Cheeklistii Madaallii Sad. Gandaa (KF)

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 8

Cheeklistii Madaallii Sadarkaa Gandaa /KF/

Guyyaa_________________________
  Odeeffannoo Waliigalaa
i. Maqaa Aanaa__________________Maqaa Buufata Fayyaa _____________________Maqaa Keellaa
Fayyaa __________________
ii.   Baay’ina vii.  Baay’ina Dubartoota Ulfaa___________________
Ummataa____________
_________
iii.  Baay’ina Abbaa viii. Baay’ina Daa’imman waggaa 1 gadii__________
warraa
________________
iv.  Baay’ina Garee ix. Baay’ina Daa’immaan waggaa 2 gadii_________
Misoomaa
_______________
v.   Baay’ina tokko x.  Baay’ina Daa’immaan waggaa 5 gadii_________
shanee______________
_____
vi.  Baay’ina
Dubartootaa Umrii 15-
49_________
T Hojiiwwan Ulf Raawwii Qab Yaada
. ijoo aat xii
L ina Raw
wii
1 6 Karoorri gandicha paakeejiwwaan sagantaa eksiteeshinii 6
Karoora fayyaa 16 giddu galeessa kan godhatee fi buufata fayyaa
waggaa walitti hidhaman waliin kan qophaa'e (Karoorri waggaa
Keellaa haa ilaallamu)
Fayyaa Karoorri gandicha sagantaa paakeejii eksiteeshinii fayyaa 3
16 keessaa walakkaan giddu galeessa godhatee fi buufata
fayyaa waliin kan qophaa'e
Karoora bareeffamaa qopheessanii kan hin qabne yoo ta’e 0
2 5 Keellaan fayyaa mana fincaanii fooya’aa, bolla kosii 5
Qulqullina goggogaa ykn dhangala’aa kan qabu akkasumas dallaan
Keellaa KF qulqulluu yoo ta’e (Haa ilaallamu)
Fayyaa Keellaan fayyaa mana fincaanii fooya’aa kan qabu fi 2
boolla kosii goggogaa ykn dhangala’aa kan hin qabne
Keellaan fayyaa mana fincaanii foyyaa’aa kan hin qabne 0
yoo ta’e
3 5 komaandi postii gandaa marii idilee torbee lama lamaan 5
geggeessun hoggantoota garee misoomaa waliin
Komandi gamaaggama hojii torbee lama lamaan(waligaala yeroo 6)
postii gandaa kan raawwatan yoo ta'e (Qaboo yaa'iin haa ilaallamu)
komaandi postii gandaa marii idilee torbee lama lamaan 2
geggeessun hoggantoota garee misoomaa waliin
gamaaggama hojii torbee lama lamaan(waligaala yeroo 3-
5) kan raawwatan yoo ta'e (Qaboo yaa'ii haa ilaallamu)

1
komaandi postii gandaa marii idilee torbee lama lamaan 0
geggeessun hoggantoota garee misoomaa waliin
gamaaggama hojii torbee lama lamaan(waligaala yeroo 3
gadi) kan raawwatan yoo ta'e
4 Bu'aa 8 Garee jiran keessaa %85 fi isaa ol sadarkaa A tti kan 8
Madaallii madaallaman
Garee Garee jiran keessaa %60-84 sadarkaa A tti kan 5
Misoomaa madaallaman
Garee jiran keessaa %60 gadi sadarkaa A tii kan 2
madaallaman
Gareen hundi sadarkaa A tti kan hin madallamne yoo ta'e 0
5 Hirmaannaa 4 Gareewwan misoomaa hundi hojiiwwan qulqullina gandaa 4
garee fi to’annoo irratti (keessattuu iddoo wal-hormaata bookee
misoomaa busaa balleessuuf) hirmaannaa waliinii kan godhanii fi
hojiiwwan gandi isaanii qulqulluu ta’e
qulqullina ( Naannoon isaanii haa ilaallamu)
gandaa fi Gareewwan misoomaa walakaan hojiiwwan qulqullina 2
to’annoo gandaa fi to’annoo irratti hirmaannaa waliinii kan
irratti godhanii ykn ciccitaa kan ta’e
taasisan Kan hin raawwatamne yoo ta’e 0
6 Mana 8 Gandicha keessatti bakka barbaachisaa ta’e fi sadarkaa 8
Fincaanii dhaabbilee gara garaatti mana fincaanii ummataa ijaaruun
ummataa itti fayyadamanii udaan dirree irratti udaanuu irraa
gandicha bilisa taasisan (Manni fincaanii haa ilaallamu)

