Mammee

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 14

Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

Lakk_____________
Guyyaa___________

Waajjira Bulchiinsa Aanaa Doobbaatiif


Doobbaa
Dhimmi waa’ee karoora waggaa kan bara 2015 isiniif erguu ilaala.
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalameetti karoora waggaa Araddaa
Laga Leencaa kan bara 2015 qopheessuun isiniif erguu keenya
kabajaan isiniif ibsina.

0
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

Nagaa wajjiin

Mahammad Muktaar
Manaajara Ara. Laga Leencaa

Kaayyoo karoora Bara 2015


Dandeetti raawwachiisummaa Hawaasaa guddisuu,Raayyaa jijjiiramaa gahuumsa qabu
ijaaruu ,kenniinsa tajaajila araddichaa fooyyeessuu ,Itti quufinsa lammiilee mirkaneessuun
bulchuunsa gaarii Dhugoomsuudha.

Kallattii galma gurguddaa karoora bara 2015


 Hojiilee keenya hunda karaa raayyaa ijaarameen qofa akka hojjannu amantaa
guutuun hojii keessa galuu ,
 Hojiilee keenya hunda meeshaalee rifoormii hojii irra oolchuun sadarkaa hundatti
karaa raayyaa ijaarameen raawwachuu.

1
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

 Barbaachisummaa faayidaa rayyaan hojachuu sirritti hubachiisuun kallattii


tarsiimawwaa ta’een qaamni hundi hojii keessa akka galu taasisuu
 Qophii karooraa irra eegalee raawwii keessatti hirmaannaa ummataa kallatiinis ta’ee
alkallatiin hojiilee keenya hunda keessatti karaa dimookraatawaa ta’een
hirmaachisuun ummanni keenya sadarkaa hundatti fayyadamaa akka tahu taasisuu
 Hojiilee keenya karaa fayyadamummaa dubarttootaa fi Dargaggootaa mirkanessuu
danda’uun hojachuu
Sona Araddichaa
 Hojachuuf fedhii qabaachuu,
 Naamusa qabaachuu
 Namoota hojjachuu qaban qindessuun waliin hojachuu
 Tajaajila quubsaa tahe ummataaf kennuu
 Mirgaa fi dirqama hubachiisuu
 Adeemsa dimookraatawaa ta’e calaqisiisuun iftoominaan hojachuu
 Qajeeltoowwan Bulchiinsa Gaarii qixa sirrii ta’een hojii irra oolchuun itti
quufinsa ummataa akka guddatu taasisuu

Haala Qabatama Araddichaa Ilaalchisee


Kallattii Afraniin Araddoota Ollaa ishee Daangeessan
Bahaan Aa/Xuulloo Araddaa Kira kufiis
Dhihaan Araddaa Wal/Ibsaa
Kaabaan Araddaa Baha Aduu
Kibbaan Aanaa Xuulloo tiin kan daangeefamtuudha.

Haala Qilleensa Araddichaa Ilaalchisee

 Baddaa 85 % badda Daree 10 % Gammoojjii 5 %

Xiinxaala raawwii karoora bara 2014


Raawwii karoora bara 2014 araddaa keenyaa galmoota gurguddoo KGT 2ffa waliin wal bira
qabamee yeroo xiinxaallu rifoormii fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf sochiiwwan bal’aa
taasifameen hojiin jalqabii gaarii tahe mul’achuu danda’eera
Raayyaa ijaarame kanaan hojiiwwan rifoormii fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuudhaan
misooma itti quufisa qabu nageenyaa fi dimookraasii fiduun ummata keenya fayyadamaa
taasisuuf sochii guddaan taasifamee jira.
Kanuma irraa ka’uudhaan karoora bara 2015 keessatti rifoormii fi bulchiinsa gaarii keenya
bifuma walfakkaatuun ija siyaasaatiin akka gaggeeffamu fi ijaarsa raayyaa jijjiiramaa
Paabliik sarvisii amantaa guutuun fi kutannoo cimaadhaan hojjiirra oolchuuf bilchinaan kan
hojjannu taha.
Ciminoota Bara 2014 keessa turan
 Hojiiwwan seektara hundaa bifa qindoomina qabuun hojachuu
 Kaka’uumsi hojiidhaaf jiru gaarii tahuu

