Iccitiiwwan Utubalee Shaman

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 9

MAQAA ABBAA KAN ILMA KAN AFUURA 1,”waaqaa tokkotti ni amana” yoomuu jedhuu waaqa

QULQULUU WAAQAYYOO TOKKO abbaa fi waaqa tokkoti ni amanaa waaqa ilmaa fi


AMEEN afuura qulqullitii ni amanaa waaqa afuuraa qulqulluu
jechudhaan iccitii sillaasee
ICCITIIWWAN UTUBALEE SHAMAN
2”.Nuuf nufayyisuuf samii irraa gadii bu’ee qulqullitii
Beektootni mana amanta ortodoksii barumsii amanta durboo MAARIYAAM irraa dhalate”
Doogimaa fi qQannoonaa jechuun iddoo lamatti iccitii namummaa
qoodu. Doogimaa bu’uura amantii jechuu yoomuu 3.”qulqulleetii kan ta’ate mana amantaa takkatti
ta’uu ,kan hin jijjiramne jechudha.Manni amanta amana” jechuun iccitii qurbaana
kirsitaana ortodoksii Itoophiyaa hundee amantaaakka 4”,cuuphaa takkatii ni amana”jechuun iccitii cuupha
ta’eekan amnuu fi kan barsiisuu utubaale iccitiiwwan fi
shana .isaanis 5,”du’aa ka’uu warraa du’aan abdii godhana” jechuun
1 ,ICCITII SILLAASEE 2, ICCITII NAAMUMAA iccitii du’aa ka’uu barsiiseera.
3,ICCIITII CUUPHAA 4,ICCITII QURBAANAA 1,ICCITII SILLAASEE
FI 5, ICCITII DU’AA KA’UU TA’ANI. Iccitii kun tokkumma fi sadummaa sillaasee kan ittiin
HIIKA ICCITIIWWAN barannudha.
Iccitii n akka man amanta kirsitaanaa
ortodoksiitii ,dhookata ,ifaa kan hin bane,nama garaa TOKKUMMAA FI SADUMMAA SILLAASE
qofatti kan himamu jechuudha.qulqullitii mana amanta A,Tokkummaa sillaase
kirsitaanaa ortodoksii namoota hin amanee jala Sillaaseen; bulchiinsaan,taayitaadhan,addunyaa tana
dhoksuun nama amanee kan raawwatu sirnii iccitii uumuu fi
jedhama. dabarsuun ,jireenyaan,waaqummaan ,lapheedhaan,jech
MAALIIF ICCITII JEDHAMEE? aan afuuraan fi k.k f.hundan tokkodha
Ijaan kan hin ilaalamne fi karkaan kan hin tutuqamne Ragaa
waa’eetokkummaa fisadummaa,waa’ee foon naman Uumuun ;faarsa Daawiit 101:25 “yaa sii’ii durumaan
tokko ta’ee dhalachuu, du’uu fi du’aa kauu ,samitii lafa bu’uureessite samiiwwan hojiiwwan
bahuu fi deebi’ee dhufuu waaqayyoo kan dubbatu harkaakeetiidhaa” seera uum.1:1”waaqayyoo samii fi
waan t’eef iccitiijedhama. lafa uumee” r .Isaa.66:1-2
MAALIIF UTUBALEE JEDHAMEE? MAALIIF Lapheedhaan, jechaan fi afuuraan;
SHAN TA’EE/ Faarsa Daawiit 32;1-6 “Arjummaan waaqayyoo lafa
Utubaa kan jedhameef;amantii kirsitaanaa ortodoksiif guutee jechaa waaqayyootiin samiiwwan cimaan
utubaa ykn bu’uura waan ta’aaniif. homawaan isaasiishundi afuura afaan isaatiin”
1,”maqaa abbaa, maqaa ilma,maqaa afuuraa Taayyitaadhaan ;”Ani fi Abbaan tokkoodha” yoon
qulqulluun cuuphuun kan isin ajajee hunda eegun 10:30
barsiisuun duka bu’uutoota koo Jireenyaan :”Ani akka abbaa keessa jiruu abbaa
taasisadha”.maat.28:20 iccitiisillaasee immoo akka ana keessa jiruu amanaa”yooh 14:10
2”,Jechii foon ta’ee,kennaa fidhugummaan guutamee B,SADUMMAA SILLASEE
nurra bule” yoon 1:14 iccitii namummaa SAUMMAA MAQAA; Abbaa, Ilma, Afuuraa
3”,kan amanee kan cuuphamee ni fayyaa kan hin qulqulluu.
amanee garuu itti murta’aa “ maar.16:16 iccitii Maat.28:19 “ Deemati warraa ahlaagaa maqaa Abbaa,
cuuphaa Ilma Afuuraa qulqulluudhaan isaanii cuuphuun duka
4,foon kook an nyaatee ,dhiigaa koos kan dhugee jiruu bu’uutoota koo godha”
bara bara qaba.” Yooh 6:54 iccitii qurbaanaa SADUMMAA HOJII; Abbaan , abbaadha. Ilmi
5,du’aa ka’uu fi lubbuu ana,namni nati amanee Mucaadha. Afuurri qulqullii kan bahe.
yoodu’ee illee jiruu barabara ta’aaf. Yooh11:25 iccitii SADUMMAA QAAMA;Abbaan kan ofii isaa kan
du’aa ka’uu ta’ee fuula guutuu bifa guutuu ni qaba . Ilmis kan ofii
Bu’uurri utubalee iccitiiwwan shaman beektoota saa kan ta’ee fuula guutuu bifa guutuu ni
amanta 318 gubaa’ee niqiyaan booda kadhana amanta qaba .Afuuriqulqullinis kan ofii isaa kan ta’eefuula
irraa kan argameedha. guutuu ,bifa guutuu ni qaba.Maat 3;16-17