Gandicha kessatti bakka barbaachisaa ta’e fi sadarkaa 5


dhaabbilee garaa garaatti mana fincaanii ummataa
ijaaruun kan itti fayyadaman garuu gandi dirree irratti
udaanuu irraa bilisa yoo hin taane
Gandicha keessatti mana fincaanii ummataa qopheessanii 0
kan hin qabne yoo ta’e
7 8 Miira abbummaa hawaasaa
Ijaarsa jirutti fayyadamuun dallaa ykn keenyaan/gidaarri 4
Hirmaannaa keellaa fayyaa yoo jige deebisanii kan ijaaran ykn
Hawaasaa hojjettoota eksteenshinii fayyaatiif manni jireenyaa yoo
ijaarramee jiraate (haalli keellaa fayyichaa haa ilaallamu)
Ijaarsi ykn suphaan kan hin raawwatamne yoo ta’e 0
Maallaqaa fi Midhaan Hadholee Ulfaa 4
Akkaataa karoora isaanitiin qarshii fi midhaan guutumaa 4
guututti walitti qabuun gara buufata fayyatti akka darbu
taasisuun haftee gabaasaa kan qaban yoo ta’e (ragaan haa
ilaalamu)
Akkaataa karoora isaanitiin qarshii fi midhaan keellaa 2
fayyaa keessatti guutumaa guututti walitti qabanii gara
buufata fayyatti galii kan hin taasifne yoo ta’e
Akkaataa karoora isaanitiin qarshii fi midhaan kan walitti 0

2
hin qabne yoo ta’e
Bittaa Ambuulaansii
Kan karoorfatan keessaa 80% fi isaa ol qarshii walitti 2
qabuun galii kan taasisan yoo ta'e( Nagahee galii haa
ilaallamu)
Kan karoorfatan keessaa 50-79% qarshii walitti qabuun 1
galii kan taasisan yoo ta'e
Kan karoorfatan keessaa 50% gadi qarshii walitti qabuun 0.5
galii kan taasisan yoo ta'e
Hirmaannaa hawaasatiin qarshii walitti qabaa kan hin jirre 0
yoo ta'e
8 Tajaajila 3 Dabartootni umrii dahumsaa keessa jiran kan ulfa hin 3
uwwisa taane karoora maatii %90 fi isaa ol yoo ta’e (Galmee fi
karoora gabaasni haa ilaalamu)
maatii Dabartootni umrii dahumsaa keessa jiran kan ulfa hin 2
argachuu kan taane karoora maatii % 70-89 fi isaa ol yoo ta’e (galmee fi
qaban Gabaasni haa ilaalamu)
keessaa kan Dabartootni umrii dahumsaa keessa jiran kan ulfa hin 1
argatan(CAR taane karoora maatii %50-70 yoo ta’e (galmee fi
) Gabaasni haa ilaalamu)
Dabartootni umrii dahumsaa keessa jiran kan ulfa hin 0
taane karoora maatii %50 gadi yoo ta’e (galmee fi
Gabaasni haa ilaalamu)
9 Tajaajila 2 Karoora maatii yeroo dheeraa itti gala isaanii irraa % 50 fi 2
karoora isaa ol yoo rawwatan (galmee fi gabaasni haa ilaalamu)
maatii yeroo Karoora maatii yeroo dheeraa ittigala isaanii irraa %25- 50 1
dheeraa gadi yoo raawwatan (galmee fi gabaasni haa ilaalamu)
(LAFP) itti
gala irraa Karoora maatii yeroo dheeraa ittigala isaanii irraa %25 0
gadi yoo raawwatan
1 Dubartoota 2 Dubartoota Ulfaa akka gandichaatti jiraan yeroodhaan 2
0 Ulfaa Adda adda baasuun kunuunsa da’umsa duraa yeroo jalqabaatiif
Baasuu (ANC 1st) torbe kudha jahaa gaditti gara buufata fayyaatti
kan erganii fi ji’a ji’aan haaromsaa kan deemaan yoo ta’e
(Galmeen haa ilaalamu)
Dubartoota Ulfaa akka gandichaatti jiraan yeroodhaan 1
adda baasuun kunuunsa da’umsa duraa yeroo jalqabaatiif
(ANC 1st) torbe kudha jahaa gaditti gara Buufata fayyaatti
kan erganii ta’ee ragaan jiru kan hin haaromne yoo ta’e
(Galmeen haa ilaalamu)
Dubartoota Ulfaa akka gandichaatti jiraan yeroodhaan bira 0
gahanii adda baasuu ragaan mul’isu kan hin jirre yoo ta’e
1 Kunuunsa 4 Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran kunuunsa 4
1 Dahumsa da’umsa duraa yeroo jalqabaatii fi marsaa afraffaa (ANC
duraa 1st and 4th ) tajaajila akka argataniif %90 ol gara buufata
fayyaatti erguu fi haadha ergamteef haftee ragaa
qabaachuu (hafteen haa ilaalamu)
Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran kunuunsa 2
da’umsa duraa yeroo jalqabaatii fi marsaa afraffaa (ANC
1st and 4th ) tajaajila akka argataniif %70-89 gara buufata

