Odiitii

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 27

lakk.

Lakk Maqaa Mallatto Ibsa


Tare .heer odiiter o
Waldura dubaa odiitii tu a
Irra deebii lakkofsa maallaqaa callaa

 Saanduqa keessatti argamani kan lakkaa’aman maallaqa


callaa, sanada baasii yeroo fi akka maallaqa callaatti gatii
kan qaban lakkaa,uudhan galmeessu.

 Lakkoofsicha baahiirra hafii galme waliin ilaalu.

Uunkaa lakkofsaa irratti itti gaafatamaa herrega fi qabaa


maallaqaa wajjin walii mallatteessuu

 Yeroo lakkoofsi raawwatame galmee mallattoon irratti


tasifame maallaqa callaa, sanada baasii yeroo fi akka
maallaqa callaatti gatii qaban Saanduqa keessatti
lakkaa’aman madaaludhan itti gaafatamaa herrega wajjin
walii mallatteessuu.

 Baahiirra hafii galme fi Yeroo lakkoofsa giddu caalman


ykn hanqinan garaaggaruman yoo mula’te qulqulleessun
hordofi gochuu.

 Mana hojiicha kan hin ilaalane maallaqa callaa fi akka


maallaqa callaatti gatii kan qaban saanduqa keessa kan
hin jiree ta’uussa mirkaneessu, yoo jirate argame
facaattidhan beeksisu.

 Yeroo lakkoofsi raawwatame cheekota akka maallaqa


callaatti

 Ilaaman qabdoon maallaqaa osoo hin lakkofsiisan hafan


kan hin jiree ta’uussa mirkaneessuu.

17 Sanada baasii yeroo itti gaaffatama dhimmi ilaalun mirkana’uu


issa qulquleessu.
18 Yeroon sanadani baasii itti hin bu’iin dherraa ta’uussa
qulquleessu
19 Sirni to’aannoo bu’uura seeratin diriiru qulquleessu.

D/D 15
Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e

lakk. Wal-duraadubaa odiitichaa Lakk. Maqaa Mallattoo Ibsa


Tare heertu odiitera
20 Herregoota baankii maqaa mana hojiichan
banaman mallattoo itti gaafatamummaa isanitin
sochosan mallattoo isaan adda baasuu.
21 Dhuma ji’aa irratti tokko tokkoo herrega baankiif
araarsi herrega baankii kan qophaa’eef ta’ussa fi
hojjeeta araarsa baankii qopheessen alaa qamaa
biraatiin mirkana’u issa qulqullessu.
22 Araarsi herrega baankii qulqulleessu.
 Araarsa herrega baankiicha ibsa baankii
waliin qulqulleessu.
 Cheekiin baankiitti hin dhiyaatiin ji’a itti
aanutti baasii ta’uussa mirkaneessu
 Kanasii ibsa baankii waliin mirkaneessu.
 Galii baankiitti hin galmofne ji’a ji’a itti
aanutti baankiitii galii ta’e galma’u issa
ibsa baankii waliin ilaalu.
 Cheekoota hin jijjiramin ji’a jahaa ol ta’an
irratti tarkaanfi fudhatame qulqulleessu
 Jijjirama baankoota giddutti raawwatame
qulqulleessu
 Deggeersa raga irratti hunda’e sireefama
herrega raawwatme irra deebi’an ilaalu.
 Dogoggoora baankiin raawwatameyeroo
qunamu haala sirii ta’en sira’e beeksifamu
issa qulqulleesu.
 Haala hin baratamnen baasiin ibsa baankii
irratti yoo quname qulqulleessu.
23 Galmeefamn nagahee fi galmeefamni leejara sirii
ta’ee ibisi baankii waliin sirnaan ta’ussa
qulqulleessu.
24 Hojiin xinxalaa yeroo raawwatame ragaalee fi
waraqaleen hojii wal-amansiisa hundi faayila
kessa kaa’u
25 Faayiloota dhabbii yeeroomsuu
D/D 16