2
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

 Gabaasa hojiiwwan adda addaa qaama dhimmi ilaaluuf yero yeroon dabarsaa
deemuu
 Iddoo hojiitti arggamuun tajaajila ummataaf keennaa jiraachuu
 Qindoomnni caasaa waliin jiru gaarii tahuu isaa

Hanqinoota Bara 2014 keessaatti mul’atan


 dhiheessin walqabate sanyii filatamtuu yeroo gababa keessatti dhuftuu
 qonaan bulaaf dhiheessuu dhabu
 Bishaan qulqulluu dhabufi bishaan wajjira keessa jirachuu dhabu





Rakkoowwan bara 2014 keessa nu qunnaman


1@rakkoo daandii daandiin Addaan cituun Ambullaansiin seenu dhaabuun hatti
ulfaa midhaan irraa gahaa turuun nuu rakkisaa jira
2@rakkoo Ifaan wal qabatee mobaayiliin amma ammaa chaarjii fixee nuu dararu
yeroo kumaandi postin bilbiltuu nuu dhabu akka rakkootti waan nu qunnaman
 3@Isteeshinarii gahaa tahe jiraachuu dhabuu

Kallattii fuula duraa


 Tajaajila safisaa fi si’ataa tahe hawaasa keenyaaf kennuuf qindoominaan hojachuu
 Hojiilee keenya hunda bifa gurmaa’insa qabuun hojachuu
 Hojiilee hojatamu qaban hunda raayyaan hojachuu
 Olaantummaa seeraa Araddicha keessatti mirkaneessuuf qaama nageenyaa
qinddeessun hawaasaa waliin akka hojjatan taasisuu
 Koreelee adda addaa bifa haaraan ijaaruun leenjii fi hubannoo keennuun cimsuun
hojitti galchuu
 Ibsa mootummaan waa’ee adeemssa jijjiiramaa biyyaa irratti kennu fudhachuun
hojiirra oolchuu

3
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

Tarkaanfiilee tarsiima’aa Safartuu Raawwii Safa Ka’uumsa Manii Karoora Bara 2015 fi Yeroo Raawwii isaa
rtuu karoora Karoora Kur.1ffaa Kur.2ffaa Kur.3ffaa Kur.4ffaa
Lakk

bara 2014 Bara Ado Hag Ful Onk Sad mud Amj Gur Bit Ebl Ca Wax
2015 m
1

1 Proojektii sakata’iinsa itti Dookmeentii lakk 1 2 1 1


quufinsa maammilaa ka’uumsaaf qophaa’e
Gaafannoo lakk 3 4 1 1 1 1
Qophii ka’uumsa hojii tooraa qopheessuun
fi meeshaalee ragaan ittiin mariisisuun yaada Mar 2 4 1 1 1 1
1.1 funaanamu sassaabuu
1.2 Iddattoo filatamee yaada Dookmeentii Mar 3 4 1 1 1 1
kennuu fi xiinxaluu sakata’iinsaa
1.3 Haala bu’aa argameen yaada Duubdeebii kenname Mar 2 2 1 1
furmaataa hanqinaalee marsaa
kallattii duubdeebii kennuu
1.4 Gabaasa sakkata’iinsa caasaa Gabaasa sakkata’iinsa Mars 3 4 1 1 1 1
waj, B ,A tiif dhiyaate dhiyaate marsaan
2 Proojektii sirna Gamaaggama hojiira Mars 4 4 1 1 1 1
gamaaggamaaf horddoffii oolmaa baajataa aa
raawwii karooraa fi baajataa taasifame marsaa
2.1 Baajata waggaaf ramadame
mana marii gandaatiin
ragga’ee haala qoodameen
hojii irra ooluu isaa hordofuu
2.2 Galii fi baasii haala seera Seera qabeessa galii fi % 90% 100% 9 9 9 9 9 9 9 9 9 9 9 9
qabeessa fi hojii yeroon bahee mirkanaa’e
karoorfametti raawwatamuu Faayya’iinsa raawwii % 80% 85% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
isaa mirkaneessuu karoora dabalee
3 Proojektii sirnna komii Sanada walii galtee lakk 1 1 1
keessumeessuu kenisiisuu
Tajaajila kaabinee
wajiin qopheeffate
3.1 Komii ka’uuf malu hanbisuuf
ykn xiqqeesuu
3.1. Manaajarri yeroo hunda yoo Guyyaa hunda % 80% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
1 xiqqaate miseensa kaabinee waajjiratti argamuun
waliin araddatti argamuun tajaajila ummataaf
tajaajila fakkeenyummaa kennuu isaa ragaan kan
qabu hawaasaaf kennuu mirkanaa’ee

