Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 16

BOQONNAa tokko

BARUMSA BOMBII
GOSA BARUMSAA….. MEESHAA SALPHAA LAFOO
MATADUREE…… BARUMSA BOMBII

Mata dureewaan haguuggamaan

1. Seensa
2. kaayyoo
3. Yaada bu’ura bombii harkaa
4. Balballooma ibsa bombii
5. Hojii ijoo kutaalee bombii
6. Bombii harkaa kuusuu fi hojiif qopheessuu
7. Imaammata off-eeggannoo
8. Toftaa bombiin harkaa ittiin darbatamuu
9. Yaada waligalaa
1. Seensa
Boqonnaan kun boqonnaa xixiqqaa torba irraa ijaaraame , yaada bu’uraa bombii
harkaa, ibsa balbaloomina meeshaa, balbaloomina bombii harkaa ‘ maqaa
balballoomina bombii harkaa , hojii kutaalee bombii harkaa , bombii kuusuu fi
hojiif qophessuu danbii fi off-eeggannoo bombiif tasifamuu qabu , isaa dhumaa
haala bombiin harkaa itti darbatamuu qabu nibaratama.
2. Kaayyoo
KadhimamaaQondaaltootaa
1 Yaada bu’uraa bombii harkaa ni-beekuu
2 Balbaloomina bombii ni-beekuu
3 Balbaloomina maqaa bombii ni-beekuu
4 Gahee hojii kutaalee bombii ni- beekuu
5 Bombii harkaa kuusuu fi hojiif qopheessuu ni-beekuu
6 Danbii fi off-eeggannoo bombiif tasifaamu nibeekuu
7 Toftaa Darbaannaa bombii harkaa nibeekuu laata.
8 kadhimamaan qond. Gara boqqonnaa itti-aanuutti osoo hin darbiin dura
seensaaf akka ta’uu gaaffiiwa Bombii harkaa jechuun maal jechuudha.?
3. Yaada bu’uraa boombii harkaa
 Barmaatileedhaan bombiin maqaa fanjii jedhamuun beekkama.
 Boombiin makaa albuuda gara garaa irraa ykn wantoota fanjii ta’an irraa
oomishaame.
 Boombiin ittiin barsisuu fi shakalsissuuf akkasuumas darbachuun humina
diinaa irratti balaa geesiissuu akka danda’uuf kan qophaa’ee yeroo ta’uu
haala boca gara garaatiin hojeetamee kan qophaa’ee dha.
 adii dhiyaate deebisaa
 Yeroo ammaa boombii n harkaa biyyoota gara garaa keessatti hojeetamee
guyyaa ta’ee halkan faayidaa kennuu irratti argama . Boombiin yeroo
ammaa biyyaa keenya keessatti harka waraanaatti argamu
 R.G.D.5, boombii haaleellaa
 Af.1 bombii ittissaa .jedhamaanii waamaaman
 boombiin meeshaa humina ookaaraa olaanaa sagaleen degaraamee garee
diinaa lafoo fageenya dhiyyoo irratti waliitti qabaame barbadeessuun
dhuka’aa loltuu waraanaan ala tasissuu fanjii danda’uu dha.
 Bombiin harkaa humina hanga fofotoqquu fi uree darbuu meeshaa humina
qabu waan ta’eef haleellaaf , hanga metira 25-30 ittissaaf hanga metira 200
fofoto qqee miidhaa geesissuu danda’aa.
 Yeroo waraana magaalaa haleeluufis ta’ee ittissaaf haala walfaakkatuun
fooddaa keessaan galchuun darbachuun nidandaa’aama
 Farra taankii malee bombiin taankii miidhuu hin danda’uu waan ta’eef nama
boombii darbaatuu haala miidhuu hin dandeenyeen bakka dayyefanaa
mijataa irraa tti darbachuu qaba.

4. Balballoomina ibsa boombii harkaa

1. Amala ፡-
Gosa boombiiwaan harkaa , hanga ,gosa, maqaan adda haa ta’an malee amaloota
wal fakkaatu qaban kanaafuu
 Daandeettii boombiichii nama balleessuu danda’uu fofotoquu dhaanidha.
 Warantuun boombii yeroodhaan dhuka’aa
 Warantuun boombii yeroodhaan sekendii 3.2-4.2 dhuka’aa
 Fanjiin bombiitti guuttaamu T.N.T Jedhama.
4.1Boombii harkaa /የእጅ ቦምቦች፡-
 Boombiiwaan sagalee nama jeequutti fayyadamuun xiyyaafannoo diinaa
dhiyootti walit-qabamee jiru barbadeessuun hojiin alaa meeshaa
tasissuudha.
 Boombii harkaa bakkaa adda addaa irratti dhuka’uun yeroo qaaminii
boombii finiinee fofotoqun haleellaadhaaf metira 25-30 yeroo haguuguu
ittisaaf metira 200 radiyeesii keessatti miidhaa geesiissuudhaan qolannoo
ykn miishigii duubaa darbachuun nidanda’aama
 Yeroo waraana magaalaa haleellaaf ta’ee ittissaf kara fooddaa
darbachuudhaan haala wal-fakkaatuun miidhaa geesisuun ni danda’ama.
 Bombiin farra taankii bakka darbaatamee tti taankii kan gubuu waan ta’eef
bombii namini darbaatu dawoo qabatee darbachuu qaba.
daandeettii fi hanga bombii