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e

Maqaa Mana hojii______________________


Akaaku xinxalaa_______________________
Bara baajata__________________________
1.Hojii odiitii murta’e xumurudhaf tilmaamaa yeroo barbachisu Tilmaamaa yeroo
Hojii odiitii Odiitera Olanaa Odiitera jalqabaa
 Tokko tokkoo hojii odiitii karoora qophaa’e 100 -
 Sagantaa odiitii 20 -
 Walgahii itti galma hojii
Baasii irra hafii maallqa calla
 Qabaa maallaqa olanaa 15 20
 Gargaara qabaa maallaqa 10 15
 Baasii irra hafii baankii 30 20
 Lakkoofsa qarshii 10 _
Nagahee fi walitti qabamaa
 Nagahee _
 Jijjirama baajata / Idilee fi kaappitaalaa/ 40 15
 Liqii fi gargaarsa 60 50
 Kaffalitti tajaajila fi mi’a 50 30
 Qabeenya dhabmsifame irra 10 150
 Walitti antii nagahee galiin itti sasabame _ _
40 30
 Walitti qabamaa adda addaa
Meeshaa dhummataa
 Sochii meeshaa dhumaataa
 Galii meeshaa 40 150
 Baasii meeshaa 50 160
 Galmeefama meeshaa dhumataa _ 150
 Lakkoofsa meeshaa dhumataa 100 150
Meeshaa dhabii
 Gaaffii 200 _
 Gaaffii galmeefama meeshaa dhaabbii 80 60
 Meeshaa dhabsifame(gugurtan,keennan,haaqudhan) 80 60
 Qaamaan jirachu issa mirkaneessu 120 110
Tilmaamaa yeroo
Odiitera Olanaa Odiitera jalqabaa
 Kaffalti mindaa
 Peerolii mindaa 60 95
 To’annoo yeroo 10 60
 Faayila dhunfa 40 _
 Baasii
 Kaffalti maallaqaa callaa 100 180
 Kaffalti cheekii 235 240
Bittaa
 Gaaffii bittaa 60 _
 Filannoo dorgoomtoota 70 _
 Fudhinsa meeshaa 80 100
60 30
 Kaffalti invoyisi
 Tokko tokkoo hojii odiitii walitti qabuu
 Gabaasa qopheessu 100 _
 Wal-gahii xumura hojii 30 _
 Hojii adda addaattif itti eegannoo 100 100
2000 1975
2. Tilmaaman yeroo jiru
Waggaa keessatti sa’ati hojii jiru 2080 2080
Kan hir’ifamu: Ayyana waggaa 80 80
Boqqonnaa waggaa 160 120
Eeyymaa mana yaalaa tilmaamaan 40 40
Boqqonaa gadaa tilmaaman 16 16
Akka wal-galatti sa’atti hojii 1784 1824
Yeroon barbachisu fi yeroo tilmaamame giddu garaggaruma jiru
 Yeroo tilmaamame 2000 1975
 Waggaa keessatti sa’ati jiru 1784 1824
 Gargaarumaa 216 151

Yaadachiisa Yeroo dabalatan barbachiise fi isaa caalman mula’etf itti gaaffataman odiitii keessaa
itti gaaffatama ol-aanaa mana hojiicha waliin mari’aachun furmata siiri ta’e akka argamu ni godha.
D/D 17-1
Uunkaa lakkoofsa maallaqa 5alla

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii________________
Kayyoo odiitii: Lakkoofsa maallaqa callaa
Guyyaa lakkoofsi itti raawwatame________
Madaa maallaqaa_____________
Bara baajata________________
1. Maallaqa biyaa keessaa
Qarshii fi beesoota
akaaku Baayina Hamma Maallaqaa
Qarshii Kan 100
50
10
5
1
Beesoota Kan 0.50
0.25
0.10
0.05
0.01
Ida’ama
1.2 Cheekootaa
Lakkoofsa cheekii Guyyaa itti qopha’ee Abbaa cheekii kenne Hamma qarshii

Ida’ama cheekootaa
1.3 Sanadoota biroo akka maallaqaatti gatii kan qaban
Tembeera posta
Kupoon booba’a
Ida’ama sanadoota biro
Ida’ama maallaqa biyaa keessaa
Baasii irra hafii galmee maallaqa xiqaa
Garaagarummaa caalman / hir’inan
2.Maallaqa biyaa alaa
Akaaku Baay’ina Hamma maallaqaa

Ida’ama maallaqa biyaa alaa


Baasii irra hafii galmee maallaqa xiqaa
Garaagarummaa caalman / hir’inan

Ani Obbo/Aaddee/ Durbee__________ qabaa/du maallaqaa mana hojii_____________ kanan ta’eqarshii


kana ol ibsame_________ (jechan) fi maallaqaa biyaa alaa bu’ura kanan ol ibsamen bakkan ani argameti
lakkoofsi raawwatame gara sanduqaattii kan deebi’e ta’uussa fi maallaqni biraa kanan lakkoofsisu kan hin
jirre ta’uu isaa ni mirkaneessa.

Qabduu maallaqaa Itti gaafatamaa Herregaa Odiitera


Maqaa ____ ___________ ___________________ ________________

Mallattoo _____________ ___________________ ________________


D/D 17-2
Uunkaa lakkoofsa sanada yeroo

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e

Maqaa mana hojii________________


Kayyoo odiitii: Lakkoofsa sanada yeroo
Guyyaa lakkoofsi sanada yeroo ________
Madaa maallaqaa_____________
Bara baajata________________

Lakk. Guyyaa Itti Maqaa Sababa Hamma maallaqaa


heertu gaafatama fudhata kaffalti
kaffalti Minda Hojii geggesituu Ida’ama
heeyyame dursa Idile Kaapitaalaa

Ani Obbo/Aaddee/ Durbee__________ qabaa/du maallaqaa mana hojii_____________ kanan ta’e sanada
yeroo kana ol ibsame_________ (jechan) fi itti gaafatamuma kotin lakkoofsise gara sanduqaattii kan
deebi’e ta’uussa ta’uu isaa ni mirkaneessa.

Qabduu maallaqaa Itti gaafatamaa Herregaa Odiitera


Maqaa ____ ___________ ___________________ ________________

Mallattoo _____________ ___________________ ________________


Ararsa galmee fi herreega baankii lakk.

