Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Guyyaa 19/04/2015

Ibsa Kolleejjii Poolisii Oromiyaatiif

 Daarektoreetii Bittaa, Bulchinsaa Qabeenyaa fi Faayinaansitiif dhiyaate.


 Adaamaa

Ibsa Yaada murtoo

Ibsii kun bahee dhiyaachun kan barbaachiseef tajaajila internet


Kolleejjii Poolisii Oromiyaa fi Instituyuutii leenjii fi ogummaa
Sanqalleetif kan oolu kafaltii internet fi lakkofsistu bilbilaa kan
baatii Sadaasa fi Muddee akka kafalamu barbaachisa ta’ee
argameera.

Bu’uuruma kanaan:-

1. Lakkoofsistu 33815237………..Qar. 52,452.11


2. Lakkoofsistu 632810596………..Qar. 19524.78
3. Lakkoofsistu 2862898…………Qr. 39.00
4. Cloud Storage…………………1938.97

Walii gala qarshii 73,953.86 (Kuma torbaatamii sadii fi dhibba


sagalii fi shantamii sadii fi saantima saddeettami jaha) qofa waan
barbaachisee qarshii kun
harka____________________________________________tiin
baasii ta’ee kan nuuf kafalamu yoo ta’e ibsa kana baasne yaada
murtee keessanitiif dhiyeessine jirra.

You might also like