1
TOKKUMMAA FI SADUMMAA EENYUMMA IYYAASUS KIRSIITOOS;
SILLAASEE FAKEENYUMMA NAMATIIN; Iyyaasus kirsiitoos amalummaan ilma waaqayyo
Nmni lubbuu isaatiin sadumma qaba. Lubbuun nama abbaaati.
yaaduumashiitiin fakeenyaa Bar booda qulqullitti kan ta’atee durboo Maariyaam
abbaati,sagalummaashiitiin kan ilma ,jireenyumma dhalate.
shiitiin kan afuuraa qulqulluu fakkaati. Qaama sadeen keessa qaama tokkowaaqayyoo ilmi
Garuu lubbuu,laphee, jechaa fi afuuraa ta’uudhan /iyyaasus kirsitoos uumama osoo hin ta’ini
sadummaa ta’uumsa yoo qabataniyuu lubbuun qaama uumaadha.namaaf kadhaanaa dhiyyeessa osoo hin
tokkodha malee qaama sadii hin qabu. ta’ini innuu kan kadhatamudha.
SADUMMAA WAQAYYOO KAN AGARSIISAN Jechii waaqayyoo nuu uumuuf kan uumamee
KUTAA KITAABAA QULQULLUU KEESSA miti.nutuu isaan uumamee malee. Hundumtuu isaa
1 raajii Isaayas 48:12-16’’ Ammas waaqayyoo gooftan uumame yooh 1:3
fi afuurri isaa na eerganijiru.” Inni eergamee ilmaa Abbaa Ilma ,Ilma abbaa irraa addaan baasne
waaqayyoo jedhe abbaa,afuura isaa kan jdhe afuuraa dubbachuun nuuf hin danda’amuu.fkn jireenyaa
qulqulludha. aduu,ifaa ,abiddaa ,ho’aa qabduun aduu tokko malee
2,faarsa Daawiiti 117/118-16-17 aduun lama ykn sadii hin jedhamuu waaqni abbaa fi
3,seeraa lakk.6:24-26 ilmaas tokkodha.yoon 14;10
4,2Qor.13:14 ‘”kennan Goofta keenya Iyyasus TOKKOO TAINSA/TAWAAHIDOO/IYYAASUS
kiristoos ,jaalalli waaqayyoos ,walta’insii KIRSIITOOS YOMMUU ABBOOTIN
/tokkummaan/afuura qulqulluu hunduma keenya QULQULLUUN HIIKAMUU;
wajjin yaa ta’u. Iyyaasus kirsitoos qaama lama irraa qaama
2 ICCITII NAMUMMAA tokko,amala lama irraa amala tokko ta’uun dhalate.
Iccitiin kun iccitii waaqni ittin nama ta’ee jechuudha. QAAMA WAAQUMMAA; hin mul’atuu,hin
Iccitii waaqayyoo akka foonin tokko ta’ee seexana qaqabamuu,
Mo’ee akka namoota bilisaa baasuu kan kan Ibiddaa kan ta’eedha guutuudha.
barbaachisedha QAAMA FOON :ni mula’ataa harkaan ni qaqqabama
Addaam fi Heewaan jennata keessatolii fi gammachuu dangeeffamadha ni du’aa.
guddaadhan utuu jiranii diyaabloosii inni diinaa AMALUMMAA WAAQUMMAA; Isaa duraa fi isaa
inaafee foon bofa keessa dhokkachuun gara isaaniitii booda ,isaa jalqabaa fi isaadhumaa,uumaa waan
dhiyyaate.Addaamii fi Heewwan seexaana ta’uu osoo hundaa taasisuu,bara bara jiraachuu kan hin
hin beekin gorsaa seexaanatni gowwomanii ajaja du’unee,hin jijjiramne,hin dhukkubsanee,kan hin
waaqayyoo cabsan ijoollummaa waaqayyoo beeleefne hin dheebone ,hin dadhabnedha
dhaban .waaqayyoo jennataa keessaa baasee naannoo AMALUMMAAFOONUMMAA;
ishee seefii surafeelii kan garagagaltuun eegsise beela’uu,dheebochuu,dadhabuu,du’uu
uumaa3:24 Ergaa ilmi waaqayyoo ijoollee Addaam garbummaa
Addaamii fi heewwanis jennataa fi waaqayyoon seexana jala baasuun yommuu dhufe jechii foonin
dhabuu isaanii fi qillee adabbii keessaatti kufuu isaanii tokko ta’ee jechuun qaamni waaqummaa fi qaamni
irraan kan ka’ee akka inni isaanif dhifama akka foonummaa tokko ta’umman amalumman
godhuuf imimmaaniin waaqayyoo kadhachuu fi gara waaqummaa fi amalummaan foonummaa tokko ta’ee
waaqayyootis iyyuu calqaban. Waaqayyoos addaam jechuudha.
kan balleessetti inni addaam isaa lamaffaa ta’ee Giiftii keenyaa irraa dhalate Iyyaasus kirsitoos utuu
garbummaa seexaana jala akka isaa baasuu addaamiin hin jijjiramni tokko ta’ummaan qaama lama irra
akkabeenyaata’uuf waadaa galeef addaamis waada qaama tokko ta’ee amala lamaa irraa amala tokko ta’ee
kana fudhatee awwaala seene:lubbuu isaas si’ool dhalatee jechudha.
keessa turte. Waaqni waaqummaa isaa osoo hin gadii hin dhisin
Gooftan keenyaa Iyyaasus kirsiitoos durboo foon foonumma isaa isaa utuu gadiihin dhisin
Maariyaam irraadurbummaa ishee osoo hin baleessin amulummaa lamma irra amala tokko ta’e. Iyyaasus
dhalate,addunyaa tana irratti barsiise ,rakkoo kiristoos konkumma waaqa konkummaa nama kan
addaaddaa fudhatee nuuf du’ee du’aa nu kaase. ta’ee jchuudha. Fkn.sibiilaa fi ibiddaa.