D/D 18

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Araarsa herrega baankii
Bara Baajataa ______________
Qarshii
Bu’ura ibsa baankiitiin baasii irra hafii X
Kan ida’amu
Baankii galii ta’ee galmee irratti kan hin galma’in( lakk. Nagahee, guyyaa fi hamma maallaqaa) X
Kan hiri’famu
Cheekiin baasii ta’ee ibsa baankii irratti kan hin mul’atne( Lakk.cheekii, PV, guyyaa fi hamma qarshii)(X)
Haala galmeetiin baasii irra hafii X
Gaaffii to’annoo keessa baasii irra hafi baankii fi maallaqa callaa
D/D 19

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Araarsa herrega baankii
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 1. Mani hojii kun lakkoofsa herrega baankii
qabaa? Yoo qaba ta’e meeqaadha?
2 Lakkoofsa herrega baankii fi mallattesoota
Biiroon Maallaqa fi Misooma Diingdee akka
beeku ta’eerra ?.
3 Sadarkan Itti gaafatamummaa mallattessotaa
hagami?
4 Sadarkan aangoo mallattessotaa hagami? Waliin
mallattessun yoo jira ta’e dangaan ykn haami
maallaqaa hamami?
5 Araarsi herrega bankii ji’a ji’an ni hojeetamaa?
6 Araarsi herrega baankii qopha’ee qulqula’e ni
mirkana’aa?
7 Cheekoono itti hin hojeetamne bakka amansiisa
ni ta’u? Cheekii duwwaa irratti haala itti
mallata’u jira?
8 Cheekoota hojii irraa hin olinf to’annon qubsaa
ta’e ni godhama?
9 Nageewwan itti hin hojeetamif to’annoo fi
egumsi gahaan ni godhama?
10 Akka maallaqaa callaatti kan ilaalamu mana hojii
kan keessa ni jira?
11 Mani hojii kun qabdoota maallaqa meqa qabaa?
 Qabaa maallaqa ol-aanaa
 Gargaaraa qaba maallaqaa
 Sassabaa maallaqa guyya guyyaa
Lakk. Nan inni Gamaaggama
Taree Gaaffii Eyee Miti ilaalu fi yaada
12 Sadarkaa barumsa qabdoota mallaqaa
gahaa dha? Leenjii barbachisa
fudhataniru?
13 Qabdootni mallaqaa benyaa ni qabuu?
Ykn wabii qabsiisaniru?
14 Egumsa qabinsa maallaqa callaahojii irra
olchuf tatafi godhamuf
o Kaazina
o Kutaa qabaa mallaqaa
o Yeroon galii ta’uunsa gutamerra
15 Sanadaa fi sanadaa akka mallaqaa
callaatti ilaalamu kaazina ala ni taa’a?
Yoo ni taa’a ta’e malif akka ta’uu ta’e?
16 Mana hojiichaa kan hin ilaale sanadaa fi
sanadaa akka mallaqaa callaatti ilaalamu
kaazina kessaa ni taa’a?
17 Sirni baasii mallaqaa callaa xiqqaa
dhabaterra?
o Dhimma malif ola?
o Hamamidha?
o Baasiin guddan hamami dha?
o Yeroo yeroon fandicha irratti
to’annoon ni godhamaa?
18 To’annoo keessaa cimsudhaf sanada
yeroo akka mallaqaa callaatti ilaalamu fi
sanadoota gatii qaban irratti to’annoon ni
godhama?
o Ni godhama yoo ta’e yeroo
hamami keessati?
o Itti gaaffatamumaa enyun
raawwatama?
o Mallaqaa callaan yoo jirate
galmeefama walin ni araramaa?
19 Qarshii guyya guyyan qaba mallaqaa
guyyaan sasabame guyyuma sana qaba
mallaqaa ol-aanaatti ni dabarsa?
20 Mallaqni sasabame yeroo fi siriidhan
baankiitii galii ni taa’a?
21 Mallaqa callaa sasabamef nagaheen
xumura ni qophaa’a? Kan qophaa’u yoo
ta’e qulqullinii barbachisa ta’e ni
ilaalama?
22 Herregni baankiitti galii ta’e nagahee
galiin itti sasabame walin ni ilaalama? Ni
ilaalam yoo ta’e itti gaafatamummaa
eenyun ni dha?
23 Gahee hojii diriren qabaan maallaqaa
hojii galmeefama akka raawwatu ni ta’a?
24 Galmeen maallaqa calla fi sanda yeroo
dhabaterra? Dhabaterra yoo ta’e eenyun
raawwatama jira?
25 Tokkoon tokko sochii herrega haala
gutuu ta’en yeroo yeroon siriiti ni
galma’a? Ni galma’a yoo ta’e eenyun
galma’a?
26 Kaffaltiin sanada yeroo itti gaafataman
ni mirkana’a? Ni mirkana’a yoo ta’e
eenyun dha?
27 Sanadn yeroo dheeraf hin bu’in ni jira?
28 Ragaa baasii irratti chaapan kaffalamerra
jidhu ni rikutamaa?
29 Jijjiramn hojii akka hojiirra olu ni ta’a?
Gaaffii to’annoo keessaa nagahee fi herrega walitti qabamu
D/D 20

