Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 5

7 Dabalata: bifa tarred sakata'insa odeffanno kaardii dhukkubsataa fi kitaaba galmee irraa galmessuuf

Kutaa:1 Odeeffanno dimogiraafii fi stomata galmee daa'imman hanqina nyaata cimaa qaban
kutaa daa'immanii hospitala dilcora kessatti yaalamanii

Maqaa dhabbata fayyaa____________

Annaa_____________

Araddaa____________

Maqaa galmee deetaa__________mallattoo_______guyyaa_____//____//

Lakkofsa eenyummaa daa'imaa_________

Tartii Adda Addaa Goosota deebii kennuu Irra darbuu


ba
lakko
ofsa

1 Umurii daa'imaa(ji'a) ____________

2 Saala daa'imaa 1.Dhiira

2.Dhalaa

3 Bakka jireenya 1.Magaalaa

2.baadiyaa

4 Ulfaatina yeroo seenan(kg)

5 Ulfaatina yeroo bahaan (kg)

6 Hojjaa/ Dheerina

7 MUAC yeroo seenan

8 MUAC yeroo bahaan

9 Guyyaa seensaa

10 Guyyaa bahinsa
11 Gosa galmee 1.seensa haaraa

2.deebi'ee seenu

3.deebi'ee dhufuu

12 Ulagaalee galmee 1.Itaa qofa kan qabu

2.Marasmus qofa kan


qabu

3.Lamanuu itaa fi
marasmus kan qabu

4.MUAC

13 Ittaa yoo qabate sadarkaa akkami? 1.sadarkaa 1ffaa

2.sadarkaa 2ffaa

14 Daa'imanii essaarra ergamee dhufee 1.hospitalaa

2.kutaa yaalaa alaa

3.bakka itti lalamee

4.osoo itti hin yaadin

15 Yeroo turtii Ulfaatina gadi annaa


qabaachuu

Kutaa 2:Yaalaa dhukkuboota waalin dhufaan

16 Dhaqna gubaa(temp >37.7) 1.jira

2.hin jiru

3.hin sakata'amne

17 Ho'a qaamaa gadi bu'aa 1.jira

2.hin jiru

3.hin sakata'amne
18 Fedhii nyaata yeroo seensaa 1.gaarii

2.gadi bu'aa

19 Qufaa/dhukkuba sombaa 1.Jiraa

2.Hin jiru

20 Haqisaa 1.jiraa

2.hin jiruu

21 Garaa kaasaa 1.jiraa

2.hin jiruu

22 Garaa kaasaa yoo ta'e gosa kami? 1.garaa kaasaa bishaan


qabu

2.garaa kaasaa dhigaan


wal makate

3.kan biraa

23 Turtii Garaa kaasaa (guyyaa) _________

24 Daa'imni HIV qaba? 1.eeyyee

2.lakki

3. Kan hin bekkamne

25 Daa'imnii TB qaba 1.eeyyee

2.lakki

3.kan hin bekkamne

26 Dhukkubni buusaa jiraachuu isaa 1.eeyyee

2.lakki

3.kan hin bekkamne

27 Hir'ina dhiigaa 1.jiraa

2.hin jiru
28 Infekshinii gubbaa irraa hamaa ta'e 1.jiraa

2.hin jiru

28 Kutaa:3 wal'ansa yeroo seensaa kennamu

29 Farra bakkteriyaa 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne

30 Vitaamin A 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne

31 Talaallii shiftee 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne

32 Guutummaatti Talaallii kan qaban ta'u 1.eeyyee


ibsameera
2.lakki

3.hin agarsifamne

33 Foolic aciidi 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne

34 Albendazole 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne

35 Paracetamol 1.eeyyee

2.lakki

3.hin agarsifamne
Kutaa:4 Bu'aa wal'ansa

36 Deebii wal'ansa daa'imaa 1.du'e

2.fayyee

37 Deebii wal'aansaa warranty fayyaaniif 1.ulfaatina qaamaa


dabaluu(g/kg/week)___
_

2.dheerina
turtii(MUAC)______

MUAC
dabaluu(mm/week)

You might also like