2
KUTAA KITAABA QULQULLUU FOON hundu ni lakkaawwaman “ faanno irratii kan
TOKKOO TA’UMMAAN AMALUMMAA waqaramee foon goofta keenya iyyaasu kirsitoosi ti.
WAAQAATA’UU ISAA KAN IBSU; Amala tokko ta’uu ibsa.
Raaj.Daan7:13 “Halkaan mul’ataa argee ,kunoo dhala Hojii dukabu’utoota20:28” Dhiigaa isaatiin kan
namaan kan fakkaatu duumeessa waajjin dhufe,baraisa biteen mana kirsitaanaa waaqayyoo yaa eeginu.”foon
bara dulloomees ni ga’e funduraa isaattii ni dhiig qabawaaqummaa dhiiga hin qabu.tokko
dhiyyeessan .lammiwwan fi saboonni qooqa ta’uummaa foon fi waaqummaa ibsa.
addaaddaa dubbataan hundnuu akka abboommaniif MUL’AATA YOOH.2:8; “ Kan du’ee jiraataas kan
abboomnii fi ulfinnii mootummaaniif isaaf ta’ee inni duraa fi inni dhummaa akkas jedha…”
kenname.bittaan isaas kan hin darbine,bittaa bara jiraata addunyaa fi addunyaa booda waaqa qofa.qaama
bara ,mootummaan isaas kan hin badne fi amalummaan tokko ta’uu ibsa.
Taayitaan kan waaqayyoo yommuu ta’uu, dhala nama FILPOOSIS 2:6”bifa waaqayyoo utuu jiruu akka
kan jedhuu immoo isaafiis akka dubbatame ibsa. waaqayummaa
Faarsaa daawti 2:7”waaqayyoo jedhe ati ilma n saamameetti hin lakkoofine,bifagarbichaa fudhatee
kootiiani har’aasindahe. dhufe.”
Ilmi abba akka durboo Maariyaam irraa dhalatu kan ROOM 5;10 “Diinoota isaa taane utuu jiruu
ibsudha. waaqayyoo du’aailma isaatiin yoo araaramne…”
Faarsaadaaw. 47:5”waaqayyoo sagalee faaggaan qaama tokko amala tokko ta’uu ibsa.fannoo irra kan
olbahee faarsaa waaqaa keenyaa faarsa mootii keenyaa bahee ilma Maariyaam ilma abbaa ta’uu ibsa.
faarsa.” MAAT.3:17
Yoohaanis 9”35 YOOH 15:24;”Amma garuu anaanis abbaa koos
Yoohanis 1:14 arganiirus ,jibbanirus “ Ayhudootni kan argan
Maat16:16”ati kirsitoos ilma foonidha.
waaqayyoojiraatati”jedhe qulq. Pheexiroos YOOH 17:24 “yaa abbaa osoo addunyaa hin uumamin
Raaj.Isaay.9:6”mucaan nuuf dhalateera ,mucaan waan najaallatteef ulfina koo isa ati anaaf laateakka
dhiiraas nuuf kennameera oggummaaniskan isaa arganiif…” iyyaasus kirsitoosjecha isa dura waajjin
maqaa isaas gorsaa dinqii waaqa abbaa irree abbaa amalummaan fedhidhan tokko ta’uu ibsa.
bara bara ogganna nagaa jedhamee waamamaa” YOOH 3:14;’akka museen lafa barbaadaa irratti bofa
Ibr.5:7 fannisee akkasumma kan isaatti amanu hundu akka
Mul’ataa1:17 jireenya bara bara argatuuf malee akka hin
Yoohinis6:51”Biddeen jireenyaa samiira kan badneefnama fannisamuu qaba?” dhiigni nam cubbuu
bu’eeanadha” irraa nama hin qulqulleessu.kanaaf “namni namati
IYYAASUS KIRSITOOS QAAMA TOKKO amanu abaramadha “ raaj ermiyas17:15 amalumman
AMALUMMAA TOKKO AKKA TA’EE waaqaa foon tokko ta’uu ibsa.
KITAABA QULQ.KEESSA; YOON 3:16
Ergaa yooh.1ffaa1;1 jalqaba kaasee turee kan jedhuu MUL’AATAYOOH.5:12
jechii isaa duraa waaqummaa ture , ijaa fooniin IYYAASUS KIRSITOOS WAAQAYYOODHA;
attamiti muldhataa? Harkis attamitiis isaa tuqaa?jechii Dhugaa baatootni joona ,iyyaasus kirsitoos maaqa
foon waajjin tokko ta’e amalumma tokko utuu hin waaqatiin waamamuu isaaf hin ta’uu inni waaqaa
ta’ini ta’eeaddunyaa dura isaa turee waaqumma hunda danda’uu miti . iyyaasus kirsitoos Mikaa’eela
arginee,tuqinie akkimitii jedhamee?kan isaa jedhanergamaadha jedhu,iyyaasus kirsitoos uumaa
tuqamuu ,argamuu waan mulaatuudha.foon jecha eergamtootati “Ergamtootni isaa afuuroota
waajin qaama tokko amala tokko ta’uu ibsa. tajaajilatoota isaa labooba ibiddaa kan taasisu”uuma
Maarqoos 14:61”kirsitoos ilmi eebbaa sii’ii?iyyaasus hunda danda’uudha ibr.1:7
anadha ,ilmi nama mirga human yommuutaa’uu Isaay.45:20-24 “ana malee waaqnii kan biraa hin jiruu
duumeessi samiitiis dhufu jedhe.” Qayyaffaa ,ani waaqa dinqii fi fayyisadha.fayyisaa waaqa qofa
gaafate.iyyaasus tokko ta’uu qaama fi amala ibseef. dha.
faarsaDaawiti 21/22/:12-18;”onnee koo akka gaga Raajii hoosee 13:4 “Anii garuu biyyaa misraatii kaase
taate…harkaa kootii fi miilaa koo nawaqaran,lafee koo waaqa keeti.ana malees fayyisan kan biraa hin jiru.ana