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Nagahee fi herrega walitti qabamu
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Baajatan ala madaa galii kan bira ni jira?
2 Nagaheen hojii irra ole seera qabeesa dha ?.
3 Nagahee itti hojeetame fi itti hin hojeetamin
to’aachudhaf?
 Bakki taa’umsi issa furtuu qabachu
 Hojjeeta dhimmi ilaalun ala nama bira
harkaa akka hin gale ta’uussa?
 Lakkoofsii nagahee walitti aanuu issa
qulqullessu
 Nagaheen haqame koopii issan walqabate
akka taa’u godhamu issa
4 Herregn waliiti qabame ida’ame uunkaa waligala
irratti ni galma’aa?
5 Uunkaa xumura galmeefama herrega waligala
hojjeetan gahee hojii fi itti gaaffatamuman
kennamefin akka qulqula’u ni ta’a ?
6 Galiin sasabame koodii herrega sirii ta’e
kennamef akaaku galiittin addaa bahee akka
galma’u ni ta’a?
7 Galiin sasabame hundii yeroodhan fi siriidhan
baankiitti akka galuu ni ta’a? Tireezyeritii akka
dhangala’u ni ta’a?
8 Hojjeeta itti gaafatamumma qabun akka qulqula’u
ni ta’a?
9 Galii sasabamerra fayyadama baajataf ni ola? Ni
ola yoo ta’e heeyamni keenname jira?
10 Hojii murtii gibira, sasabii gibira fi galmeefamni
gibira qamoolee adda addaan ni raawwatama?
11 Galii taxi fi gumrukaa irrattii to’annoon ni
tasifamaa?
12 Gugurtaan qabenyaa fi tajaajila seera fi danbii
irratti hunda’e kan murta’eedha?
13 Faayili kaffaltoota taksi lakkoofsi addaa
keennamef kaardiin leejera dhabbaterra?
14 To’annoon taksi irratti godhamu itti
gaafatamtoota ol aanaan hojiin qulqulleessu ni
raawwatama?
15 Qabenyaa dhabmsiisu, galii dhalaa fi madaa adda
addaa sasabamu seera , danbii fi qajeelfama
irratti hunda’e raawwatamun issa ni mirkana’aa?
16 Sirnii to,annoo galii sasabuf dhabate gutuu ta’uun
issa ni mirkana’a?
17 Hojiin hojjeetoota giddu dedeebi’u ni jira?
18 Herrega walitti qabamuf to’achuf leejeri xiqqaan
dhabaterra? Dhabaterra yoo ta’e siiruman
herregichaa ni mirkana’aa?
19 Facaatiin herrega walitti qabamu kan dhabate
bara issa hamma maallaqaa haala hubannoo
keessa galeen kan qopha’edha?
20 Liqiin yeroo dheraa fi yeroo gababa hojjeetoota
irra kan haqamu qajeelfama irratti hunda’etti?
21 Herrega abbootti idaa irra barbardamu irratti
hordofiin ni tasifama?
22 Ibsa herrega qopheessudhan walitti qabamawwan
herrega gurgudoo waliin ni ilaalama?
23 Beekumsa kuta herregan ala liqiin abootti idaa
irra walitti qabamu ni jira?
24 Galiin liqii fi gargaarsa irra argamu walii galee
irratti kan hunda’e dha?
25 Qbeenyi fi galiin liqii fi gargaarsa irra argamuf
nagaheen galii akka qopha’uf ni ta’aa?
26 Shalagamni qabeenya siiritti hojeetame ragadhan
ni degeeramaa?
Gaaffii to’annoo keessaa Meeshaa dhumataa
D/D 21