4
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
Sagantaa idilee % 75% 85% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
kaabinee waliin qaban
alatti guyyaa hunda
tajaajila miseensa
waliin kennamuu isaa
kan mirkanaa’e
3.1. Paabliik Sarviisii Araddaa Waltajjii marii mars 24 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
2 hunda biratti miira kaabinee waliin a
tajaajiltummaa gabbisuun diriirfame
sirna kenna tajaajilaa marii Waltajjii marii Paabliik mars 12 24 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2 2
diriirsuun bu’aa hawaasaa Sarvaantiin waan a
madaalchisuu torbaanitti diriirfame
Waltajii ummanni mars 6 6 1 1 1 1 1 1
tajaajila isaa ittiin a
madaalu yoo xiqqaate
ji’a lama lamaan
diriirfame
Yaada madaalichaan % 75% 90% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
burqisiifame irratti
walii galteen irra
gahame
3.1. Rakkoo ykn hanqinaalee Madda komii lakk 6 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
3 kenniinsa tajaajila kamiif qorannoon adda bahe
sababa tahan qorachuun
furmaata akka argatan
gochuu
Dookmeentii qorannoof lak 2 4 1 1 1 1
qophaa’e
Bu’aa qorannoo mars 2 4 1 1 1 1
duubdeebii kennamee a
3.2 Komii ka’uuf batalatti deebii Yaada furmaata % 65% 85% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
haqa qabeessa tahe kennuu dhiyaatee hojii irra oole
ragaan deeggaruu Karoora ka’uumsaa % 1
qophaa’e
3.3 Sirnna komiin itti Sirnicha irratti waltajjii mar
keesumeefame gurmaa’insi hubannoo uumuuf
cimuu karooraan akka diriirfame
deeggaramu gochuu Komii ka’u hunda % 75% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
galmee irrati qabamuu
fi sirna duubdeebii kan
qabu
Komii ka’e sadarkicha % 80% 90% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
irratti murtii argate

5
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
4 Proojeektii ijaarsa raayyaa Karoora ka’uumsa lakk 1 1 1
Paabliik sarvisii hojii irra qophaa’e
oolchuun karoora ka’uumsa Marii Garee Lakk 1 1 1
ijaarsa RJJ qopheessuun hojjattoota
qajeelfama ijaarsa RJJ hojii mootummaa
irra oolchuu Waltajjii marii lakk 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
gamaaggama idilee
gaggeeffame
4.1 Bu’aa madaallii oolmaya Adda duree beeksisuu lakk 6 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
guyyaa waliin qindeessuun
xumura torbaanitti adda
duree torbaanii beeksisuu
Waltajjii marii mars 24 48 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4 4
gaggeeffame a
5 Proojeektii ijaarsa daandii Baayyina namoota lakk Dh 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
waldaalee hawaasaa leenjii fudhatee i
Du 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
Barbaachisumma faayidaa b
waldaalee hawasaaf w/ 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521
g
5.2 Gurmaa’insa waldaalee Baayyina waldaalee lakk 6 6 1 1 1 1 1 1
cimsuu araddichaa ijaaramee
5.3 Mana marii keessaatti Baayyina miseensa Lakk 6 8 2 2 2 2
hirmaanna waldaalee ijaarsa irra deebiin
guddisuu dabalamee
Mana marii keessatti % 80% 85% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
hirmaannaa waldaalee
dabalee
5.4 Hojiilee misoomaa keessatti Karoora raawwii f % 85% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
gumaachi waldaalee gamaaggama raawwii
hawaasaa akka dabalu hojii misoomaa irratti
gochuu hirmaannaa waldaalee
hawaasaa dabale
5.5 Gurmaa’inssaraa hanga Sanada qorannoo Lakk 1 1 1
raawwii rakkoolee jiru adda rakkoolee falli isaanii
baasuun fala kaa’uuf hojiirra qophaa’e
oolmaya mirkaneessuu
Duubdeebii kenname Mars 4 4 1 1 1 1
a
Yaada furmaataa % 90% 90% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
rakkoolee adda bahan
hiikuun hojii irra oole
6 Proojeektii bulchiinsa gaarii Waltajjii marii mars 4 6 2 2 2