3
malees waaqaakan biraa hin beektu.” Waaqayyoo Laga Yordaanoos sababa ittiin filate dhimmoota Ijoo
malee waaqa fi fayyisa hin jiru. lamaa fidha.
TITOO 1:3’’…fayyisan keenya waaqayyoo akka
ajajetti..” Duraan dursee raajtotaan kan dubbatame
Nama hunda kan fayyisuu waaqa qofa. raawwachuuf (Far. 113፥3-5)
Diinni Seexanni Addamii fi Hawaaniin erga
 injifate booda ”አዳም ገብሩ ለዲያብሎስ፣ ሔዋን
3.Iccitittii Cuuphaa አመቱ ለዲያብሎስ”(Addam taj. Seexanaa,
Cuuphaa jechuun bishaan keessa gadi seenuu dhaan Heewaan taj. Seexanaa) jechama jedhamu
bahuu jechuudha. dhagaa lama irratti barreesseeti tokko Laga
Yoordanoos isaa 2ffaa Si’ooliitti kaa’ee ture.
Cuuphaan Iccitiiwwan mana kiristaanaa kan biroo Kanaaf xalayaa bittaa (Idaa) gooftaan irra
hirmaachuu fi miseensa mana kiristaanaa ta’uudhaaf Ejjetee akka Waaqummaa isaatti baqsee
seensa balbalaa isaa duraadha. (አቅልጦ) balleessuuf yammuu jedhu
Yordanoositti Cuuphame (Qol.2፥13-15)
3.1. Cuuphaan maaliif barbaachise? 3.6. Gooftaan maaliif bishaaniin Cuuphame?
Namni inni duraa Addaam Ajaja Waaqayyoo Cabsee Sababa itti bishaaniin cuuphamee kan armaan
gorsa seexanaatiin gowwomee muka balasii sababa gadiittidha
nyaateef namni hunduu dararaa fi abaarsa jala waan
Raajii Raajtotaan dubbatamee raawwachuuf’
jiraateef namni hunduu lammafa bishaanii fi afuura Bishaan jalqabumaanuu bulmaata afuura
qulqulluurraa cuuphaadhaan yoo dhalatee malee gara qulqulluuf kan filatame waan tureef
mootummaa waqayyootti galuu waan Bishaan sooressaafis Iyyeessaafis salphaatti kan
hindanda’amneef cuuphaan barbaachise (Yoh. 3፥3-6) argamu ijaa ta’eef hundiyyuu qixxeetti
fayyadamu akka danda’uufidha.
Cuphaan kunsi cuuphaa tokkichaa dha, hin dabalamu
(Efe. 4፥5)
3.7. Kabaja Cuuphaatiin argamu
3.2. Fakkeenyaa cuuphaa Kabajni cuuphaatiin argamu Waaqayyoorraa afuuraan
Waa’ee iccitii cuuphaa fakkeenya kan ta’an:- dhalachuu (Ijoollumaa argamuu)dha.