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Meeshaa dhumataa
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Meeshaa dhumatan galii ta’e kutaa meeshaadhan
baasii ni godhama?
2 Tokkon tokkoo meeshaa dhumata mana kuusaatti
galii ta’ee siirii ta’uun issa ni hordofama?
3 Qabeenyii mana kuusaa ta’e,
1. Hojjeetoota kutaa qabeenya ala
hojjeetoota biroo waliin qunamtti ni
qabata?
2. Waldura dubiinsi isaa siirna eegee ta’erra?
3. Baasii kan ta’u siiri fi gaaffii itti
gaafataman mirkaneesseni dha?
4 Baasii irra hafin tokko tokkoo qabeenya galmee
irratti mula’atu fi qabeenya kallattidhan jiru
waliin kan madaalu ta’ussa kan itti mirkana’u
hojiimatani diriireraa?
5 Qabeenyii ergisan qama biraf keenname
galmeefame to’annoo fi hordofiin ni tasifamaa?
6 Qabeenyii ergisan qama biraa irra dhufan
galmeefaman to’annoo fi hordofiin ni tasifamaa?
7 Gahee hojii qodachudhan hojjeetoon galmeefama
qabeenya raawwatan qabeenya mana kuusaa jiru
waliin qunamti ni qabuu?
8 Wal harkaa fudhinsi meessaa bittame yeroo
raawwatamu haalaa jaaja bittaan akka
raawwatamu ta’un issa ni qulqulla’aa?
9 Qabeenya mana kuussaatti galee hundai nagaheen
galii irratti ni galma’aa?
10 Qabeenyi mana kuusaa keessaa bahuu hundii itti
gaafatama angoon heeyamu fi mirkaneessu
keenamefiin raga’e nagahee baasii irratti galma’e
baasii ni ta’aa?
11 Baasii irra hafin qabeenya mana kuusaa keessatti
argamu yoo xiqqate waggaatti si’a tokko
lakka’ame haala galmae’en kallattin jirachun isaa
ni mirkana’aa?
12 Bu’urra lakkoofsa kallattidhan raawwatamun,
1.Hojjeetooni lakkoofsicha siiridhan akka
geggeesanf
a. Qajeelfamni keennamerafi?
b. Hordofiin ni tasifamaa?
2. Uunkii lakkoofsii qabeenya irratti galma’u
haala walitti aanuu fi walfakatun
qopha’eeraa?
3. Tokko tokkoon uunkii lakkoofsi itti
raawwatame of eeganoon ni ta’aa?
4. Yeroo lakkoofsii jalqabamu dhumma nagahee
galii fi baasii itti hojeetame irratti mallattoo
gochudhan kan itti hojeetame fi itti hin
hojeetamiin akka adda bahuu ni ta’aa?
5. Hojeetoon lakkoofsa geggeesan qabeenya
eeguu fi galmeesun ala gahee hojii kan biro
ni qabuu?
6. qabeenyi lakkawwame uunkaa lakkoofsaf
qopha’erra ta’e fi kan ibis itti keenname
waliin ni ilaalamaa?
7. Wal dura dubiinsa lakkoofsa siiritti eegame
qabeenyi hundi lakkawamun issa ni
mirkana’aa?
8. Qabeenyi dhabmsifamu fi kan qama sadaffaa
ta’e adda bahee akka ta’u tasifameraa?
9. Baasii irra hafin qabeenya lakkoofsan kan
argame waliin ni madaalamaa?
10. Uunkii gatiin meeshaa itti shalagame fi
herregni isaa ni qulqulla’a?
11. Galmee qabeenya irratti baasii irra hafin
giddu garaagaruman yoo mula’ate akaaku
qabeenyatiin sababni isaa mal akka ta’e
hojiin xinxalaa fi qulquleessu gadi
fagenyaan ni raawwtamaa?
12. Galmee qabeenya irratti baasii irra hafin
giddu garaagaruman callmaan yoo
mula’ate fi qabeenyoon amaala sochii irra
dedebii hin qabane sirna hojiimata irra
dedebi hundeesun hojiin qulqulleessu ni
raawwatamaa?
Gaaffii to’annoo keessaa Qabeenya Dhaabbii D/D 22

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Qabeenya Dhaabbii
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Hojjeetooni biittaa meeshaa dhaabbii irratti
hirmatan qabeenyichii baasii ta’ussan dura sirnan
ni kaa’uu? Sochii isaas ni galmeesuu?
2 Kutaan ykn qaamni bittaa biyaa alaa hordofu
ramadameraa?
3 Hangaa barbadamu ol qabeenyi dhaabbii akka hin
bittamne toftan itti to’atamu dhaabbaterraa?
4 Qabeenyi dhaabbii galii yoomu ta’u nagahee
qabeenya dhaabbii irratti nigalma’aa?
5 Hojjeetan kutaa kuusaa qabeenya kallattidhan
osoo hin argin nagahee galii akka kutuu yeroo itti
dirqisifamu ni jiraa?
6 Itti gaafatamaan angoon keennamefin osoo hin
heeyyamamin meeshaan dhaabbii akka bahuu ni
tasifamaa?
7 Tokko tokkoo qabeenya dhaabbiidhaf lakkoofsi
addaa keennamerafi?
8 Sochii qabeenya dhaabbii to’achudhaf galmeen
qabeenya dhaabbii dhaabbateraa?
9 Qabeenyi dhaabbii haanaa fi balaa adda addaaf
akka hin saxilamnef sirni to’annoo keessaa
caiman dirireraa?
10 Lakkoofsii meeshaa dhaabbii waggaa
raawwatame galme qabeenya dhaabbii waliin ni
ilaalamaa?
11 Lakkoofsii meeshaa dhaabbii hojjeetoota kutaa
biraa irra ramadamanin bakka hojjeetan meesshaa
dhaabbii jirutti ni raawwatamaa?
12 Bu’aan lakkoofsa qabeenya dhaabbii oogganaa
mana hojiif ni dhiyaataa?
13 Itti fayyadamni boba’a haala fageenya kokoolatan
deemen akka ta’un sirni to’annoo dirire ni jiraa?
14 Tajaajili fi faayidan konkoolatan keennu dhuga
qabeessa ta’ussa toftan itti to’atamu
dhaabbateraa?
15 Qabeenyi dhaabbii tajaajila alaa ta’e ni jira?
16 Qabeenya dhaabbii tajaajila ala ta’ee irratti
tarkaanfiin bulchiinsa fudhatamu bu’ura
qajeelfamatin raawwatamaa?
17 Tajaajili qabeenya dhaabbii umurii irra kan
ka’een dhorkamu isaa duraa haali inni irra jiru
tooftan itti qulqulla’u ni jiraa?
Gaaffii to’annoo keessaa Herreega Mindaa
D/D 23

