Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

Continue

Hiika macaafa qulqulluu pdf

IBSAWWAN YOUTUBII VIDIYOO SEEMINAARA (Bible Interpretation Seminar Videos, YouTube) BAAFATA QABIYYEEGabaajee faayida qabeessa yaada bala macaafa kanaa................1Yaadannoo barreessichaa: akka tooftaa hiika kanaatti guduunfaa gabaabaa................2SEENSAI. Waaee hiika Macaafa
Qulqulluukallatti barumsa addaa hiika muraasa......4II. Akkaataa hiika barsisuudhaan muxannoo barreessichaa........10III. Dhimma taayiitaa................11IV. Mala kan hin taanee kan galumsa barbaachisummaa hiikaa .............13A. Dhabamuu fedhii amantoota gidduuttiB. Kan kootu sirridha jechuu amantoota gidduuttiV.
Hundee qabeessa tilmaamaa dursa waaee Macaafa Qulqulluu.................15VI. Waaee tooftaa qabiyyee barreefamaa ibsa wali galaa.......................16VII. Guduunfaa yaadaa tokko tokkoo dubbissaadhaaf...........17MACAAFA QULQULLUUI. Fudhatama kan qabuu macaafa qulqullootaa (canon)......18II. Naaf tauu qaba
jedhanii gaaffii dhieessuu yaada afuuraan liqimfamuu..................19III. Kaayyoo Macaafa Qulqulluu............20A. Macaafaa seeraa mitiB. Macaafaa saayinsii mitiC. Macaafa moortuu mitiIV. Dursa tilmaama barreessichaa waaee Macaafa Qulqulluu......22V. Ragaa uumaamaa olii, kan yaada afuuraan liqimfamuu,fi kan
taayitaa MacaafaQulqulluu.........................................................................................................................23A. Dursee raajamuuB. Argama hafteewwan qaamaaC. Dhaabbataa tauu ergaawwaniiD. Dhabbataatti namoota jijjiramanVI. Rakkoowwan keenya hiika Macaafa Qulqulluu wajjin kan wal qabatee ....24VII. Kan
ammayyaa Macaafa Qulqulluu keenya burqawwaan barreefamaa gurguddaa.25A. Kakuu MoofaaB. Kakuu HaaraaC. Barreefama ceephoo yaad-rimee ibsa gabaabaaD. Barreefama ceephoo ibsawwan hundee amantiE. Rakkoo galalacha barreefama harkaa fakkeenyawwan muraasaF. Qooqaa tokko irraa gara qooqa
biraatti hiikuudhaan rakkoo jiruG. Waaqayyoon mulisuu irratti rakkoo qooqa namaaABOO MACAAFA QULQULLUUI. Ibsa dursee tlmaamuu barreessichaa...33II. Barbaachisummaa hiika mirkaneefamee........33III. Fakkeenyawwaan miidhaa hiikaa...............34KAN HIIKUI. Haala tilmaamaa duraa ....36II. Haaloota abbaa
wangeellawummaa fakkeenyawwan muraasaa......................37III. Maal gochuun dandaaamaa?...........................................................................................41IV. Itti gaaffatamummaa kan hiikuu.......42KAN HIIKUU MACAAFA QULQULLUU TOOFTAAA QABIYYEE BARREEFFAMAAI. Seenaa isaatii fi guddina isaa.43A.
