Guyyaa 29 - 12 - 2015

You might also like

Download as doc, pdf, or txt
Download as doc, pdf, or txt
You are on page 1of 1

GUYYAA 29/12/2015

IYYANNOO

WAAJJIRA BARNOOTA AANAA DIGALUU FI XIIJOOTIIF

SAAGUREE

DhimmI Jijjiirraa Gaafachuu ta'a

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti ani B/saa Nageessoo Aabbee M/B Ayimuraatti barsiisa kan
ture sababa akkawoo koo kan anaafii rabbiin malee nama gargaaru hin qabnee na jala dhukkubee mana
yaalaa tursiiseef hojii koo irratti qaawwii uumameera.mindaa ji'a tokkoos dhabeera.manguddoo kana
itti dhiyaadhee gargaaruuf gara M/B Fittee Tokkummaatti jijjiirraan gaafadhes sababa wayitiin jijjiirraan
itti raawwatamuu darbeera jedhuun osoo hin milkaa'in hafeera. Qaamni anaafi manguddoo kana
miidhuu barbaadu maqaa garagaraa naaf kennus dhugaa jiru haaluu hin dandeenye.ammatti gargaarsi
ani isin gaafachuu barbaadu. 1 Manguddoo waggaa 100 kana akka gargaaruuf isinis jijjiirraan gara M/B
Fittee Tokkummaa fi Fitteetti na gargaara. 2 Ayimuraa irraa gara gandaa fittee kataaraatti yoo deemu
dargaaggoonni qindaa'anii na eeggatan jiraachuu akka naaf hubattanii jijjiirra naaf kennitan kabajaan
isin gaafadha.

Nagaa wajjiin

G/G

1 waldaa B/sota Aanaa Digaluu fi Xiijootiif

2 Misooma B/sota Aanaa Digaluu fi Xiijootiif

You might also like