Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 18

Guyyaa 15/09/2004 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Obbo Magarsaa Gonfaa Awgichoo
Teessoon :- Mag/Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo L/M/Haaraa

W/Fudhataan:- 1.Obbo Caalchisaa Abboomaa Firrisaa


Teessoon:- Mag/Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo L/M/Haaraa
Ani WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya armaan
olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H Lakk.
1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.
Innis ani Wa/kennaataan Qabiyyee koo Durii Kan Mag/Buraayyuu Ganda
Gafarsaa Noonnoo Gooxii Abdii Noonnoo Nasannoo Corrisaa jedhamu keessatti
argamu haalli teessuma isaa
Bahaa:- Qabiyyee Waliigaltee Fudhataa
Lixaan:- Qabiyyee Obbo Tashoomaa
Kaabaan:- Qabiyyee Waliigaltee Kennaa
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa Lafa Bal’inni isaa
Kaaremetira 200m2 (Dhibba Lama) kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 30
Mana kutaa 2(Lama) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee argamu Waliigaltee
Fudhataatti Qar. 370,000 /Kuma dhibba Sadii fi Kuma Torbaatama/tti
gurguruun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa Qar. 100,000 /Kuma Dhibba tokko/
Fudhachuun Kan hafe Qar 270,000 /Kuma Dhibba lamaa fi Torebaatama Hanga
Gaafa Guyyaa 17/10/2014 tti naaf kaffalu Waliigaluu koo Mallattoo Kootiin
Mirkaneessa.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 370,000 /Kuma dhibba Sadii fi Kuma Torbaatama/tti
bituun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa Qar. 100,000 /Kuma Dhibba tokko/ Kaffaluun
Kan hafe Qar 270,000 /Kuma Dhibba lamaa fi Torbaatama/ Hanga Gaafa
Guyyaa 17/10/2014 tti akkan kaffalu Waliigaluu Koo Mallattoo kootin
mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon / Gurguritoon/ falmin kanan deebisn ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.
Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 40,000 /kuma Afurtamaa/ mootummaaf
20,000 /kumaa digdama/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk.
1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Obbo Tashoomaa Kumaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/ Noonnoo
2. Obbo Miliyoon Angeessaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/ Noonnoo
3. Obbo Zabanaay Baay’isaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/ Noonnoo

Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee


dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennattuu Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3 . -------------------------
Guyyaa 04/08/2004 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Adde Birrii Daammasaa Itichoo
Teessoon :- Mag/Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo L/M/Haaraa

W/Fudhataan:- 1.Obbo Kumarraa Mirkanaa Mul’isaa


Teessoon:- Mag/Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo L/M/Haaraa
Ani WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya armaan
olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H Lakk.
1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.

Innis ani Wa/kennaattuun Qabiyyee koo Kan Mag/Buraayyuu Ganda Gafarsaa


Noonnoo Gooxii Sangootaa jedhamu keessatti argamu haalli teessuma isaa

Bahaa:- Daandii
Lixaan:- Qabiyyee Waliigaltee Kennattuu
Kaabaan:- Qabiyyee Waliigaltee Kennattuu
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa Lafa Bal’inni isaa
Kaaremetira 142m2 kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 20 Mana kutaa
2(Lama) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee argamu Waliigaltee Fudhataatti
Qar. 100,000 /Kuma Dhibba Tokko/tti gurguruun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa
guutuu isaa fudhachuun manicha gurguruu fii koo Mallattoo Kootiin
Mirkaneessa.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 100,000 /Kuma Dhibba Tokko/ bituu koo kaffaltii isaas
guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu Koo Mallattoo kootin
mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon / Gurguritoon/ falmin kanan deebisn ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.
Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 30,000 /kuma Soddoma/ mootummaaf 15,000
/kumaa Kudha Shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk. 1889/1890
2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Obbo Tasfaayee Biraanuu Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
2. Darg. Darajjee Abbaabaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
3. Obbo Kafanaa Mirkanaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
4. Obbo Kumalaa Caalaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
5. Obbo Baqqalaa Damee Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
6. Obbo Lammii Badhaadhaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo

Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee


dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennattuu Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------

3 . -------------------------
4 . -------------------------
5 . -------------------------

6. -------------------------
Guyyaa 30/01/2014 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Obbo Katamaa Hayilee Nagarii
2 Addee Hawwii Dabalaa Dhaabaa
Teessoon :- Magaalaa Bonii Ganda 01

W/Fudhataan:- Obbo Addunyaa Kaasaa Miidhaksoo


Teessoon:- Magaalaa Giincii Ganda 02
Nuti WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya
armaan olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H
Lakk. 1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.