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Herreega Mindaa
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Hojjeetoota hundaf kusaan dhunfa dhaabbaterra?
2 Hojjeetoni kutaa bulchiinsa kusaa hojjeetootaf
egumsa fi ofeegannoo ciimaa ta’e ni godhuu?
3 Ragaan minda fi fayyida tokko tokkoon
hojjeetoota argatan ibsu kusaa hojjeetoota keessaa
argachuun ni danda’amaa?
4 Galmeefama boqqona waggaa fi kaffalti itti
gaafatamumaa kan ibsu sirni to’annoo addaa
dirireraa?
5 Qaxarii hojjeeta haaraa, gaaffiin dabalii fayyida fi
mindaa dhiyaachu issa dura hir’ini baajata
jirachun isaa hubannoo keessa ni galaa?
6 Gedarumsa tokko tokkoo peeroolii mindaa irratti
mul’atu kutaan minda qopheessu akka beeku ni
ta’aa?
7 Peeroliin mindaa erga qopha’e booda itti
gaafatamtoota sadarkaa adda addaa irra jiranin
qulqulla’e ni mirkana’aa?
8 Hojjeetoon hundi yeroo mindaa isaan fudhatan
mindaa fudhachu isaantiif orneloo qopha’e irratti
ni mallatteessuu?
9 Bakka bu’insi minda yeroo keennamu sanadni
ooggantootan mirkana’e mallata’e ragaan ni
qopha’aa?
10 Mindaan dursa fi liqii bu’uura seera fi dambiin
akka deebi’u ni ta’aa?
11 Baasiin mindaa fi hir’ifamn adda addaa gara
leejera dhimmi ilaalutti ni darba?
12 Baasiin ji’a tokko ji’a biraa waliin ilaalame
garagaaruman yoo jirate sababni isaa adda bahee
tarkanfin ni fudhatamaa?
13 Mindaa fi dugoon baajata kaappitalaa irra
kaffalame baasiin isaa gara baajata dhimmi ilaalu
keessatti ni haamatamaa?
14 Waluma galatii qophiin orneeloon (uunkaa) fi
raawwiin baasii mindaa seera fi danbii bulchiinsa
hojjeetoota irratti hunda’eetii?
Gaaffii to’annoo keessaa Herrega bittaa fi baasii
D/D 24

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Herrega bittaa fi baasii
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Baasiin kan raga’uu itti gaaffatamaa angoon
keennamefinii?
2 Itti gaaffatamaan angoon keennamefi haangii
baasiin inni ragaasiisu angoo keennamefiin ol
haali itti ta’u ni jira?
3 Cheekooni haaqaman kan irra muramen osoo
adda hin bahiin akka ta’an ni ta’uu?
4 Baasiin raawwatamu issattin dura ragaan baasii
akka mirkana’u ni ta’aa?
5 Saboon cheekii itti hin hojeetamin itti
gaafatamumma mallatesitotan akka ta’u ni ta’aa?
6 Kaffaltin nagahee baasiin ykn cheekiin qophaahu
fi raawwatamu fayyadamaa seeran heyyaamamefi
dhaa?
7 Tajaajila kaffalti dursaf cheekiin yeroo qopha’u
lakkofsa baankii fayyadamatti akka galu ta’e ni
qopha’aa?
8 Haamii maallaqaa fi sababani baasii cheekii irratti
galma’u haala walfakatun hafte cheekii irratti ni
galma’aa?
9 Itti gaafatamtoon cheekii irratti mallatessan sochii
hojii cheekii qopheessu fi galmeessu irratti akka
hin hirmaatne hojjumatni dhorku ni jiraa?
10 Itti gaafatamtooni cheekii irratti mallattessan
hafte cheekii irratti mallattoo gababaa ni godhu?
11 Cheekii duwwaa irratti itti gaafatamtooni akka
hin mallatteessan sirni ittin to’atamu ni jiraa ?
12 Cheekiin mallattoodhaf itti gaafatamtootaf yeroo
dhiyaatu nagaheen kaffaltti fi ragaaleen baasii
degeeran walin ni dhiyaatu?
13 Ragaalee kaffalti fi nagaheen baasii irra
deebi’ami kaflatiin akka itti hin raawwatamne
chaapaan kaffalamerra jedhu irratti ni
maxxanfama?
14 Nagahee baasii irratti gitin herrega siiri ta’e ni
galma’aa?
15 Dabarsaawwan bankii irraa gara baankiitti
raawwtamu yeroodhan akka galma’u ni ta’aa?
16 Qamaa dhimmi ilaalatu irra heeyyamni osoo hin
jiratti galii mana hojiichan sasabamu irra baasiin
ni raawwatamaa?
17 Kaffaltiin baajata ol raawwatamu ni jirataa?
18 Labsii baajataa ala haali jijjira baajata itti
raawwatamu ni jiraa?
19 Fayyadama baajataa to’achudhaa fi hordofudhaf
lejeeri dhbaterraa?
20 Saboon cheekii galii fi baasii yeroo ta’u galii fi
baasii isaani galmeefamaa?
21 Hubanoon ooggana osoo hin jiratin baasii cheekii
tokko irratti qopha’u qabu bakka lamatti qodame
kaffaltin ni raawwatamaa?
22 Sanadni raraa’an yeroo bu’uu hojjeeta dhimmi
ilaalun duduba isaa irratti mallattoo gababaan
akka ta’uu ni godhama?
23 Karoorii walgatee kontiraata kan raga’uu Biiroo
Hojii fi Misooma magaalaa fi Biiroo Maallaqaa fi
Misooma Diinagdeetin?
24 Sanadni caalbaasii bu’uura karoora
pirojeektitiini?
25 Kaffaltiin baasii projeekti kan raawwatamu
bu’uura sartifiketa mirkana’e tiinRagaan
caalbaasii kan gamaagamamu bu’uura danbii fi
qajeelfama faayinaansitiin dhaa?
26 Qabeenyii raawwii pirojeektif biittamu nagaheen
galii qabeenya addaa ni qopha’aa ?
27 Raawwiin pirojeekti bu’uura karooratin
raawwatamu isaatiif toftaan cimman ittin
to’atamuu dirireraa?
28 Bittaan pirojeektidhaf raawwatamu bu’uura
danbii fi qajeelfama faayinaansiitiin dhaa?
29 Kaffaltiin qabeenya fi tajaajila danbii fi
qajeelfama waliin ilaalame ni raawwatamaa?
Herrega Waliin DhahaameQulqulleessu
D/D 25