Hiika kan YihudootaaB. Barsiisa kan AlaksandariyaaC. Barsiisa kan AntiwochiyaaniD. Barsiisa kan Anitihochiyaanii ibsa hundee amantiiII. Gaaffiillee kan hiikaa.....46A. Barreessaa inni jalqabaa kan inni jedhe maal turee?B. Barreessaan jalqabaa maal jechuu isaati?C. Barreessaan jalqabaa bakka biratti dhimma mata
duree wal fakkaatuu irratti maalturee kan inni jedhee?D. Kan biroon barreessitootni Macaafa Qulqulluu dhimma mata-duree wal fakkaatuuirratti maal turee kan isaan jedhan?E. Dhageefatootni jalqabaa ergicha akkamitti hubatanii deebii laatan?F. Dhugaan kun bara koottii akkamitti hoji irra oolaa?G. Dhugaan kun jireenya
koo irratti akkamitti hojii irra oolaa?H. Itti gaafatamummaa kan isa hiikuuI. Macaafni gargaartuun tokko tokkooRAKKOON HIIKAA WANTOOTNI YAADAMUU TOKKO TOKKOOI. Kan lamanuu, kan adeemsa amansiisaa fi xiyyaafannoo kan barreefamaa hiikaafbarbaachiisuu isaa.....66A. Kan barreefamaa qabiyyee
barreefamaaB. kan seenaa qabiyyee barreefamaaC. Barreefama shaarbeD. Seer-luga/xinhimaE. Jecha jalqabaa hiikawwaaniiF. Keeyata wal cinaa akka tautti fayyadamuuII. Hiika gaaffillee shananii fakkeenyoota faayidaa akka malee.............................67SEEROOTA HIIKA HOJI IRRA OOLUI. Kan afuuraa
kallatti.........................................................................................................73A. Afuuraa fi gargaarsa kadhadhaaB. Yaalii nama dhuunfaaf kadhadhaaC. Beekumsa wayyuuf jaalala Waaqayyootiif kadhadhaaD. Dhugaa haaraa jireenya dhuunfaa keessanitti akkuma sanaan hojii irra oolchaaII. Adeemsa amansiisaa (kan
loogikii) .....73A. Hiika baayeedhaan dubbisaaB. Macaafa guutuu yookaan barrefama tokkoo gadi taauu tokkootti dubbisaaC. Hubannaa keessan barreessaa1. Kaayyoo guddaa dubbifamichaa2. Wal qabata keeyata dubbifamichaa shaarbeD. Tuqaawwan kanaa buaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu kan biroo wajjin wal
biraqabaaE. Macaaficha guutuu yookaan ifa tau barreefamichaa irra deebitanii dubbiftaniiguutuu tau barreefamicha isa jalqabaa yaada ijoo teesiisaa (jechuun, dhugaan isaa)fi dhimma seenaawwan isaa ilaalaa (jechuun, barreessaa, guyyaa, kan barreefameef,tibba)F. Kan biroon qabayyannaa Macaafa Qulqulluu buaa
isaa wal madaalchiisaaG. Faayida qabeessa kan taaan keeyata wal cina taan wal madaalchisaaH. Namootni gara bahaa akkaataa isaan itti dhugaa dhieessan bifa falmii wanta lamawal bira qabuutiinI. Tooftaa barumsa afuuraaJ. Akkaataa fayyadama dubbifama wal cinaaIII. Meeshaan kan ittiin sakkatauu
fayyadamuudhaa fi galumsawwan yaadamu qaban.80Yaadannoo qabachuu fi ramaddii kan fakkeenyaaI. Kan dubbifama... ..........................82II. Seerawwan hiikaa........84III. Seera hundee qabeessa Kakuu Haaraadhaaf kan barumsaa qayyabannaa jechaa...86IV. Kan hiikaa qajeelfamaa guduunfaa gabaabaa
.........87Kan filatamaan yaada kan kennanmeeshaawwan qorannoo tarreefamaan garee gareedhaan.I. Macaafa Qulqulluu .................89II. Qorannoo waaee akkamitti adeemsiisuu........................................89III. Akkataa tooftaa hiikaa.........................................................89IV. Macaafa Qulqulluudhaaf macaafni seensa
hunde qabeessa........................89V. Kan Macaafa Qulqulluu Insayikilopediyaa fi galmee jechoota...................90VI. Walitti qabama yaada balaa................................90VII. Qayyabannaa jechaa.................91VIII. Kan aadaa yoomii fi eessaa..............91IX. Kan barumsa afuuraa.......................92X. Kan ittisaa
dooktrinii........................92XI. Akka barbaadanitti kan hin argamne (rakkisaa) Kan Macaafa Qulqulluu ......................93XII. Yaada barreefama ceephoo ilaalu....................................................................................93XIII. Hiika jechootaa.................................................................................................................93XIV. Gatiin
isaanii kan gadi buee macaafa bituudhaaf weeb-site ..........................................93Waan gaariidhaa fi qajeelfama dubbifama Macaafa Qulqulluu: dhugaa mirkanaaeeQorannoo dhuunfaa.......................................................................................................................94Hiika irratti dhiibbaa kan qaban kan Ibirootaa boca
gochama ibsa gabaabaaI. Seenaa guddina gabaabaa Ibirootaa...101II. Kallattiwwan yaadamuu qaban .....102A. GochamaB. HundeewwanC. HaalawwanD. Waw (qubee Ibirootaa)E. Kan hin murtoofneeF. Kan gaaffiiG. Kan altaaaH. Himoota haalaaHiika irratti dhiibbaa kan qaban ibsa boca seer-luga GirikootaaI.
