Intarpirrunarshipi Training W.letter 2nd

You might also like

Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 6

Biiroo Barnootaa fi Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Oromiyaatti

Daareektoreetii TEI fi CT

Piropozaala Leenjii Inrarpurinarshippii


Leenjii Ogeessota dhaabbilee BLTO pooliitekinikaa fi
raawwatoota’f Magaalaa Adaamaatti Kennuuf Qophaa’e

Caamsaa, 2011
Finfinnee

0
Ibsa
Intarpirinarshiippiin guddina biyya tokkoof baayyee isa murteessaa ta’uun isaa beekamaa dha.
Biyyi keenyas leenjii Intarpirinarshiippii waggoota dheeraaf lammiilee hedduu leenjisuuf
carraaqqii guddaa gochaa turteetti. Haa ta’u malee hanga yoonaatti akka biyyaattis ta’e naannoo
keenyaatti jijjiiramni eegamu akka hin mul’anne kan haalamu miti. Leenjiin Intarpirinarshiippii
kanaan dura ture dhaabbilee leejii keessa ture qaawwaa hedduu qabaachuurraa kan ka’e boodatti
deebi’ee argama.

Haaluma kanaan, leenjii Ogummaa intarpirunarshippii irra jalaan dhaabbilee BLTO’f bal’inaa fi
gahumsan kennuun haala kana jijjiiruuf irratti bal’inaa fi gahumsan karooran irratti hojjechuun
hedduu barbaachisaa ta’uun isaa hubatameera.

Kanaafuu, adeemsi piroppoozalli pirojeektii leenjii Ogummaa intarpirunarshippii mata duree


barbaachisumaa fi kaayyoo leenjii kanaa, akkaataa raawwii leenjiichaa, iddoo leenjiin kun itti
gageeffamu Magaala Adaamaa ta’uu isaa, baay’inni ogeessota leenjii kana irratti hirmaatan 90
ta’uu isaa fi yeroo leenjii Caamsaa 19/2011 eegalee guyyoota 10’f kennamuuf baajeeta baasii
walii galaa qar. 468,023 (Kuma dhibba afurii fi kuma jatamii sadetii fi digdamii
afur qofa), bu’aa leenjii kana irraa eegamuu fi haala hordoffii fi duub-deebii leenjichaa
qopheessuun piroppoozalli leenjii Ogummaa intarpirunarshippii BBLTO fi EDC waliin qophaa’e
kana sirnaan hubtamee hojii irra oolmaa karooora kanaaf qaamolee kallattii fi al-kallattiin
dhimmisaa ilaalu hundumtuu gama isaaniitin xiyyeeffannaa addaa itti kennuun deeggarsa isaan
irra eegamu hunda akka gumaachan ni abdatama.

1. Barbaachisummaa Leenjii Ogummaa intarpirunarshippii (Why)

Haala tarsiimoo BLTO haaraa yeroo amma hojii irra jiruun paakeejiiwwan 4n (ogummaa
teeknikaa, intarpirunarshippii, kaayizinii fi teeknoloojii) deeggarsa tajaajila industrii
eksiteenshinii industrii guutuu dhaabbilee BLTO saganteeffatanii waldaalee IMXf kennaaa jiran
keessaa Ogummaa intarpirunarshippiin immoo isa jalqabaa fi haal-duree paakejjiiwwan kanneen
biroo ta’uun isaa kan nama wal gaafachiisu miti. Haaluma kanaan Humna namaa gahumsaa hojii
ummachuu (Entrepreneurial skill) qabu akka naannoo keeenyaatti horachuun hiyyummaa
xiqqeessuu fi abbootii qabeenyaa dinagdee biyyaa keessatti shoora taphatan baasuun
barbaachisaa waan ta’eef Ogummaa intarpirunarshippii akka Naannoo keenyaatti irratti
hojjechuuf leenjiin hoggantoota naannoo BMII fi leenjistoota Koolejjota Pooliitekinika , fi
leenjistoota Koolleejota BLTO.

Haaluma kanaan, leenjii ogummaa intarpirunarshippii dhaabbilee BLTOf bal’inaa fi gahumsan


kennuun haala kana jijjiiruuf irratti bal’inaa fi gahumsan karooran irratti hojjechuun hedduu
barbaachisaa ta’ee argama. Kanaafuu, adeemsi piroppoozalli pirojeektii leenjii ogummaa
Intarpirinarshiippii akka kanatti aanuutti tokko tokkoon gabaabnaan qopheessuun barbaachisaa
ta’ee argameera.