Seera Uum. 17፥19-14 waadaankoo kanadha. Sadummaasaa ibsuufidha. (Maat. 28፥190)


Isin keessa dhirri hundi dhaqna haa qabatu) Raajii Dubbatamee raawwachuudhaaf
Sera bahuu 14፥26-31 Israa’eelotni Garba Ertira (Faar. Da. 76/77, R.Izq. 36፥35)
ce’uusaanii
3.3. Cuuphaa kan hundeesse eenyuu? Nuuf fakkeenya ta’uuf
Cuphaa kan hundeessee gooftaa keenya Iyyasus 3.8. Cuuphaa dura wantoota barbaachisan
Kiristoosi waggaa soddoma isaatti Laga Yordaanositti 1. Barumsa
harka Yohaannisiin Cuuphamee Kiristaanotaaf 2. Amantii Barbaachisa
Cuuphamaan umriidhaan guddaa yoo ta’ee barnoota
fakkeenyaa fi barsiisaa ta’eera. (Mat. 3፥13)
Kiristinna kan barate Waaqummaa Gooftaa Iyyasus
3.4. Gooftaan maaliif Waggaa 30tti Cuuphme? Kiristoositti kan amane ta’uu qaba. ”Kan amane kan
Addaam nama waggaa 30 ta’ee uumamee kenna cuuphamee ni fayyaa” (Maarq. 16 ፥16)
ijoollummaa guyyaa 40tti argatee ture seexanaan waan
fudhachiiseef Gooftaanis waggaa 30 isaatti cuuphamee Amantiin hundaaf bu’uura daa’imni (Mucaan)
Ijoollummaa Addaam fudhatamee ture deebisuudhaaf Amantisaa dubbachuu hindandeenye garuu irraaisaa
cuuphame (Ishee) ykn Abba (Haadha) kiristinnaa isaa (ishee) tiin
geessamanii itti gaafatamummaadhaan cuuphamuu.
3.5. Gooftaan maaliif Laga Yordaanoos filate? Erga guddatan booda ni gorsuu ni barsiisu.

4
3.9. Guyyaa 40 fi 80ttii maaliif cuuphamna? dhowwaadha. Firooma toonittin garuu hidda foonii
Manni kiristaanaa keenya dhiira dhalatanii guyyaa 7ffaa booda wal -fuudhuu ni danda’am kan jeechuun
40tti Dubarri dhalatanii guyyaa 80ttii afuura qaululluu fira foonii ni caala jechuudha.
iirraa akka dhalatan seera hojjetteerti kana kan
raawwattu kitaaba qulqulluu qajeelfama godhatteeti. 3.13. Haala Saalaa
Dhiirrii dhira dubrii dubara ni kaasu fkn. Namootni
Kuf. 4፥9-12 ”Addaam uumamc guyyaa 40tti, wareegaan sababa adda addaatiin Waaqayyoof ykn
Hewaan uumamtee guyyaa 80tti gannata Qulqulloottaf ykn bataskaanaaf kennineerra kan
galniiru. jedhan yoo jiraates cuuphamaa kan barsiisu jiraachuu
Zaleewawiyaan 12፥1-8 ”Israalotni Ilma yoo
qaba. kan cuuphamu dhiira yoo ta’ee Qeesii ykn
dhalan guyyaa 40tti, dubraa yoo dhalan guyyaa
80tti gara Mana Waaqayyoo geessanii maqaa Daaqonii Dubarti yoo taate Daaqonni Dubartiiti kaasa
daa’iimman sanaan Aarsaa Arsanii Waaqayyoo yoo Daaqoniin dubartii dhabamte Qeesiitu kaasa.
fuulduratti ni jilbeeffatu
Yeroo kanaa jalqabanii Waaqayyorraa Eebba 3.14. Maqaa kiristinnaa jechuun maa l Jechuudha?
Maqaa jechuun isa tokko kan biraarra kan ittiin adda
fudhatanii lammii Waaqayyoo jedhamatii waamamu.
ba’u jechuudha.
Gooftaan keenya Iyyasus Kiristoosiis sirnuma
kanaeegeeti raawwate. Kiristaanotni maqaa lama qabaachuu ni dana’u
Fakkeenya armaan olitti ibsameerra ka’ani 1ffaa Warrisaanii kan baasaniif
Kiristaanootni Ijoolee isaanii qabatanii mana kiristana
geessanis cuuphsisu jechuudha. 2ffaa yeroo cuuphaman maqaa haarawaa fi adda ta’e
maqaa kiristinnadha.
3.10. Kan Cuuphu Eenyuu?
Gooftaan keenya Iyyasus Kiristoos bu’uura ajajeen Kiristinnaa jechuun maqaa kirisoosiin amanuu ykn
kan cuuphuu danda’an Aangoo Luubummaa (Kihinat) amantiidha. Kanaaf Namni kiristoositti amanu
kan qaban Ephiis Qophosaatotaa fi Qeesota qofadha. kiristaana yammuu jedhamu Amantiin isaa kiristinnaa
Daaqonii fi uummatni biraa akka cuuphan jedhama.
hinhayyamamuuf.
3.15. Haala Moggaasa maqaa kiristinnaa
3.11. Maqaa Eenyuutiin Cuuphamna? Maqaan kiristinnaa kan moggaafamu akkuma
Hundeessan Cuuphaa fi uuma samii fi lafaa kan ta’e fedhamettii otuu hin ta’iin sababa hundee qaba.
Gooftaan keenya waaqni Iyyasus Kiristoos bu’uura kunis:-
ajaja waaqayummaa kenneen maqaa Sillaaseetiin
A. Guyyaa Cuuphamaan itti dhalate Ayyaana
cuuphamna. Kanaafis ragaa kan ta’u ”Egaa deemaati
yaadannoo waaqayyoo ykn Qulqullootaa yoo
uummata Alagaa hunda maqaa Abbaa, Ilmaa Afuura ta’e
Qulqulluutiin Cuuphaatii kanaan isinin ajaje hunda B. Ayyaana yaadannoo guyyaa kiritinna itti
isaan barsiistanii duuka buu’tota godhaa” (Mat. kaasan
28፥19) C. Maqaa mana kiristinnaa itti cuuphamuuniifi
wareegaan ykn sababa biraatiin warri kan
3.12. Abbaa fi Haadha kiritinnaa filataniin hayyama luubotaa (ካህናት) ttin ni
Manni kiristaanaa Ortodoksii Tawahidoo Itophiyaa moggafama.
ijoolee guyya 40 fi 80tti cuuphamaniif waa’ee Amantii Fkn. Dhiira:- G/Mikaa’eel, W/Iyyasus
kan ilaaluu hundaanitti gaafatamummaa kan fudhatan
Dubra:- Wallata maariyaam, Amata
Abba ykn Haadha kiristannaa akka qabaatan ni gooti.
Iyyasus
Kiristinnaa erga walii kaasan booda wal-fuudhuun

