Guyyaa

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 3

[Type text]

1 Guyyaa :05/03/2015

2 Dhimmi isaa :Walii galtee bittaa fi gurgurtaa obbo Fayisaa Dabalaa fi obbo Sintaayyoo
3 Gaarummaa gidduutti geggeeffame ta’a.

5 Ani obbo Fayisaa dabalaa kanan jedhamu guyyaa gaafa Sadaasa 05,2015 A.L.I tti sangaa bifti isaa
6 adii;eegeen isaa citaa;gaafni isaa dhedheeraa ;kan bitaaf mirga qotu fi mudaa biraa kan hin qabne
7 obbo Sintaayyoo Gaarummaatti ;qarshii 890000n gurguradheera.Akka walii galtee keenyaatti
8 sangaan kun bitaaf mirga kan hin qonneef mudaa biroo yoo qabaatee;hanga sadaasa 12,2015 A.L,I
9 tti ilaalee deebisuu danda’a.Walii galtee kana kan diigee abbaa dhimmaaf qarshii
10 12000,mootummaaf qarshii 20000 ,namoota gaafa sana nu bira jiraaniif qarshii 10000 kan lafa
11 kaa’uuf yaadni isaas fudhatma kan hin qabne ta’uu bakkaa namoonni afur nu bira jiranitti walii
12 galleerrra.

13 Namoonni yeroo sana nu bira jiran 1ffaa obbo Dharraa Marabbaa,2ffaa obbo Addunyaa
14 Marabbaa,3ffaa obbo Kuusaa Wadaajoofi 4ffaa abboo Abarraa Tashoomaati.

15 Mallattoo abbootii dhimmaa:

16 Ani obbo Fayisaa Dabalaa sangaa wantoota armaan oliitti eeraman guute obbo Sintaayyoo
17 Gaarummaatti gurguruu koo mallattoo kootiin nan mirkanee.

18 Feyissa Dabala

19 Anis obbo Sintaayyoo Gaarummaa Sangaa wantoota armaan eeran qabu obbo Fayisaa Dabalaarraa
20 bituu koo mallatttoo kootiin nan mirkaneessa.

21 Sintayew garuma

22 Nuti obbo Dharraa Marabbaa fi Kuusaa Wadaajoo sangaan kun amaloota armaan oliitti eeraman
23 akka guutu kan beeknu ta’uu mallattoo keenyaan ni mirkaneessina.

24 Dara Mereba

25 Kusa Wadajo

26 Nuti obbo Addunyaa Marabbaa fi Abarraa Tashoomaas obbo Sintaayyoo Gaarummaa sangaa
27 armaan oliitti eerame yeroo bitu bira jiraachuu keenya mallattoo keenyaan ni
28 mirkaneessina.

29 Adugna Mereba

30 Abera Teshome

31
OROMIA IS A COUNTRY!!!!!!!!!!

32
33 Nagaa Wajjin

1 pg. 2

2
OROMIA IS A COUNTRY!!!!!!!!!!

34 THIS PAGE IS INTENTIONNALLY LEFT BLANK.

35

36
37
38

40

3 pg. 3

You might also like