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Herrega Waliin DhahaameQulqulleessu
Bara Baajataa ______________
lakk. Kaayyoo QulQulleessu
Tare
Waliin dhaahun ni jirataa jedhame bakka
yaadamut haala jiru ilaaludhan hojjimatni
gahumsa fi bu’aa irratti hunda’e polisii mana
hojjicha bu’uura godhate murtoo irra gahaamu
foyyeessudhaf qabiyeen cimmun irra jira::
Gaffii Eyee Miti Yaada
xumuraa
1 Haaloota jiran fracaati dhan ilaaludhan marii
cimma irratti geggessudhan, polisii mana
hojjichaa waliin kan deemu ta’uu isaa ilaaludhan
akkasumas xiinxalaa gadii fageenya fi gutuu ta’e
ykn hordofii barbachisa ta’e geggesun barbachisa
ta’e yeroo argamu poolisii beeksisudhan facaati
hojjimata kanaa gadii ibsamanif xiyyeefannoo
keennuu::
 Faala qabxiiwwan dursan ka’an
dhbbachu/kuniis haala adda addaatiin
waliindhaaun jirchu issa ni ibsa/
 Akakuu fi sadakaa qamoota haalicha
irratti hirmatan
 Bay’inaa qamoota haalicha irratti
hirmatan
 Haama maallaqichaa ykn dhibba inni
faayinaasii irran gahuu danda’uu

2 Waliin dhaahun ni jirataa jedhame bakka


yaadamut haala jiru hordofi gochudhaf bakka
bu’oon ykn oggantoon ogguma isaa qaban hojji
hojeetanf haala gutuu fi ifaa ta’een itti
gaaffatmuumaa fudhatanirru ?
Gaffii Eyee Miti Yaada
xumuraa
3 Itti gaaffatmtooni mana hojiichatiif haala waliin
dha’uu qulqulleessun akkamitii akka raawwatamu
haala gutuu fi ifaa ta’een ibsameraafii?

4 Itti gaaffatmtooni mana haala waliin dha’uu


qulqulleessun akkamitii akka raawwatamu haala
gutuu fi ifaa ta’een ibsameraafii?

5 Hojjeetoni mana hojiichaa haala waliin dha’uu


hordofudhaf leenjii barbachisa ta’e fudhachudhan
dandeet isaan irra barbarbadamu haala bu’aa
qabeessa ta’een bahuu isaan dandesisra? Haala
qabiinsi walin dha’uu irratti dhimmi murteessan
imaamata fi Ejeensii yoo ta’ee iyyuu hirmana itti
gaaffatamtoota murteessadha. Hojiin irra deebii fi
odiitii hojjeetoota kan haamatu yoo ta’e iyyuu,
irra caalaa itti gaaffatamtoota kallatiin ilaalatu ni
dabalata.
6 Adeemsa hojii qulqulleessu waliin dha’uu
raawwatama jiru itti gaaffatamtootn sadarkaa
sadarkaan kallatiin ilaalatu fi qamoon keessa fi
alaa dhimmichatti dhiyeenya qaban waan irra
gahaame odeefannoo gahaa akka qabatanf
hojjimatni gabaasni itti dhiyaatu hirmachisa
dhaa?
7 Itti gaafatamuma ifaan kenname fi haalawwan
waliin deemu danda’ani fi hojjimatni gabaasni itti
qopha’uu fi galma’u dhabbaterraa? Gameefamni
gutuu ta’uun isaa eenyun mirkana’aa? Raawwii fi
bu’aa kana irra akkamitti gahuun dandaame?
8 Hordoofi fi gabaasni haala waliin dhahuu
kamiyyuu ilaalu hojjiimatni eegume itti ta’uu
dhabbaterraa? Kunis nama eeyyemamef alaa
mana kusaa keessa bayee akka hin ilaalamnef
eegumsi gahaan ni godhamafi?
Gaaffii to’annoo keessaa Bu’aa (Gatii) Maallaqaa
D/D 26