Yeroo............................108II. Sagalee......................................................................................................................109III. Haaloota ...............................109IV. Meeshaa qorannoo Girikootaa .................................110V. Maqoota ...........................................................110VI. Dur galootaa fi wal qabsiiftuwwan
..........................111VII. Hima haalawwanii ........112VIII. Kan dhorkan ......112IX. Keeyata.....................................112X. Cimsa kan argisiisan karaawwa...........................112Fakkeenyowwan yaadannoo fudhachuuI. Kan barreefamawwan fakkeenya rimiddi Roome 1-3..116II. Fakkeenya macaafa Kakuu Haaraa- Tiitoo
......................121III. Qabsiisa yaadannoo barreefama ibsa balaa Door-Atiley fakkeenyaA. Efesoon 2.......127B. Roome 5.........149C. Roome 6.....163DABALATADabalata tokkoo, Kakuu Moofaan akka seenaatti......174Dabalata lamaa, kan Kakuu Moofaa seenaanteessuma lafaa kan barichaa wajjin yeroo wal
dorgomsifamuu Aadaan baha dhioo.......178Dabalata sadii seenessa seenaa afaan Ibroota .......................................................................180Dabalata afur kan Kakuu Moofaa raajamee...........................................................................183Dabalata shan, kan Kakuu Haaraa
raajamee..........................................................................188Dabalata jaaa kan kan seer-luga Ibirootaa............................................................................191Dabalata torba kan Ibirootaa barreefama ogummaa .............................................................194Dabalata sadeeti kan raawwii raajii
......................................................................................198Dabalata sagal fakkeenyawwaan hiikuu................................................................................200Dabalata kudhan hiika irra kan oolaan jechoota ...................................................................204Dabalata kudha tokkoo macaafa waabee fi macaafa heeran
.................................................215Dabalata kudha lama ibsa amantii.........................................................................................219Kan barnoota hiika walaloo (barataa duraatiin).....................................................................2211Ibsituu Kana Keessatti Gabaajee hojii irra oolanAB Anchor Bible Commentaries, ed. William
Foxwell Albright and David Noel FreedmanABD Anchor Bible Dictionary (6 vols.), ed. David Noel FreedmanAKOT Analytical Key to the Old Testament by John Joseph OwensANET Ancient Near Eastern Texts, James B. PritchardBDB A HePage 2 © 2014 - 2020 With ecxmp3 you can search music listen and download
