Hubannoo Alaabaa

You might also like

Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 2

Alaabaa Fi Maalummaa Isaa biyya isaanii bakka bu’uun mallattoo Sararoonni halluu kellodhaan walqixxaatanii

birmadummaa isaanii taasifachuun itti sararamanii jiran walqixxummaa sabaaf


Alaabaan Mallattoo yookiin ibsitu fayyadamaa jiru. Itoophiyaan ammo sirna sablammoota akkasumas walqixxummaa
birmadummaa biyyaa yookiin dhaabbata koloneeffattoottaaf osoo hin jilbeeffatin amantii kan ibsuudha.
tokkooti, Akka Saayiinsiin waa’ee Alaabaa birmadummaa ishee kabajiifachuun
qoratu Veeksiloloojii/Vexillology jedhamu biyyoota Afrikaa keessaa biyya Sararoota Walqixa ta’aniin urjiin sararamee
ibsutti maddi Alaabaa asi yookiin kanarraa fakeenyummaa addaa fi gootummaan jiru ammo tokkummaa waliigaltee irratti
eegalee jedhamee adda baafamuu baatus beekamtudha, Alaaba ishees tikfattee yoona hundaa’e ibsa.
Dhaloota Kiristoos dura bara Qarooma gesseettti. Halluun Alaabaa biyyaaleessaa
Chaayinaa Durii, Qarooma Ijiptii/Misir Itoophiyaa gubbaa gajallaatti Magariisa, Sararootni kelloon urjii gidduutti
Durii fi Qarooma Roomaa Durii Alaabaan Keelloo fi Diima dha. Halluun kun sararamanii jiran ammo Abdii ifaa sabaaf
dhimma itti bahamaa akka ture ni ibsa. mootummoota darbaniinis Asxaa sablammoonni qaban ibsa.
Bakkeewwan qaroomina durii kanarraa walakeessa jiru jijjiruun kan dhimma itti
ka’uun Alabaan Addunyaa mararra faca’e, bahamaa turee fi gumaacha Itoophiyaan Alaabaa kana akkaata labsii kana irratti
sirna kolonii qolachuu irratti qabdu irraan Qaamni kamiyyuu dirqamoota faaruu kanaaf
Keesumaa yeroo geejjiba galaanarraa tumameen alatti Asxaa biyyoleessaa
kan ka’e seenaa Afrikaa keessatti kaa’aman yoo hin bahanne, Manni barumsaa
fayyadamuun eegaleetti baay’ee dhimma itti malee(Lumuxxii isaa) fayyadamuun, Asxaa
Mallattoo/halluu Paan Afirikaanizimii ta’ee faaruu kana farsiisuu yoo baate manni
bahamuun eegalame. Har’a Addunyaa jijjiruun, Tartiiba halluu Alaabicha jijjiruun
ilaalama ture waan ta’eef biyyootni Afrikaa barumsichaa yookiin bulchiinsi isaa yakkaan
keenyarra Alaabaa gosa garagaraatu jiru fayyadamuun, Alaabaa dulloome butute fi
halluu kana fudhachuun Alaabaa mataa kan gaafatamu ta’a, namni faaruu alaabaa
isaanis Alaabaa biyyaa, Alaabaa qalamni isaa irraa dhume fayyadamuun,
isaanii bocatan danuudha. kanaan beeksisa hojjetes yakkaan
Mootummaa, Alaabaa Dhaabbataa/garee, Yeroo kaa’ameen olitti Alaabaa fannisanii gaafatama. Labsicha Kwt 14
Alaaba dhaaba siyaasa, Alaabaa Loltummaa tursiisuun, Akka golgaa gamootti Alaabaa
jechuun Qoodanii ilaaluun ni danda’ama. Alaabaa Heera fi Seera FDRI jalatti fayyadamuun, Alaabicha beeksisaaf
Gosoota Alaaba kana keessa kan nuti barruu Guyyaa Alaabaa
fayyadamuun, Yeroo Alaabaan fannifamuuf
kana irratti xiyyeeffannee ilaallu Alaabaa Heerri biyyatti keewwata 3 jalatti Alaabaa buufamutti kabaja malu kennuufi dhabuun
biyyooleessaa/biyyaati. biyyatti ibsee jira. Biyya keenya keessatti Bu’uura labsii 863/2014 keewwata 4 tiin
Labsii Lakkoofsa 654/2009 keewwata 24
