Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

Ayyee, obboo Kumaa duraan dursee carraa yaadu akka armaan gadiitti tarreesseen jira.

kana waan naaf kennitaniif guddaa Well, Mr. Kuma; first of all, I would like to

galatoomaa jechuun barbaada. Itti haansuun thank you very much for giving me this

egaa akkuma bilbilaan haasawaa turre,Afaan opportunity. Finally, as we were talking on

Oromoo katabuudhaaf maal duraaduubaan the phone, I have listed Below what we need

barachuu akka qabnu, namoota keenya afaan to learn to write in ‘Afaan Oromoo’, that I

Oromoo dubbachuu danda’anii seeraan think will help our people who can speak

qubeessuu hindandeenye; barachuuf fidhii ‘Afaan Oromoo’ and cannot spell it legally

qabanii fi caalatti ammoo ijoollee keenya and more important for our children who are

abdii boruu ta’an isaan gargaara jedhee the hope of Tomorrow.

Isaanis: -

1. Jalqaba irratti qubee Afaan Oromoo A dha hanga Z tti jiran qubee guddaa fi xiqqaadhaan

katabuu.

2. Dubbifamaa

3. Dubbachiiftuu.

4. Qubee dachaa.

5. Qubeewwan walitti fiduudhaan sagalee uumuu.

6. Sagalee gabaabaa

7. Sagalee dheeraa

8. Sagalee fi sagalee walitti fiduudhaan jechoota ijaaruu.

9. Jechoota gabaabaa.

10. Jechoota dheeraa.

11. Jechoota jabaa (Jechoota jabeeffamanii dubbifaman).


12. Jechoota laafaa (jechoota laaffatanii dubbifaman).

13. Jechoota hudhaa of keessaa qaban.

14. Jechoota irrabuta of keessaa qaban.

15. Jechoota Tishoo.

16. Wal-qabsiiftota.

17. Hundee jechootaa.

18. Maxxantoota Afaan orommoo keessatti itti fayyadamnu.

19. Maxxantuu duraa.

20. Maxxantuu boodaa.

21. Hundee jechootaa irraa jechoota horsiisuu ( baay’isuu).

22. Jechoota walitti fiduudhaan gaalee ijaaruu.

23. Gaalee irraa hima ijaaruu.

24. Hima irraa keeyyata barreessuu

25. Sirna tuqaalee.

26. Maqaa

27. Ibsa maqaa

28. Gocha fi kanneen kana fakkaatan seera mataa isaa danda’e qaba.

yoo ta’an ammaaf kaanneen 1ffa Kanneen nuti armaan olitti

hanga 16ffaa akkasumas 20ffaa fi tarreessine hundi isaanii seeraa

21ffaa iirratti tarreeffaman irratti yoo maataa ofii danda;e qabu. Bal’inaan

xiyyeeffanne ga’aadha jedheen yoobarbaadde katabee siifan erga.

amana. Egaa akkuma afaan gara Guddaa galatoomi! Taaddasaa

biroo Afaan Oromoos katabuudhaaf Gabbisaa irraa!


I believe it is sufficient for now to focus on own rules. I'll write it down and send it to

those listed in 1st to 16th as well as 20th and you if you want more details.

21st. So, like any other language, ‘Afaan Thank you so much!

Oromoo’ has its own rules for writing. All From Tadese Gebisa!

of the above listed from 1 to 28 have their

You might also like