Professional Documents
Culture Documents
Abbuu
Abbuu
Abbuu
በኦሮሚያግ/ ምርምርኢንስቲትዩት
Oromia Agricultural Research Institute
GidduGaleesaaQorannoomaandisumaaQonnaaJimmaa
የጅማግ/ም/ ምርምርማዕከል
Jimma Agricultural Engineering Research center
Guyyaa: 03/01/2016
Nagaa Wajjiin!
Aabbuu Dadoo
Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Instiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tiif
Finfinnee
Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalamettii akkaata qajeelfama raawwii guddinna qorattoota
bara 2007 fi 2010 ergameen sadarkaan guddinna raawwatama akka jiru beekamadha.
Haaluma kanaan guddinna qorataa kan nama tokkoo akka armaan gadittii guunnee erguu
keenyaa ibsaa, IQQO’n sadarkaa guddinna kana akka nuuf raawwatuu kabajaan wajjiin
gaafanna.
Maqaa Saal Qorataan gita amma itti argamuu Qorataan gita itti
Qorataa a guddachuu qabu
Gita Mindaa Gita Gita itti Mindaa Yoom Kana
amma amma kana guddachuu argachu jalqabee argachuuf kan
itti argatu yoom qabu u qabu guuttachuu
argamuu jalqabee qabu
argate
Huseen Dhi Qorataa 10521 1-11- Qorataa 13462 29-03- S/ Barumsaa
Boonaa gargaara 2010 deeggara I 2015 MSc, Qorataa
II gargaara II
ta’anii waggaa
3 kan
tajaajilee.
Nagaa Wajjiin!
Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Qaama dhimmi ilaalu hundaaf
Nagaa Wajjiin!
G/G
Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Haaluma kanaan qorataa giddugaleessaa keenyaa kan ta’an obboo Huseen Boonaa Waaqoo
barumsa MSc isaanii waan xumuraniif guddinni sadarkaa isaanii guyyaa gara hojii isaanii
deebi’an guyyaa 29/03/2015 irraa eegalee akka hojjemuuf gaafachaa ragaa barbaachisu guca
armaan gadii keessaatti guunnnee Qaboo yaa’ii koreen qulqulleessituu guddina sadarkaa
qorattootaa qabate fuula tokko (1), joornalii fuula shan (5) fi proceeding fuula Afur (21)
waliigalatti fuula Diigdamii Lama (26) xalayaa kanaan walqabsiisnee eerguu keenya ni ibsina.
Nagaa Wajjin!
Lakk./ቁጥር/Ref. No__________________
Guyyaa/ቀን / Date__________________
Akkuma armaan olittii ibsamuuf yaalamettii guyyaa 24/12/2015 irraa eegalee hojiif waan
deemuuf hojii keessan irrattii dabalataan dursaa garee qorannoo mahaandisummaa oomisha
boodaa fi kurfeessa oomisha qonnaa fi qindessaa workshooppii taatanii akka hojjatan bakka isin
buusuu koo kabajaan isin beeksisa.
Nagaa wajjiin!
G/G
Bulchiinsa g/galeessaatiif
Bulchiinsa humna namaatiif
Bulchiinsa qabeenyaa fi faayinaansitiif
Nagaa Wajjiin
Guyyaa:29/09/2015
Akkuma beekamuu shooppiiin keenyaa hojilee qorannoo fi baay’isaa teknoloojii adda addaa
akkatumaa karooraa isaaf qabameen hojjachaa turuun ni beekama. Nutis haaluma kanaan
gamagama qorannoo akka naannoottii gaggefamee boodaa (regional review) hojiilee baay’isa
teeknolojitiif dursii akka kennamuu gareelee qorannoo wajjiin dubaannee hanga guyyaa har’attii
hojjatama tureera. Haa taa’uu malee hojiin akkataa barbaadameen hojjatamaa akka hin jirree
karaa addaa addaatiin gamagama gaaggeefameen hubatameera. kanaafuu nutis kanuma illalcha
keessa galchuun adeemsa keenya jijjiruun barbaachisa ta’ee mul’ateraa. Kanaafuu guyyaa
beeksifnii kun bayee jalqabee hojilee jiran akka armaan gadittii qoodneerra. Sagantaan kun
iyyaata gaafa guyyaa 29/09/2015 isin dhiyeefatan booda sirrayee kan baye ta’uun haa
hubatamuu.
G/G