labsiin Alaabaa yeroodha yerootti fooyya’aa Guyyaan Alaabaa Waggaa Waggaadhaan
jalatti yakkaan nama gaafachiisa.
Alaabaan biyyoleessaa Alaabaa biyya ture, labsiileen kunis Labsii 16/1996, Labsii ji’a Onkololeessaa keessaa Wiixata isa
yookiin saba tokko bakka bu’uun lakkoofsa 48/1996, Labsii Lakkoofsa jalqaba irra jiru irratti akka biyyaatti
Faaruu Alaabaa
birmadummaa isaa agarsiisudha. 654/2009, Labsii Lakkoofsa 863/2014. dhaddannoowwan gara garaatiin kabajama.
Kanumarraa ka’uudhaan akka biyyatti Labsiin yeroo ammaa dhimmaa alaabaa Faaruun Alaabaa Heera FDRI keewwata 4 fi
seeroota Alaabaa kan sadarkaa Federalaatti bulchu labsii labsiiwwan biroo haqan Labsii Alaabaa Fi Asxaa Mootummaa Naannoo
labsii 673/2010 kan buludha.Faruun
jiranii fi sadarkaa naannootti jiran akka Lakkoofsa 654/2009 fi Labsii Lakkoofsa Oromiyaa
biyyaalessaas labsii kanarra kaawame
armaan gadiitti dhiyeessineerra. 863/2014 dha. Heerri Mootummaa FDRI jira.Mootummaan naannolee faaruu kanaa
keewwata 3 irratti Itoophiyaan Alaabaa Ummaanni Oromoos ummaattoota obbolaa
faarsanii farsiisuuf dirqama qabu, haa ta’u
Alaabaa fi Asxaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Halluu Magariisa, Kelloo fi Diimaa Asxaa saboota sablammoota fi ummattoota
malee bakka afaan amariffaa hubachuuf
urjiin handhuurame kan ibsituu Itoophiyaa waliin ta’uun dangaa Itoophiyaa
rakkisaa ta’etti afaan hojii naannooleetti
Alaabaan Birmadummaa fi Bilisummaa Abdii,Walqixxummaa fi tokkummaa sabaf tiksuun birmadummaa Itoophiyaa dhiigaa fi
hiikuun Mana maree bulchiinsa mataa
biyya tokko kan mirkaneessu, Aadaa, sablammoota ta’e kan qabdu ta’uu ibsa. lafee isaan utubee har’aan gahuu keessatti
isaaniitiin mirkaneessanii fayyadamuu
Amantaa, Seenaa fi Duudhaa ummaattoota Hiikkoon halluuwwan kanaas: ummaata qooda olaanaa gumaache fi
danda’u. Faruun biyyaleessa kun Baniinsa
biyyattii karaa salphaa fi iccitawaa ta’een seenaanis ragaa bahuufidha. Wareegama
Mana maree federeshiinii fi bakka bu’oota
kan calaqqisiisudha. Biyyi birmadummaa Magariisa: Hojii,Misooma, Guddina ilmaan ishee kanfalaniin Oromiyaa
ummata irratti, Ayyaanota ummaata
ishee tikfattee jiraattu Alaabaa addatti ishee Mootummaa naannoo taatee Alaabaa mataa
irratti,Manneen barumsaatti, jalqabbii/
ibsuu fi bakka ishee bu’u qabdi. Biyyootni Keelloo: Abdii, Haqaa fi Walqixxummaa ishee qabaachuu dandeessetti.
Baniinsa fi xumura sagantaa radiyoo fi
Addunyaa Alaabaa mallattoo biyya isaanii televishinii irratti, sagantaa Ispoortii irratti,
bakka bu’uu fi Halluuwwanii fi Diimaa: Wareegamaa Fi gootummaa ibsa, Dhufaatii keessummoota biyya alaa irratti, Oromoon dhufaatii sirnoota bittaatiin duratti
mallattoowwan garagaraa ofirraa qabaniin Imbaasii biyyattitiin, faarfamun dirqama. Alaabaa Mataa isaa qaba ture, Alaabaan
biyya isaanii bakka buusun ibsatu.Biyyootni Faaruchis: kunis Alaabaa Abbaa Gadaa kan duudhaa fi
Halluun cuqullisni urjii jala jiru ammo
Afrikaa hedduunis sirna Koloneeffattoota dhugeeffannoo Oromoo bu’uureffatee
Nageenya ibsa.
Awurophaa ofirraa foqolchuun waayita bocame dha.
Bilisummaa isaanii gonfatan Alaabaa addatti Hiikkoo Asxaa kwt 5