6
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
hojii irra oolchuu diriirfamee a
6.1 Paakeejicharratti hubannoo Garee waltajjii irratti mars Dhi 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
dabalataa uumuu hirmaate a
dhi 310 Dub 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
Dub 211
w/g 521 w/g 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521

6.2 Qabsoo bul/gaarii Waltajjii marii mars 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1


mirkaneessuu keessatti hawaasa walii a
hirmaannaa hawaasaa gaggeeffame
guddisuu
6.3 Abbootii warraa paakeejicha Abbootii warraa lakk 6 10 5 2 3
irratti moodeela tahan paakeejii araddichaa
uumuu tiin moodeela tahan
6.4 Hanqinaalee hojiirra Qorannoo gaggeeffame lakk 4 4 1 1 1 1
oolmaya paakeejii mudatan
qorachuu fi bu’aa qoranichaa
hojiirra oolchuu
Sanada qorannoo lakk 1 1 1
qophaa’ee
Duubdeebii kenname mars 1 1 1
marsaa a
7 Proojeektii ijaarsa dandeettii Baayyina miseensoota lakk Dhi 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
mana marii gandaa mana marii leenji’ee
Dhi 150 Dub 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
Dub150
w/g300 w/g 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521

7.1 Bakka bu’oota ummata lakk


araddaatiif leenjii kennuu
7.2 Karoora raawwii Proojeektii qabachuun lakk 80% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
gamaaggamaaf karoorsuu irratti
faayyadamummaa hojii horannaa hawaasaa
misoomaa irratti gahee bakka dabale
bu’iinsaa akka mirkaneessan
gochuu
Hojii misoomaa lakk 4 4 1 1 1 1
nageenya bul/gaarii
irratti waltajjii
gaggeeffame
8 Proojeektii ijaarsa dandeettii dookmeentii bulchiinsa 1 1 1
hoji dhabllummaa gandaa ibsu qophaa’e
ganddootaa gahee bulchiinsa

7
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
ganddootaan adda baasuuf
beeksisuu
Miseensotaa caasaa
bulchiinsa gandaa
leenjii fudhatan
Dh
Dub
w/g
8.2 Waltajjii marii itti fufiinsa Baayyina waltajjii Mars 4 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
qabu qaamoolee araddaa marii diriirfamee a
hunda hirmaachisuun
diriirsuun ganda handhura
misoomaa fi bulchiinsa gaarii
taasisuu
Qaamoolee garagaraa Lakk 80% 90% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
mariicharratti argamee
8.2 Rakkoo ijaarsa dandeettii Sanada hanqinaalee lakk 1 1 1
dhaabbattummaa ganddicha adda baasuf qophaa’e
gufachiisan ilaalcha dandeetti
horddoffii deeggarsa ykn
dhiyeessii isaa soba tahan
adda baasuun deeggarsa
argameen hiikaa deemuu
Hanqinaalee gama % 90% 90% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
ilaalchaatiin adda bahe
Hanqinaalee gama % 75 80 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6
dandeetiitiin adda bahe
Hanqinaalee gama % 90% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
dhiyeessiitiin adda bahe
8.4 Araddicha moodeela taasisuu Ulaagaa % 90% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
moodeelummaa bahuuf
kan guutuu
9 Proojeektii sirna deeggarsaa Zoonii misoomaa garee Mars 4 4 1 1 1 1
fi horddooffii fooyyeessuu deeggarsa taasifame a
9.1 Zoonii misoomaa fi garee
misoomaa araddichaatiif
deeggarsa taasisuu
9.2 Horddoffii deeggarsa Duubdeebii mars 4 4 1 1 1 1
taasifameen duubdeebii barreeffamaan a
kennuu deeggaramee kenname
9.3 Jijjiirama horddoffii Fooyya’iinsa horddoffii % 80% 90% 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5 7.5
deeggarsa taasifame deeggarsa duubdeebii
duubdeebii booda argame booda argame

