Qabo Ya'i

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

Guyyaa 28-06-2015

Qaboo Yaa’ii
Qaboo Yaa’ii Murtee Kaffaltii Beenyaa Lafaa Mana Jireenyaa Waldaa Ifaajii.
Akkuma beekamuu waldaan mana jireenyaa Ifaajii mana qopheesssaa magaalaa
naqamteetti bara 2013 dambii lakk.181/2208(183/2008) fi qajeelfama lakk.15/2008
waldaan gurmaa’uun beekamtii argatee hundeeffamuun isaa ni beekama.
Sa’aatii walgahiin itti eegalee ………………………………….. 3:00
Guyyaa…………………………………………………………. 28-06-2015
Bakka walgahii ……………………………………………….. Adaamaa
Abbaa waltajjii……………………………………………… Gaggeessaa Waldichaa

Maqaa Miseensota Waldichaa Mallattoo


1. G/Saj.Takkaalliiny Guddataa Qannoo …………………………………..
2. G/Saj. Baay’isaa Rabbinaa Kumaa……………………………………..
3. G/Saj. Isaayyas Guutamaa Lataa……………………………………….
4. G/Saj. Taaddalaa Waaqumaa Dinagdee………………………………..
5. G/Saj. Daamuu Abarraa Camadaa……………………………………...
6. G/Saj. Guddattuu Badhaasaa Dilgaasaa…………………………………
7. G/Saj.Leencoo Hindhibuu Dheeressaa………………………………….
8. G/Saj. Mitikkuu Dabalaa Booranaa……………………………………..
9. It/A/Saj Taarikee Tolasaa Badhaasaa……………………………………..
10. Saj/Ol Bilisaa Taayyee Baqqalaa………………………………………..
11. Gar/Insp. Habtaamuu Alamaayyoo Abbaba……………………………….
12. G/Saj.Taarikuu Lammmaa Waaqjiraa…………………………………..
13. G/Saj. Magarsaa Fiqiruu Aagaa…………………………………………
14. G/Saj. Gammachiis Birhaanuu Tolaa…………………………………..
15. Saaj/Ol. Bookasaa Mootii Bushoo ……………………………………….
16. G/Saj. Abdataa Likkaasaa Bulchaa…………………………………….
Ajandaa Marii
Bu’uura pilaanii mana qopheessaa magaalaa naqamtee waldaan mana jireenyaa
dhimma kaffaltii beenyaa lafaa akka kaffalluuf akka irratti mari’annuu fi qaboo yaa’ii
walgahii marii miseensota akka mana qopheessa magaalaa naqamteetti erginu ta’a.
Murtee
Kanaafuu waldaan mana jireenyaa Ifaajii gurmaa’uun hundeeffamee beekamtii
argateen miseensonni waldichaa kaffaltii duraa miseensi tokkoon tokkoon isaa qarshii
7,000.00 (kuma torba) kan kaffalani fi miseensonni waldichaa baay’inni keenya 16
kan taane qarshi 112,000 (kuma dhibba tokkoo fi kudha lama) galii ta’e jiru dhimma
kaffaltii beenyaa lafaa waldaan keenya gaafatameef akka kaffalamu jechuun walii
galuu keenya mallattoo keenya armaan oliitin Ibsuun ni mirkaneessina.

Nagaa Wajjin.

You might also like