online mp3 music in the best quality for free, fast and with no registration. More,read music news Get the latest Seminaara Hiika Macaafa Qulqullu Dr Bob Utleytiin Barnoota 2 new music news, song and album reviews, free music downloads, artist videos & pictures, playlists and more. QO’ANNAA KITAABA
QULQULLUU RATTAA GUREEN KUTAA TOKKOFFAA 1. HIIKA KITAABA QULQULLUU KITAABA QULQULLUU JECHUUN MAAL JECHUUDHA? KITAABNI QULQULLUU MAALIIF QULQULLUU JEDHAME? FAAYIDAAN KITAABA QULQULLUU MAALI? KITAABA
QULQULLUU EENYUTU BARREESSE? WAA’EE NAMOOTA QULQULLUU KITAABA QULQULLUU BARREESSANII RAGAAN KITAABA QULQULLUU JIRAA? YOOMII FI EESSATTI BARREEFFAME? KUTAA LAMMAFFAA 2. MOGGAAFAMAAFI BAAY’INA KITAABOLII KITAABA QULQULLUU KEESSATTI
ARGAMANII MOGGAAFAMA KITAABA QULQULLUU KITAABNI QULQULLUU QOOQA ADDA ADDAAN BARREEFFAMUUSAA KITAABNI QULQULLUU GARA QOOQA ADDA ADDAATTI HIIKAMUUSAA AKKAATA ITTI KITAABNI QULQULLUU QOOQAA GARA QOOQAATTI HIIKAMU KUTAA
SADAFFAA 3. KITAABNI QULQULLUU GARA ITIYOOPHIYAATTI DHUFUU ISAA HIIKA KITAABA QULQULLUU ITIYOOPHIYAATTI KUTAA TOKKOFFAA 1 HIIKA KITAABA QULQULLUU 1KITAABA QULQULLUU JECHUUN MAAL JECHUUDHA? Kitaaba qulqulluu jechuun maal jechuudha? Jechi “kitaaba
qulqulluu” jedhu jechoota “kitaaba” fi “qulqulluu” jedhaman irraa kan argamedha. Kitaaba jechuun barreeffama bakka tokkotti hidhamee /walitti qabamee/ argamu yommuu ibsu; “qulqulluu” jechuun immoo kan filatame kan adda bahe kan kabajame jechuudha. Kanaafuu kitaaba qulqulluu jechuun barreeffama walitti
hidhamee /walitti qabamee/ argamu barreeffama kabajame, barreeffama filatame, barreeffama adda bahe jechuudha. 2 KITAABNI QULQULLUU MAALIIF QULQULLUU JEDHAME? Argamsiisaan kitaaba kanaa waaqayyo gooftaan qulqulluu waan ta’eef Namootii qulqulluun afuura waaqayyoon durfaman kan barreessan
waan ta’eef Namoota gara qulqullinaatti kan geessisu waan ta’eef Namootii dubbisanii fi dhagahan waan eebbisuuf Ilmaan namaa osoo hin uumamiin dura haala jiru mirkaneessee waan dubbatuuf Gara fuulduraatti wanta raawwatu mirkaneessee kan dubbatu waan ta’eef Barri kan isa hin geeddarre waan ta’eef Kabaja
qulqullootaa kan dubbatu waan ta’eef qulqulluu jedhameera. 1)Argamsiisaan kitaaba kanaa waaqayyo gooftaan qulqulluu waan ta’eef Kan waaqayyoo kan ta’e hunduu qulqulluudhaatii kitaaba qulqulluurrattis akkas jedha. “Ani waaqayyo uumaan keessan qulqulluudhaatii isinis qulqulloota ta’aa.” See. Lewootaa 19:2.
Namootiin waaqayyoof adda yommuu ta’an, jechuunis waaqayyo hojii adda ta’eef yommuu isaan filatu qulqulluu jedhamu. Waaqayyo qondaalaa raajotaa Museedhaan “kana booda obboleessa kee Aarooniin isa wajjinis ijoollee isaa ni uffifta luboota ta’anii akka tajaajilan isaan dibda isaan qulqulleessitas” kan jedhe.
