Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 4

Duub-Deebii Deeggarsaa fi Hordoofii

Kurmaana 2ffaa W/ra Barnootaa


Bulchiinsa Magaalaa Mojoo Bara 2o12

M/B Deeggarsaa fi
Hordoofiin
Taasifameef:-
M/B Burqaa
Guddinaa
Sad.1ffaa
Oggeessota Deeggarsaafi Hordooffii taasisan :-
1.Obboo Muluugeetaa Amansiisaa oggeessa W/ra BBMM
2.Obboo Alamuu Guutaa oggeessa W/ra BBMM
Guyyaa degg. Fi Hor. Gaggeeffame 24/04/2012
Cheeklistii kurmaana 2ffaa qophaa’eerratti hundaa’udhaan
deeggarsaa fi hordooffii taasifameen ragaalee M/B
dhiyyeessee fi raawwii qabatamaan M/B keessatti
hundaa’uudhaan cimiina fi haanqina m/b qabuu adda
baasuun akka armaan gaditti qindeessudhaan duub-deebiin
kun qindaa’eera.

Cimina Turee
1.Galiin M/Bnagahiin guramaa jiraachuu isaa fi galiin keessoo m/b karoorii=4700
raawwiin 4700 guutumatti galuun isaa

2.Seera calbaasii eeguudhaan gurgurtaan margaa gaggeeffamuu isaa

3.Madaaliin kitaaba seemistara1ffaa Herrega kutaa 1ffaa fi 3ffaa,say/naannoo


kutaa 1ffaa fi A/O kutaa 3ffaa gaggeessuun

4.Itti fayyadama kitaabaa irratti hubanoon baratootaaf keennamuun isaa

5.GQB karoorii maneejimantii fi mummeewwanii qopheeffachuun fi mariifi


gabaasa raawwwii qabaachuun isaanii akkasumas GQB kan hawaasa keessaa GMB
fi BBLGn qopheeffachuun isaanii

6.Muxannoo gaarii m/b qiindeessuuf hojiin eegalamuu isaa

7.Madaalliin walitti fuuffaa barattoota kan yeeroodhaan wal madaaluu ta’u


isaa(%75).

8.Dandeettiin dubbisuu barattotaa kan ji’a Muddee sadeerkeessun qabachuu


gaarii dha.

9Haafteen barattootaa kutaa tokkoo qofa keessatti ta’u fi barattoota 3 qofa


ta’uun gaarii dha.

10.Gumiileen dhaabbatan 10n keessaa 8 sochii qabatamaa keessa galuun isaani


11.Barsiisoonni fi oggansii m/b karoora DOW qopheeffachuu fi gabaasa galfachaa
jiraachuun isaani

12.Qoruumsa seemistara 1ffaafbarsisonni gaaffiilee qopheeffachuu isaani fi wanta


barbaachiisuuf qophii ta’uun isaa

13.Piroofayalii barsisootaa qindaa’ee haard-koppiin jiraachuun isaa waantoota


akka ciminaatti ilaalee keessaa isaan muraasa.

Hanqinoota jiran

1. Hojiin m/b cheeklistiidhaan oganamu dhabu


2. Madaaliin herreega m/b galmeefamuu kan dhaabatee gaafa 28/02/11
yoo ta’u hanga ammaatti galmaa’u dhabu
3. Arshameen erreega bara darbe MWD kan hin galee ta’u
4. Hirmaanaan ummataa karoora 26000 raawwii 150 qofa ta’u (maatii tokko
qofa ta’u)
5. Bu’aa duub-deebii gareen inspeekishiinii keenne adda bahee irratti
karoorfachuun irratti hojeechuu dhabuu
6. Qajeelfamnii bulchiinsa fi itti fayyadama kitaaba m/b keessatti argamuu
dhabuu
7. BGQGX barsisoonni karoora bu’aa irratti xiyyeeffatee keessatti galfatanii
karoorfachuu dhabu
8. Rakkoo bulchinsa gaarii adda baaffachuun karoorfachuu dhabuu
9. Karoorii barnoota Aadaa kutaa4ffaa qophaa’uu dhabu
10.Weeyitiin qisaasa’ee 93 yoo ya’u kan bakka bu’ee 23 qofa ta’u fi
weeyittiin 70 kan bakka hin bune ta’u
11.Istaandaardiin, Qajeelfamaa fi portifooliyoon bifa qindaa’een keennamuu
dhabuu.
Rakkoo jiru
1.Manni fincaanii dhiiraa fi dubartoota adda ba’u dhabu
2.Ragaa EMIS,Ragaalee barsiisoota fi kaardii gabaasaa hojjeechuuf
hanqini komputaraa jiraachuu irratti wali galun deggarsaa fi hordooffii
kurmaana kanaa xumuurreera.

You might also like