Waliigaltee Araaraa Konkolaachistootaa

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 1

Guyyaa 12/01/2015

Waajjira _____________________

Aanaa 2ffaa

Dhimmisaa:Walii Galtee Araaraa ta’a

Konkolaachisaan Abdiisaa Tarrafaa jedhamu gaafa guyyaa 21/12/2014


mag/Bu/Ganda Gafarsaa Noonnoo bakka addaa ‘Shaaqaa’ jedhamutti Konkolaataa
lakk. Gabatee B45780 AA(Code 3 ) ta’een fuula duraan dhufee bajaajii lakk.
gabatee 34471ORO( Code 1) kan konkolaachisaa Ayyaanaa Galataatti bu’uun
miidhaa salphaa irraan geessisee miidhaan(Konkolaachisaan Abdiisaa Tarrafaa)
guyyaa har’aa jechuun 12/01/2015 meeshaa barbaachisu kan oogessaan
tilmaamame Qarshii kuma shantama( Qarshii 50,000)n bitee akka suphuuf nuti
Konkolaachistootni lamaan waliigallee araaramuu keenya mallattoo keenyaan ni
mirkaneessina.

Yeroo walii galteen kun raawwatu jaarsoliin jiran,

1. Obbo Anummaa Gennatii, Teesson : mag/Bu/Ganda Gafarsaa Noonnoo


2. Obbo Daanyee Margaa , mag/Bu/Ganda Gafarsaa Noonnoo
3. Paaster Mokkonnin Maammoo, mag/Bu/Ganda Gafarsaa Noonnoo
Nuyis namoonni armaan olitti maqaan keenya eerame yeroo walii galteen kun
raawwatu arginee dhagahuu keenya mallattoo keenyaan mirkaneessina.

Mallattoo Miidhamaa Mallattoo Miidhaa


…………………….. ………………………..
……………………..
Mallattoo Ragoolee
1……………………………..
2. …………………………..
3……………………………

You might also like