Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 5

Maal taatee?

-------------

“Kana booddee bartoota isaatiin "Maaliif sodaatoo


taatan? Amma iyyuu amantii hin qabdanii?" jedhe.”

— Mar. 4:40

Maal taate ati?

waa taateetta garuu maal taate?


Akka ati waa taate beeka,akka ati waa taate sirraa
mul'ataa garuu maali rakkonkee?

Namni baay'een utuu rakkoo qabuu:-


Nama itti himatu dhabe
Nama isa gaafatu dhabe
Himatee furmaata dhabe
Himateeras,nama gaafates qaba garuu furmaata
dhabe
Maal taatee?

-------------

Rakkoon kee Jiraachuu waaqayyoo dagattee jirta.


Irraanfattee jirta,yaadachaa hin jirtu.

Amantiinkee meerre
Qajeelummaankee meerre
Amanamummaankee meerre

Waanti sitti hir'ate jira.

Kanaaf kan ati jeeqamaa jirtu


Kanaaf kan ati sodaachaa jirtuu
Kanaaf kan ati dhiphachaaa jirtu
===========
Maal taatee?

-------------

Jiraachuu waaqayyoo ofirrattii


argaa...
Siif loluu waaqayyoo
Siif jiraachuu waaqayyoo
Siif argamuu waaqayyoo
Siif mullachuu waaqayyoo
Siif dubbachuu waaqayyoo

Manakeerratti
Jireenyakeerratti
Namunmaakeerrratti argiiiiii

Amma siif hojjechuu fi siif jiraachuu waaqayyoo hin


argiinitti waaqayyoon galateeffachuu hin dandeessu.
Maal taatee?

-------------

Lafa kana irra kan jiraatteef garuu waaqayyoon akka


galateeffattuufidha.

Isa. 43
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Saba kana ofii kootiif uummachuun koo, akka inni
na galateeffatuuf ture.
²² "Haa ta'u iyyuu malee, yaa Yaaqoob, ati ana hin
waammanne, yaa Israa'el, ati na yaadachuu iyyuu in
dadhabde;

Yeroo kanaa kaasee


Isa waaqayyoon si irraanfachiise
Isa waaqayyorratti si gungumsiise
Maal taatee?

-------------

Isa waaqayyoon si dagachiise sirraa rukkuteera

You might also like