Download as docx, pdf, or txt
Download as docx, pdf, or txt
You are on page 1of 1

1.

Ergama, Mul’ata, Duudhaalee fi Toora Xiyyeeffannaa Seektarichaa


1.1. Ergama
Beekumsa, humnaa fi qabeenya hawaasaa qindeessuun waldaalee hojii gamtaan gurmeessuu,
babal’isuu, seeraa fi seerummaa waldaalee eegsisuudhaan fayyadamummaa miseensotaa fi
hawaasaa mirkaaneessuu keessatti gahee ol’aanaa gumaachuu.
1.2. Mul’ata
Bara 2022tti jireenya miseensotaa sadarkaa olaanaadhaan kan jijjiiranii fi badhaadhinna naannoo
keenyaatiif gahee olaanaa kan gumaachan WHG ciccimoo fi dorgomtoota ta’an uumamanii
arguu.

1.3. Duudhaalee
 Kabaaja maamilaa
 Qophaa’ina jijjiiramaa
 Iftoomina Miira garee (Team spirit)
 Hirmaachisummaa

 Itti gaafatamummaa ni qabaata

2. Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo'aa fi Bu'aalee Tarsiimo'aa EBWHGO


L Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa Bu’aa Tarsiimo’aa

1 WHG cimsuu fi Ammayyeessuu Dandeettii Raawwatummaa fi Bu’aa Qabeessummaa WHG


Guddate
2 Hirmaannaa fi Gahee WHG Gabaa Oomisha WHG gabaattti dhiyaatee, Galii Guddatee Jiruu fi
keessatti Guddisuu Jireenyaa Miseensaa Fooyya’e

3 Oomisha irratti sona dabaluun galii miseensaa dabalee fi


Inveestimantii, Agiroopirosasiingii fi
fayyadamummaa miseensotaa mirkanaa’e
Tajaajila Makaanaayizeeshinii WHG
Babal’isuu
4 Qusannoo fi Inveestimantii Guddisuu Hamma Qusannooo Miseensotaa Guddate, inveestimantii
babal’atee Jireenyi Isaanii Fooyya’e

5 Sirna Dhiyeessa, Raabsaa fi Bulchiinsa Teeknoolojiiwwan Qonnaa Fedhii bu’uureffatee baay’ina, Yeroo fi
Liqii Ammayyeessuu qulqullinaan dhiyaate

6 Nagaa fi Nageenya WHG Eegsisuu WHG Seera Kabajanii Hojjetanii fi Fayyaalessa Ta’an

You might also like