Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Ulaagaa Abbaltii Asoosama Dheeraa Oromoo (2023, Kombolcha)

1. Seensa:
Seenduubee kitaabaa
a. Barreessaa, bara maxxanfame, mataduree kitaabaa, mana maxxansaa
b. Dhimma irratti barreeffame (qabiyyee kitaabichaa keessaa kan ba’u)
2. Qooddattoota asoosama keessaa (gosaafi amalootaan)
3. Amala (characteristics) asoosamaa
a. Amala diraamaa
b. Barsiisuu
c. Bashannansiisoo…
4. Gosa asoosamaa akkamii of keessaa qaba?
5. Wal dhabbiiwwan asoosama keessa jiran (duraa duuba isaaniin)
6. Galumsa/yoomessa asoosamichaa (seenessa dhihaachaa jiruun ykn ergaa darbaa jiruun wal
qabachuu isaa)

Hub.:

• Ulaagaaleen kun asoosama dheeraa tokko madaaluuf kan dhihaatan waan ta’eef, gareen
hundi tokkoo tokkoo isaanii irratti yaada kennuu qaba.
• Miseensi garee keessanii hunda hirmaachisaa. Dhiheessaaf ulaagaalee kanneen addaan
qooddattu; gaaffii garuu tasa waan gaafatamtaniif waan gareen dhiheessu hubachuun
dirqama.
• Asoosama irratti hojjettan guyyaa dhiheessaa qabadhaa argamaa. Guyyaan itti dhiheessitan
waan hinmurtaa’iiniif daftanii hojjettanii qophooftanii eegdu.
• Barreeffamni sirriitti kan dubbifamu ta’uu qaba
• Gaaffii yoo qabaattan barreeffamaan kara qindeessaa sagantaa naaf erguu dandeessu.

You might also like