Download as txt, pdf, or txt
Download as txt, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Koree Hawaassummaa Ganda 01

1 Jamaal Bariisoo
2 Dammaa Guyyee
3 Dhaqqaboo Maammiyyo
Obbo___________________________________Raggaasuu ta'a.
Rgaa 1ffaa___________________________________umrii_______saala_____B|
B______________Amantaa_____________Gargaaraa Saajin Huseen Galgaluu Galchuu ilma
isaanii Ta'uu ni beeka.

Murtii
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti gargaaraa saajiin Huseen Galgaluu ilma
galgaluu galchuu ta'uu ragaan seeraa nama sadii (3) Jecha afaan tokkichaatiin
mirkaneessee jira.Nullee kanuma irra dhaabbachuudhaan koree hawaasummaa Ganda 01
Murtii kennee jira.

Ajaja

Galmeen mana galmeetitti Deebi'ee Obbo Huseen galgaluuf akka barreefamuuf koreen
hawaasummaa Ganda 01 Ajaja kennee jira.

Lakk________________________

Guyyaa_________________________

Waajjira__________________________________________________
Dhimmi:-Obbo______________________________________________Ragaa kennuu ta'a.

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti ragaa seeraa nama sadi (3) jecha afaan
tokkootiin raggaassisee geggeesituu kanaan wolqabsiifnee isinii erginee jirra.

Naga Wajjiin.

You might also like