5
4.Icciitii Qurbaanaa baaseeti Eebbisuudhaan mureeti duuka bu’oota isaatiin
Qurbaana jechuun jechii kan Surristiirraa argamee yoo ”Hoodhaa! Nyaadhaa! Kuni Foon kootii” jedhe.
ta’u hiiknisaan keenna ykn dhiyeessa jeechuudha. Xofootii (Tsuwaas) kaaseeti Eebbisuudhaan kenneefii
akkana jedhe ”Hundi keessan Isarraa dhugaa! Hunda
Iccittin qurbaanaa Iccitii utubaa 5n keessatti
baay’eef dhiifama cubbuuf kan dhangala’u dhiigni kan
4 , Icctiitii torban mana kiristaanaatti Icciitii 3ffaadha.
ffaa
kaakuu haarawaa kanadha” waan jedheef Gooftaan
Icciitiinkun ni daddabalama (keessa kan
keenya kan nuuf kaa’e manni kiristaana keenyaas
deebi’amuudha)
kanuma bu’uura Ijoolleesheef kenniti jechuudha.
4.1 A.Aarsaa kaakuu moofaa
Aarsaa qurbaanaa dhiyyassuun kan jalqabame yeroo 4.3 Foonii fi dhiiga Gooftaa keenyaa Attamitti
arganna?
Addaamii jalqabeeti.. (Kuf.5፥1-5) kanumarraa Tajaajila Luubotaan kan dhiyaatu kadhannoo
ka’uudhaan yeroo kakuu moofaatis ni aarsu turan Sir. Qulqulleessuutiin (በቅዳሴ ጸሎት) Midhaan Qamadii fi
Uum. 4፥3-5, 8፥20, 12፥8-9, 13፥4-18 ilaaluu Wayiniin gara foonifi Dhiiga gooftaa Iyyasus
dandeenya. Kan aarsamu rakkoo fi balaa yeroo kan Kiristoositti jijjiiramee akkuma kamisa gagalaa Duuka
qabbaneessu malee Ilma namaa cubbuu kuferraa bilisa bu’oota isaaf Ibistiin kuni ”Foon kooti; Wayinichi kuni
gochuu hin dandeessine ture. dhiiga kooti akka jedhetti foon Qulqulluusaa fi dhiiga
4.1 B ,Arsaa Kakuu Haarawaa ulfaataasaa ta’a. ”Kuni foon kooti; kun dhiiga kootii;
Arsaan kakuu haarawaa Icciitii hundarraa Iccitti bu’uura jedheen dhugumaa Foonii fi Dhiigaa saadha
jireenya barabaraa kan kennisiisuudha. Kanaaf malee Fakkeenyaa ykn yaadanno miti.
Gooftaan keenya Iyyasus Kiristoos Yoh.
6፥51”Samirraa kan bu’e buddeeni dhugumaa
Aanaadha Namni buddeena kana irra nyaate bara 4.4 Sirna Aarsaa Kakuu Haarawaa
baraaf hin beela’u. Anis jirenya addunyaatiif buddeena Aarsaa kaakuu haarawaatti dhiyaatu Qaraaniyoo
ani kennu Foon kooti dhuguma dhugum’an isiniin Fanoo irratti yeroo tokko qofa kan harsame Gooftaa
jedha. FoornIlma namaa nyaachuu baannaan dhiiga keenyaa Iyyasus Kiristoos yoo ta’u, Foonichaa
isaas dhuguu baanaan ofii keessaniinjireenya Midhaan Qamadiitiin, dhiigichaa Wayinitiini tiin
hinqabdan. Foonkoo kan nyaatu, dhiiga koo kan argama.
dhuguu jireenya baraabaraa qaba. anis guyyaa
dhumaatti nan kaasaan foon koon nyaata dhugumaati, Qamadiin dhiyaatus kuni hanqina kan
dhiigni koos dhugaatii dhugumaati.” hinqabanee fi Daaniyoonkan hin yaannee qulqulluu
ta’uu qaba.
Aarsaan kakuu haarawaa baroota 5500’f
qorrichaa kan hin argannee, Cubbuu Addunyaa kan 4.5 Aarsaan kakuu Haarawaa Eenyuutiin
raawwatama?
balleesse hoolaa Waaqqayyoo Gooftaa Iyyasus Aarsaa kaakuu haaraawwaa kan raawwatan Aangoo
Kiristoos qofa. Kan aarsamees Qaraaniyoottii Fannoo Luubummaa Sadarkaa sadan kan qaban Ephiiss
irratti yoo ta’u, hunda keenya barbaraaf jireenya akka Qophosii, Qeesii fi Daaqoniidha. (Mat. 16፥19) Yoh.
argannu nu taasiseera. 20፥21
4.2 Hundeessaan Aarsaa kakuu Haarawaa 4.6 Qurbaana Fudhachuu kan danda’an
Eenyu? Eenyuudha?
Iccittii Qurbaanaa kan hundeess Isuma Gooftaa keenya Kiristaanni kamiyyuu daangaan umrii fi saalaan otuu
Iyyasus Kiristoosidha. Kanaafis ragaan mul’isu adda hin godhamiin hunduu fudhachuu qaba. aarsaan
”Jimaataa fannifamuuf kamisa galagala Duuka bu’oota
isaa waliin maa’iiddiitti dhiyyaatee otuu jiru ”Ibistii
6
Fannoo irratti aarsame sanyii Addaamiif waan ta’eef UUMAMNI DU’AA KA’UMSAA QABUU
(Mat.5፥23-24, Qor1ffaa 11፥27, Ibr. 10፥9) EENYUU?