Figure 1 BOOMBII WAAN GOSA GARA GARAA


4.1.1BOOMBII F1
 Kan hojjetamee waraana adunyaa 2ffaa irrattidha
 F1 lomika maqaa masoo farra namaa kan fofotuquu dha
 Qaamini alaa isaa sibiila irraa kan hojeetamee dhukuu 36 qaba
 Boombiin kun hanga m 200 balaa geesisuu danda’uu
 Qaamini alaa isaa sibiila irraa kan hojeetamee dhukuu 36 qaba
 kan guutaame graama 60 TNT (trinitrotoluene
 Ulfina waligalaa 600 graama
 fiwuzii itti-fayyadaminuUZRGM yeroo dhukaasuuf 3.2-4.2 sa’ati
 Gidugaleesa fageenya itti-darbataamu m 35- 45
 Boombiin kun hanga m 200 balaa geesisuu danda’uu

Figure 2 BOOMBII ------------------------------------RGD5

Figure 3BOOMBII F1
4.1.2 BOOMBII RGD5
a. RGD.5 hand grenade (Ruchnaya Granata Distansionnaya)boombii salphaa
harkaati
b. RGD-5 farra namaa boombii fofotoqee haleellaa tasisuudha
c. Fanjii Guuttame (TNT) graama -------------------------------------110g qaba
d. dhohee naannoo inni haguuguu danda’uu --------------------------25-30m
e. Yeroo itti dhuka’uu ---------------------------------------sekendii 3.2-4.2
f. Ulfinni boombiichaa -----------------------------------------------310.g
g. RGD-5 daandeettii darbannaa metira ------------------------------40 - 50

Figure 4 BOOMBII ------------------------------------RGD5


4.1.3 Boombii farra taankii
1 Kan guuttaamu fanjii(T.N.T) grama 200g dha
2 bifa xaasaatiin hojjetama
3 Kan hojjetame biyya sovet hibirat
4 Boombii harkaa fofotuquu haleellaaf ooluudha
5 Waraana adunyaa 2ffaa irratti oomishaame
6 Alarmiif damaqinaaf ittifayyadaman
7 Ulfinnii waligalaa waraantuu isaa/ፍዩዙ/graama 420
8 Yeroo itti dho’uu sekendii 3.2 -4.2 Sek.
9 Metira 30-40 darbatamuu danda’aa
10 Baldhina metira 25-30 qaanqeen dhagaa bitini’uu danda’aa.
Boombii konkolataa waraanaa barbadeessuu danda’uu

Figure--------------------- 5
boombii -------------------------farra taankii

4.1.4boombii farra taankii


 RKG-3 farra-taankiiti
 Sibiila uruu danda’aa
 battalumattii walit-bu’uun dhukaafaama
 Hanga metira 220 fafaca’uu danda’aa
 gidugaleessa/በኣማካይ/ hanga metira15-20 harkaan darbatama.
 Ulfinii boombii waraantuu waliin graama1070.
Figure---------------- 6
boombii ---------------------------------------farra taankii

 Dhuka qabannoo boombiichaa


 Qaama boobichaa
 Fiwuzii /waraantuu
 Qabiyyee waligalaa
Figure 7----------------------------------------------------qaama boombii chaa
Figure 8 ---------------------------------------------dhuka qabannoo boombiichaa
Figure 9----------------------------qabiyyee wal-gala boombiichaa