1
2. Kaayyoo Leenjii interpurinarshippii (What)

Kaayyoo gooroo leenjii Ogummaan interpurinarshippii kanaa Hoggantootni, BBLTO,BMII fi


leenjistootni KBLTO’f ogummaa interpurinarshippii irratti leenjii gahaa kennuun booda
waldaalee/Intarpurinaroota hedduu horachuun abbootii qabeenyaa danddeettii ogummaa
interpurinarshippii qabaatanii oomishaa fi oomishtummaa daran ol guddisuu qabeenya
miliyoonaan akka horatan gochuu dha.

3. Akkataa Raawwii Leenjii Ogummaa interpurinarshippii (How)

Akkaatan raawwii leenjii Ogummaa interpurinarshippii jalqaba irratti leenjiin hoggantoota


raawwatoota IMX’f guyyaa tokkoof erga kennamee marii fi kallattiin gara ful-duraa kaa’amee
haala baayyina hirmaatotaan marsaa fi gareen addaan erga ba’e booda hirmaatootaaf leenjii
Ogummaa interpurinarshippii irratti leenjiistoota ‘EDC’ /Oromiyaa Intarpurinarshippii irraa
dhufaniin ni kennama. Dhuma irratti leenjii kana haala Intarpurinaroota/Intarpirayizoota
ogummaa danddeettii intarpirinarummaa qaban horachuuf xiyyeeffannaa leenjii qabatamaa
taasiisuudha.

4. Qaamolee Leenjii Kan Irratti Hirmaatan


1. I/A/H/BBLTO dame TEI 1
2. Dhaabbilee BLTO Pooli teekinikarra leenjistoota Intar./Bus. 24*3=72,
3. Ogeessota Dar.TEIirraa namoota 9,
4. Ogeessota ogummaa Intarpurinarshippii (EDC) irratti leenjii kennu 4,
5. Ogeessa Misooma Leenjiistoota 1,
6. Ogeessa Misooma Leenjiistoota
7. Ogeessa kominukashinii nama tokko 2,
8. Ogeessota faayinaansii 4,
9. Ogeessota BMII 2,
10 Shufeeroota 2,
Waluma galatti namoonni 93 leenjii kan irratti ni argamu jedhamee karooraffamee
5. Yeroo Leenjii
Guyyoonni leenjii guyyoota 10 kan karoorfame yoo ta’u yeroon leenjiis gaafa Caamsaa
19/2011eegalee ni goolabama jedhamee yaadama.

6. Iddoo Leenjiin Itti Kennamu

Iddoon leenjii kun itti gaggeeffamu Bulchiinsa magaala Adaamaatti ta’a jedhamee karoorfame.

2
7. Baajeta Leenjii Kanaaf Barbaachisu
7.1 Baajeta Ogeessota Pooliiteeknikaa Leenjii Kana Irratti Hirmaataniif barbaachisu
Dhaabbilee BLTO Geejiba
TL PooliteeknikiiLeenjii Kana Baay’ina Dheerna Durgoo Dhaqaa
hirmata Yeroo Olmaa Galaa Ida’aa
Irratti Hirmaatan a
1 Pooliiteeknikii At. Qananiisaa 3 12 6,948 3*70=210 6,948
2 Pooliiteeknikii Shaashamannee 3 13 7,527 3*200=600 7,527
3 Pooliiteeknikii Jimmaa 3 13 7,527 3*380=1,140 7,527
4 Pooliiteeknikii Naqamtee 3 13 7,527 3*380=1,140 7,527
5 Pooliiteeknikii Amboo 3 13 7,527 3*200=600 7,527
6 Pooliiteeknikii Bishooftuu 3 12 6,948 3*40=120 6,948
7 Pooliiteeknikii Adaamaa 3 12 6,948 0 6,948
8 Pooliiteeknikii Buutuu 3 12 6,948 3*100=300 6,948
9 Pooliiteeknikii Hoolota 3 12 6,948 3*130=390 6,948
10 Pooliiteeknikii Sabataa 3 12 6,948 3*120=360 6,948
11 Pooliiteeknikii Roobee 3 13 7,527 3*340=1,020 7,527
12 Pooliiteeknikii Walisoo 3 12 6,948 3*200=600 6,948
13 Pooliiteeknikii Negeellee 3 14 8,106 3*600=1,800 8,106
14 Pooliiteeknikii Bulee Horaa 3 15 8,685 3*680=2,040 8,685
15 Pooliiteeknikii Yaabeelloo 3 15 8,685 3*600=3,000 8,685
16 Pooliiteeknikii Haramayyaa 3 15 8,685 3*380=1,900 8,685
17 Pooliiteeknikii Carcar 3 14 8,106 3*280=1,400 8,106
18 Pooliiteeknikii Fiichee 3 13 7,527 3*200=600 7,527
19 Pooliiteeknikii Mattuu 3 15 8,685 3*760=2,280 8,685
20 Pooliiteeknikii Daabanaa 3 14 8,106 3*480=1,440 8,106
21 Pooliiteeknikii Doona Barbar 3 15 8,685 3*780=2,340 8,685
22 Pooliiteeknikii Gimbii 3 13 7,527 3*500=1,500 7,527
23 Pooliiteeknikii Shaamboo 3 13 7,527 3*380=1,140 7,527
24 Pooliiteeknikii Wacaalee Karli 3 13 7,527 3*200=600 7,527

