor roobar t
e
Afaansheeqabachi i
se
Jaalleewansaabi yy aambaa
Araatki loodhaal chi see
Jabaaofdur aadhabne
Jajj
abeeakkasi bi i
laa;
Jedheet iQeer roonAmboo
Afaanbaneesi ifiyy a
Haaceesodaahi nbeekt u
I
jasheet ticabsi ta
I
cciitii
sheeot uundhoksi i
n
Gadi baast eel absi t a
Atoosodaat tuumi ti
Kandi nqaci i
st eel oltu
Xii
qii argiteey oomuu
Takkabi raandabar t
u
YaaJaagamaaf ,Caalchi
saa
Hir
iyooniHaacaaluu
Qeerransookoyoonjedhe
Kunoosi i
ninmadaalu
Kanahundumaadhabeen
Garaankoonagubat e
Yart
uugar aafduutut
u

Haaceekoofy aaJaagamaa
Hir
iyootaganamaa
Abshir!hi
ny ada' i
inaa
Qe'
eenAbbaakeessaani i
GuutummaanOr omiyaa
Lafeedhaani j
aar ama.
Egaaduuni hinool t
u
Duunill
eedur uuj ir
ti
Kankeeny atuaddat a'
e
Bararr
aabar oot atti
Duroohalagaaj ennee
Qubaachi it
ti qabna
Du'
aHaaceekookanaaf

Guy y
ichihindagatamu
Guyyi
chi guyyaasanaa
“Ji
rr
a”jetteedubbatte
Honnatteetihi
rqaanaa

Dhugumakeedubbat te
Dunkaanauffatt
eeti
Jabaanurraafudhat
te
Akkamar aat
aasaree
Qe'eekeessanufii
gdee
Afaansheedhii
gabareen

Haaceekooj aj
jabeekoo
Jajj
abeeqi xxeekumaa
Amal l
eesingaaf adhaa
Hinduut emoodhuguma?
Wallaggaanot uunhaf i
in
Baalee,Shawaaf iJi
mmaan
Harargeedabal atees
Booranni,Gujii
nmar aa
Otuujibbakeent a'i
in

Ij
ooll
eenAmbookeet i
i
Gudar,
Gincii
fiMeexxii
n
Afaanbaneesieega
Yoom baatakonseert
it
ti
Amanuunnar akki
see
Dhugumadut eeati?
At
induuneHaaceeko
At
induuneeyaaj
abaa;

Umur
iidheer
aaqaba

Kichuut
tisi
sakaal
te
Jaarr
aadheeraanugaha

Haaceekoduut inool tu
Egaanagaanboqodhu
Lubbuunkeehaaj annatu
Bool liawaal chakeet ii
Daadhi ieebi chaanhaaguut u
Qabsaa' aandur uunkuf a
Qabsooni mmooi ttifufa
Gumaabaasuunhi nhaf u
Egaaeeny umoof af a.
Qaar aanhar kaandhaabani
Boonni sheenamaguba
Jechamni Or omoodur i
i
Dhar anqabduhaquma
Ji
r aasheet i
i guddi snee
Qe'eekeeny adhuunf att
e
Muuxannooqar oomi naa
Hundaanur raaf udhat te
Gaaf aFinfinneedhuf tu
Qumxaat ii
nnut t
i gal t
e
Kof oof iKopheet i
nboonuu
Qee' eekeeny att
i bar t
e
Du'asheet iikabaj nee
Sii
daannur radhaabat ee
Gal anni tolakeeny aa
Faal laata'eemul '
at e
Bori f t
aanishi njennu
Har ’umahaaeegal lu
Diinadugdat tibaachaa
Kanacaal aanj ir
aannu
Sidaanaf xany aadi ignee
KanHaacaal uuhaadhaabnu
Sii
daanaf xany aadi i
gnee
Sii
daagoot aahaadhaabnu!

You might also like