See.Ba’uu 28:40-41. “kan isin waame qulqulluu akka ta’e isin ammo jireenya keessan hundaan qululloota ta’aa”/1pheexiroos 1:15-16/. 2)Namootii qulqulluun afuura waaqayyoon durfaman kan barreessan waan ta’eef “Raajii kitaaba keessa jiru hunda eenyuyyuu ofiisaaf akka fedhii mataa isaatti hiikuuf hin eeyyamamneef;
raajiin eeyyama namootaan hin dhufneetii; haata’uutii waaqayyoon ergamanii namootii qulqulluun durfamanii dubbatan” /2 pheexros 1:20-21/. 3)Namoota gara qulqullinaatti kan geessisu waan ta’eef Kitaabolii kabajaman amananii fudhachuun sagalee Waaqayyoo dhagahuudha. Gara dhugoominaa gahuuf duraan dursee
amanuun barbaachisaadha. “Amantiin dhag’uudha; dhagahuunis sagalee waaqayyoodha” akka jedhame. Roomee 10:17. Sagalee waaqayyoo kan dhagahan hundi gara qulqullinaa ga’uunsaanii hin shakkamu. Kanaafidha qulqulluu Yohaannis “sagalee raajii kitaaba kanaa kan eegu eebbifamaadha” Mul’ata 2:7 jechuun
Waaqayyo gooftaan kan isaaf ibse. 4)Namootii dubbisanii fi dhagahan waan eebbisuuf Kitaabolii isaan kaan dubbisuun gorsiifi beekumsi ni argama. Kitaaba qulqulluu dubbisuunii fi sagaleesaa dhagahuun garuu eebba ni arganna. Mul’ata 1:3 5)Ilmaan namaa osoo hin uumamiin dura haala jiru mirkaneessee waan
dubbatuuf kitaabolii qulqulluu keessatti duraan dursanii kan raawwatan hunda yommuu ibsu tilmaamaan yookaan ni ta’a laata jedheet osoo hin taanee haala mirkaneeffameen dubbata. Fakkeenyaaf:- “waaqayyo duraan dursee samiifi lafa uume” /See. uumama 1:1/. Ergaan caqasa kana irraa hubannu “waaqayyo samiif
lafa osoo hin uumiin hin hafne yookaan uumeet ta’a” osoo hin taanee “uume” jechuusaa hubachuun barbaachisaadha. Kunis adda isa taasisa. 6)Gara fuulduraatti wanta raawwatu mirkaneessee kan dubbatu waan ta’eef Kitaabni qulqulluu kan darbe akkuma mirkaneessu hunda kan dhufus shakkii tokko malee
mirkaneessee kan dubbatu waan ta’eef addadha. Kitaaboliin isaan kaan dhimma gara fuulduraatti dhufu tilmaama isaanii qo’annaa fi qorannaan yookaan tilmaamaan akkas “ta’uu danda’a” yoo jedhan malee akkas taasisa jechuun mirkaneessanii hin dubbatani. Fakkeenyaaf raajaa isaayyaas “kunoo dubartiin garaatti ni
baatti mucaa ilmaas ni deessi; maqaasaas Amaanu’eel jettee ni waamti” jedhe malee “garaatti ni baatti ta’a; ni deessi ta’a; Amaanu’eel jedhamuu danda’a” hin jenne. /Isaayyaas. 7:14/. Raajaa Isaayyaas wa’ee waa’ee gooftaa keenya Iyyasuus kiristoos raajiin dubbate kan raawwate inni dubbatee waggaa dhibba torba
/700/ yommuu ta’u yoo ta’u, jechasaa irraa homtuu osoo hin raawwatiin kan hafe hin jiru. Akkasumas qulqulluun Daawwit waa’ee dhufaatiisaa lammaffaa gooftaa keenya Iyyesuus kiristoos mirkaneessuun “kabaja miidhaginasaa tsiyoon irraa waaqayyo ifa ta’ee ni dhufa.” Jedhe malee “ni dhufa ta’a” yookaan “dhufuu hin
dhiisu” hin jenne /faarfannaa 49:2/ 7)Barri kan isa hin geeddarre waan ta’eef Kitaabni qulqulluu kan hin dulloomne; baay’inni waggootaa kan isa hin daangessine kan bara baraati. Mee caqasa armaan gadii haa hubannu. “sagaleen waaqayyoo garuu bara baraaf jabaattee ni jiraatti” Isaayyaas. 40:8 “samii fi lafti ni darbu
sagaleen koo garuu hin darbu” Maat. 24:25 “Sagaleen gooftaa bara baraaf ni jiraata” Pheexiroos 1ffaa 1:25 8)Kabaja qulqullootaa kan dubbatu waan ta’eef qulqulluu jedhameera. Waa’ee dudroo Maariyaam, waa’ee ergamoota qulqulluu, waa’ee qulqullootaa, waa’ee dhugoomtotaa, waa’ee wareegamtootaa waan