Figure 10-----------------------------fiwuuzii /waraantuu

5. Balbaloomina maqaa boombii


Meeshawaan biraa irratti akka argineetti boombiiwaan hundumittuu qaama keessaa
fi alaa jedhamee bakka lamaatti qoodaama.
5.1 Maqaa Qaama Alaa--------------ዉጨዊ ስም ዝርዝር
 Qaama fanjii boca adda addaan guutaame
 Qaama fiwuzii/waraantuu---------የፊውዝ አከል.
 cancaalaa-------------የመጠበቂያ ቅጠል
 Hamartii cancalaa-------------የመጠበቅያ ቀለበት
 Danqaraa cancaalaa--------- የመጠበቅያ ቅርቃር
 Tubboo fiwuzii hammattuu---------የፊውዝ አቃፊ ቧንቧ
 mataa waraantuu-----------------------የመውጊ አናት
5.2 Maqaa balbaalooma keessaa---የውስጥ ስም ዝርዝር
 Kutaa boombii qaama keessaa keessaatti kan argamuu fanjii T.N.T jedhamu
qofaadhaa
 Fiwuziin boombii kamiyyuu boombiin akka dhuka’uu tasiissuuf
 Ibiddaa cimaa humina walitibuusee kaasuu danda’uu kan qabatee kutaa
boombii olaanaadha. Fiwuziin qaanqee ibiddaa uumuuf albuudaa garagaraa
off-keesaa waan qabuuf yeroo hin barbaachifinneetti akka hin dhukaanee
waraantuun darbatamittee
 kamisuurii akka hin rukkunnee shibboon waraantuu olqabiduu ;danqartuu
sibiila cancaalaatiif sibiila hamartii waraantuu dhorkituun kan
ukkaamaamiteedha.

5.3 Balbalooma maqaa keessaa፡-


 Hammattuu waraantuu----መዉግያ አቀፍ ቱቦ
 Qabsistuu Kaamsuurii -----ከምሱር መቃጠጣያ
 Haamartii cancalaa ---የመጠበቅያ ቀለበት
 Shiboo sibiila cancalaa dhistuu / ወጣሪ ሽቦ/
 Hamartii waraantuu gargaartu
 cancaalaa--------የመጠበቅያ
 Danqartuu cancalaa-------የመጠበቅያ ቅርቃር
 Fanjii wal-qabsistuu-------አስነሺ አፋጣኝ ሙሌት
 Baaruda walqabsistuu------አዘግይ አቀጣጣይ ባሩድ
 Hamartii warantuu-------------የመውጊያ ቀለበት

6. Raawwii hojii ijoo kutaalee boombii


 Qaama boombii;-uraa qaama boombii fiwuzii galchiitu;sibiila off-keessaattii
fanjii T.NT.qabuu fi yeroo dhuka’uu sibiila bakka 36 tti fofotoquun kallattii
gara garaattii bibitina’uun xiyyaafannoo rukutuu sibiila danda’uudha.
 Hujummoo fiwuziif afaan boombii waltasisitu;-fanjii keessa owaaraa fi
bishaan/waan jiidhaan/ akka hingallee qadaadduun dhorkuu ykn fiwuzii
keessa galchuuf kutaa fayyadaminuu dha.
 Kaastuu/qabsistuu፡- waliti-bu’iinsa waraantuu irraa argateen qaanqee
iabiddaa uumuudhaan walit-bu’insicha faanjii guuttameef kennuudhaan
boombiin akka dhuka’uu kan tasissuu ta’ee keessatti waraantuu fi kutaa wal-
qabsistuu qaba.
 Kutaan waraantuu kaamisuurii fiwuuzii irra jiru rukutuun ibbidda akka
uumuu tasissa.
7. Boombii harkaa kuusuu fi qabuu fi hojjiif qopheessuu
 Boombiin gosa kamiyyuu sirriittii olka’uu fi qabamuun barbaachiissaadha.
 Kanaafuu loltuu lafootiif shaakaala barumsaas ta’ee waraana gaggeessuuf
yeroo qooddaamuuf fi’uuzii qorqorroo keessatti, boombii saaxiinii keessatti
saamsuudhaan waliin akka taa’uu tasifaama.
 Raabsamuu kan hin qabinee yoo ta’ee mana kuusaa keessattii kunuunsuu
ibbiddaa fi waan balaa irraan gahuu bakka numudaachuu hin dandeenyee
taa’uu qaba.
 Bishaan , xurii, fi awwaarri yoo tuqee jirbii fi carqii googaa dhaan
qulqulleessuun barbaachisaa dha.
 Fiwuziin dameessa’ee /የዛጉ/ qoratamee dameesa’uun isaa yoo qulqulla’ee
zayitii dibuun mana kuusaa olka’uu ykn baduu qaba.
 Boombii harkaa cimaan yeroo baayyee namoota wa’ee boombii beekumsa
qabaniin osoo taa’ee filatamaa dha.
 boombiiwaan harkaa hiikuu dhaa fi hidhuuf yaaluu dhiisuu dha.
Shaakaaluu yoo barbaadamee fiwuuzii shaakaala qabachuun barbaachisaa
dha.