8
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
madaaluu
10 Proojeektii muuxannoowwan Baayyina lakk 6 6 2 2 2
gaggarii baballisuu muuxannoowwan
10.1 Hojii muuxannoowwan gaggaarii adda bahee
gaggaarii gandichi qabu aanaaf dabaree
addaan baasan namaa
dabarsuu
10.2 Muuxannoowwan bakka Muuxxannoowwan lakk 7 8 2 2 2 2
biraa argame haala hojiirra oole
qabatamaa gandichaatiin
hojiirra oolchu
11 Sagantaa fooyyainsa Sanada leenjii lakk 1 1 1
haqummaa hubannoo seeraa qophaa’ee
akka argatan gochuu
Waltajii hubannoo
uumuuf diriirfame
Baayyina hirmaattoota lakk Dhi 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
waltajichaa
Dhi 310 Dub 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
Dub 211
w/g521 w/g 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521
11.1 Yakka hir’isuuf nageenya Walitti bu’iinsi miidhaa % 70% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
mirkaneessuu keessatti osoo hin geesisin
shoorri hawaasaa araddichaa hiikame
akka cimu gochuu
Yakka xiqqaate % 80% 80% 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6 6.6
Gocha adeemsa % 80% 90% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
nageenya shakkame
saaxiluuf dafanii
qaamolee seeraaf
dabarsuu irratti
hirmannaa dabale
11.2 Ijaarsaaf sochii hawaasaa Waltajjii marii Mars 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
komitiing poolisiingii qindoomina hawasaa fi a
keessatti gahee hawaasaa poolisii cimsuuf
akka cimu gochuu gaggeeffame
Hirmaattoota waltajjii Lakk Dhi 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
Dhi 310
Dub211 Dub 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
w/g521 w/g 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521
12 Sagantaa bulchiinsa Waltajjii hubannoo lakk 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
alwaalta’iinsa hojii irra uumuuf diriirfame

9
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
oolchuuf fayyadama baayyina ummata
12.1 Mirga dimookraasii sagantaa hirmatee Lakk Dhi 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310 310
sirna waalta’insaa irratti Dhi
hubannoo hawaasaa cimsuu Dub Dub 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211 211
w/g w/g 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521 521
12.2 Waltajjii marii gamaaggama Waltajjii gamaaggamaa Mar 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
hawaasa hoogganttoota fi diriirfame asa
tajaajila isaa irratti diriirsuu
Baayyina iftoomina % 80% 90% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
hirmaannaa hawaasaa
dabale
12.3 Seera ittiin bulmaata Seera ittiin bulmaataa % 75 80 6 6 6 6 6 6 6 6 6 6 6 6
baafachuu adabii bu’uura godhachuun
raawwatamu akka adabbii raawwatamu
dimookraasitti ilaaluu seeraa hangam takka hafe
ala adabamu fi hidhamuun
lamiilee hanbisuu
Miidhaa sabaaba % 90% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
hubannootiin ummanni
hanbisu sirnuma kana
keessatti fayyadamuun
hafee
13 Proojeektii sirna odeeffannoo Ragaa bu’uuraa % 90 95 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
sirnaan qindaa’e
13.1 ragaa bu’uura araddichaa Qulqullina ragaa % 90% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
gurmeessuu qinda’ee
14 Proojeektii sirna hirmaannaa Rakkoo adda baasuun % 80% 90% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
ummataa irratti hirmaannaa
hawaasaa dabale
14.1 Rakkoo adda baasuu fi duraa Hojiiwwan hirmaannaa % 75% 95% 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8 8
duubaan kaa’uun hirmannaa ummatan karoorsuun
hawaasaa guddisuu raawwii irratti
hirmaannaa dabale
14.2 Hirmaannaa ummataa Dimookraasummaa % 85% 90% 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7 7
dimookraatawaa tahe akka hirmaannaa ummataa
mirkanaa’uu gochuu mirkanaa’e
14.3 Hojii toora dimookraasii Dimookraasummaa % 90% 100% 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5 8.5
araddicha keessatti mul’atu hooggansa araddichaa
maksuu dabale
14.4 Hojiiwwan hirmaannaa Gabaasa hirmaannaa Mars 12 12 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1 1
ummataa bifa duguugameen ummataa qindaa’ee aa
qindeessuun gabaasuu yeroon ergame