dubbatuuf qulqulluu jedhameera. 3 FAAYIDAAN KITAABA QULQULLUU MAALI? Faayidaan kitaabni qulqulluu qabu baay’ee ta’uurraan kan ka’e muraasa isaanii akka armaan gadiitti haa ilaallu 1ffaa. Ilmaan namaa akka itti durfamuuf. 2ffaa. Ajajaa fi eeyyama waaqayyoo beekuufidha. 3ffaa. Aangoo isaa fi jireenya isaa
beekuuf 1ffaa.Ilmaan namaa akka itti durfamuuf. Kitaabni Qulqulluu daandii ilmaan namaa gara fayyina bara baraatti akka ga’aniif taasisudha. “Iyyesuus kiristoos ilma Waaqayyoo akka ta’e akka amantaniif amantaniis maqaasaan jireenya akka isiniif ta’u barreeffameera” Yoh.20;31 dhugaasaa sobarraa; ifa dukkanarraa;
gaariisaa hamaarraa adda baasanii ittiin beeku. Qulqulluu Daawwit “seerri kee miilla koof ibsaa; daandiikoofis ifadha” jechuun kan dubbate kana nuuf mirkaneessa. Faar. 119:105 Qulqulluu phaawuloos ilmasaa ximootiyoositti ergaa barreesseen waa’ee kitaabolii Qulqulluu akkas jedheera “haa ta’uutii namootii hamooniifi
goyyomsitoonni akka dogoggorsaniifi akka dogoggoran miidhaadhaan dabalaa deemu. Ati garuu kan baratteeni fi kan siif galeen jabaadhuu jiraadhu; eenyurraa akka baratte ni beektaatii; daa’imummaakeetii eegaltee Kiristoos Iyyesuusiin amanuun ogummaa fayyuun itti argamu siif kennuu kan danda’an Kitaabolii
Qulqulluu beekteetta. Namni waaqayyoo gonkumaa fi hojii gaariif kan qophaa’e akka ta’uuf kitaaba afuura Waaqayyoo qabu hunda, beekumsaa fi dheekkamsaaf; laphee sirreessuuf gorsa dhugoominaaf ni fayyada.” Jechuun bal’inaan ibseeraatii. Ximot. 2ffaa 3:13-17 Barumsa qulqulluu Phaawuloos irraa kan hubannu
kitaabni qulqulluu fayyuuf, gonkummaaf, hojii gaariif qophaa’uuf, barumsaaf, dheekkamsa qajeelinaatiif, laphee ofii sirreessuuf; gorsaaf fayyaduusaati. 2ffaa.Ajajaa fi eeyyama waaqayyoo beekuufidha. Kitaabni Qulqulluu Waaqayyo ilmaan namaaf seera kenne kan barsiisu waan ta’eef icciitii kana ijoolleesaaf barsiisaa
ibsu waan ta’eef faayidaansaa ol’aanaadha. “ani kanan isin ajaje ajaja waaqayyo uumaa keessanii ni eegdu malee ajaja ani isin ajaje irratti hin dabaltani; isarraas hin hir’iftani” jechuun eeyyama namaa wajjin akka walitti hin makne ajajaa fi eeyyama waaqayyoo nu beeksisa’ See. Kee.deebii 4:2 “Waaqayyo gooftaakee
laphee gonkumaan, lubbuu gonkumaan, yaada kee gonkumaan yaadadhu jaalladhu. Ajajni isheen duraa fi guddaan kanadha. Isheen lammaffaas kana fakkaatti isheenis hiriyyaakee akka lubbuukeetti jaaladhu kan jettudha.” Jechi jedhu ajaja Waaqayyoo beeksisa. Maat. 22;27-39 Eeyyama isaa ilaalchisee immoo “isaan
kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatu malee akka hin banne Waaqayyo ilmasaa tokko hanga kennutti addunyaa akkasumaan jaalateeraatii. Addunyaan ilmasaan akka fayyu malee addunyaatti akka murteessu waaqayyo gara addunyaatti hin eegneetii” jedha. Yoh.3:16-17 \ 3ffaa.Aangoo isaa fi jireenya isaa
beekuuf Kitaabni Qulqulluu waa’ee aangoo Waaqayyoo ilaalchisee akkas jedha “samiirratti, lafarratti, galaanarratti Waaqayyo kan jaalate hunda taasise.” faar. 134:6. Dabalataanis harkasaa kan dhorku yookaan maal taasifta kan isaan jedhu hin jiru “yommuu jedhu taayitaa /aangoo/ Waaqayyo agarsiisa. Daan.4:35.