8. Dambii fi off-eeggannoo
 Toftaa Boombii harkaa darbachuuloltuu barsiissuun yoo barbaachisee
dursaanii bombii shaakaalaa fiwuzii waliin qopheessuu fi dhiyeessuu
barbaachisa. Sana booda ,
 Leenjifamaan barneexaa sibiilaa godhatee baha.
 Rakkoo hinqabu waan ta’eef boombii sakata’uu
 Leenjifamtoon bombii darbachuu kan qaban qolannaa duuba irraa ta’uu qaba
garuu yeroo shaakaala loltummaa sochii gochaa darbachuu qabu.
 Boombiiwaan kashafaaniif hojiin ala ta’aan akaataa qajeelfamaatiin
balleessuu, owaaluu, fi dhodhoosuun hoogganttoon kutaa itti-
gaafataamummaa fudhachuu qaban.
 Boombiin harkaa ittissaaf ta’uu yeroo kamiyyuu mishigii waraanaa cimaa
keessaa darbaatamuu qaba.

9. Boombii dhaaf kunuunsa tasifaamuu qabu


 Boombii hojiif qopheessuun dura sirrii ta’uu isaanii sakata’aamuu qaba.
 Boombii fi fiwuzii kopha kophaa sakata’uu , waraannii qophii irraa yoo
jiraate yeroo muraasaaf sakata’amuu qaba;- yeroo sakata’amuus
 Qaamini isaa dammeesa’uu irraa bilissa ta’uu qaba.
 Xurii gara garaa qabachuu irraa bilisa ta’uu qaba.
 Tubboo miidhaa qabaachuu fi cafaqamuu isaa to’achuu.
 Sibiillii cancaalaa oljechuu dhabuuf cabuu dhiisuu isaa sakata’uu.
10. Boombiiwwaan hojiif qopheessuu fi hojiin ala gochuu.
Boombiin bilisaa fi qulqulluu ta’uu isaa erga mirkana’ee booda
 Qadaadduu pilastikii irraa baasuu
 Fiwuzii wal tasissuun hojiif qopheessuu
 Boombiiwaan harkaa hojiin ala tasisuun kan danda’amu cancala fiwuzii irraa
yoo hin buqqaane ta’ee dha.
 Cancallii buqa’ee yoo ta’ee gara qaxanaa diinaatti ykn gara xiyyafaannoo
diinaatti darbachuun dhukaafamuu qaba.
 Fiwuzii hi buqqaanee hojiin alaa yeroo taasifinuu fiwuzii boombii irraa
naanneessuun buqqissuu qadaadduu pilastikiitiin qadaaduu fiwuzii garuu
carqii dhaan ykn jirbii dhaan xaxuun olkaa’uu dha.

11. Toftaa darbannaa boombii harkaa


 Boombiin harkaa qajeelfaama hooggantotatiin dhukaafaama haallii ajaja itti-
kennamuusboombii darbachuuf qopha’ii ,darbaadhuu, kan jedhuu tartiiba
isaa eegee kennama., haala dirqamaatii loltuun yeroo haleellaa tasiisuu yeroo
qabiyyee diinaatti dhiyaate kallattii xiyyaafannoo isaatiin qolannoo diinaa
irratti murtee offitiin darbachuu ni-danda’aa.
 Boombii harkaa ciisicha, dhaabbii fi jilbeefannaa irraa ta’aanii darbachuun
nidanda’aama. Kunis akka haala waraanaa fi naannootiin ilalaamee kan
murta’uudha.
 Harka mirgaa ta’ee harka bitaatiin boombii darbachuun nidanda’ama.
 Yaada xumuraa
 Barreefama kana keessatti haaluma hubanneen boombiiwaan harkaa boca
gara garaa qabanii fi adunyaa gara garaa irratti kan argamaan ta’uu
isaaniit,isaaniis boombii cancalli isaa buqa’ee yeroo darbatamu sagalee off-
eeggannoo kennaan kan jiraniidha.
 boombiiwaan harkaa meeshaa gaarii lolaaf ta’anii dha, kanaafuu, toftaalee
itti-fayyadamaa fi danbiiwaan akasumas amaloota boombii beekuun itti-
fayyadamuun dirqama loltuu dha.
 Gaaffii marii keessa deebii፡-
 balballoomina qaama alaa fiwuzii keessaa sadii ibsi.
 Off-eeggannoo boombiif tasifaamu keessaa sadii ibsi. ?
 Boombii hojiif qopheessuu fi hojiin ala tasisuu jechuun maal jechuudha.?
 Gosa Boombii loltuun keenya hidhate keessaa muraasa ibsii.?

Xumara
 boombii kabajuu ykn eeggachuu malee sodaachuun barbaachisaa mit
 Boombii dhukaasuun bakka qajelfama barbaachiisuuf galma barbaachiisuu
qofaattii fayyadamuudha
 Haallii kunuunsaa fi kuusaa boombii bakka ho’aa hin qabinee fi kosii hin
qabine osoo ta’ee
 bu’a qabeessummaa qaba.

You might also like