10
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015

Karoora Hojii Hirmaannaa Ummataa kan bara 2015


Gosa Hojii Gurguddoo hojetamuuf Baayyina Hirmaattootaa

Humnaan

Beekkum
Kur.1ffaa

Kur.2ffaa

Kur.3ffaa

Kur.4ffaa

maallaqa
Maallaqa

Meeshaa
karoorfaman
Misoomaa

saan

W/G
Safartuu

Karoora
waggaa
Damee

an

n
lakk

Dhi Dub W/G


1 Deeggarsa haadholii sassaabuu Qar. 400 - 160 160 40 
0 4

Mana fincaanii haaraa qotuu Lakk 300 290 10 300 50 50 200 


Boolla kosii qotu Lak 360 260 10 270 270 

Mana fincaanii suphuu Lak 360 260 8 268 268 

Mana fincaanii waliinii qotuu Lak 6 58 6 64 64 


Keellaa fayyaa suphuu Lak 1 - - - - - - - - - --
Fayyaa

2 Mana barumsa BTSD ijaaruu lak 1 1


Mana jireenya B/sota maraguu Lak 3 3
Daree Dabalataa maraguu Lak 4 4
Galii mana barumsa guddisuu Qar. 20,00 10,000 10,0
Galmee Bart/kuta 1-8tti bara,2015 Lak 0 - - 00
1100
Teessoo Barattootaa hojjachuu Lakk 200 50 50 50 50
Dabtara matii H/qalleeyyii bituu Darz 6
Barnnoota

Dallaa mana barumsaa suphuu M 300


Oyiruu mana barumsaa qotuu Hek 0.5
Biqiltuu dhabuu lak 2000
3 Istiraakcharoota adda addaa Lak 200
hojachuu

11
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
Daaga dhagaa hojachuu Km 2
Daaga biyyee hojachuu Km 1
Maaykiroo bezin Lak 190
Ayabiro bezin Lak 250

Boolla biqiltuu qotuu lakk 5000 150 60 210 

Biqiltuu dhaabuu lak 5000 150 60 210 

Buna kunuunsuu Hek 2 62 6 68


4 Daandii miilaa suphuu Km 2 213 6 219
Daandii

Deeggarsa daandii sassaabuu Qar. 10000 


Hallayyaa Hidhuu Mk 3

5 Madda qulqulleessuu Lakk 9 400 62 462


Madda haaraa qotuu Lakk 2 164 4 168
Haroo qulqulleessuu Lakk 10 211 60 271
Deeggarsa bishaanii sassaabuu Qar. 2500
Bishaan

Madda gabbisu Lakk 9 300 20 320


Eela haaraa qotuu Lakk 4 164 3 167
6 Jallisii Aadaa Baasuu Km 3 62 4 66 
Jallisii

Maagada qulqulleessuu Km 3 162 6 168 


Maagada haaraa baasuu Km 2 71 - 71 
7 Deeggarsa uffata milishaa Qar 50,00 430 70 500 
Bul/Nageenya

sassaabuu 0
Oyiruu maatii milishaa qotuu Hek 12 32 6 38 
Waajjira Araddaa suphuu lakk 5 150 40 190 
Waajjira Araddaa ijaruu Lakk 4
Dallaa waajjiraa ijaruu M 50 120 10 130 

Kan qopheesse

12
Karoora Waggaa Araddaa Laga Leencaa Kan Bara 2015
Maqaa Mahammad Muktaar
Mallattoo ____________
Guyyaa / __/______

13

You might also like