4.7 Qophiilee Qurbaanaaf godhaman Uumamoota 22 mman keessa Eergamoonni kan hin
A. Kan Qurbaana fudhatu amanee kan Cuuphame duune yommuu ta’an du’a ka’umsii isaanii kan ilaaluu
ta’uu qaba warraabiroo keessa namnii adda ta’eedu’ee booda ni
B. Qalbii kan jijjirratee fiyeroo adabbii kennameef
ka’a.Namnii kan uumamee lubbuu fi foon isaa utuu
kan fixe.
C. Kiristaanota Bultiidhaan jiran Qurbaan otuu gargar hin ba’in lubbuun jirachuuf malee du’aaf hin
hin fudhatiin dura guyyaa 3(Sadii), Erga ture.”Waaqayyoo du’aaf nuhin uuminee jireenyaaf
fudhate booda guyyaa Lama walquunnamtii malee ”1 ffaa tasalonqe 13:16
nafa saalarraa of eeguu qabu.
D. Qaamaa fi uffata ofii qulqulleessuu  Namni bakka waaqayyoo isa kaa’eetti jabatee
E. Yoo baay’ate sa’atii 18, yoo xinnaate sa’atti 15 waan hin argamneef murtii du’aa itti
nyaataa fi bishaan irra dhowwamuu (Soomuu) murta’ee.Boodas waan qalbii jijjirateef du’aa
qaba ka’umsii labsameef.
4.8 Qurbaana fudhachuuf Wantoota dhowwaan
Funuunnaa ykn qaamni kamiyyuu yoo madaa’e, RAAJ DAN.12:2 ; ”Biyyoo lafa keessatti kan mugaan
yoo dhiige, Bokeewwanii fi Titiisni afaan yoo keessa baay’ee isaanii ni dammaquu Gartokkeen
gale sa’atii 15 booda yeroo qurbaana isaanii gara jireenya bara baraatii,gartokkeen immoo
fudhachuuf jedhamu
gara qaanii fi rakkina bara baratiif. ’’
Dhukkuba nama kuffisuu yoo qabaates kan
jeequu kan arrabsu kan nama rukkutu kkf. Yoo RAAJ ISAAY 26:19 :”Warrii du’aanis jirattota ta’u.
quunname
Reenfoonis ni Ka’u Yaa isa lafa irraa jiraattu ,Fixeensa
Dhiirri Irribarratti quunnamtii saalaa raawwatee
sanyiinsa yoo dhangala’e kee Fixeensa ifaatii ,laftis warra du’aan ni baastiiti
Dubartiin dhigni uumamaashee erga itti dhufee dammaqaan faarfadha.”
guyyaa 7 kan hindabaree.
Sirna kadhannoo gamtaa (Qiddaasee) kan hin 1TASALOOQEE 4:14 ; ”Iyyaasuu akka du’ee fi akka
hirmaannee ka’ee amanaa akkasummas Iyyaasuusin kan mugaan
4.9 Qurbaanni erga fudhatame booda eeggannoo waaqayyoo isaa wajjiin isaan fida.’’
godhamu
Nyaata madaaluun fayyadamuu Yohaanis 5:28 ;”Warrii Awwaala keessa jiran hundu
Hojiin hifaataa fi dadhabsiisaan hin hojjetamu yeroon isaan sagalee isaa itti Dhaga’an ni dhufaa,gaarii
Gara falmii ykn mana murtii hin deemamu kan hojjete ka’umsaa jieenyaatiif hammeenyaa kan
” Mana dhugaatii hin deemamu hojjete ka’umsaa hamaatiif ba’u.”
Qeensi hin muramu Rifeensi mataa hinaadamu
Qaamni guutuu hin dhiqamu kkf. DU’AA KA’UMSII KAN TA’U YOOM?
Jilbifanuu, Huccuu hinjijjiirrannee hin
danda’amee Bara booda yeroo Gooftaan keenya Iyyaasuus kiristoos
Murtiidhaaf deebi’ee dhufuudha. Namni hundu ni
ka’a.
5. Iccitii du’a ka’uumsa
MULAATA 1:7 ”kunoo Duumeessaa wajjiin
Du’aaka’umsaa jechuun lubbuu fi foon gargar
dhufa ,ijjiihundi kan waraananis ni arguu ,lammii lafaa
ba’anii bakka adda addaa jirachaa turan deebi’anii
hundu waa’ee isaaf ni boo’u.”
tokko ta’anii ka’uu fi du’aa booda lubbuu fi
foonin jireenya argachuu jechuudha.  Gooftaan Ergamoota isaa ammana hin
jedhamneen marsamee samii fi laftii Bakkakaan