Olkaa'insi Alaabaa Keenyaa,Wabii Tokkummaa sabdaneessaa fi Birmadummaa keenyaati!!


Odaan Asxaa Oromooti,Bulchiinsa sirna Oromiyaas Heera Naannoo Oromiyaa Odaan: Qabbana, Nagaa fi Faaruu Alaabaa Naannoo Oromiyaa
Gadaa keessatti Bokkuu fi faajjiin yookiin keewwata 3 jalatti Alaabaa fi Asxaa Mataa Diimokiraasii,Senaa, Aadaa, Seeraan Buluu, Labsii lakkoofsa 4/1988 keewwata 6 jaltti
Alaabaan Mallattoo Aangoo olaanaati. isaatii tumatee jira. Bu’uuruma kanaan Tokkummaa, ibsamee jira. Faaruun kun Aartistii Oromoo
Bokkuun mallattoo mootummaati. Sirna Oromiyaan Alaabaa fi Asxaa mataa isheetii Giddugaleessummaa,qabeenyaa fi Mohammad Qopheetiin qophaa’e caffeen
Gadaa keessattis Abbaa Bokkuu iddoo qabaatte jirti, Alabaani fi Asxaan Naannoo magaariisa. mirkanaa’e.
guddaa qaba. Alaabaan Oromoo mallattoo Oromiyaa eenyummaa uummaata
seera Walaabuu yookiin Walaabummaati. naannichaa, Qamadiin Moggaa lamaan jiru guddina
Seera Walaabuu jechuun seera durdur Tokkummaa,Sabbonummaa,gootummaa fi Dinagdee qonnaa ibsa.
Oromoon tumatee ittiin of bulchaa ture Abbaa seenummaa akkasumas walitti
jechuudha. Oromoon waan hundi Walaabu hidhamiinsa dinaagdee kan calaqqisissisu Qamdii fi Giiriin Walqabate Walhidhatiinsa
bahe jedha (Uumeen Walaabuu baate ta’a. Alaabaan naannichaa gararraan Diimaa, guddina qonnaa fi industiirii ibsa.
jedha). Kanaaf Oromoof Alaabaan isaa waa Gidduun Adii, jalli gurraacha ta’ee
mara isaa yookiin Walaabummaa isaati. giddusarraatti Mallattoo Odaa qaba. Hiikaan Jaleen/Hundee/Background diimaan qabsoo
Abbaa Bokkuuti. Haalluun Alaabaa Abbaa isaas Labsii lakkoofsa 9/1988 ibsame jira. gootummaa, wareegamaa fi injiffannoo
Gadaa Gubba gajallaatti yoo ibsamu ummaata Oromoo agarsiisa.
Gurraacha, Diima fi adiidha. Hiikni isaas: Diimaa: Aadaa gootummaa, qabsoo,
Wareegamaa fi injiffannoo. Akkaata Fayyadama Alaabaa
Gurraacha: Gurraachi Oromoo biratti
ol’aanadha,Gurraacha garaa garbaa, lemmoo Adii: Dagaagina,Nageenya fi Abdii Alabaan kun Manneen hojii mootummaa
garaa taliilaa jechuunis Waaqa kadhata, fuulduratti, Manneen barumsaa keessatti
Kanaaf Halluu gurraachi Olaantummaa Gurraacha: Amantii,Midhaaginaa fi fannifamuu qaba, Waltaajjiiwwan gara garaa
Waaqa ibsa, Hurriin bokkaa qabu qulqullummaa irratti bu’uura istandardii labsii 9/1988
gurraacha,Qaroon ijaa(illi) agartuun keewwata 7 irraa kaa’ameen dhimma itti
gurraacha, gurraachi kabajaa fi angafummaa Odaa: Odaan hundeen isaa tokko ta’ee bahamuu qaba. Akkataan Alaabaan itti
badhaadhummaa fi waan hedduu of keessa Dameewwan lama kan qabu,Dameewwan dhaabbatu kan federaalaa fi naannoo
qaba. isaas walqixa kan dagaagan ta’ee, walcina ta’ee Dheerinni muka Alaabaa
