Maqaa Abbaa

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

 Maqaa Abbaa , kan Ilmaa ,Kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko

Ameen

Gaaffilee Course kutaa Og-barruurraa


Maqaa Mulune Fulea
Maqaa kiristinnaa Haila mikaa,el

I.jecha beektotaa yoo xiqqaate 20(digdama barreessi


1.Beekumsi kennaa Uumamaa si jilaa hin hatamneedha.(Albarastaayin)
2.Hiyyummaan Hiyyummaa caalu hiyyumma sammuuti.(sooqiraxis)
3.Hanga lubbuun jirtu waan gaarii hojedhu(Abraham Linkan)
4.Yeroo dabarsuurraa Guyyaa beellamaa dabarsuu wayya(Abraham Linkan)
5.Beekaa Jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane barumsi si keessa darbuu qaba.
(Abraham Linkan)
6.bareedinni sammuu dhaa umurii waaliin dabalaa yoo deemu kan bifaa immo hir,achaa
deemaa.(John”F” Keneedin)
7.Waraanaa fi salphina jalaa kan namaa baasu gootummaadha.(Emergan)
8.Hori kee waa barbaadetti jijjiruu dandeessa byya kee garuu hin dandeessu.(John “F”
keneedin”)
9.Eboon gootaa yoo inni jiraate hin fudhatamu yoo inni hin jiraanne ni fudhattama.
(Acheebee)
10.Sammuun qullaa ta,uurraa kiisiin qullaa ta,uu wayya.(Sheekispiir)
11.Manni kitaabni keessa hin jirre akka mana fodda hin qabneetti lakkawwama.(Acheebee)
12.Duuti jiraachuu kan beektu yeroo nama jaallattu si jalaa fudhatuudha.(Emii Disaataa)
13.Humna agarsiiftuu ol qabadhu hamma beektu dubbadhu.(W.sheekispiir)
14.Nama jilbeefatee jiru irra kan dhaabbatee du,e wayya.(mokis)
15.Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu.(Edmand bark)
16.Jaalalti dhugaa mi,aa gidiraa mana hidhaati.(Aroomaay)
17.Yeroo hunda tarkaanfii tokkko yoo yaaddu qormaanni gufuu miila keetirraatti ni mul,ata.
(Antoon cheevaak)
18.Namarra yaaduuf yaali garuu namarra beekaadha ofiin hin jedhiin.(Wiiliyaam Jamsi)
19.Bakka jaalalli hin jirretti dogongorri guutee argama.(Jamsi haaweel)
20.Namaaf ibsuutti yeroo kee hin gubiin sababni isaa namootni waanuma dhaggeeffachuu
barbaadan qofa dhageeffatu waan ta,eef.(Abraham linkan)
21.Waan ofii gochuu hin dandeenyeef of hin jibbiin qooda isaa waan dandeessu irratti of
jaaladhu.(Ashish Chandra)
22.Abshaalli sammuu isaa dubbisa hubataan onnee isaa dhaggeefata,arraba qofaan kan
dubbatu gowwaadha.(Jack ma)
23.Billisummaan funcaan sitti biifamu osoo hin taane namoota biro waliin kabajaa fi jaalalaan
jiraachuu danda,uu keedha. (Nelsan mandela)

Guyyaa-13/04/2015
24.

You might also like