3
fayyaatti erguu fi haadha ergamteef haftee ragaa
qabaachuu (hafteen haa ilaalamu)
Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran kunuunsa 0
da’umsa duraa yeroo jalqabaatii fi marsaa afraffaa (ANC
1st and 4th ) tajaajila akka argataniif %70 gadi gara buufata
fayyaatti erguu ykn haadha ergamteef haftee ragaa
qabaachuu yoo hin qabaatin
1 4 Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran keessaa tajaajila 4
2 da’umsaa akka argataniif %100 gara buufata fayyaatti
erguu fi haadha deesseefis ragaa galmeen qabaachuu
(galmeen haa ilaalamu)
Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran keessaa tajaajila 3
Tajaajila da’umsaa akka argataniif %75-99 gara Buufata fayyaatti
dahumsaa erguu fi haadha deesseefis ragaa galmeen qabaachuu
(galmeen haa ilaalamu)
Dubartoota ulfaa akka gandichaatti jiran keessaa tajaajila 0
da’umsaa akka argataniif %75 gadi gara buufata fayyaatti
erguu ykn haadha deesseefis ragaa galmeen kan hin
qabne yoo ta’e
1 Daa’imman 2 Daa’imman reef-dhalatan dhibee infeekshinii baakteeriyaa 2
3 reef-dhalatan yaalaman (Neonates treated for sepsis) itti gala irraa %95
dhibee ol kan hojjatame yoo ta’e
infeekshinii Daa’imman reef-dhalatan dhibee infeekshinii baakteeriyaa 1
baakteeriyaa yaalaman (Neonates treated for sepsis) itti gala irraa %75
yaalaman -94 kan hojjatame yoo ta’e
(Neonates 0
treated for Daa’imman reef-dhalatan dhibee infeekshinii baakteeriyaa
sepsis) itti yaalaman (Neonates treated for sepsis) itti gala irraa %75
gala irraa gad kan hojjatame yoo ta’e
1 Tajaajila 2 Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee yaala michii 2
4 yaala sombaa itti gala irraa %95 ol kan hojjatame yoo ta’e
daa’imman Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee yaala michii 1
waggaa sombaa itti gala irraa %85-95 kan hojjatame yoo ta’e
shanii gadii Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee yaala michii 0
michii sombaa itti gala irraa %85 gad kan hojjatame yoo ta’e
sombaa(Pneu
monia)
yaalaman itti
gala irraa
Tajaajila 2 Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee baasaa yaalaman 2
yaala itti gala irraa %95 ol kan hojjatame yoo ta’e
daa’imman Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee baasaa yaalaman 1
waggaa itti gala irraa %85-95 kan hojjatame yoo ta’e
shanii gadii Daa’imman waggaa shanii gadii dhibee baasaa yaalaman 0
baasaa itti gala irraa %85 gad kan hojjatame yoo ta’e
(diarrhea)yaal
aman itti gala
irraa
1 Tajaajilaa 3 Daa’imman umrii isaanii waggaa tokkoo gaditti talaallii 3
5 Talaallii idlee guutuu argatan (fully immunized) %95 fi isaa ol yoo ta’e

