Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

UNKA WALDAA AKSIYOONA DALDALAA FI INDUSTIIRII WALIIF

1. Maqaa Guutuu……………………………………………………………………….…
2. Teessoo: Naannoo……………… KutaaMagaalaa/Godina……….…………….
Aanaa……… Ganda…………………lakk. Manaa………………… Lakk. Bilbilaa
Waajjiraa…………….Moobaayilii…………………Email…………….……………..
3. Lammummaa…………………………………………………………………………………
4. Gosa Hojii…………………………………………………………………….…………..……
5. Aksiyooona Ilaalchisee
Gatiin Aksiyoona tokkoo qarshii kuma tokko (1,000) yoo ta’u Aksiyoonni xiqqaan
shan (5) maallaqaan 5,000 (kuma shan) Aksiyoonni guddaan 1,000 (kuma
tokko) maallaqaan miliyoona tokko (1,000,000) ta’ee Hojii gaggeessuuf kan
oolu 10%’n dabalataan kan kaffaltaan ta’a. Kaffaltiin aksiyoona bitamee
guutuu yoo ta’u Waraqaan ragaa abbaa qabeenyummaa (share certificate)
battaluma sanatti waajjira olaanaa irraa isiiniif kennama.

5.2 Aksiyoona mallatteeffame (subscribed share): baayyina ………………….….


5.3 Kan Kaffalamee (paid up): Qarshiin ……….................................………………...
Haala Gaa’elaa: kan Fuudhe/heerume kan hin fuune/ hinheerumne

Dhaaltota1.______________________2.____________________3._____________________

Ibsa
• Ragaan armaan oliitti guutame dhugaa fi sirriidha.
• Aksiyoona bitachuudhaaf waa’ee dhaabbatichaa sirrittii hubadheera.

Maqaa……………………………..……………Mallatoo……………...Guyya…………….

Baankii
Gosa Lakk. Baankii Daldala Oromiyaa Baankii Hojii
Herregaa Itiyoophiyaa Baankii Awaash Internaashinaalii Gamtaa Oromiyaa
Lakk.Herrega
Aksiyoonaa 1000312849635 01322277683100 3422093 1000055066454

Lakk. Herrega Hojii


Adeemsistuu 1000312849449 01322277683101 3422131 1000055066446
SWIFT CODE CBETETAA AWINETAA ORIRETAA CBORETAA

You might also like