Download as pdf or txt
Download as pdf or txt
You are on page 1of 2

Afoola afaan oromoo pdf

Gosoota afoola afaan oromoo pdf. Kitaaba afoola afaan oromoo pdf.

2.1 Hibboo Afaan Oromoo Hiibboo Afaan Oromoo 1• Ari’anii hin qaban utaalanii hin dhaaban (Gaaddidduu) 2• Soba dhugaa fakkaatu (Abjuu) 3• Abbaan bokkuu marmaratee rafe (Boqqoolloo) 4• Fannisan fannoo hin qabduu teesisan teesson hin qabdu (killee) 5• Guyyaa bakka feete ooltee galgala hanxaxiin cufatti (ija) 6• Funyaan qabdii furrii hin
baafattu (Baaqelaa) 7• Hojii waaqaa mukti buuphaa buuse (Jirbii) 8• Bixxilleen lamaan tabbatti hirkatte (gurra) 9• Hoolaan gurraachi abbaan koo naaf qale dhiiga hin qabu (mixii) 10• Ilmoon haadha keessaa baatee haadha dhiitti (kibriitii) 11• Funyaan qabdii hin haxxifattu (Shumburaa) 12• Qamadii garaa jalaa bokkaan hin tuqu (Harma sa’aa) 13•
Bakka qottiyyoo diimaan ciise margi hin margu (ibidda) 14• Osoon kolfuun gubadhe (Akaayii/Akaawwii) 15• Loon baay’ee keessaa kormaa tokko qofa (Addeessa) 16• Shaa jettii shanbaa jettii harkaan nan tuqin jettii (Doobbii) 17• Ilkaan hin qabduu dheedhii nyaachuu hin dadhabdu (Hindaaqqoo) 18• Osoo boossuu kofaltii osoo haatuu mar’atti (Majii)
19• Gabaabaa qalbii dheeraa (Hindaaqqoo) 20• Dheeraa qalbii gabaabaa (Farda) 21• Mana hin qabduu nyaata hin dhabdu (Tafkii) 22• Loon hin qabduu ni elmiti (Silmii) 23• Hamma majii geessii biyya waliin geessi (Aduu) 24• Bifaan gurraattii amalaan giiftii (Eelee) 25• Hin dhiqattu hin dibattu ni bareeddi (Hiddii) 26• Ganama argee guyyaa dhabe
(Fiixensa) 27• Lafarra kaattii saree fakkaatti (Sardiidoo) 28• Jiraa du’aa baatu du’aa jiraa baatu (Fardaafi kooraa) 29• Yoo bahu mana ilaalaa yoo galu ala ilaala (Gaafa re’ee) 30• Ani asin kaa’ee maaltu achirra sikaa’e (dabaaqula) 31• Ani silaalaa ati waaqa ilaalta (eegee re’ee) 32• Arraba hin qabuu daaraafi awwaara arraaba (Qilleensa) 33• Yoo
nyaatu ni fayyaa yoo dhugu ni du’a (ibidda) 34• Balbala cufattee sirbiti (ittoo) 35• Sangaa gurraachi bosona keessa deema (injiraan) 36• Baala fakkaataa waaqarra kaata (Billaacha) 37• Foon diimaa mataatti baata ofii hin nyaatu namaaf hin laatu (Lukkuu kormaa) 38• Jaarsa gabaabaa bareedaa kan afaan areedaa (Boqqolloo) 39• Adii dhalaa
gurraacha horsiifata diimaa guddifata (Barbaree) 40• Haati lafa dhiittii ilmoon haadha dhiitti (Mooyyee fi bolotaa) 41• Ilmoon ni deemna ni deemna jettii haati ni teenya jettii (dhagaa daakuu) 42• Gabaa hin dhaqxuu dhadhaa hin dhabdu (Boraatii) 43• Ganama hiyyeessaa galgala dureessa (Mooraa loonii) 44• Godoo gamaa balballi ishee lama
(Funyaan) 45• Ani lafan si kaa’e maaltu waaqa irra si baase (Bishingaa) 46• Asuma taa’ee walitti qabe (Yaada) 47• Abbaas hin fakkaatu haadhas hin fakkaatu (Gaangee) 48• Akka ayyaana keenyaa halaala irra teenya (Harma) 49• Yoo ergan ni fagaatti yoo waaman ni dhiyaatti (Bilbila) 50• Lafee hin qabuu ija hin dhabu (Biddeena) 51• Karaarra teessee
qullubbii qollaati (Gufuu) Posted by Admin 2022-12-29 17:09:02 | 233 Downloads Harreefi sareetu "kaanee biyyaa baana" jedhanii walmari'atan. "Sa'aaf qixxaa tolchanii kennan, fardaaf garbuu kennan, garuu oogdiidhaa kan xaafii guuru, gabaadhaa kan soogidda fidu ana, soogidda naa hin kennan, maraanu anumaa naa gamte, daaraa gangaladheen
biyyumaan baha," jette harreen Read Online Download PDF Afoolli bifa ‘liitireecharii’ ta’ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota dhufutti kan dabarsuudha.