Aadaa,Seenaa, Qabbana, Nagaa fi Naannoo kan Federaalaa irraa saantimeetira
Diimaa: Ga’anii bilchaatanii, guutanii Dimookiraasii, Seeran buluu, Tokkummaa, 30 gabaabbatee gara bitaatti ta’a. Mukti
argamuu fi gootummadhaan mirga Giddugalessummaa qabeenyaa fi Alaabaan itti fannifamu kamiyyuu fiixeen Alaaba Dhaabbilee siyaasa
lammiitiif wareegamu bakka bu’a. Waanti magariisaummaa ibsa. isaa bokkuu ta’uu qaba. Yeroo Waltajjii,
tokko Diimachuu/Bilchaachuu isaa Manneen barumsaa fi guyyoota ayyaanatiin Alaabaan dhaabbilee siyaasaa fayyadaman
agarsiisaa, Waanti hedduun yeroosaa Asxaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa alatti Alaabaan ganama sa’aatii 12:00 ilaalchisee alaabaan qabatamu sun bu’uura
eeggatee ga’uu fi ija guutuu isaa agarsiisa. fannifamee galgala sa’aatii 12:00tti bu’a. labsii 1162/2019tiin fi laabsiiwwan
Asxaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa filannoon walqabataniin boordii filannoo
Adii: Xumuramuu yookiin raawwachuu Odaa Qamadii fi Giirii Warshaatiin Itti Gaafatamummaa yakkaa biyyaalessatiin galmaahe kan jiruu fi qaama
agarsiisa. Hurriin rooba hin qabne adiidha. marfamee jiru kan jaleen/Background isaa aangoo qabuun galmaahe beekamti seera
Dabbasaan/rifeensi namaa dulloome harriin halluu diimaa ta’een bocamee jiruudha. Labsiin 654/2009 gochoota yakkaa adabbii kan qabu yoo ta’e fi qaama seerummaan
isaa adiidha, Daaraan adiidha, lafee Gogaan Labsii 4/1988 keewwata 2-4 waliin keewwata 23 fi24 jalatti gochoota dhaaba sanaa kan hin haqamne yoo ta’e
adiidha.Kanaaf Adiidhaan mallattoo yakka ta’an tumuun adabbii waliin kaa’e yakkaan hin gaafachiisu.
raawwachuu yookiin xumuramuuti. jira. Seera yakkaas keewwata 245 jalatti
tumaan jiru namni kamiyyuu dhimma “Olkaa'insi Alaabaa Keenyaa,Wabii
Alaabaa Heera fi Seera Naannoo tajaajila kamiifiyyuu yoo ta’e alabaawwan Tokkummaa sabdaneessaa fi
Oromiyaa jalatti yookiin mallattoolee seeraa kana akkaataa Birmadummaa keenyaati!!!
keewwata 244 jalatti ibsamanitti seeran kan
Oromiyaan akka miseensa federeshiinii eeyyamamuun alatti kan salpise yookiin kan Horaa Bulaa!!!
Itoophiyaatti Alaabaa fi Asxaa mataa ishee gube, kan cire yoo ta’e yakkaan kan
qabdi. Heerri FDRI keewwata 3/3 jalatti gaafatamu ta’a. Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Dambi
Mootummaan naannoolee Alaabaa Mataa Hiikni isaas: Dolloo fi Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa
isaanii qabaachuu akka danda’an tumee jira. Laaloo Qileetiin kan qophaa’e.
Kanumarraa Ka’uun Mootummaan naannoo

Olkaa'insi Alaabaa Keenyaa,Wabii Tokkummaa sabdaneessaa fi Birmadummaa keenyaati!!

You might also like