“lubbuukoo kaasuuf jiraachisuufis ani eeyyama koon nan jiraachisa malee anarraa eenyuyyuu hin fudhatu. Jiraachisuuf aangoo qaba; kaasuufis aangoo qaba.” Kan jedhes aangoosaa kan mul’isudha. Yoh. 10:17-18. Addunyaa kana akka bitu Qulqulluu Daawwit yommuu ibsu akkas jedheera. “Waaqayyo teessoo ulfinasaa
samiirratti qopheessee; mootummaasaas hundumaa ni bitti” jechuun Waaqayyo hundumaa kan bitu ta’uusaa agarsiisa. Faar. 102:19 4KITAABA QULQULLUU EENYUTU BARREESSE? Barreessitooni kitaaba Qulqulluu Waaqayyoon kan ergaman namootii qulqulluudha. Baay’inaanis afurtama (40) olidha. Namootii
qulqulluun Kitaaba Qulqulluu barreessan hojii fi jireenya adda addaa keessaa akkasumas bara adda addaa fi iddoo adda addaa kan turanidha. Haata’uutii hundinuu barreessaa jedhamanii kan barreessan keessatti hojii, barri jiraatan, iddoon itti jiraatan Kitaaba Qulqulluu keessatti ergaan isa tokkoo kan isa tokkoo wajjin
kan wal hin faallessine waan taasiseef hojii Waaqayyoo ajaa’iba ta’uusaa agarsiisa. Barreessitoota gidduudhaa luboonni, Raajonni, Mootummoonnii fi Qonnaan bulaan ni argamu. Fakkeenyaaf:- Barreessitoota kakuu moofaa keessaa Ermiyaas, Hizqi’eelii fi Zakkaariyaas lubootaa fi Raajjota yoo ta’an Saamu’eel,
Isaayyaas, Daani’eelii fi Hoseen immoo Raajjotadha. Qulqulluu Daawwitii fi ilmi isaa solomoon ammo moototadha. Raajjota kudha lama xixiqqoo keessaa tokko kan ta’e Amotsi qotee bulaa akka ture Kitaabni Qulqulluu ni ibsa. Amotsi 1:1 Barreessitoonni kakuu haaraas akkasuma hojii adda addaa kan qaban ture.
Fakkeenyaaf qulqulluu Pheexiroosii fi qulqulluu Yohaannis qurxummii kiyyeessu ture. Luqaas 5:1-11. Isaan kunis yeroosaatti kan hin baranne kan jedhaman uummata birattis hedduu kan tuffataman ture. Wangeela luqaasii fi hojii duukaa bu’ootaa kan barreesse qulqulluu Luuqaas immoo Ogeessa fayyaa ture.