Ida’ama 60 184,122 26,520 210,642

3
7.2 Hoggantoota Biiroo BLTO fi raawwatoota IMX leenjii irratti Hirmataniif baajata
barbaachisu
TL BBLTO fi raawwatoota Baay’ina Dheerna Durgoo Boba’aa/geeji
IMX Leenjii Kana Irratti hirmataa Yeroo Oolmaa baaf Ida’aa

Hirmaatan
1 Hogganaa BBLTO 1 10 10*720 =7,200 0 7,200

2 I/A/Hogganaa BBLTO 1 10 10*595=5,950 0 5,950

2 Ogeesotaa fi Daarektoreetii 9 12 12*9*193=20,84 100*9=900


TEI fi CT irraa 4 18,270

5 Ogeessota Dar.leenjistootaraa 1 12 12*193=2316 100 2,030

6 Ogeessotadar.leenjifmtootara 1 12 12*193=2316 100 2,030

7 Ogeessa komunikashinii 1 12 12*193=2316 100 2,030

8 Ogeessota BMII 2 12 2*12*193=4632 2*100=200 4,060

9 Ogeessa Kaameraa 1 12 12*125= 1500 100 1350

10 Shufeerota hoggantoota 2 12 10*2*159=3,180 2*200+50*8*1


BBTO 8.3/6=2,840 6,020

Ida’ama 18 50,254 2,920 53,174

7.3 Baajeta Ogeessota faayinaansii leenjii Kanaaf Deeggarsa Kennan


Gatii
T Dar.Faayinaansii Baay’ina Dheer Durgoo Boba’aa
hirmata na Olmaa qarshiin Ida’aa
L irraa a Yeroo
1 Ogeessota herregaa 2 5 2*5*193=1590 - 1,930
2 Qarshii qabaa 1 5 5*159=795 - 795
3 Shufeera ogeessota 200+60*3*2
1 5 5*159=795 1,595
kana geejibu 0/6=800
Ida’ama 5 5 4,145 4,74.5 4,320

4
7.4 Baajeeta Baasii Bunaa,Shaa’ii fi karaa galmaaf Barbaachisu

TL Gosoota Afeera Baay’ina Gatii Dheerna Gatii


Yeroo Boqonnaa Hirmaattoo Guyyaatti kan guyyoota Waliigalaa
ta Leenjii nama tokkoof leenjii
Shaa’ee barbaachisu

Buna-shayee 90
1 230 8 90*230*8=165,6000
/Refreshment

Kiraa galmaa(kan
2 90/2 2000 6 2000*6=12,000
roomii lama qabu)
Ida’ama 177,600
7.5 Gosoota Baasii Adda Addaaf Baajeeta Waluma Galatti Barbaachisu

Waluma Galatti
TL Gosoota Baasii Leenjiif Barbaachisan Baajeta
Barbaachisu
1 Ogeessota pooliiteeknikaa leenjii kana irratti
hirmaataniif
210,642
3 Hogganaa Biiroo BLTO, fi Ogeesota leenjii irratti
Hirmatani 53,174
4 Baajeta Ogeessota faayinaansii leenjii Kanaaf Deeggarsa 4,320
Kennan
5 Baajeeta Baasii Bunaa,Shaa’ii fi karaa galmaaf 177,600
Barbaachisu
Ida’ama Baajeta Barbaachisu 445,736
Eeggannoo (5%) 22,286
Dimishaasha Baajeta Barbaachisu 468,023

8. Bu’aa Leenjii Intarrpirinarshiippii Irraa Eegamu

Hoggantootni BBLTO, BMII fi ogeesonni KPT erga leenjii kana fudhatanii gara godinaa fi
bul.magaalota ogummaa Intarpurinarshiippii leenjisuu fi irra deebi’uun hojiirra oolmaa isaaf
ogeesota/leenjistoota dhaabbilee isaan jala jiran IMXlee geesisuun oomishaa fi Oomishtummaa
isaanii akka guddisatani taasisa jedhamee eegama.
9. Hordoffii fi Too’annoo Bu’aa Leenjii Intarrpirinarshiippii

Hojiirra oolmaa leenjii Intarpirunarshiippii waldaalee IMX keesatti akka mirkanaa’u sadarkaa
sadarkaan hordoffii fi to’annoo gochuun sirna diriireen duub-deebii akka kennamu taasifama.

You might also like