4
( Family folder/galmee,tally sheet fi Gabaasni haa
ilaalamu)
Daa’imman umrii isaanii waggaa tokkoo gaditti talaallii 2
guutuu argatan 85-%94 yoo ta’e ( Family
folder/galmee,tally sheet fi Gabaasni haa ilaalamu)
daa'immanii Daa’imman umrii isaanii waggaa tokkoo gaditti talaallii 1
guutuu argatan %75-84 yoo ta’e ( Family folder/galmee,
tally sheet fi Gabaasni haa ilaalamu)
Daa’imman talaallii guutuu argatan %74 gadi yoo ta’e ykn 0
Family folder/galmee ykn “tally sheet” ykn Gabaasni
kan hin jirre yoo ta’e
1 Daa’imman 3 <5% 3
6 waggaa
tokkoo gadii >5% 0
pentaa 1
fudhatanii
penta 3
addaan kutan
(P1-P3
dropout
rate=P1-P3/P
1*100)
1 Calallii 2 Calallii Hanqina nyaata Dubartoota Ulfaa fi harma hoosisan
7 hanqina
nyaataa Haadholii ulfaa fi harma hoosisan akka ganda isaanitti 2
hadholee jiran hundaa %100 hanqina nyaataatiif calallii
ulfaa ,haadho gaggeessa kan jiran fi hafteen gabaasaa kan jiru yoo
lee harma ta’ee (galmee fi gabaasni yaa ilaalamu)
hoosisan fi Haadholii ulfaa fi harma hoosisan akka ganda isaanitti 1
Hordoffii jiran hundaa %85-99 hanqina nyaataatiif calallii
Gudina gaggeessa kan jiran fi hafteen gabaasaa kan jiru yoo
Daa’imanii ta’ee (galmee fi gabaasni yaa ilaalamu)
Haadholii ulfaa fi harma hoosisan akka ganda isaanitti 0
jiran hundaa %85 gadi hanqina nyaataatiif calallii
gaggeessa kan jiran ykn hafteen gabaasaa kan hin jirre
yoo ta’ee
Hordoffii Guddina fi Dagaagina Daa’immanii
Daa’imman waggaa lamaa gadi akka ganda isaanitti 1
jiran adda baasuun galmeessanii kan qabanii fi itti
fufinsaan ji’a ji’aan ulfaatina isaanii fudhachuun chartii
hordoffii guddinaa irratti agarsiisaa kan jiran yoo ta’e
(Galmeen fi saamudni fudhatamee haa ilaalamu)
Daa’imman waggaa lamaa gadi akka gandaatti jiran 0
adda baasuun guddina isaanii hordofaa kan hin jirre
yoo ta’e
1 Shakkamaa 3 Akka gandichaatti namoota dhibee TB’n shakkaman 3
8 dhibee TB karoora isaani keessaa %85 ol adda baasuun gara
adda baasuu buufata fayyaatti kan ergani fi haftee isaa kan qaban
yoo ta’e (ragaan haa ilaalamu )

5
Akka gandichaatti namoota dhibee TB’n shakkaman 2
karoora isaani keessaa %85 gadi kan adda baasanii fi
gara BFtti erguu isaaniif ragaa kan qaban yoo ta’e.
Shakkamaa kan adda hin baasnee fi ragaan kan hin jirre 0
yoo ta’e

Marii manneen Barnoota (school CC)


Manneen barnoota kutaa 5 fi isaa ol akka gandichatti 2
jiran hunda keessatti torbanitti al-tokko waa’ee ittisa fi
to’annoo dhibee (HIV/AIDS fi TB ) fi sirna wal-
hormaata fayyaa dargaggotaa irratti itti fufinsaan marii
gaggeessaa kan jiru/tu fi miseensota garee keessatti
hammataman keessaa yoo xiqqaate %80 fi isaa ol
maricha irratti kan hirmaachaa jiran yoo ta’e
(galmeen/gabaasni haa ilaalamu)
Manneen barnoota kutaa 5 fi isaa ol akka gandichatti 1
jiran hunda keessatti torbanitti al-tokko waa’ee ittisa fi
to’annoo dhibee (HIV/AIDS fi TB ) fi sirna wal-
hormaata fayyaa dargaggotaa irratti itti fufinsaan
marii gaggeessaa kan jiru/tu fi miseensota garee
keessatti hammataman keessaa %80 gadi maricha
irratti kan hirmaachaa jiran yoo ta’e
(galmeen/gabaasni haa ilaallamu)
Marii gaggeessa kan hin jirre yoo ta’e 0
1 Sirna odeeffanoo Fayyaa Hawaasaa (CHIS)
9
kuusaa ragaa maatii haara'e, kaardii fayyaatti 3
Sirna
fayyadamaa yoo jiraatanii fi sirna tajaajila
gabaasaa fi 6
beellamaa(tickler filling system)tiin tajaajila kennaa
qabinsa ragaa
yoo jiraatan
kuusaa ragaa maatii kan hin haaroomfamne yoo ta'e 1.5
garuu kaardii fayyaatti fayyadamaa yoo jiraatanii fi
sirna tajaajila beellamaa(tickler filling system)tiin
tajaajila kennaa yoo jiraatan
Ragaan fayyaa hawaasaa kuusaa ragaa maatiitiin 1
qindaa'ee kan jiru ta'ee kaardii fayyaatti itti fufiinsaan
fayyadamaa yoo hin jiraanne
CHIS guutumaan guutuutti hojii irra kan hin oolchine 0
yoo ta'e