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Bu’aa (Gatii) Maallaqaa
Bara Baajataa ______________
lakk. Gaaffii Eyee Miti Nan inni Gamaag
Tare ilaalu gama fi
yaada
1 Hojjeetoon mana hojiicha leenjii barbachisa biyaa
alaas ta’e hojii irratti argataniru?
2 Hojjeetoon mana hojiicha mal, yoomi fi akkamitti
hojii isaan raawwachukan isaan dandeesisu
hubannoo amansisa ni qabu?
3 Hojjeetaan itti gaaffatamuma keenname fi hojiin
inni raawwata jiru sadakaa irra gahaame
ilaalchise itti gaaffataman akka hubatuf
odeefannoo yeroon isaa ni gahaa?
4 Kaayyoon mana hojiicha fi sanadni karoora yeroo
qopha’u qajeelchoota fi kutaawwan adda addaa ni
haamataa?
5 Ni hojeetamaa jedhame karoorfame haala
sagantaa yeroo fi baajatatiin ni raawwatamaa?
6 Hojii mana hojiichaa waldura dubaan
raawwachudhaf hojiiwan dusii keennamuf qabuf
xiyyeefanoon ni kennamaa?
7 Hojiiwan adda addaa dusii keennamuf qabu dursii
akka kennamuf bu’uura murtiin itti kennamen ni
raawwatamaa?
8 Hojjeetoon mana hojiicha hojii hojeetanif itti
gaafatamumaa akka fudhatan ta’erraa?
9 Hojiin raawwatame bu’uura karooratiin ta’uu
isaatiif ni ilaalama ?
10 Qajeeltoota fi kutaawwan adda addaa karoori
mana hojiichaa hin raawwatamin ni jiru?
11 Qophii sanada karoora irratti hojjeetoon gadi
aanaa mana hojiicha hubannoohin qabane ni
jiruu?

12 Kayyoon mana hojiichaa galma gahuu issa kan


itti mirka’uu safartun qopha’erraa?

13 Sanadni qophii karoora bu’uura kayyoo mana


hojiichatiin dhaa?
14 Yeroo sanadni karoora qopha’uu ragaa barbachisa
ta’e argachudhaf rakoon quname ni jira?
15 Hojii mana hojiicha irratti irra deebiin sirii ta’e
godhamerraa?
16 Giddu galesuman barbachisa ta’e dhabbaterraa?
17 Walta’insa dangaan anggoo fi itti gaaffatmuman
akka walsimu ta’erra?
18 Itti gaaffatamtoota olannoo fi hojjeetoota gaddi
anaa giddu walqunamtti ifaa fi barbachisa ta’e fi
sirnii odeefannoo waljijjiru dirireeraa?
19 Bu’ura bakka bu’insa sirii hin tane harkifanaa
hojii dhaf ka’aumsa ta’erraa?
20 Gidu galeessuman hojii fudhatama ni qabaa?
21 Karoora fi raawwii walin madaaludhan
garaggaruman yoo mul’ate sababani issa
qulqula’e tarkaanfin akka fudhatamuf gabaasni ni
gidhama?
22 Sirnii gamaggama fi hordofi hojiirra oleraa?
Gaaffii to’annoo keessaa Hojjumataa Sirna Komputeraa
D/D 27

Mallattoo guyyaa
gababaa
Kan
qopheesse
Kan irra
deebi’e
Maqaa mana hojii___________
Akaakuu Xinxalaa: Hojjumataa Sirna Komputeraa
Bara Baajataa ______________
I Hojjimata to’annoo guddisudhaf kan ta’uu, Eyee Miti Deebii hin qabu yaada
Sadarkaa fi sirna to’annoo
1 Odefannoon qopha’e kan kana gadi ni haamataa?
A. Seena hojjimata isaa ni ibsa?
B. Gabate fi ibsa ni dabalataa?
C. Ibsa odeefannoo galii fi baasii
D. Ta’umsa fayila galmefama
E. Sirna to’annoo
F. Galmefama sagantaa
G. Ragaalee fi bu’aa sagantaa
H. Qajeelfama rabsama bu’a
I. Qajeelfama raawwii
J. Qajeelfama hojjumata
2 Hojjimatni lakk.1 irratti ibsaman odeefannoo
ragaa akkamitin mirkana’a?
A. Haala gahaadhan qopha’ussa,
B. Gedarumsa sagantaa fi hojjimataf qopha’ussa
3 Sagantaleen haala gahaadhan jirachussa
A. Xinxalaa deski,
B. Ragaalee xinxalaa walin qopha’e
C. Yeroo sgantan hin jiran qajeelfama raawwii
dhan fayyadamu,
D. Toftan biraa yoo jirate ibsi
4 Hojjimatnissa haala gahaa ta’en xinxalamerra?
A. Toftaa ragaa xinxalaa
B. Yaalii itti fufinsa qabu
C. Osoo addan hin citiin
D. Sirnii to’anichaa kutaalee ilaalu hunda
haamachussa
E. Toftan biraa yoo jirate ibsi
5 Bu’aa xixalicha eenyun gamaggamamm akkasumas
gabaasa akkamitu qopha’aa?
Geedarumsa Faayilaa
6 Osoo hojiin hin jalqabmin qabiyee faayila isaa
gudda

You might also like