Nuti Wa/kennaaton Manaa Jireenyaa Bulchiinsa Magaalaa Bonii Ganda 01


Gooxii Balallii jedhamu keessatti galmaa’ee argamu haalli teessuma isaa
Bahaa:- Qabiyyee Adde Kibbee Hayilee
Lixaan:- Qabiyyee Darg. Addisuu Hayilee
Kaabaan:-Qabiyyee Obbo Guultii Nabarraa
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni
isaa Kaaremetira 300m2 kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 20 Mana
kutaa 2(Lama) dallaan isaa Mukaan ijaaramee argamu Waliigaltee Fudhataatti
Qar. 85,000 /Kuma Saddeetamii shan/tti gurguruun kaffaltii isaas guyyaa har’aa
guutuu isaa Fudhachuun manicha gurguruufii keenya Mallattoo keenyan
Mirkaneesina.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigalee Qabiyyee Mana
Jireenyaa armaan olitti ibsame kana Qar. 85,000 /Kuma Saddeetamii shan/ bituu
koo fi kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu Koo
Mallattoo kootin mirkaneessa.
Mana/Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan
jedhu nama dhuunfaa irraa, maatii irraa kooti kan jedhu yoo jiraate nuti
waliigaltee kennattooonni/Gurguritoonni/ falmin kan deebisnu ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessina.
Waligalteen kun seera duratti kan ragga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 30,000 /kuma Soddoma/ mootummaaf
15,000 /kumaa Kudha shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura
S/S/H/H/Lakk.1675/1680/1731/1719 fi 1889/1890 tiin ni raga’a malee hin
diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Aadde Kibbee Hayilee Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
2. Obbo Guddataa Dibaabaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
3. Darg. Raggaasaa Dhaabaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
4. Aadde Amanee Baalchaa Teesson:- Magaalaa Bonii Ganda 01

Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee


dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3. ---------------------------
4. ---------------------------
Guyyaa 20/05/2004 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:-1 Obbo Nugusee Guddataa Hordofaa/Lam/Itoophiyaa/
2 Aadde Shibirree Tarree /Lam/Itoophiyaa/
Teessoon :- Magaalaa F/F/ Kut/Mag/Gullallee Aanaa 10 L/M 357

W/Fudhataan:- Obbo Fayyeeraa Baalchaa Gaaddisaa


Teessoon:- Magaalaa Sabbataa Ganda 07 L/Manaa Haaraa
Nuti WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya
armaan olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H
Lakk. 1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.

Nuti Wa/kennaaton Manaa Jireenyaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda


Gafarsaa Noonnoo Gooxii Sangootaa jedhamu keessatti galmaa’ee argamu
haalli teessuma isaa
Kaabaan:-Mana Jireenyaa Aadde Hiwoot Tsaggaayee
Bahaa:- Mana Jireenyaa Waliigaltee Fudhataa
Lixaan:- Mana Jireenyaa Obbo Xibabuu Garasuu
Kibbaan:- Qabiyyee Obbo Magarsaa Guddataa tiin kan daangeffamu Mana
Jireenyaa Lafa Bal’inni isaa Kaaremetira 70m2 kan ta’e irratti Mana
Qorqoorroo baallee 12 Mana kutaa 1(Tokko) dallaan isaa Qorqoorroon
ijaaramee argamu Waliigaltee Fudhataatti Qar. 50,000 /Kuma Shantama/tti
gurguruun kaffaltii isaas guyyaa har’aa guutuu isaa Fudhachuun manicha
gurguruufii keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesina.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigalee Qabiyyee Mana
Jireenyaa armaan olitti ibsame kana Qar. 50,000 /Kuma Shantama/ bituu koo fi
kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu Koo
Mallattoo kootin mirkaneessa.
Mana/Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan
jedhu nama dhuunfaa irraa, maatii irraa kooti kan jedhu yoo jiraate nuti
waliigaltee kennattooonni/Gurguritoonni/ falmin kan deebisnu ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessina.
Waligalteen kun seera duratti kan ragga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 20,000 /kuma Digdama/ mootummaaf 15,000
/kumaa Kudha shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/S/H/H/ Lakk.
1675/1680/1731/1719 fi 1889/1890 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Obbo Sisaay Barsiisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
2. Aadde Caaltuu Teessoo Teesson:- Magaalaa Sabbataa Ganda 07
3. Obbo Bayyanaa Kabbadaa Teesson:- Magaalaa Sabbataa Ganda 07

Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee


dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3. ---------------------------
Guyyaa 30/10/2004 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Obbo Lammaa Fayyisaa Bayyanaa
2 Addee Faayituu Badhaadhaa Daadhii
Teessoon :- Magaalaa Buraayyuu Ganda G/Noonnoo L/M/ Haaraa

W/Fudhataan:- Obbo Taaddasaa Darasuu Arguu


Teessoon:- Magaalaa F/F Kut/Mag/ Lidataa Aanaa 01 Lakk. Manaa 795
Nuti WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya
armaan olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H
Lakk. 1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.

Nuti Wa/kennaaton Manaa Jireenyaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda


Gafarsaa Noonnoo Gooxii Sangootaa jedhamu keessatti galmaa’ee argamu
haalli teessuma isaa
Bahaa:- Mana Jireenyaa Obbo Abdiisaa Tolaa
Lixaan:- Mana Jireenyaa Obbo Dareejjee Asfaaw
Kaabaan:-Qabiyyee Obbo Birruu Bayyanaa
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni
isaa Kaaremetira 280m2 kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 24 Mana
kutaa 2(Lama) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee argamu Waliigaltee
Fudhataatti Qar. 295,000 /Kuma Dhibba lamaaf Kuma sagaltamii shan/tti
gurguruun kaffaltii isaas guyyaa har’aa guutuu isaa Fudhachuun manicha
gurguruufii keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesina.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigalee Qabiyyee Mana
Jireenyaa armaan olitti ibsame kana Qar. 295,000 /Kuma Dhibba lamaaf Kuma
sagaltamii shan/ bituu koo fi kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun
manicha fudhachuu Koo Mallattoo kootin mirkaneessa.
Mana/Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan
jedhu nama dhuunfaa irraa, maatii irraa kooti kan jedhu yoo jiraate nuti
waliigaltee kennattooonni/Gurguritoonni/ falmin kan deebisnu ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessina.
Waligalteen kun seera duratti kan ragga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 30,000 /kuma Soddoma/ mootummaaf
15,000 /kumaa Kudha shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura
S/S/H/H/Lakk.1675/1680/1731/1719 1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin
diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


4. Obbo Fayysaa Tarrafaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
5. Darg. Pheexiroos Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
6. Darg. Abbushuu Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
7. Darg. Warquu Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
8. Darg. Dirribaa Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
9. Sham. Biikkolee Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
10.Darg. Lammaa Fayyisaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
11.Obbo Damissee Abarraa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo
12. Obbo Sanyii Lataa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Buraayyuu
13. Obbo Abrahaam Zagayyee Teesson:- Magaalaa Buraayyuu G/G/Noonnoo

Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee


dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3. ---------------------------
4. ---------------------------
5. ---------------------------
6. ---------------------------
7. ---------------------------
8. ---------------------------
9. ---------------------------
10. --------------------------
Guyyaa 07/05/2004 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennitoonni:- 1 Obbo Baqqalaa Zeenaa Asheetee
2 Addee Dabrawarq Tsaggaayee Bayyanaa
Teessoon :- Aanaa Sabbataa Awaas Ganda Q/Jammoo L/M/ Haaraa

W/Fudhataan:- 1.Obbo Kaaliid Raayyaa Abubakar


Teessoon:- Magaalaa F/F Kut/Mag/Kol/Qar/ Aanaa 10 L/M/ 1050
Nuti WaliigalteeKennataa fi fudhataa jedhamnee Maqaa fi Teessoon keenya
armaan olitti eeramne Waliigaltee Bittaa fi Gurgurtaa akkaataa Bu’uura S/S/H/H
Lakk. 1678/1731/2005/2266 tiin taasifnee jirra.