Sirna Gabaasaa
Gabaasa hojii guutuu, qulqulluu fi yeroo isaa eeggate 3
xiinxaluun (LQAS) gara buufata fayyaa tti dabarsuu fi
hafteewwaan isaa qindeessuun qabachuu ilaalchisee
(Gabaasni haa ilaalamu)
Gabaasa hojii guutuu, qulqulluu fi yeroo isaa eeggate 1.5
BF gabaasuu garuu osoo hin xiinxalin /“LQAS” /osoo
hin hojjatin yoo ta’e

6
Gabaasa hojii guutuu, qulqulluu fi yeroo isaa eeggate 0
gara BF tti dabarsuu isaani kan mul’isu ragaan yoo hin
jiraanne
2 Gaaffii fi 2 Dhiheessii qorichaa kellaa fayyaa guuttachuuf 2
0 Gabaasa foormii/Unka gaaffii fi gabaasa qorichaa kellaa fayyaa
Qorichaa (HPMRR) fayyadamuun waan barbaachisu hunda
keellaa guutuun yeroo isaa eeganii gaafachaa fi gabaasaa kan
fayyaa jiran ta’e haftee ittin gaafatan fi gabaasan yoo
(HPMRR) qabaatan (ragaan haa ilaalamu)
Dhiheessii qorichaa kellaa fayyaa guuttachuuf 1
foormii/Unka gaaffii fi gabaasa qorichaa kellaa fayyaa
(HPMRR) fayyadamuun waan barbaachisu hunda
guutuun yeroo isaa osoo hin eegin gaafachaa fi
gabaasaa kan jiran yoo ta’e haftee ittin gaafatan fi
gabaasan yoo qabaatan (ragaan haa ilaalamu)
Dhiheessii qorichaa kellaa fayyaa guuttachuuf foormii 0
gaaffii fi gabaasa qorichaa kellaa fayyaa (HPMRR)
fayyadamuun gabaasaa fi gaafachaa kan hin jire yoo
ta’e
2 BIN kaardii 2 Keellaan fayyaa sirna to'annoo qorichaa/meeshaalee
1 fayyadamuu yaalaa BIN kaardii fayyadamuun haaromsaa(update)
2
kan deemu yoo ta'e(BIN kaardiin saamuda qoricha 5-
10 haa ilaallamu)
Keellaa fayyaa sirna to'annoo qorichaa/meeshaalee
yaalaa BIN kaardii fayyadamanii haaromsaa(update) 0
kan hin jirre yoo ta'e
2 Hordoffii fi 7 To’annoo fi hordoffiin itti fufiinsan tokko shanee, 7
2 deeggersa garee misoomaa fi maatiif kan taasisan fi duub-deebii
RMDD kan kennaan , muxxannoowwan gaggaarii kan wal
jijjiiran, sadarkaa kan waliif kennan fi wal jalaa
siqiinsa sadarkaa kan gaggeessan (B Gara A tti , C
gara B tti akkasumas C gara A tti ) (ragaan haa
ilaalamu)
Itti fufiinsaan madaallii kan hin geggeessinee fi 3
hordoffii fi deeggarsa ciccitaa yoo ta’e
To’annoo fi hordoffiin kan hin jirree 0
2 Dirree irratti 4 Gandichi dirree irratti udaan udaanuu irraa bilisa yoo 4
3 udaan ta’e
udaanuu irra Gandichi dirree irratti udaan udaanuu irraa bilisa yoo 0
bilasa(ODF) hin taane
2 Inshuuransii 4 Abbaa/Haati waarraa garee keessa jiran keessaa %100 4
4 Fayyaa miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa kan ta’an yoo
Hawaasaa ta’e
Abbaa/Haati waarraa garee keessa jiran keessaa %85 fi 3
isaa ol miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa kan
ta’an yoo ta’e
Abbaa/Haati waarraa garee keessa jiran keessaa %50- 2
85 miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa kan ta’an
yoo ta’e
Abbaa/Haati waarraa tokko shanee keessa jiran keessaa 1

7
%50 gadi miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa kan
ta’an yoo ta’e
Abbaa/Haati waarraa tokko shanee keessa jiran 0
miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa kan hin taane
yoo ta’e
Ida’ama 10
Waliigalaa(%) 0
Ogeessa fayyaa madaallii geggeesse

Maqaa Mallattoo Guyyaa

1. ________________________________________ _______________________
____________________

2. ________________________________________ _______________________
____________________

HEF madaalamte

Maqaa Mallattoo Guyyaa

1. ________________________________________ _______________________
____________________

You might also like