7
qotamaa, ibiddii fuula isaa dura boba’aa kabajaa  Sochii malee tasa Reenfaa ta’u.
guddaan dhufa . Fannoo isaa itt fannisamee
2 NAGAARTIIN LAMMAFFAA YOMMUU
qabatee cinaachaa isa waraanamee agarsiisaa
RUKUTAMU
Dhiigaa isaa cocobsaa gidira guyyaa Jimaata
nuuf jedhee fudhate nu yaadachisa dhufa.  Lafee fi foon tokko ta’anii utuu hin socho’in
 Guyyaan kun guyyaa soddaachisaa ta’uu Reenfa ho’aa ni ta’u
Daawitii  Lafeewwan fi Ribuuwwan foon fi dhiiga wajjiin
walitti qabatu.
FAAR.49|50|:2-3 : ”Barreeddina irraa Tsiiyoonitti
 Sochii malee tasa reenfa ta’u.
Waaqayyoo ifaa ta’ee ni dhufaHin calisuus ,Ibiddii
fuula isaa duraatti boba’aa.,Naannoo isaas 3 NAGAARTIIN SADAFFAAN YOMMUU
Aboonboleetti baayeetu jira.” RUKUTAMU

 Guyyaa sana Cubbamooni ni bo’uu,Imimaan  Qaaman ijaaja afaan dubbatun Rifeensa mataa
isaanii akka bishaanii gannaati.Garuu faayidaa hin isaatii hanga qeensa miila lakkoofsa keessa utuu hin
qabu. hira’atiin qaama isaanii osoo hin hiramin dhiirii
 Guyyaa kana Gooftaan cubbamoota gara Si’ool ga’eessa waggaa 30 ,dubartiin geessuu waggaa 15
ta’anii gaafa guyyaa 40 haadha garaa isaati dhiigaa
Eebbifamtoota gara Gannatitti galchuuf dhufa.
ta’ee ulfii bu’ee utuu hin hafin gaaris yaa ta’uu
MULATAA 12:12 ”kunoo dafeen dhufaa ,tokko hamaa hojii isaa qabatan ka’u.
tokkoonnifis akka amma hojii isaattii kaffaluuf  MAAT.25:31-46 Irraatti akka dubbateetti
Hoolootni Mirga isaa Ree’ootnii bitaa isaa
gatii koo na bira jira.”
dhaabatu.
AKKATAA KAUMSAA NAMA  Hoolootni Amaloota isaani qaban irraa kan ka’ee
qulqullootan fakkeefamu.
 ”Kan duute Ka’ii” Labsiin jedhuu Ajajaa Ergamoo  Ree’ootni Amaloota isaani qaban irraa kan ka’ee
qul.Mikaa’eel an labsama. cubbamootan fakkeefamu.
 Nagaariita xixiqqoo sadiitu jiru.  Mirgii ;ba’eessa, ariifatadha,cimaadha.
 Nagaariita kan jedhamuu Ajajaa Waaqayyoo ti.  Kanaafuu;Qulqullootni hojii afuura hojjechuuf
 ”Gooftaan mataan isaa ajajaa sagalee ba’eessa ,ariifatoota fi cimoodha waan ta’anii
mirga isaa dhaabatan
Ergammotan ,Faagaan Waaqayyootiiniis samii
 Cubbamootni fallaa kana bitaa isaa dhaabatu
irraa gadii bu’aa” 1tas 4:16
 JIRAATTOOTA kan jedhaman qulqulloota
1.NAGAARTIIN JALQABAA YOMMUU dha
RUKUTAMU  DU’OOTA kan jedhama Cubbamtoota dha.

Kan bineensii,nyaate,qilleensii,kan facaasee,fixee kan


GALATNI WAAQAYYOO,DURBOO MAARIYAAM FI
bullaa’ee hundu ofii isaatiin akka diigamee irratti wal- FANNOO ISAAF YAA TA’U
itti qabama.
AMEEN.
2 NAGAARTIIN LAMMAFFAA YOMMUU
RUKUTAMU

 Lafee fi foon tokko ta’anii utuu hin socho’in Reenfa


ho’aa ni ta’a.
 Lafeewwan fi Ribuwwaan Foon fi dhiiga wajjiin
walitti qabatu.

8
9

You might also like