Amaloota Afoolaa: Afoolli: Gocha wajjiin kan walqabate. *Yeroo baay’ee yaada ifa ta’e hubachuuf kan rakkisuu miti.

*Afaaniin dhalootaa dhalootatti waan daddarbuuf jijjiiramni yaadaa jiraachuu ni danda’a. *yeroo baay’ee gumiidhaan dalagama. *Yeroo baay’ee waan darbe irratti xiyyeeffata. Afoolli jiruuf jireenya ilma namaa keessatti faayidaa heddu qaba. Isaan keessaa muraasni: #Afoolli ummata qubee mataasaa hin qabne seenaasaa ittiin daddabarsuuf #Barnootni
afaaniffaan itti kennama #Ittiin har’a galfachuu fi ittiin bashannanuuf. #Amantii fi kabaja hawaasni tokko waan tokko irratti qabu agarsiisuudhaaf. #Afoolli yeroo hedduu barruudhaaf madda ta’uun ni tajaajila. AKAAKUU AFOOLAA 1. Hibboo Hibboon akaakuu afoolaa ta’ee mala gaaffii fi deebiitiin dhiyaata. Yeroo baay’ee hibboon maatiiwwan warra
tokkoo walitti qabamanii bakka jiranitti galgala ykn yeroo boqonnaa namootni hedduu walgahan ykn waarii kan dubbatamu ykn taphatamu waan ta’eef gamtaadhaan haala hoo’aan hordofama.Hirmaannaa cimaatu keessatti godhama. citi early id program acceptance rate 2. Mammaaksa Mammaksis gosa afoolaa ta’ee yaada ykn dubbii dheeraa hima
gabaabaan mala kurfeessanii teessisaniidha. Yeroo baay’ee iddoo jaarsoliin Oromoo dubbii dubbatanitti mammaaksi iddoo guddaa qaba. Haasawa tokko keessatti jechoota muraasaan yaada dheeraa gadi fageenya qabu ibsuuf fakkii dubbii sanii yaada bal’aa fi dheeraa ta’e gabaabsanii walitti qabuu fi nama biraatiif dabarsuuf mammaaksi iddoo guddaa
qaba. 3.
Eebba Oromoo Eebbi yaada hawwii gaarii akka qabeenya dagaagatan, akka jireenya hawaasummaa jaalatamaa ta’an namni tokko nama biraatiif hawwu ykn waaqayyoon kadhachuufii jechuudha.Yeroo baay’ee akka seera Oromootti eebbi Jaarsolii, Manguddoo fi hangafoota ta’aniin gaggeeffama, Hangafni Boorana waan ta’eef osoo booranni iddoo sana
jiru Oromoon biraa dursuu hin danda’u, haala kanaan tartiba eeggatee wal affeeree ykn wal ofkolchee waleebbisa Oromoon. 1. Hibboo Hibboon akaakuu afoolaa ta’ee mala gaaffii fi deebiitiin dhiyaata.
Yeroo baay’ee hibboon maatiiwwan warra tokkoo walitti qabamanii bakka jiranitti galgala ykn yeroo boqonnaa namootni hedduu walgahan ykn waarii kan dubbatamu ykn taphatamu waan ta’eef gamtaadhaan haala hoo’aan hordofama.Hirmaannaa cimaatu keessatti godhama. AFOOLA OROMOO.

Afoolli bifa 'liitireecharii' ta'ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ...Guutummaasaa>> October 17, 2017 / Afaan Oromo / Afoola, Afoola Afaan Oromoo, afoola oromoo, Baacoo, Ciigoo, Eebba Oromoo, Geerarsa, Gorsa Fayyaa, Gosa Oromoo, Hibboo, jaalala, Jechama, jechoota
hayyootaa, Mammaaksa, Maqaa Oromoo, Oduu Durii, Safuu Oromoo, Taphoota Adda Addaa, Woyyuufi Woyyooma / No Comments on Afoola Oromoo Hamma Dubbifame: 11,676 You're Reading a Free Preview Pages 20 to 40 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 52 to 104 are not shown in this preview. You're Reading a
Free Preview Pages 116 to 138 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 161 to 168 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 193 to 198 are not shown in this preview.
You're Reading a Free Preview Pages 216 to 223 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Page 229 is not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 239 to 252 are not shown in this preview.
You're Reading a Free Preview Pages 270 to 275 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 293 to 396 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 414 to 415 are not shown in this preview.
You're Reading a Free Preview Pages 427 to 430 are not shown in this preview.

You might also like