Nuti Wa/kennaatonni Manaa Jireenyaa Bulchiinsa Aanaa Sabbataa Awaas


Ganda Qotee Bulaa Jammoo Garee Sigaabeetii jedhamu keessatti galmaa’ee
argamu haalli teessuma isaa
Bahaa:- Daandii
Lixaan:- Mana Jireenyaa Obbo Yimar Kasaahuni fi Obbo Shifarraa
Kaabaan:- Qabiyyee Waliigaltee Kennitootaa
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni
isaa Kaaremetira 180m2 kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 20 Mana
kutaa 2(Lama) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee argamu Waliigaltee
Fudhataatti Qar. 77,400 /Kuma T0rbaatamii torbaa fi Dhibba afur/tti gurguruun
kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa Fudhachuun manicha gurguruu fii
keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesina.
Anis Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 77,400 /Kuma T0rbaatamii torbaa fi Dhibba afur/ bituu
koo fi kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu
Koo Mallattoo kootin mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon/ Gurguritoon/ falmin kanan deebisnu ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.

Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 50,000 /kuma Shantama/ mootummaaf
20,000 /kumaa Digdama/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/S/H/H/
Lakk.1675/1680/1731/1719 1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Obbo Yimar Kaasaahuun Teesson:- Aanaa Sabbataa Awaas Ganda Q/Jammoo
2. Obbo Soorii Tashoomaa Teesson:- Aanaa Sabbataa Awaas Ganda Q/Jammoo
3. Obbo Na’iim Mahammadsaanii Teesson:- Mag/ Bur/ Ganda G/Noonnoo
Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee
dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3 . -------------------------
Guyyaa 15/07/2003 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Obbo Fiqaaduu Biraanuu Girmaa
2 Addee Tigist Katamaa Damee
Teessoon :- Magaalaa Buraayyuu Ganda G/Noonnoo L/M/ Haaraa

W/Fudhattoonni:- 1.Obbo Simaa Galaalchaa Gaattiraa


Teessoon:- Buchinsaa Magaalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo
Nuti Wa/kennaaton Manaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda
Gafarsaa Noonnoo Gooxii Kusaayee jedhamu keessatti galmaa’ee argamu
haalli teessuma isaa
Bahaa:- Qabiyyee Waliigaltee Kennitootaa
Lixaan:- Mana Jireenyaa Obbo Geetuu Girmaa
Kaabaan:- Daandii
Kibbaan:- Daandiitiin kan daangeffamu Mana Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni
isaa Kaaremetira 200m2kan ta’e irratti Mana Qorqoorroo baallee 20 Mana
kutaa 2(Lama) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee argamu Waliigaltee
Fudhataatti Qar. 39,750 /Kuma Soddomii Sagalii fi dhibba torbaaf Shantama/tti
gurguruun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha gurguruu
fii keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesin.
Ani Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 39,750 /Kuma Soddomii Sagalii fi dhibba torbaaf
Shantama/bituu koo kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha
fudhachuu Koo Mallattoo kootin mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon / Gurguritoon/ falmin kanan deebisn ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.

Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 20,000 /kuma Digdamaa mootummaaf
10,000 /kumaa Kudhan/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk.
1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


4. Obbo Biraanuu Girmaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
5. Aadde Asheettuu Gaaddisaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
6. Obbo Maammuush Girmaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
7. Obbo Bilisummaa Dureessaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
8. Obbo Biqilaa Dureessaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonno
9. Obbo Kiisuu Addunyaa Teessoon:-Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
10.Obbo Badhoo Gaaddisaa Teessoon:- Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
11. Obbo Darajjee Biraanuu Teessoon:- Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee
dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3 . -------------------------
4 . -------------------------
5. --------------------------
6. ----------------------
7. --------------------------
8. ----------------------

Guyyaa 04/08/2001 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Obbo Caalaa Gammachuu Dhaqqabaa
2 Addee Firoomsee Katamaa Itichaa
Teessoon :- Magaalaa Buraayyuu Ganda G/Noonnoo

W/Fudhattoonni:- Obbo Alamuu Galataa Qannoo

Teessoon:- Buchinsaa Magaalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo


Nuti Wa/kennaaton Manaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda
Gafarsaa Noonnoo Gooxii Sangootaa jedhamu keessatti galmaa’ee argamu
haalli teessuma isaa
Bahaa:- Mana Jireenya Addee Dhaarraa Dabalee
Lixaan:- Daandii
Kaabaan:- Mana Jireenyaa Obbo Olaanaa Amanuu
Kibbaan:- Mana Jireenyaa Addee Birqee Katamaa tiin kan daangeffamu Mana
Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni isaa Kaaremetira 220m 2kan ta’e irratti Mana
Qorqoorroo baallee 35 Mana kutaa 3(sadi) dallaan isaa Qorqoorroon ijaaramee
argamu Waliigaltee Fudhataatti Qar. 250,000 /Kuma dhibba lamaa fi kuma
shantama/tti gurguruun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun
manicha gurguruu fii keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesin.
Ani Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 250,000 /Kuma dhibba lamaa fi kuma shantama/bituu koo
kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu Koo
Mallattoo kootin mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon / Gurguritoon/ falmin kanan deebisn ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.

Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 30,000 /kuma soddoma/ mootummaas
25,000 /kumaa digdamii shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk.
1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


12. Obbo Abarraa Birruu Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
13. Adde Dharraa Dabalee Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
14. Obbo Dhaabaa Goodaa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonno
15. Obbo Daamanaa Hirphaa Teesson:- Magaalaa Buraayyuu Ganda G/Noonnoo
16. Adde Burtukaan Goodaa Teessoon:- Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
17. Obbo Daagimaa Ejjataa Teessoon:- Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee
dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------
3 . --------------------------
4 . --------------------------
5. --------------------------
6. ------------------------
Guyyaa 04/09/2001 A/L/I

Waliigaltee Gurgurtaa Mana Jireenyaa


W/Kennaa:- 1 Addee Birqii Katamaa Itichaa
2 Obbo Warqinaa Dagaagaa Gofaa
Teessoon :- Magaalaa Buraayyuu Ganda G/Noonnoo

W/Fudhattoonni:- Obbo

Teessoon:- Buchinsaa Magaalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaa Noonnoo


Nuti Wa/kennaaton Manaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Ganda
Gafarsaa Noonnoo Gooxii Sangootaa jedhamu keessatti galmaa’ee argamu
haalli teessuma isaa
Bahaa:- Obbo Abarraa Birruu
Lixaan:- Daandii
Kaabaan:- Mana Jireenyaa Obbo Alamuu Galataa
Kibbaan:- Mana Jireenyaa Obbo Shaaqaa Hirphaayyee tiin kan daangeffamu
Mana Jireenyaa keenyaa Lafa Bal’inni isaa Kaaremetira 180m 2kan ta’e irratti
Mana Qorqoorroo baallee 29 Mana kutaa 2(lama) dallaan isaa Qorqoorroon
ijaaramee argamu Waliigaltee Fudhataatti Qar. 180,000 /Kuma dhibba tokko fi
kuma saddeetama/tti gurguruun kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa
kaffaluun manicha gurguruu fii keenya Mallattoo keenyan Mirkaneesin.
Ani Waliigaltee fudhataan haala armaan oliitiin waliigallee Qabiyyee armaan
olitti ibsame kana Qar. 180,000 /Kuma dhibba tokko fi kuma saddeetama/bituu
koo kaffaltii isaas guyyaa ha’aa guutuu isaa kaffaluun manicha fudhachuu Koo
Mallattoo kootin mirkaneessa.
Qabiyyee armaan olitti ibsame kana Gurguramuu hin qabu kan kootii kan jedhu
mottummaa irraayis ta’ee nama dhuunfaa irraa kan kooti kan jedhu yoo jiraate
nut waliigaltewe kennatoon / Gurguritoon/ falmin kanan deebisn ta’uu keenya
Mallattoo keenyan mirkaneessin.

Waligalteen kun seera duratti kan raga’u yoo ta’u gareen waligaltee kana
diigee abba jalaa diigameef qar. 30,000 /kuma soddoma/ mootummaas
25,000 /kumaa digdamii shan/ kafalee waligaltee kun bu’uura S/H/H/Lakk.
1889/1890 2005 tiin ni raga’a malee hin diigamu.

Yeroo waligalteen kun raawatamu ragooleen turan.


1. Obbo Alamaa Galataa Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
2. Obbo Abarraa Birruu Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonnoo
3. Obbo Caalaa Gammachu Teesson:- Magaalaa Bur/Ga/Ga/Noonno
4. Obbo Daagimaa Ejjataa Teessoon:- Magaalaa Bur/G/G/Noonnoo
Nutis raagooleen yeroo waligaltee armaan olii yeroo raawatan arginee
dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo W/Kennatotaa Mallattoo W/Fudhataa Mallattoo Ragoolee

1------------------------- 1.------------------------ 1 . --------------------------


2.------------------------ 2 . --------------------------

3 . --------------------------
4 . --------------------------

You might also like