Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 7

OROMIC

JECHOOTA GAAFFII

Maaliif? Maalii ? Yoom ? Eessa?

Eenyuu? akkamitti? Ykn hangam? Meeqa? Ykn Hangami? Kami?


MAQAA

Jechoota fi Gaaleewwan ijoo Eegaltooaaf

Gaalee ijoo Fakkeenya


Maqaan kiyya [A] Maqaan kiyya Anna da

Ani dubbisu feda


Ani ___ feda
_______

____

[A] eessa? Manni Fincanii eessa?

[A] ‘n hangami| meeqa? Kuni hangamii ykn kuni meeqa?

1
OROMIC

SEERLUGA BARACHUU

MAQAA XUMURA YKN GOCHIMA MAQIBSII

FIROOMSEE YKN
DURDUBE WALQABSIISTUU RAAJEFFANNOO
XUMIBSI YKN GOCHIBSI

BAMAQA JECHAMA MATIMA ANTIMA

Wa’ee Lakkoofsaa dubbachuu


waljijirra dubbii

Yaada Waljijirra dubbii

Nana fi Barsiistuun ishee waa’ee Lakkoofsa dubbacha jiru.

Hikka
Barsiistu:- lakkoofsii ati feetu maalii?

Nana :- Torba

2
OROMIC

JECHOOTA IJOO

Tokko Lama Sadii Afur shan

Jaha Torba Saddeet Sagal kudhan

Dhibba Kuma tokko Kuma kudhan kuma Dhibba

3
OROMIC

Jechoota Herregaa

Ida’uu hirisuu walqiixa Baay’isuu

Hiruu walakkaa Tuqaa dhibbantaa

Gaaffiilee lakkoofsaa walqabatan

Hangam itti fudhata? Daqiiqaa 10 itti fudhata

Umriin kee meeqa? Ani waggaa 32

4
OROMIC

Fuula kee

Kuni fuula kiyya Kun__kiyya

5
OROMIC

Gurra Afaan funyaan rifeensa

Areedoo Ija Morma Arraba

Boqoo ykn mallaa Hidhii Adda Nyaara

Qaamolee

Mataa Gateette Harka Qomaa ykn laphee

Dugda Dugda Quba Faana

Miila Jilba Irree Komee ykn koronyoo ykn gulubii

6
OROMIC

Qaamolee keessa

Onnee Garaa Somba Sammuu

Tiruu Kalee Afuuffe Fincaani Dhiiga

Miiroota Shanan

Dhamdhamuu Ilaaluu dhagahuu Tuquu Funfachuu

You might also like