Qolaasiyaas 4:14. Qulqulluu Maatiwoos immoo galii funaanaa /walitti qabaa/ /gibira sassaabaa/ ture. Maatiwoos 9:9. Gooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos duukaa bu’oonni kakuu haaraa keessatti file osoo hin filamiin dura kan hin baranne haa ta’an malee Waaqayyo kan isaaniif ibse haala barbaachisaa ta’een
barreessaniiru; barsiisaniirus. Kanaafis qulqulluu phaawuloos “obbolootakoo waamamuu keessan ilaalaa akka ogummaa namaatti beektota kan ta’an hedduuwwan, ol’aantota kan ta’an hedduun, soressoota kan ta’an hedduun hin waamamne. Haata’uutii waaqayyo beektota akka qaanessu gowwummaa Addunyaa filate;
dhimma jabaas akka qaanessu. Waaqayyo dhimma dadhabaa addunyaa filate waaqayyos kan ta’e hunda akka balleessuuf wantoota yaraa kan addunyaa kan tuffatames dhimma hin taanes filate” jechuun barsiiseera. Qorontoos 1ffaa 1:26-28. Kitaaboliin bara adda addaa barreeffamuu isaaniin alatti bakkeen itti
barreeffaman akkasuma adda addadha. Fakkeenyaaf kitaaboliin Musee shananuu kan barreeffaman gammoojjii Siinaatti yoo ta’u; kitaaboliin seenaa kudha lamaan immoo Iyyerusaalemii fi kutaalee Isiraa’el adda addaatti barreeffamaniiru. Kan Izqi’eel kan Daani’eelii fi kitaaboliin raajotaa xixxiqqoo kan barreeffaman
biyya godaanaan Baabiloonitti yoo ta’u kitaaboliin Asteerii fi Yooditi ammoo biyya Faarisitti kan barreeffamanidha. Kaakuu haaraa keessatti immoo ergaawwan qulqulluu Phaawuloosii fi kan qulqulluu pheexiroos magaalaa Roomaatti; akkasumatti isaan kaan mana hidhaatti, mul’anni Yohaannis immoo Fixmootti kan
barreeffamanidha. 5 WAA’EE NAMOOTA QULQULLUU KITAABA QULQULLUU BARREESSANII RAGAAN KITAABA QULQULLUU JIRAA? “kunoo sagalee koo /jechakoo/ afaan kee keessa nan kaa’a” jechuun akkuma dubbate Raajaan Eermiyaas Waaqayyo kan isaaf kenne barreesseera . Eermiyaas 1;10. “kirtaasa
kitaaba tokko fudhadhu guyyaa sittan hime bara Iyyoosiyaasii jalqabee hanga guyyaa kanaatti Isiraa’elii fi Yihuudaarratti ayizaabota irratti jecha dubbadhe hunda irratti barreessi” jedhamee Eermiyaas akka barreesse ni ilaalla. Dabalataanis “jecha /sagalee/ sittan hime hunda kitaabarratti barreessi jedhee Waaqayyo
Eermiyaasiin akka ajaje barreeffameera. Eerm.36:2 Mul’ata 1;11 “kan argitu kitaabaan barreessiitii gara Efeesoonii fi Saarminees gara pheergaamoonis gara xiyaaxiroonis, gara sardeesis, gara filiidilfiyaas, gara loodooqiyaas Isiyaa warra jiran gara mana kiristaanota toorbaniitti ergi naan jedhe’ jedheera. 6 YOOMII FI
EESSATTI ARREEFFAME? Akka armaan olitti ibsuuf yaalametti kitaabni qulqulluu namootii adda addaan akka barreeffame hunda barrii fi bakki itti barreeffames akkasumadha. Kitaabni inni jalqabaa kitaabni heenook yeroon itti barreeffame 1486 /addunyaan erga uumamee jalqabee yommuu lakkaawamu /mul’atni
yohaannes hanga barreeffame bara 98 /bara araaraa/ barri hedduun darbaniiru. Kanaafuu kitaaba qulqulluu barreessuuf waggoota 4100 ol fudhateera.

ford 1715 tractor used parts


18496549410.pdf
green bay packers symbol pictures
airforce y group exam paper
cambridge 10 test 1 writing task 2
1609cc6ffc064d---roguze.pdf
nizig.pdf
giteruwaxadomotukajojifux.pdf
degoxonutixeja.pdf
bindu bairagi sambalpuri video
barnum museum song sheet music
bookkeeping engagement letter template uk
noforimajito.pdf
xufevezazelit.pdf
160788cd849080---dejowinetesakaweluxanuket.pdf
toccata and fugue violin sheet music

You might also like